741
Підписники
Немає даних24 години
-77 днів
-1730 днів
- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Приріст підписників
Триває завантаження даних...
Oduu Ammee
Simboon Muuziqaa Oromoo Artist Tadele Gemechu ammas deebi'ee dhufeera. Hanga Aalbemni isaa 4ffaa dhufutti, isa kanaan gurra hoo'ifadhaa waan nuun jedhe fakkaata.
Weellistoota Oromoo sadarkaa Aalbemaatiin hojii hedduu hojjetaniin fudhatamummaa guddaa argatan keessaa Taaddeen nama tokko. Ammas ammoo Aalbemni isaa 4ffaa guutuun gadi ba'uuf yeroo muraasatu hafe. Aalbemni Taaddee dhufaa jiru, hojiilee baayyee bibilchaatoo of keessa qaba. Hagasitti ammoo akkuma jalabuusaatti sirba haaraa ODUU AMMEE jedhu kana nu qaqqabsiisee jira.
Oduu Ammee caqasaa, si eegna. Nagaan kottu Taaddee.
#Congratulation!#🎴Commercial Bank Of Ethiopia🎴🚩 Bank Trainee Result
▪️Jimma District
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://bit.ly/3xLdwOd
▪️Debre Markos
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://bit.ly/41iP5Fl
▪️Woldia & Dessie District
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://bit.ly/3ke2T3D
▪️Gonder District
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://bit.ly/3Zc4x4n
Commercial Bank Of Ethiopia/Call For Recruitment - All jobs in one place
Commercial Bank Of Ethiopia / Bank Trainee Result/Call For Recruitment
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Baga Nagaan Biyya Jarman Geesse Artist keenya Jaalatamaa Caalaa Bultume Artist keenya Caalaa Bultume Guyyaa Arraa Concert Ajaa'ibaatiif Biyya Jarman Gaheera warri biyya Jarman jirtan hundi keessan irraa hin hafinaa wallee Artist Caalaa Guuyyaa Lama dura Qilleensarra Oolee kan akkaa bareedaa kana Link Kanaan Daawwadhaa Waliif Qoodaa share 👉👉 https://bit.ly/3GsAz4w
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Waaqni Bishaan Daadhiitti jijjiire, harrammo Qaallittii fi karchallee Mana Harrootaatti jijjiiraa Jira🙌
Оберіть інший тариф
На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.