Beki Bekam Academy
Відкрити в Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
Показати більшеКраїна не вказанаКатегорія не вказана
735
Підписники
Немає даних24 години
+197 днів
+8530 днів
Триває завантаження даних...
Схожі канали
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Хмара тегів
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Вхідні та вихідні згадування
---
---
---
---
---
---
Залучення підписників
вересень '26
вересень '26
+37
в 3 каналах
серпень '26
+88
в 5 каналах
Get PRO
липень '26
+184
в 6 каналах
Get PRO
червень '26
+314
в 6 каналах
Get PRO
травень '260
в 2 каналах
Get PRO
квітень '26
+192
в 2 каналах
Get PRO
березень '26
+4
в 5 каналах
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 11 вересня | 0 | |||
| 10 вересня | 0 | |||
| 09 вересня | +1 | |||
| 08 вересня | +1 | |||
| 07 вересня | +2 | |||
| 06 вересня | +6 | |||
| 05 вересня | +16 | |||
| 04 вересня | +3 | |||
| 03 вересня | +1 | |||
| 02 вересня | +5 | |||
| 01 вересня | +2 |
Дописи каналу
🎉🌼✨ Baga Bara 2019 nagaa geessan ✨🌼🎉
Barattoonni akkasumas maatiin Beki Bekam Academy barri haaraan kun:
🌼 bara itti kaayyoo qabanne barattoota faana milkeesinu
✨bara itti barattoonni milkaa'anii maatii isaanii faana arginu
❤️ bara itti akka Academy tti system barnoota biyya keenya jijjiirru nuuf haa ta'uun dhaamsa bara haaraa kooti.
Hundumti keessan baga bara haaraa nagaan geessani maatii keessan waliin qaqaxeeleewwan keenya.
Happy New year
🌟Beki Bekam Academy, system barnoota biyya keenyaa ni jijjiirra.
🙏Hawwii bara haaraa moo comment irra nuuf kaa'uu dandeessu.
╭───────────────╮
🌟 Bara haaraa • Abdii haaraa • Jalqabbii haaraa. 🌟
╰───────────────╯
❤️✨ 💫🙏 🎊
https://t.me/BekiBekam_academy
| 2 | https://www.tiktok.com/@sami_pl3/video/7683884603966377233?is_from_webapp=1&sender_device=pc
Check godha | 90 |
| 3 | Reaction hin jiru, hin jaallanne moo video sana, yaada keessan naaf kennamee. | 186 |
| 4 | https://www.tiktok.com/t/ZP8cKh3gw/
Filannoo university guutuun dura kana ilaalaa | 122 |
| 5 | https://www.tiktok.com/t/ZP8cKdQ1N/
Filannoo university guutuun dura kana ilaalaa | 12 |
| 6 | https://youtu.be/FG97mdjiixE?si=SLOU4fc5W_mN3uqU | 207 |
| 7 | https://youtu.be/IcrujWu1Syg
kunoo share godhaa waliif, reaction keessanis natti agarsiisaamee | 155 |
| 8 | Waliif share gochaa hin jirtan, reaction keessanis hin jiru. Mee reaction keessan. | 252 |
| 9 | https://youtu.be/0ToVjPKV0YE?si=KwsExIECkGgTcdaN
This Video for You | 221 |
| 10 | Голосове повідомлення | 282 |
| 11 | https://youtu.be/WHAAQzvW848?si=djLCzqvPow8b0IXv | 276 |
| 12 | https://youtu.be/IcrujWu1Syg
kunoo share godhaa waliif, reaction keessanis natti agarsiisaamee | 127 |
| 13 | Dhiifama barattoonni bara kana entrance fudhataniifii 9-12 taatan wal hin barre natti fakkaata, Maqaan koo Barnaaf Taarikuun jedhama barataa SIT(shaggar institute of technology) ti dha. Kaayyoon akkadamii kana waantota inni irratti hundaa'uu inni jalqabaa waamamni maqaa beki bekam jedhu maqaa obboleessa kootii yoo ta'uu channalii kanas gaafan isaan moggaasuu yaadannoo saatiif jedheenidha, inni kan biraan immoo akkuma beektan biyya keenya keessatti system barnootaa jiru baay'ee kan nama ijaaruu osoo hin taane kan abdii nama kutachiisudha animmoo ofii kootii waantotan keessa darbe garuu sin obboloonni koo na booda jirtan immoo akka itti miidhamtan waanan hin barbaanneef chaannalii kana Afaan oromoo dhaan hojjechuu murteesse, sababni isaas midiyaan afaan oromoon guidance kennu argachuu waanan hin dandeenyeef yoon osoon lubbuun jiruu waan tokko impact godhee system barnoota barattoonni ittiin karaa ittiin yaadaniin milkaa'aan ijaaruuf murteesseen ammarratti hojjechaa jira, akkuma beekamu kaa fedha qofaa osoo hin taane waantonni barbaachisan hedduun jiru Sanaafis immoo galgalaaf ganama hojiirran jira.
Dhugaan tokko sinitti himuu barbaadu barattoonni bara kana waliin turre sinitti himuu danda'u akkaataa jalqabbii keenyaa fi nuffii tokko malee akka tajaajilaa turre, ammas kanuma caalaatti itti fufna.
Adaraa tokko sinitti kennuu barbaadu garuu hundumti keessan obboloota siin booda jiraniif akka obboleessatti taatanii guide akka gootanin dhaamsa siniif dhaamuu barbaada, yeroo sana kaayyoo ani qabadhee ka'es galma ga'ee akka biyyaatti jijjiirama fiduu dandeenya malee ani qofaa koo waanin dhamahuuf qofaa miti kana waadaa galuu keessaniifi iddoo jirtan kamitti kana fudhatanii akka apply gootan immoo comment irratti arguun barbaada.
Ani fi sin waliin taanee haala barnootaa fi barataan itti dabarsu sirreessuu hin dandeenye taanaan dhaloota dhufaa jiruufis gufuu guddaa osoo arginuu bira darbuudha, kanaaf dhaamsa koo ani siniif qabu koottaa waliin system barnoota biyya keenyaa jijjiiree waliin guddanne, wal guddisna jechuun barbaada.
waantota garaagaraa moo siniif qabadheen dhufa jira channalii akkasumas immoo page keenya follow godhaa. asiin gaditti argattu:
Academy telegram: https://t.me/BekiBekam_academy
Academy university content: https://t.me/BekiBekamUniversity
Youtube channel: https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9
facebook page: https://web.facebook.com/BekiBekamAcademy
TikTok account: https://www.tiktok.com/@bekibekam_academy?_r=1&_t=ZP-99TzZxCDYp5 | 904 |
| 14 | Qophooftaniiree? | 253 |
| 15 | barattoonni hin jirtani moo? | 355 |
| 16 | Barattoonni bara kana entrance fudhatan jirtu? react godhaa akkasumas comment godhaa, maaltu siniif haa jalqabamu.
https://t.me/BekiBekam_academy | 372 |
| 17 | https://youtu.be/17uuxf9rdZk?si=N0Bh1a5DJgzzUC_2 | 263 |
| 18 | https://linkedin.com/feed/update/urn:li:activity:7501590714309435392
waan jiru kan ittiin bartan waan ta'eef carraa kanatti fayyadamaatii hordofaa. | 452 |
| 19 | https://youtu.be/d6w6eMe72Dg?si=qAw9c6zNZLKtv71k | 332 |
| 20 | Barattoonni sit apply gochaa jirtan, university finfinnee ykn AASTU fi ASTU keessaa kan fedha keessanii dorgomuu hin dagatiinaa, sit irratti of hin gatiinaa.
https://t.me/BekiBekam_academy | 896 |
