cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Magarsaa Qilxuu

Hundumtuu guuteet miti Irra keessa kolfinaa Kan kaleessaayyu hin qoorre Madaa keenya hin horfiinaa! we love Our flag!🟥🟩🟥

Більше
Рекламні дописи
5 426
Підписники
+1024 години
+587 днів
+16830 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

01:16
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Imaltun Imala Kaayyoo Hin Tessu
Показати все...
46.78 MB
🔥 6👎 1 1
Eeruu Jaallanif Toora Guddaattu Arjooti Waraanni Impayeera garee faannoo naanno sana keessa riphxee jirtu waliin ta'un bakka Fuhaafate jedhamu qabatte wan jirtuf jaallan toora sana jirtan akka itti xiyyeeffattan dhaamna.
Показати все...
~Nageenyi Qawwee WBOn, Malee Marii Kijibaa PPn, Addunyaa Gowwomsuuf Gaggeessaa Jirtuun Hin Argamu! ~~ Nageenyi waaraa marii kijibaa PPn utuu hin taane rasaasa afaan qawwee WBOn, baatu keessaa dhuka'uun argama. Of-gowwomsuun hintaatu! Uummanni keenya hin burjaaja'inaa! Murni PP, marii siyaasaa waltajjii Idil-Addunyaa gubbaatti WBO waliin gooteen erga injifatamtee as shiraafi daba hanqaaquun siyaasa tortoraa harkatti alaa'e mi'eeffachuuf har'a marii biyyaalessaa jechuun kaadirootaafi deggertoota ishee walitti qabdee Addunyaa gowwomsuuf yaalaa jirtii, argi. Nageenyi waaraa argamuu kan danda'u sobaan utuu hin taane dhugaani. Dhugaan sun ammoo murna PPf liqimfamaa waan hin jirreef dhugichis ejjennoo mataa isaan nagaa waaraa Gaanfa Afriikaatti buusuuf hidhannoo mudhiifi sammuu jabeeffachuun falma gubbaa jira. Dhugaan humna! Dhugaan injifannoodha. Laal! Afaan qawween cabne ammoo afaan qawween impaayeerattii diignee bilisummaa keenya akka ofii keenyaa barbaannetti gonfanna. Marii kijibaa PPn mootummoota Addunyaa gowwomsuuf gaggeessaa jirtu ittuu Impaayeerattii badduu baasa, quba qabaadhu! Oromiyaan Biyya!
Показати все...
👍 18
Somaalee fi Affaar daangaa irratti wal lolaa jiru. Lolli kun guyyaa lammaffaa qabatee jira.
Показати все...
Harargee lixaa aanaa Ciroo wajjiira polisii Dhagaa Cabsaa irratti injifannoo boonsaa fudhateera leencichi. IUOf
Показати все...
👍 7 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Godina shawaa kabaa aanaa Warra Jarsooti Samichaa fi reebichaa hamaa kan gaggessaa turan qarshi saamaa turan 460,000 waliin qabaman jiru.
Показати все...
👍 8👏 1
Irree ofii jabeeffachuu Hiree ofii murteeffachuu Eebba milkii.
Показати все...
7👍 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Warri Afaan Tokkoo Amantii Tokkoo Biyya Tokkoo Iluu Abbaa Booriti mana amatii "Qalee Hiwoot" haala argitan kanaan gubaan barbadeessan jiru. Namooni utuu waaqeffatan taate sana irratti miidhaman heeddun yaalaf hospitaala magaalaa Mattu jiru.
Показати все...
👍 2 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Haabadan Hin Nyaattu Suuraan kun loonii fi re'oota ummataa  aanaa Martii ganda Wotaroo diinoo Ardaa Dileebaati.  Caamsaa 29/2024  waraanni pp humnaan dhaanun isiin warra WBO jiraachiisu jettee erga irraa ooffatteen booda iddoo isheen itti qalachaa jirtutti irreef gaachanni sabaa jajjabeen Cibraa Hambaa Aanoolee itti shiduun heedduu ishee du'aaf madoon adabee  harkaa buusuun ummaatichaaf dachaaseedha !! IUOf
Показати все...
23👍 4
Kibbatti waraana PP qofaa miti Worqii diinni saama tureelle okkoteen too'atameera!
Показати все...
👍 4🔥 1