cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Dr Abduljaliil Rube - قناة دكتور عبد الجليل ربي

꧁﷽꧂ 🔊 Miidiyaan Kun fuula Telegrama irratti kan Dr. Abduljaliil Rube isa sirriiti ! Share godhaa gara kayritti wal yaamaa ‼️ 📬 @GareeDrAbduljalilRube

Більше
Рекламні дописи
11 394
Підписники
+924 години
+367 днів
-2030 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

✅♻️ Nama guddaa taatee hifzii qur'aanaa ni feetaa ⁉️ ♦️Erga umrii soddomootaa, Erga umrii Afurtamootaa, Erga umrii shamtamootaati fi achii olis yoo taate... 🔐Seerota afran asii gadii kana hordofi !!!! ✅ قلل ✅ Xiqqeessi! Hanga qaraatu xiqqeessii. Yeroo haaffazduus fuula tokkofi walakkaa isaa osoo hin taane - sarara tokkoo fi lama ykn sadi gahaadhaa. ___ ✅وأكثر ✅ Heddummeessi! Irra deddeebite qaraa'uu isaa heddummeessi, ____ ✅وحافظ، ✅ Tiyfadhu! Qaraatii yeroo mara haala itti fufaa ta'een tiyfadhu, ____ ✅وداوم ✅ Aadaa godhadhu! Istigfaara jechuu irratti. ____ Akkuma ergamaan rabbii jedheetti : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : ( أحب الأعمال إلى الله أدومها وإن قل) (Irra jaallatamaan hojiidhaa Allaahin biratti yeroo kamuu dhaabbataan kan irra turaniidha osoo xiqqaatteelle) ✍ Dr Abduljaliil Rube https://t.me/Dr_AbduljaliilRube
Показати все...
Dr Abduljaliil Rube - قناة دكتور عبد الجليل ربي

꧁﷽꧂ 🔊 Miidiyaan Kun fuula Telegrama irratti kan Dr. Abduljaliil Rube isa sirriiti ! Share godhaa gara kayritti wal yaamaa ‼️ 📬 @GareeDrAbduljalilRube

🛑🔥🔥🔥 Fediin lubbuu yoo natti dhufee akkamitti ofirraa dhaabaa akka irraa fagaadhuuf jecha ... ⁉️⁉️ ✅ Jalqaba irratti rabbiin qarqaarsifachuudha, ✅ Battalumatti bilbila kee cufi, ✅ Daddafii iddoo jirtu sanirraa jijjiradhu, ✅ Achii kaa'uudhaan bishaan qoorraan udduwadhu, ✅ Ergasii raka'aa lama Allaahadhaaf salaatii, ✅ Istigfaara heddummeessi ( astagfirullaah......) ✅ Du'aayii heddummeessi ‼️ du'aayiiwwan keessaas isa kanallee hin dagatiin : اللهم طهر قلبي، وحصن فرجي، وغفر ذنبي Allaahumma xahir qalbii, wagassin farjii, wagfir zambii. ✨Hiikkaanis⚡️ - Yaa Allaah qalbii kiyyaa naaf qulqulleessii, Farjii kiyya naaf tolchii , dilii/ badii kiyyas naaf araaramii ✍ Dr Abduljaliil Rube https://t.me/Dr_AbduljaliilRube
Показати все...
Dr Abduljaliil Rube - قناة دكتور عبد الجليل ربي

꧁﷽꧂ 🔊 Miidiyaan Kun fuula Telegrama irratti kan Dr. Abduljaliil Rube isa sirriiti ! Share godhaa gara kayritti wal yaamaa ‼️ 📬 @GareeDrAbduljalilRube

Фото недоступнеДивитись в Telegram
🥳🥳🎊🌹🌹❤️السلام عليكم ورحمة الله وبركاته EID MUBARAK! Baga Rabbii Iid Al Ad,haa Kan Bara 1445 tiin Isin Gahe. Iidni Iida:      *Milkiii,      *Gammachuu,      *Nagahaa,      *Jaalalaa,      *Barakaa isiniif Haa Ta'u. Taqabbalallahu Minnaa Waminkum Saalihal Aa'amaal!
Показати все...
Buluugul Maraam 765-767 (باب الفوات والإحصار)
Показати все...
Buluugul_Maraam_765_767_Dr_Abduljaliil_Rubedhaan_HD_720p_MEDIUM.mp3237.41 MB
Buluugul Maraam 761-764 #Kitaabul_Hajj
Показати все...
Buluugul_Maraam_761_764_Dr_Abduljaliil_Rubedhaan_HD_720p_MEDIUM.mp3355.40 MB
Buluugul_Maraam_765_767_Dr_Abduljaliil_Rubedhaan_HD_720p_MEDIUM.mp3237.41 MB
🛑 Ni beeytaa yoo amma jettee... ‏هل تعلم أنك إذا قلت الآن .. ---------------------------- سبحان الله والحمدلله ولا إله إلا الله والله أكبر .. Subhaanallaahi, wal hamdulillaahi, wa laailaaha illallaah, wallaahu akbar.. نعم الآن Eeyyeen zikrii tana yoo amma jettee.. أفضل من أي وقت تقولها في السنة : Yeroo kamiiyyuu kan jettu irraa kan waggaa hundaarra caaltuu taatee dha. لأننا في أفضل الأيام Irraa caaltuu guyyoota waggaa keessa waan jirra waan ta'eef . ما من أَيام العمل الصّالح فِيها أحبُّ إلى الله من هذه الأيام .. Guyyoota irraa hin taanee Dalagaleen gagaariin rabbi biratti irra jaalatamtuu guyyoota kurnan zulhijjaa kana irra. إلا رجل خرج بنفسه وماله فلن يرجع من ذلك بِشئ Namticha duulaaf lubbuu isaatiinifi qabeenya isaatiin bahee ergasii achi irraa ka homaanuu hin deebinee malee #عشر_ذي_الحجه @Dr_AbduljaliilRube
Показати все...
🛑 Ni beeytaa yoo amma jettee... ‏هل تعلم أنك إذا قلت الآن .. ---------------------------- سبحان الله والحمدلله ولا إله إلا الله والله أكبر .. Subhaanallaahi, wal hamdulillaahi, wa laailaaha illallaah, wallaahu akbar.. نعم الآن Eeyyeen zikrii tana yoo amma jettee.. أفضل من أي وقت تقولها في السنة : Yeroo kamiiyyuu kan jettu irraa kan waggaa hundaarra caaltuu taatee dha. لأننا في أفضل الأيام Irraa caaltuu guyyoota waggaa keessa waan jirra waan ta'eef . ما من أَيام العمل الصّالح فِيها أحبُّ إلى الله من هذه الأيام .. Guyyoota irraa hin taanee Dalagaleen gagaariin rabbi biratti irra jaalatamtuu guyyoota kurnan zulhijjaa kana irra. إلا رجل خرج بنفسه وماله فلن يرجع من ذلك بِشئ Namticha duulaaf lubbuu isaatiinifi qabeenya isaatiin bahee ergasii achi irraa ka homaanuu hin deebinee malee #عشر_ذي_الحجه @Dr_AbduljaliilRube
Показати все...
Dr Abduljaliil Rube - قناة دكتور عبد الجليل ربي

꧁﷽꧂ 🔊 Miidiyaan Kun fuula Telegrama irratti kan Dr. Abduljaliil Rube isa sirriiti ! Share godhaa gara kayritti wal yaamaa ‼️ 📬 @GareeDrAbduljalilRube

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Soomni guyyaa Arafaa yakka waggaa darbeefi kan waggaa dhufuu namarraa harcaasa, jedhan nabi sallallaahu aleeyhi wasallam. Soomni guyyaa borii yakka waggaa lamaa namarraa harcaasa soomanuu haa soomnu inshaa'allaah. تكفير ذنوب سنة قبله وسنة بعده قال رسول الله -صلى الله عليه وسلم- في حديث صيام يوم عرفة: (صِيَامُ يَومِ عَرَفَةَ، أَحْتَسِبُ علَى اللهِ أَنْ يُكَفِّرَ السَّنَةَ الَّتي قَبْلَهُ، وَالسَّنَةَ الَّتي بَعْدَهُ)
Показати все...
Buluugul Maraam 756-760 #Kitaabul_Hajj
Показати все...
1000003084.mp316.42 MB
Kuxbatu haram almadani.m4a13.45 MB
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.