BARUMSA SANBATAA SDA & KITAABOLEE HAFUURAA 📚
Ir al canal en Telegram
A/oromoo Youtube channel keenya seensiftuu gadii jirtu cuqaasuudhaan @Subscribe @Share gochuu hin dagatinaa galatoomaa!😊👇 www.youtube.com/@WordPowerTube https://www.youtube.com/@Alive_hope Nu quunnamuuf:https://t.me/Latinaaf https://t.me/wbiky
Mostrar más2 301
Suscriptores
+224 horas
+167 días
+4930 días
Archivo de publicaciones
18. ?"Kottaa mee walii wajjin dhugaa in baafnaa cubbuun keessan akka dhiigaa yoo isin diimesse iyyuu, akka cabbii in addaattu; diimaa biluus yoo isin godhe iyyuu, akka jirbii iddamaa adii in taatu.
Isaayyaas 1:18
Barattoonni haaraa Jimma university isin ga'e dhufuuf jettan
Bakka church akka isinitti agarsiisaniif(JIT yoo ta'es ykn Main)
Inbox gadiin na quunnamaa 👇
@wbiky
Namootni faarfannaa "wudase" afaan amhariffaan barbaaddan(inni duraa isiniif hojjechuu dide, haaraan waan hojjetamee jiruuf...)link gadiin seentanii buufachuu dandeessu!
👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=com.wudase.hymn
#Maqaa_Gooftaatiin_isinan_eebbisa
●Waaqayyo, guyyaa rakkinaatti
kadhata keef deebii siif haa kennu!
Waaqayyo inni kan Yaaqoob, maqaa isaatiin si haa eegu!
Inni mana qulqullummaa isaa keessaa
gargaarsa siif haa ergu!
Irkoos Xiyoonii siif haa kennu!
Inni kennaa kee hundumaa siif haa yaadatu,
faaraanis gara aarsaa qalma keetii siif haa ilaalu!
Waan garaan kee jaallatu siif haa kennu!
Akeeka kee hundumaas siif haa raawwatu!
Yommus mo'icha ati argatte irratti,
guddifnee sagalee gammachuu in dhageessifna,
maqaa Waaqayyo keenyaatiinis faajii keenya
ol fuunee in dhaabbanna!
Waaqayyo, himata kee hundumaa siif haa raawwatu!
Faarfannaa 20:1-5
#Baga_bara_2019_geesse!
Before you fall in love with someone, fall deeper in love with God.
Because feelings can be powerful, attention can feel special, and chemistry can make you believe you’ve found the right person. But not every connection is meant to become a relationship.
Seek God before you seek someone’s heart.
Ask Him to guide your emotions, protect your heart, and give you wisdom to recognize the kind of love that will bring you closer to Him—not slowly pull you away.
You don’t need a perfect person. You need someone who understands that both of you are still growing, still learning, and still needing grace.
A blessed relationship doesn’t begin with two perfect people.
It begins with two imperfect people who choose to trust a perfect God.
So before you say, “I want this person,” have the courage to pray:
“Lord, I want Your will more.”
Because when God becomes the foundation, love becomes more than butterflies and beautiful moments. It becomes a journey of faith, patience, growth, forgiveness, commitment, and choosing Christ together.
BEFORE I FALL IN LOVE,
MAY I FIRST FALL DEEPER IN LOVE WITH GOD. 🤍
#AllThingsNew
You tube church jimma kana subscribe godhuun ergaa dhugaa qooduu keessaa qooda qabaadhaa🙏
👇👇👇👇
https://youtu.be/e_V7TK8uHPk?si=ToyYrLo4SWU0OtcU
