cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Daandii j/marroo

FILANNOO BOORDI ❌ HIDHANNOO FI BOMBITU ✔ bilisa nu baasa Yeroo toora irratti deebine isiniif baarressina yaada nuuf laachu dandeessu @yaadawbo_bot t.me/share/url?url=t.me/daandii_marroo

Больше
Рекламные посты
2 978
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Dargaggoo Gumii Suurichoo erga hidhamee baatiiwwan lama tahus hanga ammaa M/nutti hin dhiyyaatiin jira. Dargaggoo Gumii Surichoo kaampii waraanaa Godina Negellee Booranaatti hidhamee akka jiruu fi maatiin isaallee dubbisuu akka dhorkaman odeeffanne. Waaqayyo isa gargaarinnaa !
Показать все...
👍 8 4👎 1
Isin hunduu join gochuun dirqama keessan bahaa!
Показать все...
👍 7
🔗 Liinkin affeerraa kesssani ⬇️ 🔗 https://t.me/bestOnline_market_bot?start=r0012083974 #share join gochuun wbo jabeessudha!
Показать все...
👍 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
Tarree alabaa biyyoota Addunyaa si dhaabuuf kumaa kitilatu kaayyoo ABO jalatti kufaa jira. Oromiyaan Biyya!
Показать все...
23👍 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Haal duree marii araaraf jecha Jaal   Marroon biyyaa wan hin jirreef lola eegalla qaama jedhuuf lola ijaan agartan hin beekne isiin agarsiisuf nunis qophii dha jechutti jiru jaallan hoggaansa garaagararraa jiran. Kanaaf hawwaasi kan duriirra of eeggannoon socho'aa. #𝙒𝘽𝙊_𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣_𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞 #𝙊𝙧𝙤𝙢𝙞𝙮𝙖𝙖𝙣_𝘽𝙞𝙮𝙮𝙖
Показать все...
👍 21 5
05:48
Видео недоступноПоказать в Telegram
Wbo💪
Показать все...
17.96 MB
13👍 10
00:24
Видео недоступноПоказать в Telegram
Abboo lalii WBO This weapon was taken from regime soldiers by OLA.
Показать все...
IMG_9577.MP42.06 MB
11👍 7👏 3
Repost from SI raj official
finally I am coming up with my 6th invention. I have reached the end of my invention and I am programming it. I'll have it soon Alhamdulillah @siraj_hu @sirajhu
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Shirri Irreecha akka ummatni hedduminaan bahee hin irreeffanneef xaxamaa jiru Bishooftuu keessatti eegalee jiraachuu agarsiiftuuwwan mul’ataa jiru. Irreecha Ibsituu Eenyummaa Oromummaa kan tahe Ummatni Oromoo akka bahee hin irreeffatamneef shira gama kamiin xaxamu ummatni waloon saaxilee Irreecha nagaa fi jaalalaa tahuu mul’isuu qabaan dhaamsa keenya.
Показать все...
👍 8
Фото недоступноПоказать в Telegram
𝙄𝙣𝙟𝙞𝙛𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝘼𝙢𝙪𝙧𝙪𝙪 Humni bakakkaa birgeedi Galgala kana humna waraana pp ooralii tokkoo guutumma ishee Irraa rukuchuun dhuunfateera!
Показать все...
👍 13
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.