Beki Bekam Academy
Відкрити в Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
Показати більшеКраїна не вказанаКатегорія не вказана
738
Підписники
Немає даних24 години
+17 днів
+7730 днів
Архів дописів
kana booda haala jiruun maal eegdu mee comment irratti akkasumas keessan naaf barreessaa.
https://t.me/BekiBekam_academy
Maatiin Academy Akkam jirtu hundumtu keessan, yeroo dheeraaf waljaala bannee turre sababoota gibbii keenyaan walqabataniin, ammamoo deebi'een jira, kana boodas waantota garagaraa irratti hojjenna, mee eenyutu ammayyu as jira reaction dhaafi comment irratti immoo waantota eegaa jirtan ykn akka hojjetamu barbaaddaniif immoo keessanis ta'e comment irratti barreessu dandeessu, Galatoomaa.
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam jirtu?
Mee nama meeqatu sit dhaaf apply godhe comment irratti.
I have applied. Or
I am going to apply.
Jedhaa comment irratti naaf barreessaamee.
Yoo university bira seentu ta'emoo yaadni keessan eessa akka ta'es achuman.
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from N/a
Hello everyone, hope you all are doing well and preparing your SIT application. There is an update from the University, and the deadline has been postponed to August 30. Those of you who submitted, we wish you good luck, and those who didn't now have more time to prepare and submit your application. If you have any questions, you can jot them down in the comment section. Good luck
Please note that this is not an official page; it is managed by SIT students.
Have any questions? Drop them in the comments below! 👇
https://www.linkedin.com/feed/update/urn:li:activity:7488583756480565249
Please share this with prospective students:
"The application deadline for admission to SIT has been extended to August 30, 2026."
This is officially from our University.
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam jirtu hundumtuu?
Akkami Ganni akkamitti siniif deemaa jira?
Warri application irra jirtan hoo maalirra geessan?
https://t.me/BekiBekam_academy
Yesterday's recording.
Show us how much it's useful.
https://t.me/BekiBekam_academy
For essay use this guide to write the best essay.
https://t.me/BekiBekam_academy
As we have said yesterday this are the guide on how to write your recommendation letter and show this to your teachers or write by yourself and give to them so that they can sign on it.
Show us with your reaction if it's helpful ❤️🙏👍.
https://t.me/BekiBekam_academy
📢 Good News! Special SIT Application & Experience-Sharing Seminar! 🎓
Are you preparing your application for the Shaggar Institute of Technology (SIT)? Don't miss this opportunity to get direct insights, strategies, and firsthand advice on navigating the application process successfully!
💡 Why You Should Attend
Insider Guidance: Get clear, actionable tips on preparing a standout application.
Experience Sharing: Learn directly from peers about what works, common pitfalls to avoid, and how to present your best self.
Q&A Session: You can ask what ever related to the university.
📅 Event Details
Host: Abdurahman Hussein, SIT Freshman
Guest: Barnaf Tariku, SIT Freshman & Founder of BekiBekam Academy
🕒 Time: 3:30 PM – 4:30 PM LT
📍 Platform: BekiBekam Academy
⏰ Important: Please make sure to join on time so you don't miss any critical insights!
📌 Can't make it live? No worries! The full seminar recording and all presentation materials will be shared in the channel right after the session.
Akkam jirtu maatiin Beki Bekam Academy?
Wal jalaa bannee mitii, mooraan keenya ammayyuu barumsa irra jirra akkasumas immoo final tti dhiyaannerra kanaafi. Reaction fi comment dhaan nagaa jedhamee
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam jirtu maatiin Beki Bekam Academy?
Wal jalaa bannee mitii, mooraan keenya ammayyuu barumsa irra jirra akkasumas immoo final tti dhiyaannerra kanaafi. Reaction fi comment dhaan nagaa jedhamee
https://web.facebook.com/share/v/1bVeQL43kA/
Waa'ee application sit irratti akkamitti akka apply gootan University keenya waliin ta'uun siniif hojjedheen jira, seenaati check godhaa. Official Fb irratti gadhiifameera.
Repost from Beki Bekam Academy
"Dear Students,
Our 2026–2027 admission application is now officially open!
We kindly ask each of you to share the application announcement widely through your social media platforms and personal networks. This is especially important, as many talented students can benefit from the same opportunity you received.
Let's work together to help the next generation of future innovators find their way to SIT.
Thank you." Kun ergaa SIT irraa darbeedha kanaaf hundumtuu itti yaadaa, qormaata gaafa fixxan itti deebitu garuu yaadatti qabadhaa akka qormaata fixxaniin apply gootu.
https://t.me/BekiBekam_academy
Kana argitaniittu jedheen yaada warri qabxii gaarii nan fida jettanii yaaddan ykn immoo qabxiin koo yoo 500 ol ta'uu baattellee special talent qabdan submit gootanii apply gochuu dandeessu.
Warri qormaata fixxan maal hojjetaa jirtuu?
Mee comment irratti waa jedhamee.
https://t.me/BekiBekam_academy
