cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

AL-FURQAAN GROUP

🔴 kaayyoon garee kanaa waan beynu irraa wal barsiisuu dha inshaa allaah ☝ . . . ♻ Hundi keessanuu yoo xiqqaate nama 10 fi sanii ol #Add itti nuuf godhaa🙏 . ➤ Channels @ALFURQAAN_OFFICIAL @ALFURQAAN_BOOKS 📩Yaadaaf...; @Alfurqaan1_Bot ㅤㅤㅤㅤㅤㅤㅤㅤㅤㅤㅤㅤㅤㅤ

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
2 289
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

🌿 BARNOOTA SALAATAA #SEENSA ▰   ▰   ▰   ▰   ▰   ▰ 🌿 Hundeewwan Islaamaa Hundeewwan Islaamaa shanitti qoodamu. Isaanis: ((وقال‏ يا محمد أخبرنى عن الإسلام. فقال رسول الله صلى الله عليه وسلم؛ (أركان) الإسلام أن تشهد أن لا إله إلا الله وأن محمدا رسول الله، وتقيم الصلاة، وتؤتى الزكاة، وتصوم رمضان، وتحج البيت إن استطعت إليه سبيلا)) رواه مسلم 1, Rabbiin malee gooftaan haqaa biraa kan hin jirre ta'uufi nabii Muhammadﷺ ergamaa Isaa ta'uu ragaa bahuu, 2, Guyyatti yeroo shan salaata fardii dhaabuu (ulaagaalee isiin, akkasuma rogoota isiinifi, dirqamoolee isiin... eeguun salaatuudha.), 3. Zakaa (hirphaa dirqamaa) baasuu, 4, Waggatti ji'a tokko ji'a Ramadaanaa soomuu, 5. Mana Rabbii kan "Makka" jiru -Ka'ibaa yoo danda’ame umrii keessatti al tokko dhaquufi sirna hajjii raawwachuu. Umar (RA) akka odeessanitti: «guyyaa tokko ergamaa Rabbii ﷺ wajjiin bakka teenyetti namichi uffata akkaan adii uffate, kan mataan isaa akkaan gurraachaa, kan mallattoon imaltuu irraa hin mul'anneefi kan nu keessaa namni tokkos hin beekne dhufee jilba isaa jilba nabiyyichaatti dhaabee taa'e. Ganaa harkasaa ammoo jilba ufii irra kaa‘e. "Yaa Muhammad! waa'ee Islaamaa natti himi" jedheen. Ergamaan Rabbillee ﷺ “Islaamni Rabbiin malee gooftaan haqaa biraa akka hin jirreefi Muhammad ﷺ ergamaa Isaa ta'uu ragaa bahuu, salaata yeroofi sirna isaanii eegdee sagaduu, hirphaa dirqamaa (zakaa) kennuu, jia Ramadaanaa soomuu, yoo danda'ame mana Rabbii dhagqanil daaw’‘achuudha” jechuun deebisaniif, (Gaafataanis) “dhugaa keeti" jedhe. Nutis gocha namichaa kanaan ni dinqisiifamne ofumaa gaafatee dhugaa dubbatte jechuunii isaatif Itti aansees "Waa'ee iimaanaa natti himi" jedheen, Isaanis “Rabbitti, malaa'ikota Isaatti, kitaabota Isaatti, ergamtoota Isaatti, guyyaa xumuraa fi qadaratti gaaris ta'ee badaa amanuun iimaana jedhama" jedhaniin. "Dhugaa keeti" jedhee ammas “waa'ee <ihsaana> natti himi" jedheen. "Rabbiin akka waan argituutti gabbaruudha, yoo ati Isa hin arginis Inni waan si arguuf” jedhaniin. "Waa'ee yeroo (guyyaa murtii) natti himi" jedheen. "Gaafatamaan gaafataa caalaa beekumsa isii hin qabu" jedhaniin. "Tolee waa’ee mallattoolee isii natti himi" jedheen. "Dubartiin gabraa gooftittii isii deetti, hiyyeeyyin kopheefi uffata hin qabne kan tiiksee turan darbii (fooqii) gugurdaa ijaaruuf yoo wal dorgoman argita" jedhaniin. Sana booda (gaafataan) ni deeme. Sana booda yeroo gabaabaa (guyyaa 3) erga turree booda Ergamaan ﷺ :"Yaa Umar gaafataan eenyu akka ta’e beekte moo?” naan jennaan "Rabbiif ergamaa Isaatu beeka" jedheen. "Inni Jibriili, kan dhufe amantii keessan isin barsiisufi" jechuun naaf deebisan.» jedhan Umar (RA) (Muslimtu gabaase)       Itti fufaa....... 🌿🌿🌿🌿✨✨✨⤵️     SHARE SHARE @Alfurqaan_Official @Alfurqaan_Official
Показати все...
👍 17 11
🌿 BARNOOTA SALAATAA #SEENSA ▰   ▰   ▰   ▰   ▰   ▰ 🌿 Hundeewwan limaanaa Hundeewwan iimaanaa kan amantii Islaamaa jahatti qoodamu. isaanis : ((قال فأخبرني عن الإيمان قال أن تؤمن باالله ، وملآئكته، وكتبه، ورسله، واليوم الآخر، وتؤمن با القدر خيره وشره... )) 1, Tokkummaa Rabbiitti amanuu, kan hin dhalleefi hin dhalanne, akkasumas Uumaa aalamaa kan hiriyyaa hin qabne ta'uu Isaa amanuu yookan fudhachuu، 2, Hojiif waan Rabbi isaan ajajerratti ciminaan kan socho'an, ifaa irraa kan uumaman, kan hin nyaannefi hin dhugne, saala (dhiirummaafi dhalummaa) kan hin qabne uumamtoonni “malaa'ikota" jedhaman jiraachuu amanuu, 3, Rabbiin (SW) nabiyyootafi ummatoota isaanii kan yeroo adda addaa ergeef qajeelfama akka ta'u macaafota (kitaabota) kan buuse ta'uusaa amanuu, 4, Rabbiin (SW) ilmaan namaa barsiisufi daandii qajeelaa itti argisiisuuf zabana adda addaa gosa, lammiifi saboota gara garaa irraa akkasumas hawaasa addunyaa keessatti kan erge ergamtoonni (rusuloonni) heddu jiraachuu amanuufi dhugaa dubbattoota ta'uu isaaniis qeebaluu, 5, Jireenyi aalama adduniyaa kana keessatti qofa argamtee kan dhabamtu odoo hin ta'in du'a boodas jireenyi zalaalamii akka jiruufi walitti qabatti du'anii ka'uun (aakiraan) akka jiraatu amanuu, 6, Wanti hundi kan ta'uufi raawwatamu beekumsaafi too'annaa akkasumas murtii Rabbii qofaan akka ta'e (qadaa'i fi qadaritti) amanuu dha.       Itti fufaa....... 🌿🌿🌿🌿✨✨✨⤵️     SHARE SHARE @Alfurqaan_Official @Alfurqaan_Official
Показати все...
👍 3
As wr wb warroonni sagantaalee asii gadii kanniin hordofuu barbaaddan link asii gadii kana keessaa kan barbaaddan tuquudhaan chaanaala quwwatulislaam Join godhadhaatii irraa fayyadamaa ta'a👇👇👇👇
Показати все...
📓📓QUR'AANA 📓
HADIISA 📚📚
BARNOOTA SALAATAA 💻📲📱📱
SEENAA RASUULAA 📩🖼📺📞
SEENAA SAHAABOTAA 💻🖥
SAAYINTISTOOTA MUSLIMAA 🗞💰
FATAAWAA ULAMAA'II 🎧🎧🎧
FURMAATA RAKKOO🌳🎄🌴🌲
BOQANNAA SAMMUU 🌖🌝🌽🍊
BEEKSISA GARA GARAA🎤🎤🎤
BOHAARTII 🏇🚴‍♀🚴
JECHAMOOTA 🤹‍♀🤹‍♂
ODEEFFANNOO WAQTAWAA🎤🎧
WAL-DORGOMMII 🦅🦇🚴‍♀🚴
BADHAASA 🎁🎁🥈🥉🎖🏅🏆🏵
MILKAA'INA JIREENYAA 🛩✈️🚁🚀
NASHIIDAALEE BABBAREEDDUU 📹🎥💽🕹📷
WALALOO ISLAAMAA⌨💳💸
JOIN GODHADHAA ☝️☝️☝️☝️
JOIN US 🙏👆👉👌👆👆👆👆👆
🌿 BARNOOTA SALAATAA #DURSAA ▰   ▰   ▰   ▰   ▰   ▰ 🌿 Balaa Salaata Dhiisuu Imaamonni mazhabaa garuu namni salaata dhiise ajjeefamuu qaba kan jedhu iyannoo cimaa fudhataniiru. Haafiiz Abdul-Aziim Al-Munzariin akka jedhanitti sahaabonni baay’eenii fi beektonni isaan booda dhufan yeroo salaataa beekaa namni dabarse kaafira akka ta'e hubachiisaniiru. Umar ibnul Khaxxaab, Abdallah ibnu Mas'uud, Abdallaah ibnu Abbaas, Mu'aaz ibnu Jabal, Jaabir ibnu Abdallaahi fi Abuudardaa'i kan jedhaman sahaabonni beekamoon (RA) kanaaf akka fakkeenyatti lakkaa'amu. Beektota sahaabaa hin ta'in gidduu ammoo Imaam Ahmad ibnu Hanbal, Ishaaq ibnu Raahwiih, Abdallaah ibnu Mubaarak, Naha'ii, Haakim ibnu Atiib, Ayyuub Saktiyaanii, Abuu Daawudiifi warri biraas keessatti argamu. Rabbiin akkana jedha : «Muslimoota akka warra maaseta hojjatanii waa taasifnaa? isiniif (ragaa) maaltu jiraa? Akkamitti murtii kennitu?» (Al-Qalam:35-36) «Nabseen (namni) hundi waan hojjatteen qabamti, abbootiin (warreen) mirgaa yoo hafan. (Isaan) jannatoota keessatti walgaggaafatu, waa’ee finciltootaa. Saqar (ibidda Jahannam) keessa maaltu isin galche? (jedhuun). Isaanis:«warra sagadan irraa hin turre, hiyyeessota kan nyaachisnus hinturre, warra totorra'an wajjiin kan totorraanu turre, Guyyaa Murtiis kan sobsiifnu turree, hanga (yeroon) mirkanaa'e nutti dhufutti> jedhu. (Garuu yeroo sana) araarri araarsitootaa isaan hin fayyadu.» (Al-Muddassir:38-48) Warri biroo ammoo dirqama ta'uu salaataa fudhataniit garuu sababawwan dadhabaa ta'an adda addaatin namni hin sagadne fincilaa (faasiqa) ta'a jedhu. Waan ta'eefis hanga sagadutti hawaasa irraa fooyamee hidhamuu qaba akka fakkeenya badaa hin taane ijjannoo jedhu gabu. Dursitoonni mazhabaa tokko tokko akka olitti ibsame nama salaata dhiise ajjeesuun dirqama jedhaniiru. Imaam Ahmad, Ishaagifi Ibnul Mubaarak kan jedhaman namichi kan ajjeefamu ajaja Rabbii didaa (kaafira) waan ta'eefi yoo jedhan, Imaam Maalik, Shaafi'iifi hiriyyoonni isaanii ammoo namni salaata dhiise kan ajjeeffamu didaa (kaafira) waan ta'eef odoo hin ta'in fincilaa waan ta'eef adabaaf jecha murtii kana dabarsan. Seerri Islaamaa namoota muslima ta'anii Qur'aanafi Hadiisa nabiyyii fudhatan hundaaf salaata ilaalchisee ijjannoon qabu kanuma. Akka ilaalcha beektota hedduutti namni salaata dhiise kaafira ta‘a. Yookanis fincilaa (faasiqa) ta'a. Qur’aanafi Hadiisa keessatti nama salaata dhiise iddoon akkamii akka kennameef ibsineerra. Kanaaf muslimoonni gama salaatatiin ijjannoo laafaa akka hin qabanneefi salaata akka hin dhiifne waamicha godhaa mata duree kana kanumarratti raawwanna.       Itti fufaa....... 🌿🌿🌿🌿✨✨✨⤵️     SHARE SHARE @Alfurqaan_Official @Alfurqaan_Official
Показати все...
👍 8
🏆Telegrama Erga banattee yeroon dheeraan sirra dabree jira.garuu Chaanaala Quwwatulislaam jedhamu tokko dhageettee jirtaa laata..⁉️⁉️Sagantaawwan asii gadii kanniin chaanaala irraa Argachuu ni dandeessa kanaafuu kan barbaadde tuqiitii JOIN godhadhu... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
👍 4
Barnoota Amantaa Islaamaa 📗📗📗
Usuulu-salaasa📚📚📚
Barnoota Aqiidaa🎙🎙🎙
Sagantaa Wal-dorgommmii 🥇🥇🥇
Sagantaa badhaasaa🏆🏆🏆
Gorsa akka qorsaa🥦🥦🥦
🏆Telegrama Erga banattee yeroon dheeraan sirra dabree jira.garuu Chaanaala Quwwatulislaam jedhamu tokko dhageettee jirtaa laata..⁉️⁉️Sagantaawwan asii gadii kanniin chaanaala irraa Argachuu ni dandeessa kanaafuu kan barbaadde tuqiitii JOIN godhadhu... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
Barnoota Amantaa Islaamaa 📗📗📗
Usuulu-salaasa📚📚📚
Barnoota Aqiidaa🎙🎙🎙
Sagantaa Wal-dorgommmii 🥇🥇🥇
Sagantaa badhaasaa🏆🏆🏆
Gorsa akka qorsaa🥦🥦🥦
🏆Telegrama Erga banattee yeroon dheeraan sirra dabree jira.garuu Chaanaala Quwwatulislaam jedhamu tokko dhageettee jirtaa laata..⁉️⁉️Sagantaawwan asii gadii kanniin chaanaala irraa Argachuu ni dandeessa kanaafuu kan barbaadde tuqiitii JOIN godhadhu... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
Barnoota Amantaa Islaamaa 📗📗📗
Usuulu-salaasa📚📚📚
Barnoota Aqiidaa🎙🎙🎙
Sagantaa Wal-dorgommmii 🥇🥇🥇
Sagantaa badhaasaa🏆🏆🏆
Gorsa akka qorsaa🥦🥦🥦
Repost from Quwwatul'Islaam
🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆 🔰Warroonni Wal-dorgommmii irratti hirmaachuu barbaaddan hundi keessanuu koottaatii Seenaa... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/quwwatulislaam?livestream=33ff118148c1300c66
Показати все...
Quwwatul'Islaam

Sagantaalee keenya 1/Odeeffannoo waytawaa 2/Seenaa gara garaa 3/Gorsa gabaabaa fi 4/fataawaa ulamaa'ii 5/Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu. Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu

🏆Telegrama Erga banattee yeroon dheeraan sirra dabree jira.garuu Chaanaala Quwwatulislaam jedhamu tokko dhageettee jirtaa laata..⁉️⁉️Sagantaawwan asii gadii kanniin chaanaala irraa Argachuu ni dandeessa kanaafuu kan barbaadde tuqiitii JOIN godhadhu... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
Barnoota Amantaa Islaamaa 📗📗📗
Usuulu-salaasa📚📚📚
Barnoota Aqiidaa🎙🎙🎙
Sagantaa Wal-dorgommmii 🥇🥇🥇
Sagantaa badhaasaa🏆🏆🏆
Gorsa akka qorsaa🥦🥦🥦
🏆Telegrama Erga banattee yeroon dheeraan sirra dabree jira.garuu Chaanaala Quwwatulislaam jedhamu tokko dhageettee jirtaa laata..⁉️⁉️Sagantaawwan asii gadii kanniin chaanaala irraa Argachuu ni dandeessa kanaafuu kan barbaadde tuqiitii JOIN godhadhu... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
Barnoota Amantaa Islaamaa 📗📗📗
Usuulu-salaasa📚📚📚
Barnoota Aqiidaa🎙🎙🎙
Sagantaa Wal-dorgommmii 🥇🥇🥇
Sagantaa badhaasaa🏆🏆🏆
Gorsa akka qorsaa🥦🥦🥦