es
Feedback
Facts and Knowledge

Facts and Knowledge

Canal cerrado

Did you Know?

Mostrar más
1 984
Suscriptores
+1524 horas
+547 días
+21030 días
Archivo de publicaciones
Konkolataa karaa irra deemu yoo argitan,konkolataan bara kam omishame jettanni ofgaafattanni beektuu?🤔🤔🤔 yoo hin gaafanne
Konkolataa karaa irra deemu yoo argitan,konkolataan bara kam omishame jettanni ofgaafattanni beektuu?🤔🤔🤔 yoo hin gaafanne ta'es rakkoon qabu. Har'a waa sinitti himna. Barrisaa akka lakkoofsa faranjotatti bara 1886tti ture..lammii biyya Germany (Jarmanii) kan ture namnii maqaan isaa Karl Benz jedhamu yaalii fi amaatii heddun booda konkolataa MOTOR WAGEN jedhamtu Addunyaaf beeksise. Konkolaatan kun abba luka yookiin gommaa sadii(3) kan ture yoo ta'u,yeroo jalqabaaf fagenyaa hedduu kan inni deeme Haati warraa Karl Benz oso inni hin beekiin ijoollee ishe laman(2) faana gara harmee ishe yeroo deemte ture. Fagenyii inni yeroo sana deemes gara 100Km kan ta'u ture🛣🛣🛣🛣 Facts and Knowledge 💡

✅ Nama haara yeroo jalqabaaf arginu tokko fuula isaa irraa Areeda laphee isaa irraa immo rifeensa yoo qabate salphumatti namn
✅ Nama haara yeroo jalqabaaf arginu tokko fuula isaa irraa  Areeda laphee isaa irraa immo rifeensa yoo qabate salphumatti namni kun saallisaa dhiira akka ta'e tilmaamna.    ✅ Shamarre yaada keenya kana faalleessitu tokko wal sinaa barsiisnu. Harnaam_Kaur jedhamtii.Akka lakkoofsa Awuroppatti bara 1990 biyya Ingilaandii (England) bakka slough jedhamatti  dhalatte. Baay'achun hormoonii polycystic ovary syndrome jedhamu, kan baay'achu rifeensa fuularraf sababa ta'e Harnaamin Guinness World Record irratti akka galmootu yoo taassisu tilmaama keenya immo gatii dhabsiisera.Harnaam fuula qofaa irratti oso hin taane,akkuma kan dhiiraa lapheefi millii ishee rifeensa heddu qaba.    ✅ Umuriin ishe Ganna 31 yoo ta'u,amma yoonatti bultii hin godhanne.Hojiin ishe inni guddaan Modeling yoo ta'u dabalataanis Harnaam Motivetional Speaker dha. Facts and Knowledge 💡

👨‍✈️ Wanta kana mee dubbisaa 🥛 Annaan bineeldootaa keessaa kam irraa jaallattu? Isaa kamtuu immoo irraa caalaa qaalawa isin
👨‍✈️ Wanta kana mee dubbisaa   🥛 Annaan bineeldootaa keessaa kam irraa jaallattu? Isaa kamtuu immoo irraa caalaa qaalawa isinitti fakkata?    🐭 Hantuuti Annaan akka qabduu beektuu? Yoo qabattee Annaan ishee  hoo akka dhugamu ni beektuu?   🐁 Hantuuti Annaan ni qabdii. Annaan hantuutaa bishaan haga xiqqoo fi Protein (Prootiinii) hagaan baayyee ta'ee of keessaa qaba. Kana malees Cooma (fat) fi humnaa (energy) kan Annaan horii dachaa afuriin (4×) caaluu of keessaa qaba.   🐁 Sababaa kanaafis Annaan hantuutaa kan eenyuyyuu caalaa baayyee qaalawa fi salphaattii kan hin argamneedha. Annaan ishee kun litirii tokkoo (1L) qoftii Doolara Ameerikaa 💸💸 25,000 (kuma digdamii shaniitti) gurgurama.   🤷‍♂️ saba koo maal eegduure eegaa....fardiis kunoo eeboonis kunoo hantuunnis kunoo😉🙊 Facts and Knowledge 💡

Obboloota Lakkuu ❤️... 👥 Obboloonni Lakkuu dhiraa lama obboloota Lakkuu shamarranii lama waliin wal fuudhanii ijoollee lakku
Obboloota Lakkuu ❤️... 👥 Obboloonni Lakkuu dhiraa lama obboloota Lakkuu shamarranii lama waliin wal fuudhanii ijoollee lakkuu lama lama al takkaatti godhatan😍 Mana saanii keessatti kamtuu haadha manaa koodha kamtuu kan keedha wantii jedhamuu waan jiru nattii hin fakkatu ...wal qixxee fayyadamuu hundayyuu😜 Facts and Knowledge 💡

Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

✍️ Namni Suura isaa argitan kun Omar Borkan al gala jedhama Gaazexeessaa Dubai kan ture yoo ta'u Biyya Saudi Arabiyaa keessa
✍️ Namni Suura isaa argitan kun Omar Borkan al gala jedhama Gaazexeessaa Dubai kan ture yoo ta'u Biyya Saudi Arabiyaa keessa akka ba'uu tasifame ture jechuun Biyyaatti keessa jiraachuu akka hin dandeenyee itti himame. Sababni isa immoo Motummaan biyyaatti Dargageessi kun baay'ee bareedaa wan ta’eef Shamarran biyyattii humna ol jaalala qabsisa jedhameeti. Mootummaa saba isaaf yaadu jechuun akkasii... dhiira bareedaa ari'uu... Facts and Knowledge 💡

✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin daga
✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... 👉 As tuquudhaan argachuu dandeessa!              👇👇     👉 Click here  👈    👉  Click here  👈               👆👆

Sababni garmalee nyaachuu dhaaf baay'ee beekamu ayyaana guyyaa dhalootaa ti.
Sababni garmalee nyaachuu dhaaf baay'ee beekamu ayyaana guyyaa dhalootaa ti.

Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin daga
✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... 👉 As tuquudhaan argachuu dandeessa!              👇👇     👉 Click here  👈    👉  Click here  👈               👆👆

Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

❤️ ✍️ Ogummaalee shamarran fayyadamanii jireenya isaanii keessatti gartuu hundumaa irratti milkaa'oo ittiin ta'an 5... ➡️ As
❤️ ✍️ Ogummaalee shamarran fayyadamanii jireenya isaanii keessatti gartuu hundumaa irratti milkaa'oo ittiin ta'an 5... ➡️ As tuquudhaan argachuu dandeessa!              👇👇     👉 Click here  👈    👉  Click here  👈               👆👆

Did You Know? Peru has more pyramids than Egypt. Facts and Knowledge 💡
Did You Know? Peru has more pyramids than Egypt. Facts and Knowledge 💡

Did You Know? The five rings on the Olympic Flag represent the five continents of the world. Facts and Knowledge 💡
Did You Know? The five rings on the Olympic Flag represent the five continents of the world. Facts and Knowledge 💡

Did You Know? Illegal baby names in New Zealand include Lucifer, Christ, and Messiah. Facts and Knowledge 💡
Did You Know? Illegal baby names in New Zealand include Lucifer, Christ, and Messiah. Facts and Knowledge 💡