ru
Feedback
BARUMSA SANBATAA SDA & KITAABOLEE HAFUURAA 📚

BARUMSA SANBATAA SDA & KITAABOLEE HAFUURAA 📚

Открыть в Telegram

A/oromoo Youtube channel keenya seensiftuu gadii jirtu cuqaasuudhaan @Subscribe @Share gochuu hin dagatinaa galatoomaa!😊👇 www.youtube.com/@WordPowerTube https://www.youtube.com/@Alive_hope Nu quunnamuuf:https://t.me/Latinaaf https://t.me/wbiky

Больше
2 192
Подписчики
Нет данных24 часа
+257 дней
+5630 день
Архив постов
sschool 2026t3.pdf

Barumsa sanbataa afaan 'english'

²⁴.... Waaqayyo isin haa eebbisu, isin haa eegu! ²⁵ Waaqayyo fuula isaa isiniif haa ibsu, isinitti haa araaramu! ²⁶ Waaqayyo fuula isaa gara keessanitti haa deebisu, nagaas isiniif haa kennu!.... ●Lak. 6 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯

Yeroo tokko tokko jireenyi namatti hadha'a;🥹 Dhoksaatti boossa😢 eenyullee si cina akka waan in jirre sitti fakkaata gaddaarraan kan ka'ees onneen namaa in caba 💔  garuu Waaqayyo imimmaan hundumaa in arga, sagalee boo'icha namaas in dhaggeeffata,  Akkuma Aggaar gaaf tokkoo.😊 ..."Aggaar, maal taate? Mucichi iddoo jirutti Waaqayyo sagalee isaa dhaga'eeraatii hin sodaatin! S/Uumamaa 21:17 WAAQAYYO SAGALEE BO'ICHA KEE DHAGA'EERA!😊 @latinaaf 💬

BARNOOTA 13FFAA.docx0.15 KB

“Ani garuu, "Maqaa Waaqayyoo hin dha'u, maqaa isaatiinis waan tokko illee namatti hin himu" yoon jedhe, dubbiin kee lafee koo keessa lixee, garaa koo keessatti akka ibidda boba'uu waan ta'eef, ani isa ittisuu yoon yaale iyyuu homaa hin danda'u.” — Er. 20:9

Yaadachisa miseensota aduveentistii guyyaa 7ffaa hundaaf, share qofaa gochuun nuu gargaara! Join gochuun dirqaama mitti fedhaa keessan irraatti hundaa'a, hundaafu gara yaadachisaatti🤷‍♂🤷‍♂🤷‍♂👇👇👇👇 ✍Barumsaa sanbataa Guyyaa Guyyaan dubbisuu yoo ka barbaadan: 1.Afaan amariffaatiif 👉@SabbathSchool 2.Afaan oromiffaatiif 👉@sogproduction ✍Faaruuwwaan duraanif harawaa kan yoo barbaadan 1. Afaan oromiffaatiif👉@haftuuproduction 4. Afaan Amariffaatiif👉 @SDAsong ✍ Sagantaa kadhaa, faarfannaa fi Waaqeeffaanaa yeroo hundaa 1. Kan ganama ganamaAfaan oromiffaatiif @hs11ffaaAfaan Amariffaatiif @ebenezerprayer 2. Kan galgalaa galgalaa ✓Torbanitti guyyaa jahaa👉 @FedhaanHojjaattootawongeela777Torbanitti guyyaa sadii👉 @GOQDH7sagantaa adda haala irraatti hundaa'uu @a7d1yAkkasumas channeloota akka ©@haftuvoice ©@barumsasanbataa ©@DailyWordOfLife ©@LHICH2025 ®@SDAyetnbit ©@AdventistEthio ©@sdabooks fkkf yoo isiniti  tolee fi tolee qofaa 👉Join gochuudha, irraa fayyadamaan dhaamsa @sogproduction tii, yaadachiisni xumuraa ammo channel Fi group
jiraan kana qofaa jechuu Kenna akka hin tanee nuuf hubaadha
kanneenis kan asirraati isiinif kennef nuuf beeksisaa jedhan ykn nutii himatani osoo hin taanee; taarii namni channel Fi group kanneen keessa tokkos hin beekne ni jiraa ta'a, yoo beeke yoo irraa fayyadaame hoo? jenneeti kanaaf nuti akka @sogproduction tii gahee Kenna bayaneera. isiinis maatiin channel kana, group Fi channel kanneen alatti hafaniruu kan irraa fayyadamattan iddoo comment ttiiti nuuf bareessuu ni dandeessuu..... channel Fi group hafan ni jirtuu,adaraa nuu hin komaatinaa, dhiifama guddaa, Kun xumuraa mitti jalqabaa malee walii wajjumaan itti fufnaa...#walii_haa_tumsinuu...!!! #Yaa_nama_koo_ani_nama_atis_isumaa_innis_isheenis_sanumaa_nuu_martuu_kanumaa. #HALKAAN_GAARII_OLMAA_GAARII_QABAADHA.

BARNOOTA 12FFAA.docx0.14 KB

BARNOOTA 11FFAA.docx0.15 KB

1Phe. 1 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹⁸ Akka jireenya keessanii isa abboota keessan irraa isinitti darbee, isa waa'ee hin baafne sana jalaa, wanta badu waan akka meetii yookiis warqeetiin akka hin furamin, isin iyyuu in beektu. ¹⁹ Garuu Kristos dhiiga isaa isa gati-jabeessaan, isin fureera; inni akka hoolaa mudaa yookiis xurii hin qabnee ti.

'' Fannoon dhukkubbii cubbuun onnee waawayyootti fide miira keenya isa adoodaatti mul'isa''.___ Education, p. 263 @barumsasanbataa

Waaqayyo gooftaan kattaa yeroo hundumaa jiraatu waan ta'eef, bara baraan isa amanadhaa! Isaiah 26:4 😊 @barumsasanbataa

የተሟላ-ኑሮ-Life-at-Its-Best-Amharic.pdf1.99 MB

BARNOOTA 10FFAA-.docx0.15 KB

Namoonni Kitaaba "Hattoota Waldaa Kiristaanaa" jedhu PDF isaa barbaaddan link telegram armaan gadii seenuudhaan Buufadhaa🙏 K
Namoonni Kitaaba "Hattoota Waldaa Kiristaanaa" jedhu PDF isaa barbaaddan link telegram armaan gadii seenuudhaan Buufadhaa🙏 Kitaabichi icciitiiwwan xibaaraa Raajota Sobduu Afiriikaa Gaarii godhee saaxila. Kitaaba iccitii guddaa of keessaa qabudha. Link👇👇👇 https://t.me/hattootawaldaakiristaanaa https://t.me/hattootawaldaakiristaanaa https://t.me/hattootawaldaakiristaanaa

BARNOOTA 9FFAA.docx0.14 KB

"Inni abdii nuuf kenne amanamaa dha; kanaafis kottaa abdii keenya beeksisuutti jabaannee in qabamnaa*!" Ibr 10:23 @barumsasanbataa

Maaltu si yaaddeessaa jira laata? “...Kun Waaqayyoof salphaa dha.” 2Mot. 3:18 Waaqayyoo beekaadha! @barumsasanbataa