uz
Feedback
ABBI TECH

ABBI TECH

Kanalga Telegram’da oβ€˜tish

Chaanaalii "ABBI TECH" βœ… Games βœ… APPS βœ… Programming βœ… Tech News βœ… Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❀️ Join & Share with your friends! πŸ“₯ Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et

Ko'proq ko'rsatish
4 727
Obunachilar
-224 soatlar
-217 kunlar
-9530 kunlar
Postlar arxiv
Yeroo namni isiniif bilbilu osoo harka keessaniin hin tuqiin kaasu kan isin dandeessisu maala haaraa

Sagalee keessaniin silkii keessan to'achuuf kan isin gargaaru

Repost from ABBI TECH
πŸŽ™Radio kan biyya barbaaddanii dhaggeeffachuuf app bareedaadhaβœ… πŸ“’  | β–  @Abbi_tech

βœ… Appilikeeshiniiwwan adda adda Argachuu barbaadda ?

Bakka Guddaa Ga'uuf Waan Guddaa Irraa Eegaluu Hin Qabdu! Wantoota 3 (sadi) jireenya namaa keessa jiranii fi ciminaan irratti
Bakka Guddaa Ga'uuf Waan Guddaa Irraa Eegaluu Hin Qabdu! Wantoota 3 (sadi) jireenya namaa keessa jiranii fi ciminaan irratti hojjechuu qabdu. β“΅ Kaleessa β“Ά Har'a β“· Bori βœͺ Namoonni baay'een kaleessa miidhamaniiru ta'uu danda'a. Har'a irra dhaabatanii waa'ee kaleessaaf dhiphachuun, abdii fuulduratti adeemuuf namni qabu gadi buusa. ⌲ Har'i kaleessa irra ni caala. ⌲ Har'i boruuf murteessaa dha. ⌲ Kaleessi gaariis ta'u gadhees darbeera. ⌲ Guyyaan har'aa milkaa'ina boriitiif si qopheessa. ⌲ Boriif jennee obsina. Namoonni baay'een kan dhiphataniif, kan jeeqamanii fi of ajjeesaniif haalli jireenyaa ta'uufii didee miti. Waan barbaadan dhabaniifis miti. Guyyaa borii maaltu akka jiru, maaltu akka ta'u jalaa dhokate. Guyyaan "bori" jedhamu itti argamuu dhabuu irraan kan ka'ee dha. ❓Nama guddaa ta'uu ni barbaaddaaree? ❍ Har'a Karoora kee barreessi! ❍ Har'a irratti hojjedhu! ❍ Guddinaa fi Milkaa'ina ati itti of hin eegne irra geessa. @segnigudeta

Naannoo jiraannu keessa namoota gosa sadiitu argama: 1. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an gonkumaa hin amanne. Β° Isa
Naannoo jiraannu keessa namoota gosa sadiitu argama: 1. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an gonkumaa hin amanne. ° Isaanis namoota jireenyi gaariin jira jedhanii hin amanne (comfortable zone) keessatti kufanii kan argamanidha. 2. Namoota qalbiin isaanii gar-tokkeen milkaa'ina gonfachuu akka danda'an amananidha. 3. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an amantii guutuu qabanidha. ➑️ Ati sadan keessaa kam keessatti argamtaa?

Hanna Interneetaa irraa wal-eegaa, ofeegaa, maatii keessan eegaa. ------------------------------------------------------------- . Interneetaan Mallaqa argattu jedhanii hawaasni saamamaa jira! Dhaabbatichi: ' Kmall corporation online money making' ofiin jedha Akkamitti Ummata Saamaa jiru: "Jalqaba namni tokka link wayii gubbaatti jara kana biratti galmaa'a. Sana booda Account akka waan banametti ilaallama jechuudha. Namni account isaan biratti banate kun initial deposit jedhanii Herreega baankii nama dhuunfaa gubbatti qarshii 500 dabarse screen shoot godhee karaa telegraamii ergaaf. Sana booda #Task waan jedhamu wayiitu jira. Innis VIP1, VIP2,...VIP5 Jedhee jira. Hojii jalqabsiisi waan jedhu tokkotu . Yeroo kana VIP1 irraa jalqabdaa jechuudha. Haga kana hunda maallaqa heerrega namoota dhuunfaa adda addaa irratti darba jechuudha birriin. Mallaqni kan gadi siif dhiifamu yoo 'level' itti aanutti darbite siin jedhu malee ni sobu. gaafa baafachuuf jettu gibira dhibbeentaa hanmmana kafali jedhamta. Wanticha jalqabdee jennaan yoo qarshii kee laateema dhiista ta'e malee dhiisuu hin dandeessu. Hojiichi wal qabaatadha,osoo isa tokko hin xumuriin gidduudhaan qarshii si gafaata,yoo bafaachuuf jette task siif kenname xumurii jedha osoo hin gulaanta ta'e si deemsise gidduudhaan 'commission' ol guddisee qarshiin kee gahaa miti jedha. Yoo qarshii dabaaltu taksii/tax xummurtu malee bafaachuu hin dandeessu jedha. Akkaataan jarri ittiin hataa jirtu baayee wal xaxaadha." Haalota walfakkaatuun yeroo ammaa namootni mallaqa saamamne jedhan: Isa tokko Mil.1.5 ol, inni tokko Kuma 22 ol, kaan Kuma 4, fikkf nyaatamaniiru ykn mallaqa biraa akka dabalaman gaatamanii abdii kutatanii dhiisaniiru. Adeemsi hojicaa kanuma #FIAS fa'a Mallaqa Bil.100 ol ittiin ummata saamee kan fakkaatu waan taheef mallaqa hamma barbaadan yoo walitti qabatan isaanis achuma buutee tahu waan taheef hojii akkasii irratti hirmaachuu irraa ofeeffannoo gochuu feesisa, firaaf maatiis eeguu feesisa. Mootummaanis Ummanni akka hin saamne garee seeraan-alaa kanaafi walfakkaatan irraa ummata baraaruuf hojjachuu qaba. Qaamni nageenya biyyattii Odeeffannoo dabalataa yoo kan barbaaduu Maqaa Namootaa, Lakkoofsa baankii, lakkoofsa bilbilaa kanneen Mallaqa ummata irraa funaanaa jiran kanneenii muraasa na qaqqabee waan jiruuf dabarsee nan kennaaf. Hanna Interneetaa irraa wal-eegaa, ofeegaa, maatii keessan eegaa... #Share godhaa waliif dabarsaa Galatoomaa Abdisa Bancha Jara

Hanna Interneetaa irraa wal-eegaa, ofeegaa, maatii keessan eegaa. -----------------------------------------------------------
+9
Hanna Interneetaa irraa wal-eegaa, ofeegaa, maatii keessan eegaa. ------------------------------------------------------------- Guutuu isaa πŸ‘‡ .

"Qarshii Hamma Barbaadde Irratti Barreeffadhu!" Bill Gate Guyyaa tokkodha gaazexeessituu tokkotu Duureessa Addunyaa kanaa kan ta'e Bill Gate waliin af-gaaffii (interview) gooti. Gaazexessitittiin gaaffii ishee keessatti, "dhoksaan fiixaan ba'insa keessanii maaliidhaa?" Jettee isa gaafatti. Duuressi kunis gaazexeessituu kanatti check qullaa itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheenis, akka nama fedhii hin qabneetti check sana ofirraa dhiibaa, "lakki ani akkas jechuu barbaadeen miti,  dhoksaan fixaan ba'insa keessanii maal akka ta'e isin gaafachuu barbaadeeni" jetti. Bill Gate ammas irra deebiin check kana itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheen garuu ni didde. Duureessi addunyaa kun check kana itti argisiisaa, "dhoksaan fiixaan ba'insakoo carraa amma akkan siin si qaqqabee kana otuu of jalaa gubiin itti fayyadamuukoodha, dhoksaan milkaa'inakoo carraan argadhe hundaasaatti fayyadamuukoodha. Otuu ati carraa amma siif kenname kanatti fayyadamte, silaa yoona kana gaazexeessituu duureetti addunyaa kanaa ta'uu dandeessa ture. Ani carraa laman siif kenne. Addunyaan kun carraa lama namaaf hin kennitu, carraa tokkittii si qaqqabeen itti fayyadamuun dhoksaa fiixaan ba'umsaati" ittiin jedhee Bill Gate gaazexeessituu sanaaf carraa lama kennee ture isheen garuu itti hin fayyadamne. Otuu itti fayyadamtee silaa akkuma inni jedhe dureettii addunyaa kanaa taati ture. viv Tadele Fekadu TD Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a Jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba. Positive mind find opportunity in everything. While negative mind find fault in everything @Abbi_tech Namonni baay'ee carraa jireenya isanii ittiin jijjiiran hedduu argaatu Sookoo fi soorgoo osoo itti basanni jireenya isanii hin malee jiraatu.

Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan
Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a.

Akkamittan Rakkoo Koo Keessaa Bahuu Danda'a? Har'a irraa eegalta ❍ Waan barbaadde qofa irratti xiyyeeffadhu! 1. Sammuu kee keessatti, bu'aa barbaaddu irratti yaadi! 2. Qabatamaan: Namoota bu'aa barbaadan beekan waliin ta'i! 3. Miidiyaalee bu'aa keetiif karaa si agarsiisan qofa hordofi! 4. Kitaabilee bu'aa barbaaddu akkamitti akka argattu sitti agarsiisan dubbisi! 5. Hojii gara waan barbaaddutti si geessu guyyaa guyyaan, tolaan illee, jaalala onnee keetiin hojjedhu! 6. Rakkoo, qalbii keetiin baattee deemuuf fedhii hin qabaatin! 7. Jecha keetiin yeroo hundumaa waa'ee fedhii keetii haasa'i! 8. Waa'ee waan ta'aa jiruu osoo hin taane, waan ta'uu barbaaddu haasa'i! Guyyaa guyyaan wantoota kana qofa hojjedhu! 9. Halkan kontiraata kee cufiitii waan boriif sirreeffamuu qabu yaadi! 10. Halkan utuu hin ciisin dura daqiiqaa digdamaaf siree irra ciisiitii jireenya akka fiilmii bal'inaan jiraattu yaadi! Kanas akkuma ganama hirriibaa kaateetti raawwadhu! 11. Fedhii keetiin kana yommuu gootu qalbiin kee ofumaan gara yaada gaarii bu'aa addaatti si geessa! Sana booda fedhiidhaan qalbii kee gara yaada fedhii keetti si geessa. Kun salphaatti qalbii leenjisuu jechuudha. Kana irra deddeebitee yommuu gootu bu'aa dinqii karaa miidiyaa namoota hedduu barsiisuu dandeessu argatta. Namni bu’aa yaada isaa lafa irratti argamuuti. Gaaftokko seenaa milkaa'inaa kee ummataaf yeroo dhiheessitu nan arga. Hiriyootaaf share godhi! Β  πŸ‘Β Β Β Β  ❀        πŸ—¨οΈΒ Β Β Β Β Β Β Β  ♂️ Β  π’π’Šπ’Œπ’†Β Β Β  𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕   π’„π’π’Žπ’Žπ’†π’π’•Β  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆

DV-2025n dhumuuf guyyaa muraasatu hafe Warri hin guunne guutaπŸ’» πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/5qKjWl88JI0?si=H1Z3y85AujAxlIm_
DV-2025n
dhumuuf guyyaa muraasatu hafe Warri hin guunne guutaπŸ’» πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/5qKjWl88JI0?si=H1Z3y85AujAxlIm_

DV-2025n dhumuuf guyyaa muraasatu hafe Warri hin guunne guutaπŸ’»

Namoota Qarshii Hojjechuu Barbaaddaniif πŸ‘‡ πŸ‘‡ βœ…Nama Tokko yeroo affeertan Qarshii 3 Kaffalaa jiraπŸ€– http://t.me/ET_Click_Bot?start=1170583016

πŸŽ™Radio kan biyya barbaaddanii dhaggeeffachuuf app bareedaadhaβœ… πŸ“’  | β–  @Oro_Tech_Tipz

#Telegram irratti qarshii hojjachuu yoo barbaaddan, bot kanaa gad jiru fayyadamuu dandeessu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ http://t.me/ET_Click_Bot?start=1170583016 🌫 NB: Nama 1 yeroo affeertan, qarshii 3 isiniif kaffala

πŸ’₯Arab "Mobil" Oil invites you to participate in the lotteryπŸ’₯ ❀️❀️Lucky Wheel (First Prize: iPhone 15 Pro Max)❀️❀️ πŸ’ΈπŸ’ΈSign in every day and receive 0.3 USDT for freeπŸ’ΈπŸ’Έ πŸ”΄πŸŸ’ Directly participate in the investment in the "Mobil" oil exploration project: A. Project daily income: 1.58%-2.68% B. Investment project amount: 10USDT-1000000USDT C. Income dividend method: hourly income, the system will automatically distribute dividends once πŸ’΅Invite an investor to receive a direct reward of 2USDT during the promotion, and the reward will arrive in your account within 3 minutes! πŸ’΅ πŸ’ΈMember promotion three-level agent reward (level one 5% + level two 3% + level three 2% = total 10%)πŸ’Έ Telegram customer service: https://t.me/MobilOil6 Telegram customer service: https://t.me/MobilOil3 Telegram VIP group: https://t.me/MobilOil88 Registration link: https://mobiloil88.com/E6fA8E πŸ†Petroleum extraction has enabled individuals to invest and participate in the extractionπŸ†

Akkamitti akka #DV-2025 Guutan video isiiniif hojjenne jira kaanf dhaqa guutadha caarra keessaan laalla https://youtu.be/5qKj
Akkamitti akka #DV-2025 Guutan video isiiniif hojjenne jira kaanf dhaqa guutadha caarra keessaan laalla https://youtu.be/5qKjWl88JI0?si=H1Z3y85AujAxlIm_

TeraBox_ Cloud Storage Space_3.18.3_Apkpure.apk102.83 MB