แฅซแญกJireenya Jaalalaa โค๐ฉโก๐ช
๐๐ฅฐJaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattuโฃ๐๐คฉ๐ฅฐ๐๐โฃ๏ธโค๏ธโ๐ฅ ๐๐ ๐คฃ๐Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo๐๐
ะัะปััะต31 777
ะัะดะฟะธัะฝะธะบะธ
-924 ะณะพะดะธะฝะธ
+527 ะดะฝัะฒ
+90630 ะดะฝัะฒ
- ะัะดะฟะธัะฝะธะบะธ
- ะะตัะตะณะปัะดะธ ะดะพะฟะธัั
- ER - ะบะพะตัััััะฝั ะทะฐะปััะตะฝะฝั
ะขัะธะฒะฐั ะทะฐะฒะฐะฝัะฐะถะตะฝะฝั ะดะฐะฝะธั ...
ะัะธัััั ะฟัะดะฟะธัะฝะธะบัะฒ
ะขัะธะฒะฐั ะทะฐะฒะฐะฝัะฐะถะตะฝะฝั ะดะฐะฝะธั ...
.
GOSOOTA JAALALAA
TYPES OF LOVE
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ Jaalalli araada (suusidha). Kanaaf guutuu ta'ee hin argamne. Jaalalli si'eessssituu mataa isaa qaba. Ishiin ammuma itti baay'attu fi keessa hir'attu amala jaalalaa jijjiirti. Jaalalli yoo xiqqaate miira, walitti dhiyeenya fi iftoomina walii qabaachuu gaafata. Jaalalli gosuma tokko kan qabu ta'uyyuu haala namaatin gargar hiramuu danda'a.
๐ Jaalala obbolummaa/Affectionate Love
Jaalalli gosa kanaa waliin jireenya fi walitti dhiyeenya irraa madda. Kabaja walii qabaachutu mul'ata. Jaalala hiriyummaati. Darbee gara jaalala biraattis guddachuuf carraa qaba.
๐ Jaalala Ho'aa/Romantic Love
Namoonni gosa jaalala kanaan kufan boca qaama ilaalaniiti. Haala deemichaa, dhaabbii qaamaa, hawwannaa qaama ishii/isaa ilaalanii jaalalatti seenu. Warri jaalala gosa kanaa keessa seenan ulagaalee kan akka sabummaa, amanti fi kan kana fakkaatu dhimma isaanii miti. Boca/shape waan ta'eef namni biraa akka ilaalu hin fedhan. Inaaffan kan guuttamaniidha. Wal dhoksuu barbaadu. Osoo danda'amee wal liqimsanii yeroo ofii barbaadan qofa dirreetti wal baasuu barbaadu.
๐ Jaalala Miiraa/ Passionate Love
Warri jaalala kanaan qabaman warra miiran hogganamaniidha. Garuu kan turu amma miirri sun qorrutti fi walqunnamtii saalaa jalqabaa booda laafaa deemuu danda'a. Sirumaayyuu yoo ture jibbisiisadha.
๐ Jaalala Fakkaataa/Logical Love
Jaalala karooran gaggeeffamuudha. Irra caalatti ishiif inni wantoota wal fakkaatu qabaachuu qabu. Umurii, hojii, saba, amantaa fi kan kana fakkatan kan ilaalcha keessa galaniidha. Mi'aa baay'ee qabaachuu baatus hin nuffisiisu. Wanti bitaa namatti galu muraasa.
๐ Jaalala sababaa/Casual Love
Jaalala dhimmi yookin rakkoon wayii walitti isaan fideen uumamuudha. Warra rakkoo, iccitii walii walitti himaniidha. Akka oolmatti hin lakka'amu.
๐ Jaalala Gowwaa/Foolish Love
Waanuma xiqqoo arguudhan warra jaalalaan kufaniidha. Suura isaa/ishii qofa arguudhan, barreeffama qofa yookin sagalee qofa dhaga'uudhan warra jaalalatti seenaniidha. Kan karaa feesbuukii taasifamu fakkeenya gaarii kanaaf ta'uu danda'a.
๐ Jaalala Tarkaanfataa/Possessive Love
Jaalala beekkamtiidhaf taasifamuudha. Nama sirritti beekkamu kan ofii godhachuu kan jibbu hin jiru. Jaalallee nama beekkamaa ta'uuf dhamaatii gaggeeffamuudha. Garuu nama san biratti nu tuffachiisuu hin oolu.
๐ Jaalala Oolmaa/UnSelfish Love
Warri jaalala kanatti seenan warra rakkoo yookin miidhaa wayii irraa nu baraare tokkoof tole jechuudha. Jaalalli nama sanii nu qabee osoo hin taane oolman inni/ishiin nu oole nutti waan ulfaatuf of dabarsanii laachudha.
๐ Jaalala Taphaa/Game playing
Daa'imti yeroo dhoqqee keessa gangalattee of daallessitu omaa itti hin fakkaatu. Kuni jaalala jedhamuu baatus fedhii ofii ba'uuf kan taasifamuudha. Dheebuu fedhii foonii ba'uuf kan itti seennamuudha. Gosti jaalala kanaa jechoota hawwatoo fi mimi'aawaniin kan guuttaman kan salphaatti onnee baqaqsanii seenaniidha.
๐ Jaalala Duwwaa/Empty Love
Jaalala omaa hin qabneedha. Jaalalli kun waanuma salphaadhan otoo omtuu hin uumamne siifan du'a, siifan maraadhe, si malee jireenyi naaf hin taatu jedhanii sobaan garaa wal guutudha.
๐ Jaalala Ofittummaa/Selfish Love
Jaalala of jaalannaa irraa madduudha. Amma qabeenyi jirutti qofa kan turuudha. Gaafa waa jiru ho'ee mul'ata. Fayidaa ofii karaa ittiin guutan barbaaduu malee jaalalli hiriyaa keenya baay'ee kan nama dhiphisu miti.
๐ Companion Love
Jaalalli kun hawwii dheeraa kan qabuudha. Irra caalatti kanaaf dubaratu saaxilama. Daftee jaalala ho'aa keessa seenun bultii ijaarrachuudhaf fiigdi. Dhaluudhafis heedduu sardamti. Jaalala ilmoo warra qabaniidha.
๐ Jaalala hanga du'aa/Consummate Love/Enduring
Jaalala umurii dheeraa qabuudha. Jaalala uuma fi uumamni jaalatuudha. Jaalalli dhugaan isa kana. Warraa wal jaalatanii amma du'anitti kan itti fufaniidha. Walqixa jireenya ofii keessatti lachuu kan dhama'an. Warra jaalalan kufan osoo hin taane warra jaalalaan ijaarramaniidha.
โโโโโฝโยปโ๐ฅโฟยป๐ฅโโฝโโโโโ
@iccitii_Jaalalaa
@iccitii_Jaalalaa
โค 38๐ 32๐ฅฐ 3โคโ๐ฅ 2
Yeroo baay'ee namoonni tokko tokko yoo ati kolfitu yeroo si argan wanta boosssu itti hin fakkaatu wanta gadditu itti hin fakkaatu halkanii guyyaa wanta kolfitu itti fakkaata. Haa ta'u malee keessa kee kan beeku sii fi uuma kee qofa.
Icciitii Jireenya keetii nama kamiifuu ibsuun sin barbaachisu Namoonni jireenya kee kan tilmaaman akka ilaalcha fi dandeettii isaanitti qofa. Kun immoo jireenyaf eenyummaa kee akkasumas gatii kee ibsuu hin danda'u.
Gatii kee kan beeku suma qofa Leenci leencummaa isaa eenyumaafuu hin ibsu.
Gochaan itti agarsiisa kanaafuu ati eenyumaa kee namoonni kallattii gara garaatin jajal'isanii odeessanis tasumaa hin yaadda'in waa'ee eenyumma keeti namaaf hin ibsin gochaan itti agarsiisi!
:ยจยท.ยทยจ: โค๏ธ
`ยท. @jireenya_jaalalaa๐น
โค 113๐ 50๐ 14๐ 11๐ฅฐ 6
Namoonni baayyeen namaaf amanamuu dadhabuudhaan dhumasaani gaabbiidhaan guutu ; kun immoo jireenya keenya keessatti miidhama guddaa qaba!
Yoomuu namaaf amanamaa/tu ta'i. Yoo miidhamtes dhuma keetu gaarii ta'a! Gaafa namni si gane sun gatii guddaa kaffalu teessee ilaaluun akka ati waan hundumaatti amanamtuuf si gargaara!
๐ซNamaaf Amanamuun Waan Hundumaarra Gaariidha!
:ยจยท.ยทยจ: โค๏ธ
`ยท. @jireenya_jaalalaa๐น
โค 137๐ 48๐ฅฐ 15
Gurbaa dhiiraa tokkotu mucayyoo tokko jaallatee mana isaanii yoo deemu isheen abbaa ishee waliin mana isaanii balbala jirti.
#INTALA : Obboleesso maal barbaada dhufte?
#GURBAA : kitaaba 'shall we meet' jedhu barbaadeen dhufe, ni qabdaa?
#INTALA : dhiifama isa hin qabu garuu kitaaba 'wait me at the door i will come' jedhu qaba.
#GURBAA : garuu isa anillee nin qaba,kitaaba 'โok, Please come quickly' jedhamuhoo qabdaa?
#INTALA : eeyyee isaafii kitaaba 'Ok Well, I'll come right now my sweet' jedhus nin qaba jetteen.
#ABBAA ; intala tiyya kitaaba kana mara kan dubbistu taanaan baay'ee cimtuudha, barana 1ffaa ba'uu hin ooltu...Garuu kitaaba tokko irraanfatte malee.
#INTALA : kitaaba kam dagadhee Abbaa koo?
#Abbaa: kitaaba isa "I am not stupid I can understand everything what you are talking about" kan jedhu dagatte malee... jedheen... ๐๐jedhama...
:ยจยท.ยทยจ: โค๏ธ
`ยท. @jireenya_jaalalaa๐น
๐ 98โค 29๐ 28๐ฅฐ 6๐ 6๐ฑ 2
"Gaafan gaddu rooba keessa deemuun jaalladha Sababni isaas,gaafan boo'u namni kamuu imimmaan koo hin argu"
#Charlie_chaplin
:ยจยท.ยทยจ: โค๏ธ
`ยท. @jireenya_jaalalaa๐น
๐ 168โค 53๐ 11๐ 11๐ 7
๐ญ๐ญ
Mucaan baay'ee jaalata garuu isheen hubachuufii hin dandeenye sababni isaas hin jirree odeessuu fi fakkeessu hin danda'u. Akkasumas jaalala isheef qabu jechootan caalaa gochaan ibsuufii filata. Sababa sanaaf guyyaa tokko kennaa qopheesseefii ofitti waame. Isheen garuu isas kennaa isaas waan nuffiteef. Har'ii guyyaa dhumaati, kana caalaa hiyyeessa waliin turuu hin danda'u jechuun achumatti isa gattee deemte, onneen isaa garmalee cabee, kennaa sana qabatee achumatti mugee hafe.
sana booda gargar bahaani hafan jireenyi isaanii itti fufe.
Isheen waggaa muraasa booda hojjataa dhaabbata wayii keessa hojjatu heerumtee jireenya eegalte. Guyyaa tokko dhaabbata abbaan mana ishee keessa hojjatu biiroo isaa deemtee jaalallee ishee isa durii argite, dureessa akkamii akka heerumte itti himuuf yeroo jettu, abbaan manaa ishee dursee akkas jedheen, '' bareedduu too wal baraa isa jechuun abba dhaabata kanaa, itti gaafatamaa kiya. Kana malee dhaabbata 4 qaba. Nama baay'ee garraamessa ta'eedha jedheen. Kana yoo dhageessu Isheen wanta dubbattu dhabde, afaan ishee wal hidhe.
ilaa obboloota koo akkuma dhaadhaan dhiibbameetan mataarra bahe jette isinis dhiibbamuu keessan hin jibbinaa.
Uuman keessan jireenya keessan keessaa waa tokko yoo baasu isin fayyaduuf malee, tasumallee isin miidhuf miti. Wanta jireenya keessan keessatti uummame maraaf uumaa keessan galateeffachuu amaleeffadha.
:ยจยท.ยทยจ: โค๏ธ
`ยท. @jireenya_jaalalaa๐น
๐ 134โค 58๐ 1
ะคะพัะพ ะฝะตะดะพัััะฟะฝะตะะธะฒะธัะธัั ะฒ Telegram
#Kunis jira edaa!
"Narraatti jaalate hin beeku, hin hinaafuu, sirriitti na kunuunsa" kan jette niitii Ricardo Kakaati kun sababa wal hiikuu isaanii tahu dubbatte. Haadha warraa taphaata kubbaa miillaa lammii Biraaziil Ricardo KAKA duraanii kan taate Kaaroliin Cheeliikoo maaliif akka KAKA dhan wal hiikte gaafatamnaan, sababa inni abbaa manaa sirrii ta'eefidha jette. Ilmi namaa akkamitti guutumaatti sirrii ta'a jedhee Sodaadheen gadi lakkise jette.
" Kakaan gantummaa narraatti raawwate/ na gowwomsee/ hin beeku, dubartii biraa narraatti fudhatee hin beeku, hin hinaafus, sirriitti na kunuunsa, maatii isaaf yeroo ga'aa kenna. Garuu ani kanatti gammadoo miti akkamitti inni dogoggora xiqqoo illee tahu hin hojjenne. Rakkoon isaa innj anaaf sirrii ta'uu isaati" jette. Via miidiyyaa hawwasummaa ๐ฌ๐ฑโฝ๐ถ
๐ 112โค 38๐คฉ 15๐ฅฐ 12๐ฑ 4๐ 2๐ 1
Repost 3
Jaalala + Kabaja + Hubannoo + Dhiifama = Gaa'ela Gaarii ๐
:ยจยท.ยทยจ: โค๏ธ
`ยท. @jireenya_jaalalaa๐น
โค 172๐ 44๐ฅฐ 8๐ 6๐ 3๐คฉ 2
Repost fromย N/a
FโOโLโLโOโW
SโEโLโEโCโTโEโD
CโHโAโNโNโEโLโS
โ โ โ โ โ โฃฐโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฆโก
โ โ โ โขโฃพโฃฟโฃฟโฃฟโ ฟโ ฟโ โ ปโ ฟโขฟโฃฟโฃฟโฃฟโก
โ โ โ โขฐโฃฟโฃฟโกฟโ โ โ โ โ โ โ โ โ โขปโก
โ โ โ โ โ ฟโฃฟโฃโฃ โ คโ คโ คโขคโฃโฃคโ คโ คโฃบโก
โ โ โ โ โ โขโฃฏโ นโฃโฃโฃขโกธโ โขโกโฃโฃฏ
โ โ โ โ โ กโ โขนโฃโ โ โ โฃโกโกฐโ โข โ โ
โ โ โ โ โ โ โ โฃฟโฃฟโ โ โ โขโกโ โก
โ โ โ โ โ โ โขธโ โ โ ฆโฃคโฃโฃคโฃคโกผโ
โ โ โ โ โ โขโกโ โ โ โ โ โขโก
โ โ โ โฃโฃดโฃฟโฃทโฃถโฃคโฃคโฃคโฃดโฃพโฃทโฃถโฃฆโก
โขโฃดโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃ
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โโโ
โ
ใให * โ
ใ . * . ยท
ใ ห * โ ๏ผใ ใ ยท ใใ๏นก
ใ ใใ *ใใ * โ ใ .
ยท ใใ โ ใ ใ ยท ใ ๏ผใ๏นก ห หใ ห * โ ๏ผใ ใ ยท * . * . โ
ใ
ใ โ ยท ใ * โ *
ใใ โ ๏นกใ ใ ยท ใให *โ
ใให * โ
ใใใ ใ . * . ยท
ใ ห * โ ๏ผใ ใ ยท ใใ๏นก
ใ *ใใ * โ ใ .
ยท ใใ โ ใโใ ใ ยท ใ ๏ผใ๏นก ห ห ห * โ ๏ผใ ใ ยท * . * . โ
ใ โ ยท ใ * โ *
ใ โ ๏นกใ ใ ยท ใให *
โ
ใ ใให * โ
ใ ใ . * . ยท
ใ ห * โ ๏ผใ ใ ยท ใใ๏นก
ใ ใใ *ใใ * โ ใ .
ยท ใใ โ ใโใ ใ ยท ใ ๏ผใ๏นก ห หใ ห * โ ๏ผใ ใ ยท * . * . โ
ใ
ใ โ ยท ใ * โ *
โ ๏นกใ ใ ยท ใให *โ
ใ ใให * โ
ใใใ ใ . * . ยท
ใ ห * โ ๏ผใ ใ ยท ใใ๏นก
ใ ใใ *ใใ * โ ใ .
ยท ใใ โ ใโใ ใ ยท ใ ๏ผใ๏นก ห ห ใใ ห * โ ๏ผใ ใ ยท * . * . โ
ใ โ ยท ใ * โ *
ใใ โ ๏นกใ ใ ยท ใให *
โฃดโฃฟโฃฆโ โ โ โ โ โ โ โ
โ โ โ โ โ โ โ โขปโฃฟโฃฟโ โ โ โ โ โ โ โ โ
โ โ โ โ โ โ โขโฃดโฃฟโฃฟโฃโ โ โ โ โ โ โ โ
โ โ โ โ โข โฃพโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฆโ
โ โ โ โฃดโฃฟโขฟโฃทโ โ ฒโฃพโฃพโฃฟโฃฟ
โ โฃดโฃฟโ โ โขฟโฃฟโ โฃฟโฃฟโฃฟโ ปโฃฟโฃโ โ โ โ
โกพโ โ โ โ โขธโฃฟโฃธโฃฟโฃฟโฃฟโฃโ โขฟโฃทโกโ โ
โ โ โ โ โ โขธโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโ โ ปโฃฟโก
โ โ โ โ โ โ โฃพโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃโ โ
โ โ โ โ โ โฃผโฃฟโฃฟโฃฟโกฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโกโ โ โ โ
โ โ โ โ โข โฃฟโฃฟโ ฟโ โ โ โ ปโฃฟโฃฟโกโ โ โ โ
โ โ โ โขโฃพโกฟโ โ โ โ โ โ โ โขฟโฃฟโกโ โ โ
โ โ โฃฐโฃฟโกโ โ โ โ โ โ โ โ โขธโฃฟโฃทโกโ โ
โ โข โฃฟโ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ ปโฃฟโฃงโ โ
โขโฃฟโ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โฃฟโฃโ
โขพโ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โขธโฃฟโฃทโกค.
๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ
๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ
๐งฎ๐งฎ๐๐๐๐๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ
๐งฎ๐งฎ๐๐๐๐๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ
๐งฎ๐งฎ๐๐๐๐๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ
๐งฎ๐งฎ๐๐๐๐๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ
๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ
๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ๐งฎ
โญโโโโโโโโฎ
โ โ โโ โช๏ธ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โ ๐
โฐโโโโโโโ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Goo Click the Heart ๐ฑ๐ฑ๐๐ผl
โฃ
๐บ๐บ
๐บ๐บ๐บ
๐บ๐บ๐บ๐บ
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
โ๐บ๐บโ
โโ
๐ ๐
๐ ๐๐
๐ ๐๐๐
๐ ๐๐๐๐
๐ ๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
๐
๐
๐
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธOPENโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌโฌโฌ๏ธ๏ธโฌ๏ธ
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธOPENโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌโฌโฌ๏ธ๏ธโฌ๏ธ
โคโขโคโขโคโขโฃโฅโฃโฅโฃโฅ
โ J O I N โ
โฃโฅโฃโฅโฃโฅโคโขโคโขโคโข
โคโขโคโขโคโขโฃโฅโฃโฅโฃโฅ
โ J O I N โ
โฃโฅโฃโฅโฃโฅโคโขโคโขโคโข
๐ Click
โโโโโโ
โโโโโโ
โโโโโโ
โโโโโโ
โโโโโโ
โโโโโโ
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
๐โC L I C K & J O I N โ๐
โฃ
โ
โ โ
โ ๐.ยฐ.โ .
โ โโ
:.ยธ. โ.
โ . * โ.ยฐโ โ.
โโโโ โ
*ยฐโ.
โ โ* โ ๐ โยฐโ.
โโ *ยฐ .ยฐโโโยฐยฐโ.
.ยฐโ โ
* ยฐโ.
.โยธ.โ
ยฐโโ.
.โ โ
ยฐโ โ.
.โ*โยฐยฐ โโ.
. * ยธโ
ยฐโ โ.
. *โยธ. โ
ยฐ ยฐโ.
. โ
ยฐ ยฐโโ
โ.
.โ: . * .ยฐ ยฐโโ
ยฐ ยฐโ ยธ..โ
ยธ โ โ
.
.โโ
. . . โ
ยฐ ยฐโโ
ยฐโ ยธ. โ โ
.
.โยฐ ยฐโ ยธ. โ . โ
ยฐยฐโ
ยฐโ โ โ โ
.
.โ ยฐโ . * โ ยธ .โ
โ
ยฐยฐโยฐโ
โ โ
.
.โยฐ :. * โขโ ยฐโ
ยธ โโ
ยฐยฐโ .โ
โโ
.
๐๐
โ ๏ธ DON'T DELETE THIS MESSAGE โ ๏ธ
Ads
@Oromoo_inspire โจ๏ธ
@Jireenya_jaalalaa ๐
Affeerraa Gaarii ๐
+ Subscribers Free Promoter
๐ ๐๐ข๐ฃ๐ ๐ฃ๐ฅ๐ข๐ ๐ข
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ/๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉs
@Oromoon_Oromoof_PostBot
Ads
โข @hope_promo
โค 8๐ 5
ะคะพัะพ ะฝะตะดะพัััะฟะฝะตะะธะฒะธัะธัั ะฒ Telegram
โค 148๐ 48๐ 8๐ 6