Qataletech
رفتن به کانال در Telegram
Join our Telegram channel for Job vacancy , Scholarship and News https://t.me/+hfHO6V8KTO0wZTVk website :https://qatale.com
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استحرفه7 179
4 006
مشترکین
-324 ساعت
-277 روز
-12530 روز
آرشیو پست ها
4 006
#Bu’aa_Qormaata_Remidiyalii
Barattoonni bara 2018 A.L.I. sagantaa Remidiyalii keessatti barnoota isaanii hordofaa turan bu’aan qormaata isaanii gadhiifameera.
Bu’aa keessan ilaaluuf:
👉 https://result.ethernet.edu.et seenaa.
Ergasii:
Remedial Examination jedhu jalatti View Results kan jedhu cuqaasaa.
Username keessan galchaa.
Bu’aa qormaata keessanii ilaalaa.
Qormaata sagantaa Remidiyalii biyyaalessaa, kan Caamsaa 27 hanga Waxabajjii 03/2018 A.L.I. kenname irratti, waliigalaan qormaata fudhattoonni 53,620 hirmaachuu isaanii Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksisuu isaa ni yaadatama.
#RemedialResult
4 006
Repost from Sanyii Guddataa
LAKKIFAMEE JIRA💥
LAKKIFAMEE JIRA💥
https://result.eaes.et
👇🏾👇🏾👇🏾
TikTok
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
tiktok.com/@sanyiigudataa2
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
4 006
Repost from Cholle Tech
Bu'aan qormaataa bara barnootaa 2018 barattoota kutaa 12ffaa ifoome
Barattoota Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 qoramaan keessaa harki 12.8 qofti qabxii darbiinsaa argachuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa Miidiyaaleef kennaniin; barattoota kuma 550 qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa barattoonni kuma 70 fi 500 qofti qabxii dhibbantaa 50fi isaa ol galmeessan.
Magaalaan Finfinnee %32.3 dabarsuu naannoolee hunda irraa sadarkaa 1ffaa galmeessuu kaasaniiru.
Qabxiin olaanaa akka Magaalaa Finfinneetti galmaa'es 569.1 Mana Barumsaa Boolee tahus ibsameera.
Saayinsii Hawaasaatin Manneen barnootaa barattoota qormaataaf dhiyeessan keessaa 565 barataa tokkollee dabarsuu akka hindandeenye ibsaniiru.
Manneen barnootaa 88 guutummaatti barattoota isaanii akka dabarsanis dubbatan.
Akkasumas bu’aa olaanaan barana damee saayinsii Uumamaatiin galmaa’e 591/600 (Mana barumsaa Odaa Special Boarding Adaamaa) saayinsii Hawaasummaatiin ammoo 576/700 (mana barumsaa Ifa Boruu Dodolaa) ta’uu himaniiru.
Barattootni qabxiisaanii guyyaa muraas booda toora interneetiifi karaa ergaa gabaabaatiin ilaaluu akka danda'anis himaniiru. Via AMN
4 006
Repost from Addis Standard Afaan Oromoo
Gareen #Humna_Waraanaa U.S. #Itoophiyaa tti leenjii eegumsa #nageenyaafi qabiinsa #mirga_namoomaa kennuu eegale
Finfinnee, Hagayya 18, 2026: Gareen Humna Waraanaa Yuunaayitid Isteetis Rood Aayilandi irraa dhufe Giddugala Nageenya Eegumsa Ittisa Itoophiyaatti leenjii waraanaa kennaa kan jiru ta’uu fi, leenjichi qabiinsa mirga namoomaa fi duula waraanaa keessatti seera waraana idil-addunyaa kabajuu irratti kan xiyyeeffatu ta’uu gabaafame.
Akka Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa jedhutti, leenjichi kan eegale Hagayya 17 yoo ta’u, kunis waliigaltee tumsa humna waraanaa biyyoota lamaan (Itoophiyaa fi Yunaayitiid Isteetis) jiddutti taasifame keessaa isa tokkodha.
Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa, tumsi leenjii waraanaa biyyoota gara garaa waliin taasifamu kun gahee Itoophiyaan nageenya fi tasgabbii naannicha keessatti qabdu kan agarsiisudha.
Guutuu odeessa kanii dakaa dubbisaa
https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=9576
4 006
ODUU GAMMACHIISAA 💐 🥳
Projeektoota 2025 irraa kasnee hojjataa ture Product Design, Mobile App Development fi Web App Development keessaa filadhee sample isaa akka isa kana. 👉 https://tirmizikasim.vercel.app/
🪡Wajjiin hojjachuufi balbali banaadha. Keessan nu dubbisaa😍
4 006
Repost from TIKVAH AFAAN OROMOO
+1
#EthiopianAirlines🇪🇹
Daandii Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaarota haaraa fageenya dheeraa balali'uu danda'an bituuf adeemsa irra akka jiru beeksiseera.
Daandiin qilleensichaa gara Awustiraaliyaatti balallii eegaluuf fedhii guddaa akka qabuufi gabaan isaas akka jiru hubachuu isaa Hoogganaa ol'aanaa Daandii Qilleensichaa Obbo Masfin Xaasaw dubbataniiru.
Haa ta'u malee, ammattaatti gara Awustiraaliyaatti balalii eegaluuf "xiyyaara hin qabnu" jedhaniiru.
Kanaafis xiyyaarota haaraa fageenya dheeraa balali'uu danda'an bituuf adeemsi godhamaa akka jiru eerameera.
Daandiin qilleensichaa Amajjii 2020 (A.L.I) irraa eegalee xiyyaarota haaraa lakkoofsaan hedduu ta'an dhaabbilee Booyingi (Boeing) fi Eerbaas (Airbus) irraa kan fudhatu waan ta'eef, daandii Awustiraaliyaa sanaaf balalli eegaluuf qophiin akka godhamu ibsaniiru.
#TikvahAfaanOromoo
Adoolessa 29, 2018
Finfinnee
@tikvahethafaanoromoo
4 006
📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details
4 006
💡 Success in programming isn't about being the smartest. It's about being consistent.
Write code.
Make mistakes.
Fix bugs.
Learn.
Repeat.
Every expert developer started exactly where you are today.
Keep coding. Keep growing. 💙
Share @qataletech
4 006
Repost from Harmeejobs.com
GRANT OPPORTUNITY IN ETHIOPIA 🇪🇹
📢 Catalyzing Climate-resilient Energy Access and Inclusive Finance for Agricultural Transformation in Ethiopia
💰 Funding Agency: Swedish International Development Agency (Sida)
💰 Grant Amount: USD 250,000 – 400,000
📅 Application Deadline: 7 August 2026
📍 Location: Ethiopia
🔗 View Full Details & RFP Document : https://ethioworks.com/resilient-agriculture-and-energy-access-initiative-grant-opportunity-2026/
🎓 More Scholarships & Opportunities : https://ethioworks.com/category/scholarships/
📢 Join our Telegram Channel:- https://t.me/scholarshipsee
4 006
https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=6360198941
Bot kana seenaa hojjadha ni kafalaa
1.Jalqaba start gootan
2 channel 4 diimaan irra mare kana join gootan
3 . Verify & claim gootani
San booda nama itti affeertani nama tokkon dolara tokko isiniif kenna gaafa dollar 10 gahe withdraw gochuu dandeessani irraa fayyadamaa osoo isin jala hin darbini🙏
4 006
🚀 Launch Your Telegram Bot Faster with BotHost Pro!
Build, host, and manage powerful Telegram bots from one simple dashboard. No stress, no long setup. Get started with ready-made templates, including free templates for support bots, referral bots, earning bots, business bots, and more. 🎁🤖
✅ Free bot templates
✅ Easy bot hosting
✅ Admin dashboard
✅ Fast setup
✅ Perfect for creators, businesses & Telegram admins
Start your bot journey today with BotHost Pro! ⚡
4 006
Welcome to Farm Vibe 🌾
Build and manage your dream farm, unlock dynamic crop fields, raise adorable animals and compete with others players on the global leaderboard!
Tap the button below to start farming right away! 🚀
4 006
Namoonni hin jalqabne Ammuma jalqabaa 100% ni kafala.
Link 👇
https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=396614841
4 006
Guyyaan qormaata kutaa 12ffaa itti kennamu ifa ta'e!
Qormaanni xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17 bara 2018tti akka kennamu Tajaajilli Madaallii barnootaa fi Qormaataa Ityoophiyaa beeksiseera.
Gama biraatiin:-
* Qormaanni sagantaa barnoota Remediyaalii Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 tti kennama.
* Qormaanni ba’umsaa (Exit Exam) yunivarsitii Waxabajjii 2 hanga Waxabajjii 12, 2018 tti kennama.
*Qormaanni seensaa barnoota digrii lammaffaa (NGAT) Adoolessa 29 hanga Adoolessa 30, 2018 tti kennama.
*Madaallii dandeettii dubbisuu fi herregaa bu’uuraa (qorannoo madaallii) ammoo Ebla 26 hanga Caamsaa 7, 2018tti akka kennamu ibsameera.
@qataletech
