ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Открыть в Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Больше
Страна не указанаКатегория не указана
759
Подписчики
+924 часа
+557 дней
+11930 дней
Архив постов
❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 10ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Garaagarummaan bu'uuraa Ibaadaa Kowniyyaa fi Ibaadaa Shar'iyyaa gidduu jiru maali?
Anonymous voting

Ibaadaa Kowniyyaa jechuun maali?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 10ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6abb3e7019b34f0e5b0ceb60

[@download_it_bot mp3] Aqiida 10ffa.mp38.08 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 10ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kurnaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtu.be/aU04McmpFlk?si=QHsD2D-zszxo60TI

❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 9ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Kanneen armaan gadii keessaa ulaagaa “Laa ilaaha illallaah” kan ta’e kami?
Anonymous voting

Namni gabbaramummaa Rabbii mirkaneessee, garuu gabbaramtoota sobaa kanneen biroo hin dhabamsiisin maaltu irraa hir'ate?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 9ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ab9e9c619b34f0e5b01b0b2

[@download_it_bot mp3] aqiida 9ffaa.mp310.76 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 9ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Saglaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/mWFW6UpiNXo?si=PQI7VPhKsZmVf0h7

❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 8ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

❤️
Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 8ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

🌹ODUU GAMMACHIISAA SIINQII AAKHIRAA ✨🌿 🌿 Markaza Da'awaa fi Du'aa'ii Siinqii Aakhiraa 🌿 📖📝 Siinqiin Aakhiraa, barattoot
🌹ODUU GAMMACHIISAA SIINQII AAKHIRAA ✨🌿 🌿 Markaza Da'awaa fi Du'aa'ii Siinqii Aakhiraa 🌿 📖📝 Siinqiin Aakhiraa, barattoota Akkaadaamii Afrikaa deeggaruun, barnoota guyyaa guyyaa irraa gaaffilee shaakalaa qopheessuun hubannoo fi cimina isaanii jajjabeessaa ture; hojii kana ammallee itti fufee jira. 🌟 Ammas hojii barnootaa fi Da'awaa kana babal’isuuf, Markazni Da'awaa fi Du'aa'ii Siinqii Aakhiraa karaa IMO irratti banamee jira. 🤝 Markaza kana keessatti: 📚 Barnoota Diinii irraa fayyadamaa 🧠 Beekumsa keessan guddisaa 🤝 Wal jajjabeessaa fi wal deeggarraa 🕌 Hojii Da'awaa fi Du'aa'ii keessatti hirmaadhaa. 🌹 Kanaaf, gara Markaza Da'awaa fi Du'aa'ii Siinqii Aakhiraa dhuftanii nu waliin akka hirmaattan kabajaan isin affeerra. 💚 Hirmaadhaa • Baradhaa • Wal Jajjabeessaa • Da'awaa Cimsaa 🤲 Yaa Rabbii! Hojii kana hojii khayrii nuuf taasisi, beekumsa nu fayyadu nuuf dabali, ikhlaasaan hojjachuu nuuf milkeessi. Aamiin. --------------------- 🌿 Siinqiin Aakhiraa 🌿 💫 Hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha.

Barattoota keenya kabajamoo!! 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa cufamee jira. Barattoonni qoramtan hundinu Rabbiin carraaqqii fi t
Barattoota keenya kabajamoo!! 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa cufamee jira. Barattoonni qoramtan hundinu Rabbiin carraaqqii fi tattaaffi keessan isinirraa haa qeebalu jenna. 📝 Amma irraa eegaltanii deebii sirrii qormaataa ilaalu ni dandeessu! 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇 📎 https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa