BARUMSA SANBATAA SDA & KITAABOLEE HAFUURAA 📚
前往频道在 Telegram
A/oromoo Youtube channel keenya seensiftuu gadii jirtu cuqaasuudhaan @Subscribe @Share gochuu hin dagatinaa galatoomaa!😊👇 www.youtube.com/@WordPowerTube https://www.youtube.com/@Alive_hope Nu quunnamuuf:https://t.me/Latinaaf https://t.me/wbiky
显示更多2 192
订阅者
无数据24 小时
+257 天
+5630 天
帖子存档
²⁴.... Waaqayyo isin haa eebbisu, isin haa eegu!
²⁵ Waaqayyo fuula isaa isiniif haa ibsu, isinitti haa araaramu!
²⁶ Waaqayyo fuula isaa gara keessanitti haa deebisu, nagaas isiniif haa kennu!....
●Lak. 6
¯¯¯¯¯¯¯¯¯
Yeroo tokko tokko jireenyi namatti hadha'a;🥹 Dhoksaatti boossa😢 eenyullee si cina akka waan in jirre sitti fakkaata gaddaarraan kan ka'ees onneen namaa in caba 💔 garuu Waaqayyo imimmaan hundumaa in arga, sagalee boo'icha namaas in dhaggeeffata, Akkuma Aggaar gaaf tokkoo.😊
..."Aggaar, maal taate? Mucichi iddoo jirutti Waaqayyo sagalee isaa dhaga'eeraatii hin sodaatin!
S/Uumamaa 21:17
WAAQAYYO SAGALEE BO'ICHA KEE DHAGA'EERA!😊
@latinaaf 💬
“Ani garuu, "Maqaa Waaqayyoo hin dha'u, maqaa isaatiinis waan tokko illee namatti hin himu" yoon jedhe, dubbiin kee lafee koo keessa lixee, garaa koo keessatti akka ibidda boba'uu waan ta'eef, ani isa ittisuu yoon yaale iyyuu homaa hin danda'u.”
— Er. 20:9
Yaadachisa miseensota aduveentistii guyyaa 7ffaa hundaaf, share qofaa gochuun nuu gargaara! Join gochuun dirqaama mitti fedhaa keessan irraatti hundaa'a, hundaafu gara yaadachisaatti🤷♂🤷♂🤷♂👇👇👇👇
✍Barumsaa sanbataa Guyyaa Guyyaan dubbisuu yoo ka barbaadan:
1.Afaan amariffaatiif 👉@SabbathSchool
2.Afaan oromiffaatiif 👉@sogproduction
✍Faaruuwwaan duraanif harawaa kan yoo barbaadan
1. Afaan oromiffaatiif👉@haftuuproduction
4. Afaan Amariffaatiif👉
@SDAsong
✍ Sagantaa kadhaa, faarfannaa fi Waaqeeffaanaa yeroo hundaa
1. Kan ganama ganama
✓Afaan oromiffaatiif
@hs11ffaa
✓Afaan Amariffaatiif
@ebenezerprayer
2. Kan galgalaa galgalaa
✓Torbanitti guyyaa jahaa👉
@FedhaanHojjaattootawongeela777
✓Torbanitti guyyaa sadii👉
@GOQDH7
✓sagantaa adda haala irraatti hundaa'uu
@a7d1y
√Akkasumas channeloota akka
©@haftuvoice
©@barumsasanbataa
©@DailyWordOfLife
©@LHICH2025
®@SDAyetnbit
©@AdventistEthio
©@sdabooks
fkkf yoo isiniti tolee fi tolee qofaa 👉Join gochuudha, irraa fayyadamaan dhaamsa @sogproduction tii, yaadachiisni xumuraa ammo channel Fi group
jiraan kana qofaa jechuu Kenna akka hin tanee nuuf hubaadhakanneenis kan asirraati isiinif kennef nuuf beeksisaa jedhan ykn nutii himatani osoo hin taanee; taarii namni channel Fi group kanneen keessa tokkos hin beekne ni jiraa ta'a, yoo beeke yoo irraa fayyadaame hoo? jenneeti kanaaf nuti akka @sogproduction tii gahee Kenna bayaneera. isiinis maatiin channel kana, group Fi channel kanneen alatti hafaniruu kan irraa fayyadamattan iddoo comment ttiiti nuuf bareessuu ni dandeessuu..... channel Fi group hafan ni jirtuu,adaraa nuu hin komaatinaa, dhiifama guddaa, Kun xumuraa mitti jalqabaa malee walii wajjumaan itti fufnaa...#walii_haa_tumsinuu...!!! #Yaa_nama_koo_ani_nama_atis_isumaa_innis_isheenis_sanumaa_nuu_martuu_kanumaa. #HALKAAN_GAARII_OLMAA_GAARII_QABAADHA.
1Phe. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁸ Akka jireenya keessanii isa abboota keessan irraa isinitti darbee, isa waa'ee hin baafne sana jalaa, wanta badu waan akka meetii yookiis warqeetiin akka hin furamin, isin iyyuu in beektu.
¹⁹ Garuu Kristos dhiiga isaa isa gati-jabeessaan, isin fureera; inni akka hoolaa mudaa yookiis xurii hin qabnee ti.
'' Fannoon dhukkubbii cubbuun onnee waawayyootti fide miira keenya isa adoodaatti mul'isa''.___ Education, p. 263
@barumsasanbataa
Waaqayyo gooftaan kattaa yeroo hundumaa jiraatu waan ta'eef, bara baraan isa amanadhaa!
Isaiah 26:4 😊
@barumsasanbataa
Namoonni Kitaaba "Hattoota Waldaa Kiristaanaa" jedhu PDF isaa barbaaddan link telegram armaan gadii seenuudhaan Buufadhaa🙏
Kitaabichi icciitiiwwan xibaaraa Raajota Sobduu Afiriikaa Gaarii godhee saaxila.
Kitaaba iccitii guddaa of keessaa qabudha.
Link👇👇👇
https://t.me/hattootawaldaakiristaanaa
https://t.me/hattootawaldaakiristaanaa
https://t.me/hattootawaldaakiristaanaa
"Inni abdii nuuf kenne amanamaa dha; kanaafis kottaa abdii keenya beeksisuutti jabaannee in qabamnaa*!" Ibr 10:23
@barumsasanbataa
Maaltu si yaaddeessaa jira laata?
“...Kun Waaqayyoof salphaa dha.” 2Mot. 3:18
Waaqayyoo beekaadha!
@barumsasanbataa
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
