fa
Feedback
Guca Aartii

Guca Aartii

رفتن به کانال در Telegram

Barumsa, Koorsiiwwaan Tiyaatiraa fi Fiilmii I blog about marketing and sales Buy ads: https://telega.io/c/Fiilmiin

نمایش بیشتر
4 079
مشترکین
-624 ساعت
-157 روز
-14030 روز
آرشیو پست ها
Bubbee S1E13 Hirmii Siitkoomiin Bubbee sadarkaa biraatti ce’aa jira. Jiituun (Tiyyaan) erga dhuftee as bifa haaraan ol ka’ee hojjatamaa jira. Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/8-Nt6pP5zNU?si=vVtZktknEvtdaTDw

Bubbee S1E12 Tiyyaan gara Bubbeetti Jiituu taatee dhufteetti. Waan ajaa’ibaa ilaaluuf qophooftanii? Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/IcGVKl1o1RI?si=b23JcbiKgl5k1TEV

Namootni Finfinnee jiraattanii fi Tiyaatira ilaaluuf fedhii qabdan @kaachuu_yw irratti na dubbisaa! Namoota dursanii naaf bar
Namootni Finfinnee jiraattanii fi Tiyaatira ilaaluuf fedhii qabdan @kaachuu_yw irratti na dubbisaa! Namoota dursanii naaf barreessan 10 nan affeera!

Twitter warreen qabdan maatii keenya ta’aa! https://x.com/kaachuu_y/status/2054094675523371278?s=46

Bubbee S1E8 Boba’aa Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/3Gpe8OlHuNg?si=qtxyI8LNJ96jcY9e

Bubbee S1E5 Battallee Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/9ys0owk_ewI?si=WkVSJqekxpVdcC3m

📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

Bubbee S1E4 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/_r3xujyB4qI?si=fs7VR1HUGR0i2yxs

Tiyaatira “Baalchaa Abbaa Nafsoo” Mana Tiyaatiraa Mana Qopheessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti #Tiyaatirichi_har'a eebbifama Hojiin tiyaatiraa damee ogaartii keessaa tokko ta’ee karaa ittiin seenaa dabe qeeqanii sirreessaniifi gootonni faarfatamuu qabanimmoo ittiin leellifaman isa guddaadha. Addattimmoo gootota biyyasaanii faayidaa dhuunfaan gurgurachuu mannaa, lafeesaanii itticabsanii dhiigasaanii dhangalaasuun birmadummaashee tiksan hedduun Oromiyaafi Orumummaa keessaa akka biqilan galmee seenaa dabalatee nama lubbuun jiru hedduutu ragaa baha. Namoonniifi garee muraasni taatee kana dibaabee sobaatiin gaaddiddeessanii dhoksuu yaalanis, baraafi yeroosaa eeggatee har’a dhaloota dhugaa firoomfatanii dharatti diinomaniin gootonni qeeqamuu qaban qeeqamaa; kanneen ijaarsa biyyaa keessatti shoorrisaanii akka tulluu olbahee mul’atu ammoo, afaan aartiitiin faarfatamuu eegalaniiru. Gootota Oromoo gootummaasaanii yeroo weerartoonni Xaaliyaanii meeshaa ammayyaa hidhatanii birmadummaa Itoophiyaa sarbuuf ittiduulanitti, “Utuu nuyi jirruu biyyi hinweeraramtu” jechuun man’ee diinaa mancaasanii biyya kufuuf turte lafeesaaniin utubanii dhaaban keessaa tokko Baalchaa Abbaa Nafsooti. Hamma gootummaasaanii dubbatamuufii baatus, akkuma Oromoon “Dhugaafi aduun hindhokatan” jechuun mammaaku yeroo ammaa kana jalqabbiin gama hojii aartiitiin mul’achaa jiru abdii kan namatti horuudha. Kanaafis tiyaatirri haaraa matadureen, “Baalchaa Abbaa Nafsoo” jedhamu kan Dhaabbanni Bulchiinsa Manneen Tiyaatiraa Magaalaa Finfinnee qopheesse har’a eebbifamu agarsiistuu tokko. Artistoonni kallattiilee adda addaatiin seenaa tiyaatirichaa keessatti qooda fudhatan yaada Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti; seenaa goota akka Baalchaa Abbaa Nafsoo tiyaatiraan waltajjiirratti dhiyeessuun daran ulfaatus hojichatti garuu baay’ee boonneerra jechuun dubbatu. Manni tiyaatiraa Mana Qopheessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee sababa haaressaatiif waggoota muraasaaf tajaajila addaan kutee ture, tiyaatira seenaqabeessa kanaan tajaajila kennuu eegaluunsaa immoo gammachuu jaalattoota tiyaatiraa dachaa taasiseera. Tiyaatira Baalchaa Abbaa Nafsoo keessatti taatoo ta’ee hojjechuusaatiin gammachuu guddaan akka ittidhagame kan dubbatu artistii buleessi Abraar Abdoo, hojii tiyaatiraa tokkoon gootummaa Baalchaa guutummaatti ibsuun ulfaataa ta’us; jalqabbiin amma jiru garuu hojii dhalootaaf fakkeenya gaarii ta’uu akka danda’u dubbata. Haaluma walfakkaatuun Baalchaan gootaafi gaaddisa biyyaa, kan gootummaasaa ibsuun namatti ulfaatu ta’uufi gootummaafi jaalala inni biyyasaaf qabu aartiin ibsuun hojii jajjabeeffamuu qabu ta’uu kan ibsanammoo miseensa waldaa gootota durii Itoophiyaa Dhibbaalaa Guddataa Galmeessaati. Akka isaan jedhanitti, Baalchaan ilma dhiiraa gaafa xiiqiifi lolaa duubatti hinjenne, fakkeenya gootummaa Itoophiyaati. Raawwachiisaan Hojii Bulchiinsa Dhaabbata Manneen Tiyaatiraa Magaalaa Finfinnee Obbo Fitsum Zagayyee tiyaatiricha ilaalchisuun ibsa galma Tiyaatiraafi Aadaa Magaalaa Finfinneetti miidiyaaf kennaniin akka jedhanitti; hojii seenaqabeessa kanaan galmi Tiyaatiraa Mana Qopheessaa Magaalaa Finfinnee hojii jalqabuufi hojiilee wwan akka kanaa fuuldurattis kan ittifufan ta’uu ibsaniiru. Akkuma kana Yunivarsitii Finfinneetti barsiisaafi qopheessaan tiyaatirichaa Doktar Tashaalaa Asaffaa, kanaan dura tiyaatira seenaa goototaarratti xiyyeeffatu hedduu hojjedhus, kan Baalchaa Abbaa Nafsoo kun garuu hojii miira gootummaa addaa nakeessatti uume waanta’eef, qopheessaa tiyaatirichaa ta’uu koof gammachuu guddaatu natti dhagahamas jedhaniiru. @Fiilmiin

photo content

Bubbee S1E3 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/VjjtwzGkZv8?si=4KVXpJnyfMLGpQkx

Maaykil B. Jordan Taatoowwan dhiiraa gurraachota ta’anii badhaasa Akkaadamii Awward (Oscar) injifatan keessaa tokko ta’uu kan
+1
Maaykil B. Jordan Taatoowwan dhiiraa gurraachota ta’anii badhaasa Akkaadamii Awward (Oscar) injifatan keessaa tokko ta’uu kan danda’e Maaykil B. Joordaan bqra Kana fiilmii isaa mata dureen “Sinners” taatoo cimaa bara kanaa jedhamuun filatamee badhaasicha harka isaa galfateera. Kanaanis taatoo gurraacha badhaasa Oscar fudhate 6ffaa ta’uu danda’eera. Sinners warreen hin ilaalin akka ilaaltan sinan affeera. @fiilmiin

Bubbee S1E2 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/uwEyIJMtBlU?si=aqYUih0W6kSFWc1Y

Bubbee S1E1 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/yDcndaSQV5A?si=-tnYpdd_P1fHau9f

Finnaaf! Fiilmii Bikilaa Asfaaw kan mata dureen isaa Finnaaf jedhu, sadarkaa biyyaatti badhaasota gara garaa kan argatee fi Seenaa Artii Oromoo keessatti yeroo jalqabaaf Tele Tv irratti daawwatamaa ture, amma YouTube’n lakkifameera. Link gadii kanaan seenaatii daawwadhaa! https://youtu.be/KHpzqCL6VtU?si=zO7XFT1OT4YDrwNO

Hirkoo Siitkoomii Hirkoo Boqonnaa sadaffaa darbaa jiru irratti kallattii garagaraan yaadni fi qeeqonni ka’aa jiru. Kuni akka dhuunfaa kootti waan gaaridha jedheen amana. Sababni isaammoo daawwataan keenya miira akkamiin nu hordofaa jira kan jedhu ittiin adda baasuuf baayyee fayyada. Siitkoomiin Hirkoo Akkuma boqonnaa lammaffaa irratti gochuu eegale, boqonnaa kana irrattis taatowwan biroo dabalatee dhufeera. Kuni waan jajjabeeffamuu fi baratamuu qabudha jedheen yaada. Qooddattoota dhufanii fi ijaarsa eenyummaa isaanirratti gaaffiiwwan ka’an akkuma jiranitti ta’ee jechuudha. Kan biraan ammoo Siitkoomiin Hirkoo boqonnaa sadaffaan Qooddattoota ijoo ammaan dura turan kanneen akka Hirkoo fi Tiyyaa dhiisee as ba’e. Kanaan wal qabatee Qajeelchaa fi Producer ri Siitkoomii kanaa Galataa Ijaaraa karaa YouTube Kalaqan Entertainment deebii laateera. Ammas taanan garuu Daawwattootni bakka lamatti citanii yaada isaanii kennaa jiru. Gama tokkoon Siitkoomii mata dureen isaa Hirkoo jedhamu keessaa qooddataan Hirkoo jedhamuufi Qooda jabaa kan taphattu Tiyyaan dhabamuu isaaniin qeeqa jabaa kaasaa jiru. Gartuun lammataa ammoo Inni guddaan hojii hojjatamaa jirudha, sababa Taatoowwan muraasaan hojiin dhaabachuu hin qabu kan jedhan jiru. Lachuu mirga guutuu qabu. Namootni namoota qeeqa isaanii jala deemuun yaada otuu hin taane arrabsoo garagaraa, yaadota kanneen akka “Inaaffaadha, gufuu aartii oromoo, Ati maal hojjatte?, siin maaltu si galche?” Jedhan barreessitan waa’ee qeeqaa (critics) dubbisaa. Yookaan anuu yaada koofii maalummaa Qeeqaan nan deebi’a. Mee isin maal jettu? @Fiilmiin