890
مشترکین
+124 ساعت
+77 روز
+3130 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
دسامبر '24
دسامبر '24
+16
در 1 کانالها
نوامبر '24
+16
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+62
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+14
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+51
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+36
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+33
در 0 کانالها
Get PRO
مه '24
+49
در 1 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+37
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '24
+34
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+24
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+28
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+2
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '230
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '23
+4
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '23
+19
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '23
+27
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '23
+21
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '23
+40
در 0 کانالها
Get PRO
مه '23
+41
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '23
+50
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '23
+876
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 16 دسامبر | +3 | |||
| 15 دسامبر | +2 | |||
| 14 دسامبر | +2 | |||
| 13 دسامبر | +3 | |||
| 12 دسامبر | +2 | |||
| 11 دسامبر | 0 | |||
| 10 دسامبر | 0 | |||
| 09 دسامبر | +1 | |||
| 08 دسامبر | +1 | |||
| 07 دسامبر | +1 |
پستهای کانال
| 2 | بدون متن... | 212 |
| 3 | Yaa'ii isa 13ffaa kana irratti immoo hirmaannaan Waldattii baayyee ol ka'uudhaan bakka bu'oota 7, sagalee guutuun kan hirmaatu nama1 fi Waldattii bakka bu'uudhaan nama haasaa godhu 1n hirmaatteetti.
Yaa'i inni ol aanaan kun utuu hin ga'in dura yaa'i-duree fi mareen garaa garaa kutaa kutaadhaan Ardii garaa garaatti godhamaa tureera. Yaa'i-dureen Ardii Afirikaatti godhamu ji'a Caamsaa darbe keessa Magaalaa guddittii keeniyaa Naaroobiitti godhamuun isaa kan yaadatamu yammuu ta'u; yaa'i-duren kun dhimmoota Waqtaawaa Addunyaa fi dhimmoota Waldaa Kiristiyaanaa irratti xiyyeefatan irratti mariyaachuudhaan cuunfaa maree kanaa Ajandaa gochuudhaan yaa'i isa guddaa Poolaandiitti godhame kanaaf dhiyeessee jira.
Yaa'ii Poolaandii kana irratti Waldoota Kiristiyaanaa hundumaa irraa kan dhufan bakka bu'oota Dubartootaa, kan Dargaggootaa fi haala addaan kan hirmaatan gartuun bakka bu'oota dhiirotaa qoqqooddiidhaa fi waliin ta'uudhaan mariyatanii sanada furmaataa Federeshinichaaf dhiyeessaniiru.
Dhiyeessii barreeffamootaa Yaa'icha irratti dhiyaatan sadii keessaa tokko "Yaada Tokko" kan jedhu irratti kan dhiyeessanii Pirezedaantiin Seminaarii Makaana Yesuus Luba D/r. Biruuk Ayyalee yammuu ta'an barreefama isaan dhiyeessan kanatti maree fi ibsi ga'aan itti kennameera.
Maree dhaabbata kana cinatti hirmaatton yeroo kadhataa fi Waaqeffannaa, walitti dhufeenya garaa garaa fi daawwii garaa garaa waliin taasisaniiru. Sanbata isa dhuma yaa'uchaatti aanee dhufe irratti immoo Waldoota Magaalaa Kiraakovaa fi naannoo ishee jiran keessatti; akkasumas Waldoota Rippaabilika Doomenikaan jiran keessatti argamuudhaan obboloota Waldaa Luuteraan keessa jiraatanii wajjin Waaqeffataniiru.
Dhuma irratti yaa'ichi Waggoota Torban dhufaniif Tokkummaa Waldoota Luuteraanii Addunyaa Pirezedaantii ta'anii akka geggeessanii fi toora akka qabsiisaniif nama biyya Daanish kan ta'an Biishooppii Heniriik Situubkijeer kan filate yammuu ta'u; Tokkummaa isa Ardii Afirikaa akka geggeessanii fi I/A/Pirezedaantii Luuteranii Addunyaa akka ta'aniif immoo Luba Dr. Yonaas Yiggazuu waggoota torban dhufaniif filateera.
Simannaa fi kunuunsa isheen gooterf Waldaa Kiristiyaanaa Awgusburgi biyya Poolaandiif yaa'ichi galata galemeesseera.
#LWFAssembly | 155 |
| 4 | የአለም ሉተራን ፌደሬሽን 13ኛ አብይ ጉባዬውን አካሄደ
* * * *
በመሃከላኛው አውሮፓ፣ ፖላንድ ክራኮቨ ከተማ ከመስከረም 2- 9/2016 ዓ.ም “አንድ አካል፣ አንድ መንፈስ፣ አንድ ተስፋ” በሚል መሪ ቃል ሲካሄድ የነበረው የፌደሬሽኑ አብይ ጉባዬ በተሳካ ሁኔታ ተጠናቋል።
የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ በይፋ አባል የሆነችው እ/ኢ/አ 1963 ሲሆን ከዛ ቀደም ባሉት አመታት በተሳትፎ ህብረት ስታደርግ ቆይታለች። በ13ኛው ጉባዬ የቤተ ክስቲያኒቱ ተሳትፎ ከፍተኛ የነበረ ሲሆን በ7 ልኡካን፣ 1 ተሳታፊ እና 1 ተናጋሪ ተወክላለች።
ከዚህ አብይ ጉባዬ አስቀድሞ በየቀጠናው ምክክርና ጉባዬዎች ተደርገዋል። የአፍሪካውም ቀጠና ቅድም ጉባዬ በኬንያዋ ዋና ከተማ ናይሮቢ በያዝነው አመት ግንቦት ወር እንደተካሄደ የሚታወስ ሲሆን ቀጠናዎቹም በየጉባያቸው ወቅታዊ በሆኑ አለም አቀፍ እና ቤተ ክርስቲያን ተኮር በሆኑ ጉዳዮች ላይ መክረው ለፖላንዱ አብይ ጉባዬ አጀንዳዎችን እና መፍትሄዎቹን አቅርበው ነበር።
በፖላንዱም ጉባዬ ከሁሉም ቤተ ክርስቲያናት በመጡ የሴቶች፣ የወጣቶች እና በልዩ ሁኔታ በዘንድሮው ጉባዬ በወንዶች ልኡካን በቡድን እና በጋራ ሰፊ ምክክሮች ተደገው የፌደሬሽኑን የጋራ የመፍትሄ ሰነድ አዘጋጅተዋል።
በጉባዬውም ላይ ከቀረቡት ሶስት ጽሁፎች “አንድ መንፈስ” በሚል ርዕስ ጽሑፋቸውን ያቀረቡት የመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪ ፕሬዚዳንት ዶ/ር ብሩክ አየለ ሲሆኑ በቀረበው ጽሑፍ ላይ ምላሽና ውይይቶች ተደርገዋል።
ከመደበኛ የውይይት መርሃግብሮች ጎን ለጎን ተሳታፊዎች የጋራ የአምልኮ፣ የጸሎት፣ የተለያዩ የህብረት ጊዜያትን እና የጉብኝት ፕሮግራሞችን አድርገዋል። በሳምንቱም እሁድ በክራኮቨ፣ በከተማዋ አቅራቢያ እና በዶሚንከን ሪፑብሊክ በሚገኙ ቸርቾች ተሳታፊዎች በመከፋፈል ከሉተራዊያን ወንድሞቻቸው ጋር አምልከዋል።
በማጠቃለያውም ጉባዬው ለቀጣይ ሰባት አመታት የአልም አቀፉን የቸርቾች ህብረት በፕሬዚዳንትንት አቅጣጫ እንዲያሳዩ ዴኒሻዊውን ቢሾፕ ሄንሪክ ስቱብክጄር የመረጠ ሲሆን የአፍሪካውን ቀጠና እንዲያስተባብሩና እንዲመሩ በምክትል ፕሬዚዳንትነት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙን መርጧል።
ለተደረገላቸው አቀባበልና እንክብካቤ ቤተክርስቲያናቱ የወንጌላዊት አውጉስቡርግ ኮንፌሽን ቤተክርስቲያን በፖላንድን አመስነዋል።
- - - - -
The Lutheran World Federation (LWF) held its 13th Assembly
* * * *
The assembly that was held under the overarching theme “One Body, One Spirit, One Hope” at Central Europe, Poland, Krakow, from September 13-19, 2023, is concluded with great achievement.
EECMY has become a member church of the LWF in 1963 and was in fellowship as a participant before. In the 13th assembly, higher participation was observed from EECMY, and the church was represented by 7 delegates, 1 participant, and 1 key note speaker.
Prior to Krakow assembly, assemblies were held regionally. As it’s remembered, the Africa preassembly was held in Kenya, Nairobi, in May of 2023. All regions in their regional assemblies consulted regarding the current global and church oriented issues and have sent their agendas and resolutions to the assembly in Poland.
In the 13th assembly, after the women, youth, and uniquely in this assembly Men’s delegated discussed on several agendas, they have passed a common resolution.
Among the three key note speeches on the assembly theme, Mekane Yesus Seminary president, Rev. Dr. Biruk Ayele spoke on “One Spirit”. Following the presentation, responses and discussions were held.
Parallel to the day-to-day submits, participants were engaged in prayer, worship, village groups’ discussions, and visitations. At the same time on Sunday, participants were hosted by congregations in Krakow and its surrounding cities and the neighboring country Czech Republic.
At the conclusion the assembly elected the Danish Bishop Henrik Stubkjaer to guide the global communion of churches for the coming seven years. For Africa region, Rev Dr Yonas Yigezu was elected on the vice president position to organize and lead the African region for the coming seven years.
All participant churches have expressed gratitude for Evangelical Augsburg confession Church of Poland for their hospitality.
- - - - -
Federesheniin Luuteraanii Addunyaa Yaa'ii isaa isa 13ffaa geggeeffatera.
* * * *
Biyya giddu gala Awurooppaa kantaate Poolaandi Magaalaa Kiraakovaatti Fulbaana 2-9 bara 2015/23tti Mata Duree "Qaama Tokko, Yaada Tokko, Abdii Tokko" jedhu jalatti yaa'ii isaa haala milka'aadhaan geggeeffatee xumureera.
Waldaan Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus yaa'ii kana waggoota dheeraadhaaf hirmaachaa kan turte yammuu ta'u; akka Lakkoofsa Warra Awurooppaatti bara 1963 eegaltee immoo miseensa dhaabbataa ta'uudhaan hirmaachaa jirti. | 145 |
| 5 | ቢሾፕ ሄንሪክ ስቱብክጄር ለዓለም ሉተራን ፌደራስዮን: ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ ለአፍሪካ ቀጠና ተመረጡ
Biishoop Heniriik Situubkijeer akka Addunyaatti, Lubni Dr. Yoonaas Yiggazuu immoo akka Afrikaatti Filataman.
* * * *
በፖላንድ ክራኮ ከተማ ከመስከረም 2- 9/2016 ዓ.ም “አንድ አካል፣ አንድ መንፈስ፣ አንድ ተስፋ” በሚል መሪ ቃል ሲካሄድ የነበረው የፌደሬሽኑ አብይ ጉባዬ በተሳካ ሁኔታ ተጠናቋል::
በጉባዬውም ለቀጣይ ሰባት አመታት የአለም አቀፉን የሉተራን ፌዴሬሽን በፕሬዝዳንትነት እንዲመሩ ዴንማርካዊው ቢሾፕ ሄንሪክ ስቱብክጄር ተመርጠዋል: የአፍሪካውን ቀጠና እንዲያስተባብሩና እንዲመሩ ደግሞ በም/ፕሬዚዳንትነት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ ተመርጧል።
የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የዓለም ሉተራን ፌደራስዮንን በአባልነት የተቀላቀለችው እ/ኢ/አ 1963 ሲሆን ከዛ ቀደም ባሉት አመታት በተሳትፎ ህብረት ስታደርግ ቆይታለች። በ13ኛው የዓለም ሉተራን ፌደራስዮን አቢይ ጉባዬ የቤተ ክስቲያኒቱ ተሳትፎ ከፍተኛ የነበረ ሲሆን በ7 ልኡካን፣ 1 ተሳታፊ እና 1 ተናጋሪ ተወክላለች።
የቤተክርስቲያናችን ፕረዝደንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ ለአፍሪካ ቀጠና መሪነት መመረጥ የቤተክርስቲያናችን አለም አቀፍ እና አህጉር አቀፍ አስተዋጽኦ አንዱ ማሳያ ሲሆን አሁን እንደ ቤተክርስቲያን የተቀበልነው አህጉር አቀፍ ሃላፊነት
በቀጣይ ለሚሰሩ ስራዎች ከፍተኛ ሃላፊነት
ስለሆነ: ምዕመናን መሪዎቻችንን በጸሎት እንድትደግፉ አደራ ለማለት እንወዳለን:: ተባረኩ::
- - - - -
Biishoop Heniriik Situubkijeer akka addunyaatti, Lubni Dr. Yoonaas Yiggazuu immoo akka Afrikaatti Filataman.
* * * *
Biyya Poolaand, Magaalaa Kiraakootti Fulbaana 2-9 bara 2015/23tti Mata Duree "Qaama Tokko, Hafuura Tokko, Abdii Tokko" jedhu jalatti yaa'iin waliigalaa Federeeshinii Luutaraanii Addunyaa haala milka'aadhaan geggeeffamaa ture xumurameera.
Yaa'ii kanarrattis, Federesheniin Luuteraanii Addunyaa waggoota 7 dhufaniif pirezidaantummaadhaan akka gaggeessanuuf nama biyya Deenimaarkii kan ta'an Biishoop Heniriik Situubkijeer kan filate yammuu ta'u; Tokkummaa isa Ardii Afirikaa akka geggeessanii fi I/A/Pirezedaantii Luuteranii Addunyaa akka ta'aniif immoo Luba Dr. Yonaas Yiggazuu filateera.
Waldaan Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus yaa'ii kana waggoota dheeraadhaaf hirmaachaa kan turte yammuu ta'u; akka Lakkoofsa Warra Awurooppaatti bara 1963 eegaltee immoo miseensa dhaabbataa ta'uudhaan hirmaachaa jirti. Yaa'ii isa 13ffaa kana irratti immoo hirmaannaan Waldattii baayyee ol ka'uudhaan bakka bu'oota 7, sagalee guutuun kan hirmaatu nama1 fi Waldattii bakka bu'uudhaan nama haasaa godhu 1'n hirmaattee jirti.
Filatamuun Pirezidaantii Waldaa Kiristaanaa keenyaa Luba Dr. Yoonaas Yiggazuu, dhiibbaa gaarii waldattiin akka Afrikaa fi addunyaatti gochaa jirtuuf agarsiiftuu kan ta'uudha. Amma immoo caalaatti itti gaafatamummaan guddaan kun waan itti kennameef hojii kana milkaa'inaan akka gaggeessituuf hojii guddaatu irraa eegama waan ta'eef gaggeessitoota keenyaaf Waaqayyo akka kadhattanuuf waamicha isiniif dhiyeessina. Eebbifamaa.
#LWFAssembly #LWFAfrica #EECMY
The Lutheran World Federation
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
@eecmyyouthministry | 124 |
| 6 | بدون متن... | 149 |
| 7 | ቢሾፕ ሄንሪክ ስቱብክጄር ለዓለም ሉተራን ፌደራስዮን: ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ ለአፍሪካ ቀጠና ተመረጡ
Biishoop Heniriik Situubkijeer akka Addunyaatti, Lubni Dr. Yoonaas Yiggazuu immoo akka Afrikaatti Filataman.
👇👇👇 ቀጥለው ያንብቡ!
Itti fufaatii dubbisaa 👇👇👇
#LWFAssembly #LWFAfrica #EECMY
The Lutheran World Federation
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
@eecmyyouthministry | 156 |
| 8 | بدون متن... | 278 |
| 9 | بدون متن... | 235 |
| 10 | The month of fasting and prayer is held at Mekana Jesus church
The congregation of the whole church of her believers will be fasting and praying every year from 1-5/6 to the end of last year and welcoming the new year in order to seek the Lord's face.
This year, she will be presenting the topic of prayer and Bible verse as follows.
Body 1 :- thank you
Isa. 12: 1-5
1Tas. 5: 16-18
Body 2:- We will change our mind.
Dan. 9: 3-20
Mati. 11: 20-21
Psalms 3 and 4:- The prayer of the Gospel and for the gospel followers.
Body 3:- HoEr.12: 1-5
1Phex. 5: 6-11
Body 4 :- 2Xim. 3: 1-3
Efe. 5: 14-19
5 bodies :- A prayer for support organizations
2Xim. 2: 1-5
2Tas. 3: 12
Body 6 :- In general, you are in a lot of ways in the country.
Efe. 3: 14-19
Efe. 6: 10-18
Thanksgiving and the end of it | 229 |
| 11 | የጳጉሜ ፩ የጸሎት ርዕስ እና የንባብ ክፍሎች
የጸሎት ርዕስ :- ምስጋና
• እግዚአብሔርን ባለፈው ዓመት ስላደረገልን ጥበቃና ቸርነት ማመስገን
• በአገሪቱ በዝናብ እጦት ምክንያት ተርበው ለነበሩ አካባቢዎች ዝናብ ስላገኙ እግዚአብሔርን ማመስገን
• በ2016 ዓ.ም የሰላምና የደስታ እንዲያደርግልን መለመን
የዕለቱ የንባብ ክፍሎች ፦
ኢሳ 12 ፥ 1-5
1ኛ ተሰ 5 ፥ 16-18 | 209 |
| 12 | بدون متن... | 254 |
| 13 | የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የጳጉሜ ወር የጾምና የጸሎት መርሃግብር
- - - - - - - -
ቤተክርስቲያን በሁሉም ማህበራነ ምዕመኗ በየአመቱ የአሮጌውን ዘመን መባቻ እና የአዲሱን ዘመን መቀበያ በሆኑት የጳጉሜ 5 እና 6 ቀናት የጌታን ፊት የምትፈልግበት የጾምና የጸሎት መርሃግብር ታደርጋለች።
ለዘንድሮም መርሃግብር የሚወሉ የመጽሐፍ ቅዱስ የየዕለት የንባቡ ክፍሎችን እና የፀሎት አርዕስቶችን አሳውቃለች :-
#ጳጉሜ ፩ :- ምስጋና
ኢሳ 12 ፥ 1-5
1ኛ ተሰ 5 ፥ 16-18
#ጳጉሜ ፪ :- የንስሐ ፀሎት
ዳን 9 ፥ 3-20
ማቴ 11 ፥ 20-21
#ጳጉሜ ፫ - ፬ :- ስለ ወንጌል አገልግሎት እና ስለ አገልጋዮች (መሪዎች)
ጳጉሜ ፫ - የሐዋ 12 ፥ 1-5
1ኛ ጴጥ 5 ፥ 6-11
ጳጉሜ ፬ - 2ኛ ጢሞ 3 ፥ 1-3
ኤፌ 5 ፥ 14-19
#ጳጉሜ ፭ - ለአጋር እና ተባባሪ ድርጅቶች አገልግሎት
2ኛ ጢሞ 2 ፥ 1-5
2ኛ ተሰ 3 ፥ 12
#ጳጉሜ ፮ - ስለ ሀገራችን አጠቃላይ ሁኔታ እና ስለ መላው ዓለም ሰላም
ኤፌ 3 ፥ 14-19
ኤፌ 6 ፥ 10-18
#ምስጋና_እና_ማጠቃለያ
፨ ዝርዝር የፀሎት አርዕስቶችን በመርሃግብሩ ሰንጠረዥ ላይ ይመልከቱ። | 306 |
| 14 | بدون متن... | 260 |
| 15 | بدون متن... | 190 |
| 16 | ለዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች እና ለማህበረ ምዕመናን የወጣት አገልግሎት መሪዎች ስልጠና ተሰጠ
* * * *
በአዲስ አበባ እና ሸገር ከተማ ከሚገኙ ማህበረ ምዕመናት ለተወጣጡ 200 የቤተክርስቲያኒቱ የወጣት አገልግሎት መሪዎች እና የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች “የቤተክርስቲያንን ዶክትሪን ማወቅና ሀሰተኛ አስተምህሮን መከላከል” በሚል ርዕስ የሁለት ቀን ስልጠና በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና ማዕከል ተሰጥቷል።
ስልጠናውን የቤተክርስቲያኒቱ የልጆችና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ እና የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎችና የከተሞች የወንጌል ማዳረስ አገልግሎት ዋና ክፍል ከፕሬዚዳንት ቢሮ ጋር በጋራ ያዘጋጁት ሲሆን በስልጠናውም ላይ የቤተ ክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ በመገኘት ለወጣቶቹ መልዕክት አስተላልፈዋል።
በስልጠናውም ማጠቃለያ በአማሪኛ እና በአፋን ኦሮሞ የተዘጋጀ የሉተር ትንሹ ካቴኪዝም ለሰልጣኞች ተከፋፍሏል።
- - - - - -
Geggeessitoota Barattoota Universiitii fi Dura Bu'oota Dargaggootaa Waldoota Amantootaaf Leenjiin Kennameera.
* * * *
Waldoota Amantootaa Magaalota Finfinnee fi Shaggar keessa jiran keessaa kan walitti qabaman geggeesitoota dargaggootaa 200 fi barattoota Universitiif dhimma hundee Waldaa Kiristiyaanaa (doctrine of the church) irratti; akkasumas "barsiisota sabaa yeroo ammaa bal'inaan deemaa jiran irraa of eeggachuu" kan jedhu irratti leenjiin guyyaa 2 Giddu Gala Leenjii Walii Galaa Guddinaa Tumsaatti kennameera.
Leenjicha Qajeelcha Tajajila Dargaggootaa fi Mucoolii Waldattii fi Kutaan Tajaajila Barattoota Universiitii fi Magaalota keessatti Bal'isuu Wangeelaa waliin ta'uudhaan kan qopheessan yammuu ta'u; Pirezedaantiin Waldatti Lubni Dr. Yonaas Yiggazuu irratti argamuudhaan leenjifamtoota kanaaf ergaa dabarsaniiru.
Dhuma leenjichaa irratti Macaafni Barsiisa Kiristiyaanaa Luuter inni xinnaan (Kaateeksimoos) leenjifamtootaaf gatii malee hirameera.
- - - - - -
Training was given to university students and congregation youth leaders
* * * *
Under the title of “Knowing church doctrine and refuting heretical teaching” two days of training was given at GTWTC for 200 university students and youth leaders of the church that came from congregations in Addis Ababa and Shuger city.
The training was jointly organized by the Children & Youth department and Campus Ministry & urban mission division in collaboration with the president office. In one of the training sessions, the president of the church Rev. Dr Yonas Yigezu visited the youth on training and conveyed a massage.
At the end of the training, Luther’s Small Catechism, which is prepared in Amharic and Afaan Oromo languages, was gifted to the trainees. | 227 |
| 17 | የአድራሻ ለውጥ ማስታወቂያ
አንጋፋዊ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የምስራች ድምጽ የመገናኛ ዘዴዎች አገልግሎት ፒያሳ የነዋየ ቅዱሳት ማከፋፈያ ቀድሞ አገልግሎት ይሰጥበት ከነበረው አሮጌ ፖስታ ቤት ፊት ለፊት ትንሿ አራዳ ህንጻ 1ኛ ፎቅ ከነሐሴ 16 ቀን 2015 ዓ.ም ጀምሮ ወደ ፒያሳ የገበያ ማዕከል 6ኛ ፎቅ ያዲ የጥርስ ህክምና ላይ መዘዋወሩን ለክቡራን ደንበኞቻችን እናሳውቃለን፡፡
ለበለጠ መረጃ
በሞባይል ስልክ ቁጥር 0911144165 መደወል ይችላሉ፡፡
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የምስራች ድምጽ የመገናኛ ዘዴዎች አገልግሎት | 708 |
| 18 | بدون متن... | 344 |
| 19 | የመትረፍ ጥበብ በሚል ርዕስ የሁለት ቀን ስልጠና በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና ማዕከል ተሰጠ
* * * *
ከኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያስ መካነ ኢየሱስ እና ከኢትዮጲያ ቃለ ህይወት ቤተ ክርስቲያን ለተወጣጡ መሪዎችና አገልጋዮች ስልጠናው የተሰጠ ሲሆን አላማውም አስቸጋሪ ወቅቶቸን የመቋቋም ችሎታን ማጎልበቻ ስልጠና እንደነበር ለመረዳት ተችሏል።
ሰልጣኞች ወደ የጡበት አከባቢ ሲመለሱ የስልጠናውን መልዕክት ለምዕመኖቻቸው የማስታጠቅን ስራ እንዲሰሩ እንደሚጠበቅ የሊቪንግ ኦን ዘ ኤጅ የአፍሪካ ዳይሬክተር ፓትሪክ ኩቺዮ ገልጸዋል።
- - - -
Two days of training was given under the title of “The art of survival” at GTWTC
* * * *
The training was given for leaders and ministers from the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus and the Ethiopian Kale Hiwot Church. It was understood that the purpose of the training was resilience building in difficult times.
Pastor Patrick Kuchio, Africa director of Living on the Edge ministry, stated that when trainees return to their area, they are expected to equip believers in the message of the training. | 296 |
| 20 | بدون متن... | 220 |
