fa
Feedback
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

رفتن به کانال در Telegram

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.

نمایش بیشتر
3 302
مشترکین
+324 ساعت
+157 روز
+9130 روز
آرشیو پست ها
* *  ***  * * Leenjiin tajaajila gurmuu faarfattootaa waldaa amantoota Diillaatiin qophaa'e Onkololeessa 8-10,2017 kan kenname yoo ta'u, miseensonni gurmuu faarfattootaa waldoolee amantootaa magaalaa Diillaa keessa jiran afur irraa dhufan irratti hirmaatanii jiru. Leenjii guyyoota sadan darbaniif kennameen, Waaqeffannaa Macaafa Qulqulluu fi tajaajila gurmuu faarfattootaa, tajaajila faarfannaa keessatti barbaachisummaa ejjannoo hafuuraa fi ogummaa, haala gurmaa'insa tajaajila gurmuu faarfattootaa, dameewwan tajaajilaa, tajaajila faarfannaa keessatti iddoo fi barbaachisummaa isaan qaban ilaalchisee leenjii bal'aan kennamee jira. Leenjii tiyoorii kana biratti, yeedaloo fi haala bahiinsa sagalee irratti leenjiin qabatamaa kennamee jira. * * ለበለጠ መረጃ ሌሎች የቤተ ክርስቲያኒቱን የመረጃ ምንጮች ይከታተሉ፡ Facebook- facebook.com/profile.php?id=100072514116480 Telegram- https://t.me/EECMYeth YouTube- https://youtube.com/@mekaneyesusofficial?si=akgvpEk4kx1nNUoM

#የኳየር_አገልግሎት_ሥልጠና_በዲላ_ማህበረ_ምዕመናን * * *** * * በዲላ ማህበረ ምዕመናን አዘጋጅነት የኳየር አገልግሎት ሥልጠና ከጥቅምት 8-10 ቀን 2017 ዓ.ሜ የተሠጠ ሲሆን ከዲላ ከተማ አ
+7
#የኳየር_አገልግሎት_ሥልጠና_በዲላ_ማህበረ_ምዕመናን * * *** * * በዲላ ማህበረ ምዕመናን አዘጋጅነት የኳየር አገልግሎት ሥልጠና ከጥቅምት 8-10 ቀን 2017 ዓ.ሜ የተሠጠ ሲሆን ከዲላ ከተማ አራት ማህበራነ ምዕመናን የመጡ የኳየር አባላት ተካፍለውበታል። ለሥስት ተከታታይ ቀናት በተሰጠው ሥልጠና መጽሐፍ ቅዱሳዊ አምልኮና እና የኳየር አገልግሎት፣ በዝማሬ አገልግሎት ውስጥ የመንፈሳዊና ሙያዊ ቁመና አስፈላጊነት ፣ የኳየር አገልግሎትና አደረጃጀት ፣ የአገልግሎት ዘርፎች በዝማሬ አገልግሎት ውስጥ ያላቸውን ሥፍራ እና አስፈላጊነት አስመልክቶ ሰፊ ስልጠናዎች ተሰጥቷል። ከንድፈ ሀሳብ ስልጠናው ጎን ለጎን በዜማ፣ ቅኝት እና የድምፅ አወጣጥ ላይ ተግባራዊ ሥልጠናዎች ተሰጥተዋል። _ _ _ _ _ _ _ #Leenjii_Tajaajila_Gurmuu_Faarfattootaa_Waldaa_Amantootaa_Diillaatti

EECMY-Nekemte Youth Program #Sagantaa_Addaa #Bor sa'aatii 8:00tti #Barsiisa #Waaqeffannaa “Amantoonnis barsiisa ergamootaatti
EECMY-Nekemte Youth Program #Sagantaa_Addaa #Bor sa'aatii 8:00tti #Barsiisa #Waaqeffannaa “Amantoonnis barsiisa ergamootaatti, tokkummaa isaanii cimsachuutti, buddeena cabsachuutti, kadhata godhachuuttis qabamanii jiraatan.” — HoE. 2:42 Kottaa nu waliin waaqeffadhaa.

#Order_Your_Clergy_Vestment_Now #EECMY #Liturgical_and_Vestments_Production_and_Distribution_Center Call now-09-54-555-999 Ad
+3
#Order_Your_Clergy_Vestment_Now #EECMY #Liturgical_and_Vestments_Production_and_Distribution_Center Call now-09-54-555-999 Address- Central Office Addis Ababa, Ethiopia

#Lecture "The role of vernacular Bible translation for the mission of the Church in Ethiopia/ EECMY" Presented by - Rev. Dr. Misgana Mathewos #Year_of_The_Bible #BibleWeek

የልጆች አገልግሎት መጽሐፍት ሁለንተናዊ ክለሳ ስልጠና እና ምክክር ተካሄደ የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ በልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ፤ የልጆች መጽሐፍት ሁለንተናዊ ክለሳ ቡድን ስልጠና እ
+6
የልጆች አገልግሎት መጽሐፍት ሁለንተናዊ ክለሳ   ስልጠና እና ምክክር ተካሄደ የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ በልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ፤ የልጆች መጽሐፍት ሁለንተናዊ ክለሳ ቡድን ስልጠና እና ምክክር ተካሄደ፡፡ ስልጠናው እና ምክክሩም ከዚህ በፊት የተዘጋጁ እና አዲስ እየተዘጋጁ ባሉት የልጆች መጽሐፍት ላይ ትኩረት ያደረገ ነበር፡፡ ስልጠናው እና ምክክሩ ከክለሳ ስራው ጎን ለጎን በሰፊው የሚቀጥል ይሆናል፡፡ Leenjiin fi mariin fooyya'iinsa waliigalaa kitaabota daa'immanii fi ijoollee taasifame WKWWMYI Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggootaatti, garee gamaggamaa fi fooyya'iinsa kitaabota ijoollee waliigalaa waliin yeroon leenjii fi marii gaggeeffameera.  Leenjii fi mariin kun kitaabota daa'immanii fi ijoollee kanaan dura qophaa'anii fi haaraa  qophaa'aa jiran irratti kan xiyyeeffateedha. Hojii qophii fooyya'iinsa kitaabilee kana cinaatti yeroon leenjii fi mariin bal’inaan kan itti fufu ta’a. EECMY Children and Youth Ministry Department- Children Ministry Books Holistic Revision https://t.me/MYSundaySchool

#EECMY_2016_Summer_Evangelism_Report
+1
#EECMY_2016_Summer_Evangelism_Report

wetatoch.mp4116.36 MB

#Bible_For_All #እኔም_እሮጣለው #በአርባ_ምንጭ_ከተማ #መጽሐፍ_ቅዱስ_ለሁሉም

የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የቤተሰብ አገልግሎት ክፍል ለዓምስት ተከታታይ አመታት ሲያሰለጥናቸው የቆየውን የቤተሰብ አገልግሎት አሰልጣኞችን አስመረቀ * * * * * * * ሰልጣኞቹም ከሁሉም የቤተክርስቲያኒቱ ሲኖዶስ እና ከተለያዩ አብያተ ክርስቲያናት የመጡ አሰልጣኞች ሲሆኑ ለአምስት አመታት ተከፋፍለው በተዘጋጁ የሥልጠና ሞጁሎች ሥልጠናቸውን ተከታትለዋል። በምረቃው ወቅት የቤተክርስቲያኒቱ ጠቅላይ ጸሐፊ ቄስ ተሾመ አመኑ እንደገለፁት የቤተሰብ አገልግሎት ቤተ ክርስቲያን ልዩ ትኩረት በመስጠት በስልታዊ እቅዷ ውስጥ አካታ እየሰራችበት ያለ አገልግሎት እንደሆነ ገልጸዋል ። ስልጠናውን በአጋርነት ሲሰጥ የቆየውን የኮንኮርድያ የቤተሰብ ማዕከልን (Concordia Center for Family)፣ አሰልጣኞችን እና አስተባባሪዎችን አመስግነዋል። የአምስተኛው አመት ሥልጠና የወላጅነት ሚና በሚል መሪ ሀሳብ የተሰጠ ሲሆን ሰልጣኞች በስልጠናው ሰፊ መረዳት መጨበጣቸውን ገልፀዋል። ወደ መጡባቸው የአገልግሎት አከባቢ ሲመለሱ አገልጋዮችን እና ምዕመናንን ማሰልጠን እንደሚቀጥሉ ገልፀዋል። የምርቃት ሥነ-ሥርዓቱም የሰልጣኝ ቤተሰቦች በተገኙበት በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና ማዕከል ተካሂዷል። - - - - - - Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesus Itiyoophiyaatti, kutaan tajaajila maatii, leenjistoota tajaajila maatii kan waggoota shaniif leenjisaa ture eebbisiise. * * * * * * * Leenjitoonni, leenjistoota Sinoodoosota Waldichaa hundaa fi Waldoolee kiristiyaanaa adda addaa irraa dhufan yoo ta'an, moojuulota waggoota shaniif qoqqoodamanii qophaa'aniin leenjii isaanii hordofanii jiru. Sirna eebbaa irrattis, barreessaan waliigalaa waldichaa Lubni Tashoomaa Ammanuu, tajaajilli maatii, tajaajila waldaan xiyyeeffannoo addaa kennuudhaan, karoora tarsiimoo ishee keessatti dabaltee irratti hojjechaa jirtu akka ta'e ibsanii jiru. Leenjicha walta'iinsaan kennaa kan ture Giddugala Maatii Konkordiyaa (Concordia Center for Family), leenjistootaa fi qindeessitoota galateeffatanii jiru. Leenjiin Waggaa shanaffaa, mata-duree 'Gahee Abbummaa fi Haadhummaa' jedhu irratti kan kenname yoo ta'u, leenjicha irraa hubannoo bal'aa argachuu isaanii leenjifamtoonni ibsanii jiru. Gara iddoo dhufaniitti yeroo deebi'an, tajaajiltootaa fi amantoota leenjisuu akka itti fufanis ibsanii jiru. Sirni eebbaa leenjifamtootaa, iddoo maatiin isaanii argamanitti, giddugala leenjii hunda-galeessaa Guddinaa Tumsaatti gaggeeffamee jira. ለበለጠ መረጃ ሌሎች የቤተ ክርስቲያኒቱን የመረጃ ምንጮች ይከታተሉ፡ Facebook- facebook.com/profile.php?id=100072514116480 Telegram- https://t.me/EECMYeth YouTube- https://youtube.com/@mekaneyesusofficial?si=akgvpEk4kx1nNUoM