Siinqii Aakhiraa.
Открыть в Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
БольшеСтрана не указанаКатегория не указана
765
Подписчики
+924 часа
+557 дней
+11930 дней
Архив постов
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 12ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a98e90fd14149b2111fe738
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 12ffaa (1).mp39.26 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 12ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Kudha Lammaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/LzmiUWB2xsc?si=6mFhD8sDvj2CBk5F
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 11ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Irra guddaan haqoota Nabiyyiin (s.a.w) ummata irratti qaban keessaa inni jalqabaa maali?
Kijiba Nabiyyii (s.a.w) irratti kijibamu ilaalchisee adabbiin Hadiisa keessatti ibsame maali?
Sagantaa kallattii barattoota koorsii hadiisaa irratti mo'atan beeksisuu TV Afriikaa irratti kallattin darbaa jiru Yuutuubii fi fesbuuki irratti hordofuuf:
Youtube:
https://www.youtube.com/watch?v=RwJiV-auIGA
Facebook:
https://www.facebook.com/share/v/1EZz3c5BnS/
📣 YAADACHIISA CIMAA!!
👨🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🏆 Sagantaan keenya kallattii kan TV Afriikaa (AFRICA TV) irratti darbuu sa'aatii 10:15 -10:30 gidduu irraa eegalee kallattiin kan isiniif darbu ta'a.
Sagantaa kana irratti:
🔸 Adeemsi galmee akkam ture?
🔶 Haga ammaatti adeemsi barnootaa maal fakkaata?
🔶 Haallii madaallii qormaataa bifa kamiin adeemsifamaa jira?
🎊 Kan jedhuu fi sagantaa barattoota koorsii haadiisaa irratti qabxii ol'aanaa galmeessan carraa baasuu kan taasifamu ta'a!
🎁 Isin Hundaafu carraa gaarii isiniif hawwina!!!
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 11ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a97a81f30d21126995d4a3e
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 11ffaa (1).mp38.66 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 11ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Kudha tokkoffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=8gPCRsikTiU&si=IDa6J00_AHzHD1rC
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 10ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🌟 Duraan dursinee fedhii guddaa, carraaqqii fi cimina isin agarsiiftaniif guddaa isin galatoomfanna. Qormaata xumuraa koorsii Hadiisaa yeroo darbe gaggeeffame irratti bu’aan argame baay’ee nama gammachiisaa fi ajaa’ibsisaa ture!
🏆 Nutis Barattoota jajjabeessuuf jecha, barattoota qabxii ol'aanaa galmeessan sadi (3) badhaasuuf waadaa galuun keenya ni yaadatama. Haa ta’u malee, barattoonni 1,045 qabxii 80/80 galmeessuun dandeettii ol'aanaa agarsiisaniiru!
🎁 Kanaafu, Sababa barattoonni 1,104 qabxii wal-qixa fidaniif jecha badhaasni Isaan gidduutti Carraadhaan haala iftoomina qabuun kan murtaa’u ta’a.
⏰ Yeroo carraan ba’u:
Boru, Roobii guyyaa Sa'aatii 10:00
📱 Bakka: Sagantaa kallatti TV Afrikaa irratti!
📢 (Adeemsi carraa fi maqaan mo’attootaa chaanaala TV Afriikaa irratti ifatti ni beeksifama.)
🎁 Tattaaffii fi carraaqqii qormaata irratti agarsiiftaniif hunda keessaniifu irra deebinee galatoomaa isiniin jenna!
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 10ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a965417d14149b2110c1da4
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 10ffaa.mp312.81 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 10ffaa
