ABBI TECH
Відкрити в Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
Показати більше4 727
Підписники
-224 години
-217 днів
-9530 день
Архів дописів
4 727
Yeroo namni isiniif bilbilu osoo harka keessaniin hin tuqiin kaasu kan isin dandeessisu maala haaraa
4 727
Repost from ABBI TECH
🎙Radio kan biyya barbaaddanii dhaggeeffachuuf app bareedaadha✅
📢 | ■ @Abbi_tech
4 727
Bakka Guddaa Ga'uuf Waan
Guddaa Irraa Eegaluu Hin Qabdu!
Wantoota 3 (sadi) jireenya namaa keessa jiranii fi ciminaan irratti hojjechuu qabdu.
⓵ Kaleessa
⓶ Har'a
⓷ Bori
✪ Namoonni baay'een kaleessa miidhamaniiru ta'uu danda'a.
Har'a irra dhaabatanii waa'ee kaleessaaf dhiphachuun, abdii fuulduratti adeemuuf namni qabu gadi buusa.
⌲ Har'i kaleessa irra ni caala.
⌲ Har'i boruuf murteessaa dha.
⌲ Kaleessi gaariis ta'u gadhees darbeera.
⌲ Guyyaan har'aa milkaa'ina boriitiif si qopheessa.
⌲ Boriif jennee obsina.
Namoonni baay'een kan dhiphataniif, kan jeeqamanii fi of ajjeesaniif haalli jireenyaa ta'uufii didee miti. Waan barbaadan dhabaniifis miti.
Guyyaa borii maaltu akka jiru,
maaltu akka ta'u jalaa dhokate.
Guyyaan "bori" jedhamu itti argamuu dhabuu irraan kan ka'ee dha.
❓Nama guddaa ta'uu ni barbaaddaaree?
❍ Har'a Karoora kee barreessi!
❍ Har'a irratti hojjedhu!
❍ Guddinaa fi Milkaa'ina ati itti of hin eegne irra geessa. @segnigudeta
4 727
Naannoo jiraannu keessa namoota gosa sadiitu argama:
1. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an gonkumaa hin amanne.
° Isaanis namoota jireenyi gaariin jira jedhanii hin amanne (comfortable zone) keessatti kufanii kan argamanidha.
2. Namoota qalbiin isaanii gar-tokkeen milkaa'ina gonfachuu akka danda'an amananidha.
3. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an amantii guutuu qabanidha.
➡️ Ati sadan keessaa kam keessatti argamtaa?
4 727
Hanna Interneetaa irraa wal-eegaa, ofeegaa, maatii keessan eegaa.
-------------------------------------------------------------
.
Interneetaan Mallaqa argattu jedhanii hawaasni saamamaa jira!
Dhaabbatichi: ' Kmall corporation online money making' ofiin jedha
Akkamitti Ummata Saamaa jiru:
"Jalqaba namni tokka link wayii gubbaatti jara kana biratti galmaa'a. Sana booda Account akka waan banametti ilaallama jechuudha. Namni account isaan biratti banate kun initial deposit jedhanii Herreega baankii nama dhuunfaa gubbatti qarshii 500 dabarse screen shoot godhee karaa telegraamii ergaaf. Sana booda #Task waan jedhamu wayiitu jira. Innis VIP1, VIP2,...VIP5 Jedhee jira. Hojii jalqabsiisi waan jedhu tokkotu . Yeroo kana VIP1 irraa jalqabdaa jechuudha. Haga kana hunda maallaqa heerrega namoota dhuunfaa adda addaa irratti darba jechuudha birriin. Mallaqni kan gadi siif dhiifamu yoo 'level' itti aanutti darbite siin jedhu malee ni sobu. gaafa baafachuuf jettu gibira dhibbeentaa hanmmana kafali jedhamta. Wanticha jalqabdee jennaan yoo qarshii kee laateema dhiista ta'e malee dhiisuu hin dandeessu. Hojiichi wal qabaatadha,osoo isa tokko hin xumuriin gidduudhaan qarshii si gafaata,yoo bafaachuuf jette task siif kenname xumurii jedha osoo hin gulaanta ta'e si deemsise gidduudhaan 'commission' ol guddisee qarshiin kee gahaa miti jedha. Yoo qarshii dabaaltu taksii/tax xummurtu malee bafaachuu hin dandeessu jedha. Akkaataan jarri ittiin hataa jirtu baayee wal xaxaadha."
Haalota walfakkaatuun yeroo ammaa namootni mallaqa saamamne jedhan: Isa tokko Mil.1.5 ol, inni tokko Kuma 22 ol, kaan Kuma 4, fikkf nyaatamaniiru ykn mallaqa biraa akka dabalaman gaatamanii abdii kutatanii dhiisaniiru.
Adeemsi hojicaa kanuma #FIAS fa'a Mallaqa Bil.100 ol ittiin ummata saamee kan fakkaatu waan taheef mallaqa hamma barbaadan yoo walitti qabatan isaanis achuma buutee tahu waan taheef hojii akkasii irratti hirmaachuu irraa ofeeffannoo gochuu feesisa, firaaf maatiis eeguu feesisa.
Mootummaanis Ummanni akka hin saamne garee seeraan-alaa kanaafi walfakkaatan irraa ummata baraaruuf hojjachuu qaba.
Qaamni nageenya biyyattii Odeeffannoo dabalataa yoo kan barbaaduu Maqaa Namootaa, Lakkoofsa baankii, lakkoofsa bilbilaa kanneen Mallaqa ummata irraa funaanaa jiran kanneenii muraasa na qaqqabee waan jiruuf dabarsee nan kennaaf.
Hanna Interneetaa irraa wal-eegaa, ofeegaa, maatii keessan eegaa... #Share godhaa waliif dabarsaa
Galatoomaa
Abdisa Bancha Jara
4 727
Hanna Interneetaa irraa wal-eegaa, ofeegaa, maatii keessan eegaa.
------------------------------------------------------------- Guutuu isaa 👇
.
4 727
"Qarshii Hamma Barbaadde
Irratti Barreeffadhu!" Bill Gate
Guyyaa tokkodha gaazexeessituu tokkotu Duureessa Addunyaa kanaa kan ta'e Bill Gate waliin af-gaaffii (interview) gooti. Gaazexessitittiin gaaffii ishee keessatti, "dhoksaan fiixaan ba'insa keessanii maaliidhaa?" Jettee isa gaafatti.
Duuressi kunis gaazexeessituu kanatti check qullaa itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheenis, akka nama fedhii hin qabneetti check sana ofirraa dhiibaa, "lakki ani akkas jechuu barbaadeen miti, dhoksaan fixaan ba'insa keessanii maal akka ta'e isin gaafachuu barbaadeeni" jetti.
Bill Gate ammas irra deebiin check kana itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheen garuu ni didde. Duureessi addunyaa kun check kana itti argisiisaa, "dhoksaan fiixaan ba'insakoo carraa amma akkan siin si qaqqabee kana otuu of jalaa gubiin itti fayyadamuukoodha, dhoksaan milkaa'inakoo carraan argadhe hundaasaatti fayyadamuukoodha.
Otuu ati carraa amma siif kenname kanatti fayyadamte, silaa yoona kana gaazexeessituu duureetti addunyaa kanaa ta'uu dandeessa ture. Ani carraa laman siif kenne. Addunyaan kun carraa lama namaaf hin kennitu, carraa tokkittii si qaqqabeen itti fayyadamuun dhoksaa fiixaan ba'umsaati" ittiin jedhee
Bill Gate gaazexeessituu sanaaf carraa lama kennee ture isheen garuu itti hin fayyadamne. Otuu itti fayyadamtee silaa akkuma inni jedhe dureettii addunyaa kanaa taati ture. viv Tadele Fekadu TD
Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a Jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba.
Positive mind find opportunity in everything. While negative mind find fault in everything @Abbi_tech
Namonni baay'ee carraa jireenya isanii ittiin jijjiiran hedduu argaatu Sookoo fi soorgoo osoo itti basanni jireenya isanii hin malee jiraatu.
4 727
Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a.
4 727
Akkamittan Rakkoo Koo Keessaa Bahuu Danda'a? Har'a irraa eegalta
❍ Waan barbaadde qofa irratti xiyyeeffadhu!
1. Sammuu kee keessatti, bu'aa barbaaddu irratti yaadi!
2. Qabatamaan: Namoota bu'aa barbaadan beekan waliin ta'i!
3. Miidiyaalee bu'aa keetiif karaa si agarsiisan qofa hordofi!
4. Kitaabilee bu'aa barbaaddu akkamitti akka argattu sitti agarsiisan dubbisi!
5. Hojii gara waan barbaaddutti si geessu guyyaa guyyaan, tolaan illee, jaalala onnee keetiin hojjedhu!
6. Rakkoo, qalbii keetiin baattee deemuuf fedhii hin qabaatin!
7. Jecha keetiin yeroo hundumaa waa'ee fedhii keetii haasa'i!
8. Waa'ee waan ta'aa jiruu osoo hin taane, waan ta'uu barbaaddu haasa'i!
Guyyaa guyyaan wantoota kana qofa hojjedhu!
9. Halkan kontiraata kee cufiitii waan boriif sirreeffamuu qabu yaadi!
10. Halkan utuu hin ciisin dura daqiiqaa digdamaaf siree irra ciisiitii jireenya akka fiilmii bal'inaan jiraattu yaadi! Kanas akkuma ganama hirriibaa kaateetti raawwadhu!
11. Fedhii keetiin kana yommuu gootu qalbiin kee ofumaan gara yaada gaarii bu'aa addaatti si geessa! Sana booda fedhiidhaan qalbii kee gara yaada fedhii keetti si geessa. Kun salphaatti qalbii leenjisuu jechuudha. Kana irra deddeebitee yommuu gootu bu'aa dinqii karaa miidiyaa namoota hedduu barsiisuu dandeessu argatta.
Namni bu’aa yaada isaa lafa irratti argamuuti. Gaaftokko seenaa milkaa'inaa kee ummataaf yeroo dhiheessitu nan arga. Hiriyootaaf share godhi!
👍 ❤ 🗨️ ♂️
𝒍𝒊𝒌𝒆 𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕 𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆
4 727
DV-2025ndhumuuf guyyaa muraasatu hafe Warri hin guunne guuta💻 👇👇👇 https://youtu.be/5qKjWl88JI0?si=H1Z3y85AujAxlIm_
4 727
Namoota Qarshii Hojjechuu Barbaaddaniif 👇 👇
✅Nama Tokko yeroo affeertan Qarshii 3 Kaffalaa jira🤖
http://t.me/ET_Click_Bot?start=1170583016
4 727
#Telegram irratti qarshii hojjachuu yoo barbaaddan, bot kanaa gad jiru fayyadamuu dandeessu 👇👇👇
http://t.me/ET_Click_Bot?start=1170583016
🌫 NB: Nama 1 yeroo affeertan, qarshii 3 isiniif kaffala
4 727
💥Arab "Mobil" Oil invites you to participate in the lottery💥
❤️❤️Lucky Wheel (First Prize: iPhone 15 Pro Max)❤️❤️
💸💸Sign in every day and receive 0.3 USDT for free💸💸
🔴🟢 Directly participate in the investment in the "Mobil" oil exploration project:
A. Project daily income: 1.58%-2.68%
B. Investment project amount: 10USDT-1000000USDT
C. Income dividend method: hourly income, the system will automatically distribute dividends once
💵Invite an investor to receive a direct reward of 2USDT during the promotion, and the reward will arrive in your account within 3 minutes! 💵
💸Member promotion three-level agent reward (level one 5% + level two 3% + level three 2% = total 10%)💸
Telegram customer service: https://t.me/MobilOil6
Telegram customer service: https://t.me/MobilOil3
Telegram VIP group: https://t.me/MobilOil88
Registration link: https://mobiloil88.com/E6fA8E
🏆Petroleum extraction has enabled individuals to invest and participate in the extraction🏆
4 727
Akkamitti akka #DV-2025 Guutan video isiiniif hojjenne jira kaanf dhaqa guutadha caarra keessaan laalla
https://youtu.be/5qKjWl88JI0?si=H1Z3y85AujAxlIm_
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
