cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Quwwatul Islaam

#Tamsaasa chaanaala Quwwatulislaam 1- #Barnoota Amanta Islaamaa 2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu 3- #Seenaa babbareedaa 4- #Nasiihaa 5-#Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu #Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu

Більше
Рекламні дописи
15 756
Підписники
+2524 години
+477 днів
+68630 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
#ODUU AMMEE ✍BOODDEEN NAMA QUR'AANAA FI ISLAAMUMMAA DURA DHAABBATE HUNDAATUU AKKASUMA TAATI. ✌️#Doonaald Trump Osoo dhimma filannoo isaatiin wal qabatee osoo haasayaa jiruu Dhukaasa isaarratti banameen Gurri Isaa tokko Xiyyiitiidhaan Uramuu Fi Fuulli isaa akka argitan kana dhiigaan Faalamuu miidiyaaleen Addunyaa hundi wal irraa fuudhanii gabaasaa jiru.... الحمد لله الذي صدقنا وعده..الآية 🫴Akkasuma namichi kuni Torbema kana keessa QUR'AANA rabbii guba jedhe karoorfatee ture..RabbiinisIsatti karoorsee  Salphina isaa Addunyaa kana hunda agarsiise... #Rabbiin s.w akka nama Diinaa isaa dura dhaabbate Salphisu waggaa 1445 dura nu akkas jechuudhaan nu beeksise.. ومكرو مكرا ومكرنا مكرا وهم لا يشعرون "Isaan mala Diinaa keenyatti dhahan; nutis karaa isaan hin beekneen mala isaaniitti dhooyna"jedhe 🫳Ammas Mara nama Qajeellumni isaan hin mallee,kan Diinaa kanatti Gufuu ta'aa hundaa rabbiin Mala nurraa itti haa baasu..! 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 👇👇👇👇👇👇 http://t.me/quwwatulislaam
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#ODUU AMMEE ✍BOODDEEN NAMA QUR'AANA DURA DHAABBATEE AKKANUMA TAATI. ✌️#Doonaald Trump Osoo dhimma filannoo isaatiin haasayaa jiruu Dhukaasa isaarratti banameen Gurri Isaa tokko Xiyyiitiidhaan Uramuu miidiyaaleen Addunyaa hundi wal irraa fuudhanii gabaasaa jiru.... 🫴Akkasuma namichi kuni Torbema kana keessa QUR'AANA rabbii guba jedhe karoorfatee ture..Rabbiinis Salphina isaa Addunyaa kana hunda beeksise.... 🫳Ammas Mara nama Qajeellumni isaan hin mallee rabbi Mala nurraa itti haa baasu..! 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 #Rabbiin s.w akka nama Diinaa isaa dura dhaabbate Salphisu waggaa 1445 dura nu beeksise.. ومكرو مكرا ومكرنا مكرا وهم لا يشعرون "Isaan mala Diinaa keenyatti dhahan nutis mala karaa isaan hin beekneen mala isaaniitti dhooyna"
Показати все...
#Abboo Rabbiin ni danda'aa ijoollee Teenna hundaa argatan rabbi nuu haa galchu! 🤲🤲🤲🤲
Показати все...
👍 14
Показати все...
Quwwatul Islaam

#Tamsaasa chaanaala Quwwatulislaam 1- #Barnoota Amanta Islaamaa 2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu 3- #Seenaa babbareedaa 4- #Nasiihaa 5-#Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu #Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu

Показати все...
Quwwatul Islaam

#Tamsaasa chaanaala Quwwatulislaam 1- #Barnoota Amanta Islaamaa 2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu 3- #Seenaa babbareedaa 4- #Nasiihaa 5-#Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu #Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu

🎙Waan badhaasa Hinjifattootaatis lakk.kana irratti dabarsaa..! #0936798776
Показати все...
🥇Gaaffilee Wal-dorgommmii Marsaa 60ffaa.. 🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆 🔹Deebii sirrii ta'e barreessi.10% 🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆 1|| Iisaan Gabricha Rabbii Akka ta'e Qur'aana keessatti haala gaariidhaan ibsee kan jiruudha...Mee Iddoo sana Suuraa fi lakk.Aayataa Ibsi...❓Namni Jalqabaaf Iisaan Gooftaa ykn Ilma rabbiiti jedhee lallabe Eenyu ...❓ A.................... B.................... 2|| Akka Hadiisa keessatti Ibsametti Iisaan (A.S) Zamana boodaa keessa Gadi bu'ee Wantoota Wahii raawwata.. Hadiisicha sana jalqabarraa  hamma Xumuraatti Barreessi❓ A..................................................................... 3|| Akkaataa fi iddoo BU'IINSA Iisaa ilaalchisee Ibnu kasiir maal jedhan........................................................❓ 4|| Sababaan(Hikmaan) IISAAN(A.S) qofti Deebi'ee gara dachiitti gadi bu'uuf maali .......................................... 5|| Iisaan Eega Gara dachiitti gadi bu'ee hammamiif tura❓ A................................ 🌺🌺🌺Carraa gaarii🌺🌺🌺 🚦Deebii keessan karaa bot asii gadii kanaan qofa Ergadhaa...Akkasumas yeroo ergitanis maqaa,biyyaa,fi page 1 qofa irratti ergadhaa..... 👇👇👇👇👇👇👇 @Quwwatulislaam_bot 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 🎙🎙🎙JOIN&SHARE @Quwwatulislaam    @quwwatulisl
Показати все...
👍 4
⌨Keyboard keessan sirreeffadhaakaa Gaaffiin marsaa kanaa iddoo duwwaa qofa guutuudha...
Показати все...
🏆 1
sticker.webp0.42 KB
sticker.webp0.42 KB
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.