The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY
Open in Telegram
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.
Show more3 315
Subscribers
+624 hours
+197 days
+10430 days
Posts Archive
+2
#Order_Your_Clergy_Vestment_Now
#EECMY
#Liturgical_and_Vestments_Production_and_Distribution_Center
Call now-09-54-555-999
Address- Central Office
Addis Ababa, Ethiopia
* * *** * *
Leenjiin tajaajila gurmuu faarfattootaa waldaa amantoota Diillaatiin qophaa'e Onkololeessa 8-10,2017 kan kenname yoo ta'u, miseensonni gurmuu faarfattootaa waldoolee amantootaa magaalaa Diillaa keessa jiran afur irraa dhufan irratti hirmaatanii jiru.
Leenjii guyyoota sadan darbaniif kennameen, Waaqeffannaa Macaafa Qulqulluu fi tajaajila gurmuu faarfattootaa, tajaajila faarfannaa keessatti barbaachisummaa ejjannoo hafuuraa fi ogummaa, haala gurmaa'insa tajaajila gurmuu faarfattootaa, dameewwan tajaajilaa, tajaajila faarfannaa keessatti iddoo fi barbaachisummaa isaan qaban ilaalchisee leenjii bal'aan kennamee jira.
Leenjii tiyoorii kana biratti, yeedaloo fi haala bahiinsa sagalee irratti leenjiin qabatamaa kennamee jira.
* *
ለበለጠ መረጃ ሌሎች የቤተ ክርስቲያኒቱን የመረጃ ምንጮች ይከታተሉ፡
Facebook- facebook.com/profile.php?id=100072514116480
Telegram- https://t.me/EECMYeth
YouTube- https://youtube.com/@mekaneyesusofficial?si=akgvpEk4kx1nNUoM
+7
#የኳየር_አገልግሎት_ሥልጠና_በዲላ_ማህበረ_ምዕመናን
* * *** * *
በዲላ ማህበረ ምዕመናን አዘጋጅነት የኳየር አገልግሎት ሥልጠና ከጥቅምት 8-10 ቀን 2017 ዓ.ሜ የተሠጠ ሲሆን ከዲላ ከተማ አራት ማህበራነ ምዕመናን የመጡ የኳየር አባላት ተካፍለውበታል።
ለሥስት ተከታታይ ቀናት በተሰጠው ሥልጠና መጽሐፍ ቅዱሳዊ አምልኮና እና የኳየር አገልግሎት፣ በዝማሬ አገልግሎት ውስጥ የመንፈሳዊና ሙያዊ ቁመና አስፈላጊነት ፣ የኳየር አገልግሎትና አደረጃጀት ፣ የአገልግሎት ዘርፎች በዝማሬ አገልግሎት ውስጥ ያላቸውን ሥፍራ እና አስፈላጊነት አስመልክቶ ሰፊ ስልጠናዎች ተሰጥቷል።
ከንድፈ ሀሳብ ስልጠናው ጎን ለጎን በዜማ፣ ቅኝት እና የድምፅ አወጣጥ ላይ ተግባራዊ ሥልጠናዎች ተሰጥተዋል።
_ _ _ _ _ _ _
#Leenjii_Tajaajila_Gurmuu_Faarfattootaa_Waldaa_Amantootaa_Diillaatti
EECMY-Nekemte Youth Program
#Sagantaa_Addaa
#Bor sa'aatii 8:00tti
#Barsiisa
#Waaqeffannaa
“Amantoonnis barsiisa ergamootaatti, tokkummaa isaanii cimsachuutti, buddeena cabsachuutti, kadhata godhachuuttis qabamanii jiraatan.”
— HoE. 2:42
Kottaa nu waliin waaqeffadhaa.
+3
#Order_Your_Clergy_Vestment_Now
#EECMY
#Liturgical_and_Vestments_Production_and_Distribution_Center
Call now-09-54-555-999
Address- Central Office
Addis Ababa, Ethiopia
#Lecture
"The role of vernacular Bible translation for the mission of the Church in Ethiopia/ EECMY"
Presented by - Rev. Dr. Misgana Mathewos
#Year_of_The_Bible #BibleWeek
+6
የልጆች አገልግሎት መጽሐፍት ሁለንተናዊ ክለሳ ስልጠና እና ምክክር ተካሄደ
የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ በልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ፤ የልጆች መጽሐፍት ሁለንተናዊ ክለሳ ቡድን ስልጠና እና ምክክር ተካሄደ፡፡ ስልጠናው እና ምክክሩም ከዚህ በፊት የተዘጋጁ እና አዲስ እየተዘጋጁ ባሉት የልጆች መጽሐፍት ላይ ትኩረት ያደረገ ነበር፡፡ ስልጠናው እና ምክክሩ ከክለሳ ስራው ጎን ለጎን በሰፊው የሚቀጥል ይሆናል፡፡
Leenjiin fi mariin fooyya'iinsa waliigalaa kitaabota daa'immanii fi ijoollee taasifame
WKWWMYI Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggootaatti, garee gamaggamaa fi fooyya'iinsa kitaabota ijoollee waliigalaa waliin yeroon leenjii fi marii gaggeeffameera. Leenjii fi mariin kun kitaabota daa'immanii fi ijoollee kanaan dura qophaa'anii fi haaraa qophaa'aa jiran irratti kan xiyyeeffateedha. Hojii qophii fooyya'iinsa kitaabilee kana cinaatti yeroon leenjii fi mariin bal’inaan kan itti fufu ta’a.
EECMY Children and Youth Ministry Department- Children Ministry Books Holistic Revision
https://t.me/MYSundaySchool#Bible_For_All #እኔም_እሮጣለው #በአርባ_ምንጭ_ከተማ #መጽሐፍ_ቅዱስ_ለሁሉም
Available now! Telegram Research 2025 — the year's key insights 
