cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Jaal Shurube Voice

𝐇𝐢𝐫𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚. 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐥𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐟a!

Більше
Рекламні дописи
5 057
Підписники
+1324 години
+1897 днів
+42830 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Baga wal argeen keessan milkiin goolabame Jaalan koo
Показати все...
18🥰 2
Odeessa PPn Miilishoota torbee 2 hin guunnee leenjiiftee xollaayii TATA 60 karaa waliisoo dabarsaa jirti ibiddatti naquuf.
Показати все...
👍 13
G/H/G/Wallaggaa aanaa horro bakka bataskaana Abboo jedhamtuutti kaadireenis muccuqqi jettetti kan Yaantoo sunimoo hin dubbatamuu.🤭 𝙊𝙧𝙤𝙢𝙞𝙮𝙖𝙖𝙣 𝘽𝙞𝙮𝙮𝙖
Показати все...
6👍 1
Cuunfaa Injifannoo Kuyyuu Gabra Gurraachaa ```````````````````````````````` ☆Akm 85 ☆Bkm 5 ☆Sniper 8 ☆Booji'amaan 17 ☆Morgaan 100 oli.     👉 𝙒𝘽𝙊n 𝙃𝙖𝙖 𝙒𝙖𝙖𝙧𝙪
Показати все...
2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Bobbaan Duula Irbuu Shinniggaa Jabaatee Akkuma itti fufetti jira. Bakka cufattuu Injifannoo galmaa'aa jir Giddu Gala oromiyaa Aanaa Kuyyuu. IUOf 𝙒𝘽𝙊 𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞
Показати все...
👍 13
00:14
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Warra haqa sabaaf of kenne, ammallee wal horaa, barakadhaa ! Oromiyaan Biyya IUO !
Показати все...
7.13 KB
11👍 7
Mataa Shiraa  Godina Qellem wallagaa Daagim Kaa Jedhamtu Oromoo fi Oromiyaa Baleesuuf ciftee takaa kana hin bulee Hojii sexaanf Digimtiin kana Qabenyaa Horatee Ammaa Gandaa Duwaa torbaa (07) yabaloo Kaa jiratuu Hojii Oromoo Duguguu Irratti Bobbatee Kaa jiratuu Mataa Shiraa Fa-annoo Lafaa qabachisuuf Halakanif Guyyaa Ifajaa kaa turte ammas Hojii kee Kanan Duraa irraa Itti calchiftee kaa jirtu Yeroo Darbee Tarkanfii qabenyaa Kee fi Konkolachisaa kee irraa akkaa ati baratuf ture ati garuu irraa baruu irraa itti Caltee jirtaa Hoojii badaa Itti fufute Magalaa Dembi Dolloo kessatti Bababara ati Maqaa Fan-noo-n ijartee jirtuu Hundaa Isaa Qorannee biraa genyee jiraa. Guyyaa dhengadaa Meshaa comnication (Radio Waranaa Qamaa Mafia PP Bakkaa bu'ee RIB ofiin jechuu irraa fudhee Fan-noof uttuu gessuu Konkolataa waalin qabamuun Harkaa Motummaa Mafia PP galuun isaa bekamadhaa Firiis Dinnii Haa dhagahuu Kana booda Qamaa Oromia kessaa Mandhefatee Oromoo fi Oromiyaa irratti Shiraa Dalaguu kaamifuu obsaa qabnuu Sittin himaa Qaamni Daagim Waalin Hidhataa Qabduu Hundii kee List kee nu biraa waan jiruuf Afaan Beektuun Qopha'ii nutti Kan hidhaneef mirgaa Oromoo fi Oromiyaa Kabachisuuf Lubbuu fi lafee kenyaa cabsaa Jira Hubachisa Oromoon iddoo jirtu Qamaa Fannoo Bakkaa bu'ee Dalaguu Eruu nu ladhaa!biyyoo irraa dhuftee biyyotti debitaa
Показати все...
👍 10
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Odeessa Keesso HGW Aanaa horroo bulluq kaleessa kaabinooti adabamte  >itti gaafatamaa qonnaa -1 >itti gaafatamaa buusaa gonofaa -1  fi >kaabinoota deemtee soba afuufaa ooltu -4 fi >Humna addaa oromiyaa -7 >Milishaa -3 fi madoon lakkoofsa hin qabne hospitaala shaambuu guuttee jirti.    Gam biraan HGW aanaalee hundaa keessatti biltsiginnaan qotee bulaa humnaan qabdee leenjisaa turte ammas irra deebiin kaleessaa kaastee qotee bulaa humnaan qabaa waan jirtuuf uummanni of eeggannoo taasisa jenna.
Показати все...
👍 18 1
Giddaa Ayyaanaa, #Jaangir PKM 2 AKM heedduu. Injifannoo💪 Jaal Gamtaa Wbo
Показати все...
👍 27 10
Фото недоступнеДивитись в Telegram
👍 2
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.