cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Dirree Barnootaa||Oliyaad Baraticha

We provide: ✔Video Tutorials for University students ✔Funny and interesting facts ✔ Legal advice ✔Campus life advice ✔Teaching materials ✔Updated informations.... YouTube: https://www.youtube.com/c/DirreeBarnootaaOlyadMekuria

Больше
Рекламные посты
13 808
Подписчики
+2024 часа
+1747 дней
+1 02530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Catch Ably taphachuun warra usin rakkiseef. Iddoo logon teesse laaltanii lakkoofsa 1-4 keessaa tokko tuquu qofa. Fakkeenyaaf screen shot armaan olii kanarratti lakkoofsa 1 tuquun qaba. Yoos Ably point 10 naa kenna. Nama tokko yemmuu affeertan Ably point 500 fi TON 0.005 argattu.
Показать все...
Ably irratti: Waa lamatu jira. 1ffaan: TON yemmuu ta'u guyyaa list ta'u eeguu isin hin gaafatu. TON kan argattan TON 0.5 (referall nama 100l) yoo guuttan TON address keessan ergitanii withdraw yoo ajajjan sa'aatii 24 kwessatti isin dhaqqaba. TON'n 0.5 birrii gara 400 ta'a. 2ffaan: Token dha. kunimmoo akkuma airdrop kamuu guyyaa list ta'u eeguu gaafata. Inni 100% amanamaas miti(amaluma airdrop tu akkasi). Isa task'wwan hojjachuudhaan allasumas hiriyoota invite gochuudhaan coin walitti qabattu. Warri hin jalqabin link'n kunooti. https://t.me/AblyBot?start=913093702
Показать все...
ABLY

A platform designed to create solutions in the field of blockchain gaming. Community - @AblyCommunity

👍 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
Sababii namoonni tokko tokko karaa hin malleen qabxii baay'ee walitti qabataniif bot'n jaraa guyyaa kaleessaa maintenance irra ture. Hiriyoonnikoo baay'een yemmuu link kiyyaan seentan isin didaa akka ture nattimtan amma sirrateera seenaa sagalee naaf laadhaa. Osoo jennuu, warri karaa hin malleen qabxii baay'ee sassaabbachuuf yaalan doegommii keessaa waan haqameef nuyiif carraa gaarii uumeera(fakkeenyaaf ani mana kudha wayii keessaa top 10tti ol dhufeera) Refrall link'n kiyya kunooti seenaa👇
Показать все...
👍 7
Namoonni karaa hin malleen qabxii walitti sassaabbachaa turan dorgommicha keessaa haqamaniiru. Bot'n jaraas sababii kanaaf guyyaa kaleessaa maintenance irra waan tureef hiriyoonnikoo baay'een akka isin rakkisaa ture nattimtan. Warri karaa hin malleen qabxii baay'ee sassaabbatan yemmuu keessaa haqaman nuuf ammoo carraa gaarii uumeera. Fakkeenyaaf ani Top 10 keessa galeera. Warri duraan isin dide kunoo amma seenaa👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r0116481228 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r0116481228
Показать все...
👍 2
Isheen kun Ably jedhamti. Nama affeerudhaan TON argattu. TON 0.5 guunnan kallattumaan gara wallet tti withdraw gochuu in dandeessu. 100% kan mirkanaa'edha. Yoo referall hin qabaannemmoo callisaa start naaf godhaatii dhiisaa TON'n 0.5 birrii 400 ol bita bar. https://t.me/AblyBot?start=913093702 https://t.me/AblyBot?start=913093702
Показать все...
ABLY

A platform designed to create solutions in the field of blockchain gaming. Community - @AblyCommunity

👍 5 1
10 fi 20 gidduu marmaaraa jirra itti muddaa💪 Yoo xummurtan screen shot godhaatii kaawwadhaa Roobii sa'aatii 12:00 tti carraa itti buufnee isiniifis (nama 20f) kaardii xiqqoo isiniif guuta. Referall link'n kiyya kunooti👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r0116481228 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r0116481228
Показать все...
Challenge'n eegaleera... #Hub: Telegram'ni giddu-gala daldalaa ta'aa waan jiruuf carraan akka kanaa gaafa dhufee ani bakka isin bu'ee dorgomee moo'adhe bu'aa argamu keessaa yoo xiqqaate 20-50% haaluma kanaan kan Maatii Miidiyaa Dirree Barnootaa ta'a. Akkaataan itti isiniif qoodummoo yoosuma murtaa'a. Challenge'n nama 20f kaardii kaardii abbaa 10, 10 guutuu kun carraadhaan ta'a. Akkamitti?... 1. Referall link kiyya armaan gadii kanaan seentanii akkan kana dura isinitti himeen waan isinirraa eegamu raawwattu. 2. "Checked✅" erga isiniin jedhee screen shot gootanii qabattu. Roobii galgala sa'aatii 12:00 yemmuu ta'u isa screen shot gootanii kaawwattan fiddanii post ani sa'aatii sanitti(12:00tti) maxxansu jalatti screen shot keessan ergitu(bakka comment tti jechuudha). Akkasitti anis dorgommicha nan moo'adha, isinis fayyadamoo taatu(dhagaa tokkoon simbira lama😂). Sana booda hojiin abbootii carraa adda baasuu kan kooti. Akkamitti adda baafta yoo jettan: ✔Abbaan carraa inni jalqabaa nama Comment(screen shot) dafee 1ffaarratti erge ta'a. Haaluma kanaan comment keessan laakkaa'udhaan abbootiin carraa Salgan hafan; ✔Abbaa comment 10ffaa ✔Abbaa comment 50ffaa ✔Abbaa comment 100ffaa ✔Abbaa comment 150ffaa ✔Abbaa comment 200ffaa ✔Abbaa comment 250ffaa ✔Abbaa comment 300ffaa ✔Abbaa comment 350ffaa ✔Abbaa comment 400ffaa.... jechaa 50, 50n deema(baay'inni comment keessanii qarshiin ofii kootii badhaafamuu ol yoo na baasises rakkoo hin qabu). #Hub: Account lama ykn lamaa oliin gootanii carraa keessan guddisuu ni dandeessu garuu screen shot takkittii irra deddeebi'anii erguun ykn kan nama biraa erguun taphaan ala nama godha. Roobii galgala sa'aatii tti 12:00 oggaa jedhu post ani maxxansu eegatii comment (screen shot) keessan kaa'uuf qophaa'aa. Referall link'n kiyya kunooti👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r0116481228 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r0116481228
Показать все...

12👍 4🙏 1
Kennaan(Give away) namoota 20f kaardii abbaa 10, 10 guutuu daqiiqaa muraasa booda ni eegala. Innis akkaataa isiniif fi Miidiyaa keessan Dirree Barnootaa fayyaduun ta'ee bifa challenge tiin ta'a. #Namoonni ilaalcha negative qabdanii fi akka waan asirratti na qaxartanii na hojjachiisaa jirtaniitti waan hin taane haasoftan Kabajumaan channel gadi nuuf dhiisuu ni dandeessu yookanis anuu ban gochuu ittan fufa. Material'wwan Barnootaa yoo ta'e hamman danda'u Channel gubbaa isiniif kaa'eera. YouTube irrammoo Video'wwan isiniif kaa'eera. Yeroo yeroottimmoo beekumsa waliigalaa isiniif qoodan jira. Kana caalaa maal akka barbaaddan naaf hin galu. I think, warri akkasii yookan barattoota koo miti ykn ammoo warra na hin beeknedha. Deeggartoonnikoo qofti qophaa'aa❤️
Показать все...
👍 46👏 2
Galatoomaa! Dorgommii sana isin waliin taanee tarree 2ffaa(11-50) dhaan moo'adhee qarshii 500 badhaafameera. Amma yaaddoon koo "Qarshii kana mara maalan ittiin godha?" kan jedhuudha😂 Qoosaan haa hafuu,  kophaa koo nyaachurra qarshii 200 baasee nama 20f kaardii abbaa 10,10 guutuufii yaaden jira. Namoonni Diigdamman kun akkamitti akka filaman booda isinittan hima. Osoo jennuu, dorgommichi badhaasa fooyyeessee itti fufa. Torbanitti al lama gaggeeffama. Deeggartoota qabaannaan namni tokkichi hamma barbaade irra deebi'ee dorgomuu danda'as. Nus yoo waliin taanee marsaawwan itti aanan irratti jarattii harkaa birrii baafanne anis kennaa koo fooyyesseen isiniif qooda. Kana booda: Warra sadarkaa 1-5ffaa baheef Qr 2,000 6-10ffaa= Qr 1,500 11-20ffaa= Qr 1,000 21-40ffaa= Qr 750 41-50ffaa= Qr 500 badhaasu jarri. Deeggartoonni koo wanti isin gootan hojii daqiiqaa 1 ti. Innis: 1. Referall link kiyyaan seentanii start erga gootanii booda channel'wwan isiniif dhufan hundumaa join gootu. Asirratti channel'wwan join gootan sanniin isin hin fayyadan ta'a waan ta'eef xiqqoo turtanii leave gootanii keessaa bahuu in dandeessu(jecha kana jarri na hin dhagahin😂). 2. Erga join gootanii check kan jettu tuqaa. "checked✅" yoo isiniin jedhe xumurtan jechuudha. Sa'aatii muraasa booda akkaataa itti namoota 20f kaardii guutun isinitti hima. Dorgommii marsaa 2ffaanis ni jalqaba.    Galatoomaa!
Показать все...
👍 20 4
Sa'aatii sadi qofatu hafe. Tarree lammaffaa(11_40) dhaanan xumuraa jira. Namni 10 naaf seenaa qabxii naaf guddisaa👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r0116481228 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r0116481228
Показать все...
👍 7 1
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.