cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Miira Kayyoof Tokkoome

WALIIN TAANEE WALOOF ASII KAANEE FAGOOF ....join & Share our Channel

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
180
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

MIIRA KAAYYOO! Sammuun yoo hin ijaaramne Inni kaanoo maqaadha Yoomuu nama gargaaruuf Nama ta'uun ga'aadha Dhalootaaf dhabbachuudha Ilaalchi nuti qabnu Harkaan hiixachuuf kaanee Dhalootaaf galaa hin dhabnu Isa kufe kaasuudhaaf Harka keenya hiixachaa Kan baratu deeggaruuf Waliin taanee birmachaa Hundaaf siif jira jenna Wanta qabnuun birmanne Deeggarsa keenya ani feedhu Fuula gaariin simannee Haala keessatti dhiphatee Isa jedhuufis wayyoo Marasaaf haa birmannu Qabannee miira kaayyoo Waliif jirra haa jennu Waliin taanee yaa sabaa Haqaaf warri hojjetu Yoomiyyuu seenaa qaba Haadhoo isaatiif ni dhiiga Mul’ataan kan namoome Dhiiga isaatiif birmata Sammuu isaan kan qaroome Nuti waan qabnuuf kaane Cita keenyaa dhiiguudhaa Mul'anni nuti qabnu Miira kaayyoon fiiguudha Kaayyoo keenyan ni uumna Waliin sammuu qaroome Dhibbaa fiduuf salphaadha Silas sammuun namoome Irratti haa hojjennu Uumuuf ilaalcha sirrii Hojiin keenya haa mul'atu Har'as godhatee firii Cina dhaabachuuf jirra Warra harka qalleeyyii Haalli sirriin maddisiisuun Yaada giddu galeeyyii Hawwii keenya guddaadha Arguun qaroo baname Kana irrati hojjechuudhaaf Keessi keenya dirqame Kitaabni sammuu qara Beekaa nama taasisa Ilaalcha baballisee Yaada namaa gabbisa Wal gannee hin dabarru Qooda wal taanee fiiguu Murteen keenya inni guddaan Walaalummaa kan diigu Sammuu qaroome oomishaa Ni uumna abdii sabaa Dukkana dhabamsiisuuf Numatu ga'ee qaba Nutu waliif birmata Xannachi hiddaa hin dhiigu Alagaan sin ijaaru Beeki akka si diigu Nuti haasaa irratti hin dhiifnu Hojiidhaan agarsiifna Golee arfan irrattu Tola oltummaa barsiifna Ijaareetiin dabarra Dhalootaaf Riqaa guddaa Taanee mul'achuuf jirra Daawwitii saba hundaa Jibba iddoodhaa baleessaa Jaalala orma dhaalchifna Daandii sirri irra adeemaa Kichuu karaa qabsiifna Haqa irratti ijaaramneet Taana riqicha boruu Oomishu irratti hojjenna Dhaloota ifa sooru Sinitti adda hin baanu Yaa ilmaan abboof haayyoo Faanni manaa nuu baase Jedhama miira kaayyoo!
Показать все...
Repost from Tikvah-University
Фото недоступно
ከ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ውጤት ጋር በተያያዘ በርካታ ጥያቄዎች ደርሰውናል። በጉዳዩ ዙሪያ ያነጋገርናቸው የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት ምክትል ዋና ዳይሬክተር ተፈራ ፈይሳ "ማንኛውም ተማሪ ብሔራዊ ፈተናውን ለማለፍ ቢያንስ 50 በመቶ ውጤት ሊያመጣ እንደሚገባ" ገልጸውልናል። በከፍተኛ ትምህርት ተቋማት ገብተው ለመማር የተፈተኗቸው የትምህርት አይነቶች አጠቃላይ አማካይ ውጤት 50 በመቶ እና ከዚያ በላይ ሊሆን ይገባል ብለዋል። "ይሄ አዲስ ውሳኔ አይደለም። ለዓመታት ሲሰራበት የቆየ ነው። ማንኛውም ተማሪ ለማለፍ ከግማሽ በላይ ውጤት ማምጣት አለበት" ብለዋል። ከተማሪዎች የሚቀርቡ ቅሬታዎችን እየተቀበሉ መሆኑን የገለጹት ም/ዋና ዳይሬክተሩ ፤ አጠቃላይ አማካይ ውጤታቸው ከ300 በታች ያመጡ ተማሪዎች ቁጥር ገና አለመታወቁን ለቲክቫህ ዩኒቨርሲቲ ተናግረዋል። የዩኒቨርሲቲዎችን የመቀበል አቅም በማገናዘብ የመግቢያ ነጥብ ወደፊት በትምህርት ሚኒስቴር የሚገለጽ መሆኑ ታውቋል። የባለፈው ዓመት የመቁረጫ ነጥብ ለወንዶች 330 እና ከዚያ በላይ ፤ ለሴቶች 320 እና ከዚያ በላይ እንደነበረ ይታወሳል። @tikvahuniversity
Показать все...
Barattoonni qormaata seensa Yuuniversiitii fudhattanii milkooftan Baga gammaddan🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Warroonni isiniif hin milkoofnes ammoo Rabbiin obsa isiniif haa kennu jireenyi irra lafaa tun jiruu qormaataati, qormaata ammoo gaaf tokko ni milkoofta gaaf tokko ammoo milkaa'uu dhabuu dandeessa. garuu irra deddeebi'anii yaaluudhaan wanti hin danda'amne hin jiru. Altakka siif milkaa'uu dhabeef ammoo "an homaa hin beeku, Ani namaa gadi, an eessaayyuu gahuu hin danda'u, maal maal..." Jettee sammuu Kee hin dhiphisin. Dhugaadha hiriyyoonni Kee baayyeen sibiraa darbaniiru ta'a garuu homaa miti Kun wanta Rabbiin namaaf hireedha, hundi darban jechuun ammoo hundi baratee ni milkaa'a jechuu miti, Barnoonni yuuniversiitii seenuun qofa miti, akkaaf bakka fedhettuu Barnoonni barnootuma. Koolleejjii seentee barattus barnootuma, waluma qixa baatee dorgomta. Kanaaf abdii hin kutatiniitiin hamma danda'ameen oftasgabbeessuu yaali eegas waan godhuu qabdu itti yaadii murteeffadhu! Kuni hundi sitti ulfaata taanaan cal jedhii obsaan dubbisii ammas irra deebi'ii qormooticha fudhadhuutii yaali. Kanarratti mee seenaa ajaa'ibaa tokko siif haa fudhadhuu. Barataa cimaa ture hanga kutaa kudha 12ffatti akka walii gala mana barumsaatti namni Isa dursu hin jiru kutaa 10ffatti qabxii 10A fiduun gara kutaa itti aanutti darbe kutaa kudha 12ffatti ammoo 545 fide garuu akka carraa ta'ee fied inni barbaadu 'medicine' bara sana ammoo 550 irraa fudhata qabxii 5f medicine dhabe eegas yuuniversiitii jimmaatti ramadamee 'Dental medicine' barachutti seene garuu itti hin tolle, osoma achi jiru qormaata entrance irra deebi'ee guutee 602 fide ammas akka carraa bara 2012 waan fudhateef bara kana sirni barnootaa waan jijjiirameef gara yuuniversiitii deemaniiti kan field filatan, innis achumaan carraan university finfinnee gahee seenee freshman course barachuu jalqabe ammas carraa marsaa lammaffaaf dorgome qormaanni COC waan jalaa gadi bu'eef hin milkoofne. Field biraa kennaniif innis ammas osoo Abdii hin kutin carraa sadaffaaf osoma Barumsa baratu entrance irra deebi'ee guutee eegas bara 2013tti entrance Yeroo sadaffaaf fudhatee 570 fide. Yeroo sadaffaa ammoo carraan Arsii university Isa gahe , asittis freshman course bifa haaraan irra deebi'ee barachuu itti fufe eegas COC llee milkaa'ee waan barbaadu argatee Amma kinoo barataa medicine waggaa lammaaffati, maqaa isaa ammoo waan dhahuu hin barbaanneef dhiise. Kanaaf yoo yaalan wanti hin danda'amne hin jiru kan jedheef. Kanaaf warri carraa tokkoffaa kanaan hin milkaa'in irra deddeebi'aatii yaalaa ykn ammoo daandii Isa biraa filadhaatii milkaa'ina keessan itti fufsiisaa. Warroonni Amma milkooftanis ammoo barnoota keessatti haalaan jabaadhaa, gufuuleen nama muudatan as qofaa miti waan ta'eef, keessattuu yuuniversiitii keessatti rakkoolee Fi qormaanni nama muudatan baayyee dha waan ta'eef gammachuu Yeroo muraasaa qofa akka isin jalaa hin taanee jabaadhaa dorgommii keessan itti fufaa. ©Abdii Abbiyyoo Eda'oo, Gurraandhala,17,2014 Share share👇👇👇👇 @milkaainajireenyaa @milkaainajireenyaa Yaada yoo qabaattan ammoo👇👇👇 @milkiimilkaainaa_bot
Показать все...
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
500 psyco qestions.pdf7.76 KB
english.pdf2.04 MB
#Kutaa_12ffaa Barattoonni baay’een karaa keessaan waa'ee qormaata kutaa 12ffaa nu gaafachaa jirtu. Waa'ee firii qormaataarratti wanti haaraan hin jiru. Yeroon firiin qormaataa itti ibsamu ni tura, sababani isaas qormaanni marsaa 2ffaa Amajjii 24-27 ni kennama jedhamuun isaa ni yaadatama. Kanaafuu hamilee fi xiinsammuu barattoota kanaa eeguuf qormaanni gadhiifamu hin jiru. Qormaanni kutaa 12ffaa kennamee eega xumuramee booda kan isaaniis harramamee firiin barattoota bara 2013 walumaan kan gadhiifamu ta'a. Wanti jijjiiramu yoo jiraate atattamaan kan isin biraan geenyu ta'a, odeeffannoo kana waliif share godha.
Показать все...
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
Grade 12 Maths Natural 2014 E.c.pdf7.99 KB
Grade 12 Maths Social 2014 E.C.pdf8.78 KB
Grade 12 Physics 2014 E.c.pdf8.71 KB
Grade 12 Aptitude English 2014 E.C.pdf4.51 KB
Grade 12 Aptitude Mathematics 2014 E.pdf7.77 KB
Grade 12 Biology 2014 E.C.pdf4.49 KB
Grade 12 Chemistry 2014 E.C.pdf7.34 KB
Grade 12 Civics 2014 E.C.pdf6.32 KB
Grade 12 English 2014 E.C.pdf7.36 KB
Grade 12 Geography 2014 E.C.pdf5.37 KB
Grade 12 History 2014 E.C.pdf5.23 KB
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
History Text G-11.doc6.16 KB
HISTORY G-12 BOOK.pdf11.99 MB
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
📚Biology Model Exam ( 2013 )
Показать все...
Biology Model Exam (AAEB) 2013.pdf4.87 KB
Economics Model Exam (AAEB) 2013.pdf4.15 KB
Civics Model Exam (AAEB) 2013.pdf2.65 KB
Chemistry Model Exam (AAEB) 2013.pdf3.47 KB
Physics Model Exam (AAEB) 2013.pdf3.21 KB
Maths Model Exam = Social (AAEB) 2013.pdf2.94 KB
Maths Model Exam = Natural (AAEB) 2013.pdf7.04 KB
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
  • Файл недоступен
📚Geography Model Exam (AAEB) 2013
Показать все...
Geography Model Exam (AAEB) 2013.pdf5.24 KB
English Model Exam (AAEB) 2013.pdf3.00 KB
Biology Model Exam (AAEB) 2013.pdf4.87 KB
Economics Model Exam (AAEB) 2013.pdf4.15 KB
Civics Model Exam (AAEB) 2013.pdf2.65 KB
Chemistry Model Exam (AAEB) 2013.pdf3.47 KB
Physics Model Exam (AAEB) 2013.pdf3.21 KB
Maths Model Exam = Social (AAEB) 2013.pdf2.94 KB
Maths Model Exam = Natural (AAEB) 2013.pdf7.04 KB