ABBI TECH
Відкрити в Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
Показати більше4 727
Підписники
-224 години
-217 днів
-9530 день
Архів дописів
4 727
Namicha garuma itti qabattu dhabde addunyaan. #ElonMusk
Dura Konkolaataa Elektriikaa(Tesla), Taaksii Qilleensa keessaa(SpaceX), as dhiyoo ammoo #Twitter bitee gara #X jijjiire, amma ammoo #TeslaMobile ifoomseera, Namichi maraataan kun qabeenya qabatamaa $218.6 B qabaachuun Dureessa 1ffaa bara 2023 dha.
Mobile Tesla tana #Silkonvally irraa bitee namni namatti sadaqatu hin jiruu dhiiroo...🧐
4 727
Football macthes
Kallattiin app kanaan ilaaluu dandeessu
➡️JOIN AND ➡️SHARE
╔════════════╗
⏩JOIN: @abbi_tech
⏩JOIN: @abbi_tech
╚════════════╝ ⇲
4 727
#Breaking_News
Biyyi Soomaaliyaa Tiiktookiifi Telegiraamii Balleessuu beeksiste.
Soomaaliyaan Tiiktookii fi Telegiraamii balleessitee kan jirtu yemmuu ta'u, keeniyaan ammoo Tiiktookii akka cuftu ibsiteetti.
Taateen kun gara Itiyoophiyaattis dhufuu waan danda'uuf naamoonni sooshaal miidiyaa fayyadamuu saba isaan gargaaranuuf, wantoota gaarii hojjachuuf itti fayyadaman sooshaal miidiyaa garaa garaa qabaachuun dirqama.
➡️JOIN AND ➡️SHARE
╔════════════╗
⏩JOIN: @abbi_tech
⏩JOIN: @abbi_tech
╚════════════╝ ⇲
4 727
Teelegiraamiin Maallaqa dabarsuuf fudhachuu!
Guyya har’aa Baankiin Hojii Gamataa Oromiyaa dhaabbata tekinoloojii faaynaansii Chaappaa waliin ta’uun, tekinoloojii haarawaa kaffaltii tajaajila faayinaansii karaa dijitaal-awaa dandeessisu Koop-Chaappaagiraam jedhamu eegale
Koop-Chaappaagiraam maamiltoonni haala salphaan karaa lakkoofsa Telegiraamiisaanii ‘chat bot’ qofa fayyadamuun bittaafi gurgurtaa raawwachuu, tajaajila dabarsa maallaqaa idil addunyaa argachuu, kaffaltiiwwan garaa garaa raawwachuu, tajaajila liqaa xixiqqaa dabalatee tajajila bittaa kaardii moobaayilaafi kan biraallee kan dandeessisudha.
Cooperative Bank of Oromia baankii keenya !😊
➡️JOIN AND ➡️SHARE
╔════════════╗
⏩JOIN: @abbi_tech
⏩JOIN: @abbi_tech
╚════════════╝ ⇲
4 727
Qabxiin barattoota kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoome.
Biiroon Barnoota Oromiyaa ibsa kenneen qabxii darbiinsaa
👉 Dhiiraaf 50% ol
👉 Dubaraaf immo 47% ol ta'uu hubachiiseera.
Barattoota Aanaalee Horsiisee Bulaatti qabxiin darbiinsaa
👉 Dhiiraaf 47% ol ,
👉 Dubaraaf 44% ol ,
Barattoota fedhii addaaf Dhiraaf 44% ol Dubaraaf 41% ol ta'uu Hooggana I/A Biirichaa Obbo Girmaa Baayisaa ifoomsaniiru.
Bara kana Barattoota qormata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa %95.1 ta'an gara kutaa 9ffaatti darbuus hubachiisaniru.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Barattonnii keenyaa qabxiin gaafa gadi dhiifame karaa toora intarneetii https://oromia.ministry.et/#/result beekuu akka danda'aan biirichi hubachiiseera.
➡️JOIN AND ➡️SHARE
╔════════════╗
⏩JOIN: @abbi_tech
⏩JOIN: @abbi_tech
╚════════════╝ ⇲
4 727
Koodiiwwan #Ethio_Telecom: :
*999# tajaajila ethio gabataaf
*127# tajaajila teleebirr fayyadamuuf
*810# tajaajila liqii fayyadamuuf
*994# tajaajila wiirtuu quunnamtiidhaaf
*804# Haftee herregaa ilaaluuf
*805# Heerrega guutuuf
*806# Heerrega dabarsuudhaaf
*807# Akka isiniif bilbilamu gaafachuuf
*822# Sagalee waamichaa fayyadamuuf
*21# Bilbila biraa irratti hidhuuf
#21# Bilbila hidhame hojii irraa kaaasuuf
*111# lakkoofsa bilbilaa keessan ilaaluuf
*868# tajaajila meeshaa waliin walqabateef
*922# tajaajila Yimulu tiif (Rabsitoota Qofaaf)
⚠️ JOIN AND SHARE👇
@Abbi_Tech
4 727
🥳Congrats🫡
🌐Interneetiin VPN & Proxy malee hojjachuu jalqabee jira🌐
➡️Share & Join Us•
⏩Channel •|| @Abbi_Tech
4 727
Chaanaalii kanarraa👇
■Games
■APPS
■Programming
■Tech news
■Tech tips argattu!
♡Join & Share with your friends!
📥Contact Us: @Abiti_20
📠 Yaada
👥 @Abbi_aabot
👉Youtube kenyaa https://youtube.com/channel/UCZeba5_l_uFgX1PepuRH5pw
4 727
#Eid_Mubarak
Hordoftoota Amantaa Musliimaa maraan baga ayyaana Arafaa Hijiraa 1444 geessan
4 727
Repost from ABBI TECH
Akkamitti data interneetii xiqqa'aa ykn qusachuu dandeenya kan jedhu
Link kan fayyadamuu laallu dandeessu 👇👇
https://youtu.be/LtpMpriq6HQ
4 727
👨💻Akkam jirtu? hordoftoonni chaanaalii @Abbi_Tech Har'aan kanammoo Namoota bilbilli keessan Tiratu/saffisaan isiiniif hin ajajamneef furmaata ni ta'a kanan jedhee yaaduun isinitti hima. Hamma dhumaatti dubbistanii saffisa bilbila keessanii dachaa 2(2x)dabaluu dandeessu. Kana kan goonu apk tokko osoo hin fayyadamin goona. ☑️Step kanaa gadii hordofaa✔️✔️✔️
1️⃣Settings bilbila keessanii seentu
2️⃣Gara gad jalaa "system" kan jedhu tuqxu
3️⃣Achiin booda "about phone" kan jedhu cuqaastu.
4️⃣Gara gad jalaa "build number" kan jedhu si'a torba cuuqaastu.
5️⃣San booda of duuba yeroo deebitan "developer options" kan jedhu isiniif dhufa
6️⃣Achiin booda isarratti cuqaastu
7️⃣san booda Gara gadii gad deemtanii "window animation scale" kan jedhu tuqxu.
9️⃣Achiin booda 1x kan ture gara 0.5x jijjiirtu.
1️⃣0️⃣Ammas "transition animation scale" kan jedhu 0.5x tti jijjiirtu.
1️⃣1️⃣Kan dhumaa "animator duration scale" kan jedhus gara 0.5x tti jijjiirtu.
✅Tricks kun bilbiloota hundarratti ni hojjata.
Isiniif tricks kana fayyadamtanii bilbila keessan saffisa isaa dabaluu dandeessu.
😀Don't copy without credit!
✅Galatoomaa✅
➡️Share & Join Us•
⏩Channel •|| @Oro_Tech_Tips
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
