ru
Feedback
Beki Bekam Academy

Beki Bekam Academy

Открыть в Telegram

☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku

Больше
Страна не указанаКатегория не указана
738
Подписчики
Нет данных24 часа
+17 дней
+7730 дней
Архив постов
kana booda haala jiruun maal eegdu mee comment irratti akkasumas keessan naaf barreessaa. https://t.me/BekiBekam_academy

Maatiin Academy Akkam jirtu hundumtu keessan, yeroo dheeraaf waljaala bannee turre sababoota gibbii keenyaan walqabataniin, ammamoo deebi'een jira, kana boodas waantota garagaraa irratti hojjenna, mee eenyutu ammayyu as jira reaction dhaafi comment irratti immoo waantota eegaa jirtan ykn akka hojjetamu barbaaddaniif immoo keessanis ta'e comment irratti barreessu dandeessu, Galatoomaa. https://t.me/BekiBekam_academy

Akkam jirtu? Mee nama meeqatu sit dhaaf apply godhe comment irratti. I have applied. Or I am going to apply. Jedhaa comment irratti naaf barreessaamee. Yoo university bira seentu ta'emoo yaadni keessan eessa akka ta'es achuman. https://t.me/BekiBekam_academy

Repost from N/a
Hello everyone, hope you all are doing well and preparing your SIT application. There is an update from the University, and t
Hello everyone, hope you all are doing well and preparing your SIT application. There is an update from the University, and the deadline has been postponed to August 30. Those of you who submitted, we wish you good luck, and those who didn't now have more time to prepare and submit your application. If you have any questions, you can jot them down in the comment section. Good luck Please note that this is not an official page; it is managed by SIT students. Have any questions? Drop them in the comments below! 👇 https://www.linkedin.com/feed/update/urn:li:activity:7488583756480565249

Please share this with prospective students: "The application deadline for admission to SIT has been extended to August 30, 2026." This is officially from our University. https://t.me/BekiBekam_academy

Akkam jirtu hundumtuu? Akkami Ganni akkamitti siniif deemaa jira? Warri application irra jirtan hoo maalirra geessan? https://t.me/BekiBekam_academy

record.ogg8.13 MB

Yesterday's recording. Show us how much it's useful. https://t.me/BekiBekam_academy

+1
For essay use this guide to write the best essay. https://t.me/BekiBekam_academy

+1
As we have said yesterday this are the guide on how to write your recommendation letter and show this to your teachers or write by yourself and give to them so that they can sign on it. Show us with your reaction if it's helpful ❤️🙏👍. https://t.me/BekiBekam_academy

Are we ready guys?

📢 Good News! Special SIT Application & Experience-Sharing Seminar! 🎓 Are you preparing your application for the Shaggar Ins
📢 Good News! Special SIT Application & Experience-Sharing Seminar! 🎓 Are you preparing your application for the Shaggar Institute of Technology (SIT)? Don't miss this opportunity to get direct insights, strategies, and firsthand advice on navigating the application process successfully! 💡 Why You Should Attend Insider Guidance: Get clear, actionable tips on preparing a standout application. Experience Sharing: Learn directly from peers about what works, common pitfalls to avoid, and how to present your best self. Q&A Session: You can ask what ever related to the university. 📅 Event Details Host: Abdurahman Hussein, SIT Freshman Guest: Barnaf Tariku, SIT Freshman & Founder of BekiBekam Academy 🕒 Time: 3:30 PM – 4:30 PM LT 📍 Platform: BekiBekam AcademyImportant: Please make sure to join on time so you don't miss any critical insights!
📌 Can't make it live? No worries! The full seminar recording and all presentation materials will be shared in the channel right after the session.

Akkam jirtu maatiin Beki Bekam Academy? Wal jalaa bannee mitii, mooraan keenya ammayyuu barumsa irra jirra akkasumas immoo final tti dhiyaannerra kanaafi. Reaction fi comment dhaan nagaa jedhamee https://t.me/BekiBekam_academy

Akkam jirtu maatiin Beki Bekam Academy? Wal jalaa bannee mitii, mooraan keenya ammayyuu barumsa irra jirra akkasumas immoo final tti dhiyaannerra kanaafi. Reaction fi comment dhaan nagaa jedhamee

https://web.facebook.com/share/v/1bVeQL43kA/ Waa'ee application sit irratti akkamitti akka apply gootan University keenya waliin ta'uun siniif hojjedheen jira, seenaati check godhaa. Official Fb irratti gadhiifameera.

Repost from Beki Bekam Academy
"Dear Students, Our 2026–2027 admission application is now officially open! We kindly ask each of you to share the application announcement widely through your social media platforms and personal networks. This is especially important, as many talented students can benefit from the same opportunity you received. Let's work together to help the next generation of future innovators find their way to SIT. Thank you." Kun ergaa SIT irraa darbeedha kanaaf hundumtuu itti yaadaa, qormaata gaafa fixxan itti deebitu garuu yaadatti qabadhaa akka qormaata fixxaniin apply gootu. https://t.me/BekiBekam_academy

Kana argitaniittu jedheen yaada warri qabxii gaarii nan fida jettanii yaaddan ykn immoo qabxiin koo yoo 500 ol ta'uu baattellee special talent qabdan submit gootanii apply gochuu dandeessu.

Warri qormaata fixxan maal hojjetaa jirtuu? Mee comment irratti waa jedhamee. https://t.me/BekiBekam_academy