Dirree Barnootaa
Buy ads: https://telega.io/c/dirreebarumsaa We provide: ✔️Video Tutorials for University students ✔️Funny facts ✔️ Legal advice ✔️Campus life advice ✔️Teaching materials ✔️Updated infos YouTube: https://www.youtube.com/c/DirreeBarnootaaOlyadMekuria
显示更多📈 Telegram 频道 Dirree Barnootaa 的分析概览
频道 Dirree Barnootaa (@dirreebarumsaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 18 958 名订阅者,在 教育 类别中位列第 10 663,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 1 778 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 18 958 名订阅者。
根据 10 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -123,过去 24 小时变化为 18,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 32.80%。内容发布后 24 小时内通常能获得 9.55% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 6 211 次浏览,首日通常累积 1 808 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 43。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Buy ads: https://telega.io/c/dirreebarumsaa
We provide:
✔️Video Tutorials for University students
✔️Funny facts
✔️ Legal advice
✔️Campus life advice
✔️Teaching materials
✔️Updated infos
YouTube: https://www.youtube.com/c/DirreeBarnootaaOlyadMek...”
凭借高频更新(最新数据采集于 11 六月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
数据加载中...
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 12 六月 | +4 | |||
| 11 六月 | +23 | |||
| 10 六月 | +18 | |||
| 09 六月 | +15 | |||
| 08 六月 | +9 | |||
| 07 六月 | 0 | |||
| 06 六月 | 0 | |||
| 05 六月 | +6 | |||
| 04 六月 | +10 | |||
| 03 六月 | +10 | |||
| 02 六月 | +17 | |||
| 01 六月 | +11 |
| 2 | What🙆
287 departments are listed here👆
Kanuma keessaa "department kam yoon baradhe gaaridha" naan jedha namni tokko tokko. Bro, dandeenyaan hundumaa baradhu😁 | 2 777 |
| 3 | Exit Exam Schedule-2018/2026 | 3 250 |
| 4 | Chaayiniffa baradhaa, Naa'ol Wajjiin👇
https://vt.tiktok.com/ZSQFmYmuX/ | 3 832 |
| 5 | LBank New User Rewards Are Live
Join and unlock a 30 day VIP2 trial, transfer rewards up to 200 USDT, and additional trading bonuses. Limited time offer for new users.
Sponsored By WaybienAds | 1 |
| 6 | Taatee gaddisiisaa Mana Murtii tti mudate😭
Guyyaa har'aa Dhaddacha manni Murtii Aanaa Walmaraa qabatee ture dhimma maati (himannaa haadha fi abbaa manaa ture. Har'a murtoodhaf mana murtiitti dhiyaatan. Abbootin Murtii dubartittiidhaaf murteessan. Abbaan manaa murtee kanatti hin gammanne Meeshaa (Shugguxii) qabatee ture baafatee Abbootii murtii fi haadha manaa isaatti dhukaase. Battala sanatti Abbaa Murtii (Dubartii) tokkoo fi haati manaa namichas boqotanii jiru🥲.
Isa dabalatees namoonni ragaaf dhi'aatan miidhamanii jiru. | 5 347 |
| 7 | Maalif of ajjeefta?
https://youtube.com/shorts/TYXt3zxmQPM?feature=share | 4 866 |
| 8 | Online_Online_Online
Online wajjiin ciisnee
Online Wal dhalchina
Online Wal fudhannee
Online Wal galchina
Online Wal nyaachisnee
Online Wal gargaarra
Online Wal eebbisnee
Online Wal abaarra
Online faarfannee
Online sirbina
Online Wal jaallannee
Online Wal jibbina
Online baanee
Online galla
Online ulfoofnee
Online dhalla
Online waa hir'isnee
Online waa daballa
Online Wal dhungannee
Online Wal kaballa
Online Wal gulaallee
Online Wal madaalla
Online walii boonyee
Online Wal awwaalla
Online teenyee
Online mugna
Online nyaannee
Online dhugna
Kan nu gorsu dhabneemoo
Gorsa dhaga'uu didnee
Akkas badne ya ijoolle
Akkasiin itti fufnaan
Manca'uun keenya hin oolle
Saalfii hin beeknu, qaanii hin beeknu
Nyaara aaddattee taane salphoo soqolatte
Mogoleen jireenyaa nu jalaa hollatte
Waaqayyo nu haa gargaaru
Manca'uus nu haa baraaru!
Hayiluu fi Hayiluu Dhaabaa
DIRREE BARNOOTAA
DIRREE BARNOOTAA | 6 385 |
| 9 | University kami kunimmoo kan daabboo Madooshadhaan cabsan😄
https://youtube.com/shorts/AVMOWUaekpc?is=wxTyuDxYi4QTcc40 | 7 352 |
| 10 | AAU School of Law Mock Exam (2018)
DIRREE BARNOOTAA
DIRREE BARNOOTAA | 7 454 |
| 11 | Airtime (kaardii) Safaricom 15% discount dhaan guuttachuu yoo barbaaddan.
Abbaa 10 birrii 8n
Abbaa 15 birrii 12n
Abbaa 25 birrii 21n
Abbaa 50 birrii 40n
Abbaa 100 birrii 80n
Inbox: XIBABUU | 8 728 |
| 12 | Airtime (kaardii) Safaricom 15% discount dhaan guuttachuu yoo barbaaddan.
Abbaa 10 birrii 8n
Abbaa 15 birrii 12n
Abbaa 25 birrii 21n
Abbaa 50 birrii 40n
Abbaa 100 birrii 80n
Inbox: XIBABUU | 0 |
| 13 | #UPDATE
✅Exit Exam: Waxabajjii 4-12
✅Qormaata Seensa University kutaa 12ffaa: Waxabajjii 24-Adoolessa 17
✅Qormaata Remediyaalii: Caamsaa 27-Waxabajjii kennama.
DIRREE BARNOOTAA
DIRREE BARNOOTAA | 8 711 |
| 14 | #UPDATE
✅Exit Exam: Waxabajjii 4-12
✅Qormaata Seensa University kutaa 12ffaa: Waxabajjii 24-Adoolessa 17
✅Qormaata Remediyaalii: Caamsaa 27-Waxabajjii kennama.
DIRREE BARNOOTAA
DIRREE BARNOOTAA | 0 |
| 15 | #UPDATE
✅Exit Exam: Waxabajjii 4-12
✅Qormaata Seensa University kutaa 12ffaa: Waxabajjii 24-Adoolessa 17
✅Qormaata Remediyaalii: Caamsaa 27-Waxabajjii kennama.
DIRREE BARNOOTAA
DIRREE BARNOOTAA | 0 |
| 16 | "Eebba keerratti kennaa maal siif binnu, maaltu sitti hir'ate?"
Yaada Barattoonni Dirree Barnootaa tokko tokko naaf dhiyeessitaniidha. Jalqabarratti wantin isin beeksisuu barbaadu ani waan eebba keenyaaf nu barbaachisu(kiyyaa fi kan haadha manaa koo) waan hundumaa ji'a 2 duran xumure. Ani beekaan qoose malee Suufiin Turkey'n local'nis bitameera Waaqayyo haa galatoomu🙏 Naaf hin yaadda'inaa jechuu barbaadeeni. Yaanni akkasii gaafa ka'u waanuma na jaallattaniif, waan naaf yaaddaniifis akka ta'e naaf gala. Malee ani obboloota keenya eebba kanarratti rakkataniif osoo walitti buufnee waanuma ta'e gargaarree yaada jedhun qabaayyu, gara fuulduraas kanarratti hojjachuun fedha.
Ammaaf "yaadannoodhaaf maal siif goonu" warra jettaniif kunoo sa'aatii smart kana naaf bitaa nan jaalladhe👇
12k Birr dha na fakkaate. Model: Nodizz N80 dha.
Account koo CBE: 1000326305147
Oliyad Mekuria. 12k guunnaan ni dhaabna.
Nagahee screenshot godhaatii saanduqa yaadaa post kanaaf qophaa'e irra kaa'aa yaadannoodhaaf akka ta'uuf👇 | 0 |
| 17 | Amboo Yuunivarsiitii tti barataa freshman ture jedhan😭😭😭
Rakkoo isaa ammatti beekudhaa baadhus maaloo barumsa ishee barattanii buddeen gamisa siniif hin laanne tanaaf jettanii of hin wareeginaa. Dhiphina sammuutu isin mudate yoo ta'e withdraw guutaa galaa deebitanii barattuu. Qabxiitu isin jalaa bade yoo ta'es yoo furmaanni jiraate yaalaa, yookanis dhimmashee. Rakkoo maallaqaatiinillee namni tarkaanfii akkanaa ofirratti fudhata jedhanii yaaduun in cima. Osoo akka rakkina maallaqaatii silaa bara freshman anatu of galaafata ture. Har'a garuu barattoota kaanifuu haamileen ta'a.
Barattoonni hamma danda'amaa ta'een hiriyaa isin cinaa jiru haalasaa qoradhaatii waan akka bunaa fi saamunaallee taatu gargaaraanii. Gamtaan amantaalee, gamtaan barattootaa ijoollee quba qabaadhaa.
Ofitti muddamte obboleessakoo, anaa nyaatu😭😭😭 | 12 479 |
| 18 | Infinix Hot8
Storage: 32GB, ram: 2GB
Battery: 5000 mAh
Color: black
Condition: used but everything is good
Price: 8k
Finfinnee ykn shaggaritti fudhachuu kan danda'u. | 0 |
| 19 | #ARSI_UNIVERSITY_DINSHO_CAMPUS
Barattoonni Yuunivarsiitii Arsii Rakkoo Hamaa keessa jirra jedhan.
"Akkuma suuraa Armaan olii kanarratti argitan Yuunivarsiitichatti hanqinni library(mana dubbisa kitaabaa) waan jiruuf Barattoonni hedduun teessoo irra ta'anii dubbisan argachuuf ganamaan dhaqnee achi dhaabbanna. Daqiiqaa 30 hanga sa'aatii tokko achi erga dhaabbanne boodayyuu guyyaan teessoo dhabnee gara dormitti deebinu ni jira. Kuni immoo fedhii nuti dubbisaaf qabnu xiqqeessaa deemuun rakkoo adda addaaf nu saaxilaa jira"
Barattoota Yuunivarsiitii Arsii
Dabalataanis rakkoon Time management illee akka jiru Barattoonni dubbatan. Library yeroo baayyee dafee hin banamu . barataan sababa garaagaraan turee dhaqes teessoo hin argatu , kuni immoo Rakkoo cimaa keessa nu galcheera jedhan.
"Rakkoon kuni immoo dhalootni dubbisa irra fagaachun barnoota akka jibbu godha. Kanaaf qaamni dhimmi ilaallatu rakkoo kanaaf furmaata akka itti nuuf kennu barbaadna" jedhan.
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA | 8 015 |
| 20 | Bilbila Used gurgurachuu kan barbaaddan inbox: @OLIYADMEKURIA | 7 577 |
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
