Waloo Tokkummaa
رفتن به کانال در Telegram
Walaloo, jechoota mimidhagoo, seenaawwan gaggababoofi jechamoota abbooti fi kan saayinsi kanan isinif dhiheessu taha#
نمایش بیشتر221
مشترکین
-124 ساعت
+17 روز
+1930 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
سپتامبر '24
سپتامبر '24
+9
در 0 کانالها
اوت '24
+24
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+6
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+7
در 0 کانالها
Get PRO
مه '24
+14
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '240
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '240
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '240
در 1 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+6
در 1 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+18
در 1 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+216
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 11 سپتامبر | +2 | |||
| 10 سپتامبر | 0 | |||
| 09 سپتامبر | +2 | |||
| 08 سپتامبر | 0 | |||
| 07 سپتامبر | +2 | |||
| 06 سپتامبر | 0 | |||
| 05 سپتامبر | +1 | |||
| 04 سپتامبر | +1 | |||
| 03 سپتامبر | 0 | |||
| 02 سپتامبر | 0 | |||
| 01 سپتامبر | +1 |
پستهای کانال
Repost from Galaa Dhalootaa
App Tokko Malee Setting salphaa kana qofa sirreessuudhaan qarshii Tokko osoo hin baasin interneetii fayyadamuu dandeessu ✅️🙏 ♻️ Hiriyyoota keessaniif share godhaa
Ofii koof check godheen isiniif maxxanse
Warreen siniif hojjette nuuf hojjeteera jedha
@galaa_dhalootaa
| 2 | Kolfi,kolfa,kolfinuu!!
Bu'aawwan kolfi qabu
✓ waan nama miidhu tokko hin qabu,garuu waa bayyeef nama fayyadaa.
✓ utuu warra Kennu hin iyyoomsin, warra fudhaatus duroomsa.
✓ yeroo muraasaf ta'a, garuu yeroo tokko tokko bara baraan yaadatama.
✓ kolfa duroomanif hin argatan, iyyoomaniifis hin dhaban.
✓ mana keessatti gammachu uuma, bakka hojiitti fedhii hojii dabala,mallatto hiriyyummaa gaariiti ykn iriyaa gaarii namaf hora.
✓ warra dadhabeef boqonna,warra abdi kuteefimmoo ifaa guyyaati. Warra gaddef ifa biftuuti,daawwa uumama miiraa jeeqamee fayyisuudha.
✓ garuu bitamuu,liqeeffatamuu, ykn hatamuu hin danda'u, hamma kennamutti waan gaarii tahunsa wan hin beekamneef.
✓ warra kennuf hoomaa hin qabne caalaa kan kolfa barbaadu hin jiruu.
✓ yoo namoonni waantota ayyaana dhaloota kiristoosiif barbaachisan sitti gurguran kolfu dadhaban, ati kolfakee xiqqoo isaanif kenni!
# kolfikee carraa gaarii baata. Jireenyaa namoota ati agartee hunda ibsa. Fuula isaanii jijjiira. Kolfikee akka biiftuu duumeessa cirtee dachee ibsituuti. Keessumaa yeroo namootni Gaddafi muddama keessa Jiran kolfikee abdii isaanitti hora. Gammachuun biyya lafarra jiraachuu isaanitti agarsiisa.
@ kolfi, kolfa, kolfinuu.
# maati, firoota, hiriyootni koo biyya keessaf alaa jirtan hundinuu Baga geessan | 333 |
| 3 | DHUKKUBA BUSAA (#MALARIA)
💥Dhibee yeroo ammaa lubbuu danuu galaafataa jiru!
💥Dhukkubni busaa gosa maxxantuu #plasmodium
jedhamuun dhufa. Maxxantuuleen kun gosaan afur (4)
kan jiran yoo tahu isaan keessaa pilasmodiyeem
falsiiparam (60%) fi pilasmodiiyeem vaayvaaksii
(37%) sadarkaa 1ffaaf lammaffaarra jiru.
💥Biyya keenya dabalatee biyyoota addunyaa heddu
keessattii dhukkuba busaa heddumminaan fidun kan
beekamu gosti pilaasmoodiyeem falsipaaram yoo
dafee hin yaalamiin, dhukkuba hamaa (#severe) fida.
💥Waggaa keessatti dhukkubni busaa waqtiilee lamaan
heddumminaan mul'ata. Kunis:
1. Waqtii birraa: ji'a fulbaana hanga muddee;
2. Waqtii arfaasaa: ji'a Eblaa hanga Caamsaa.
MALLATTOOLEE
♦️Gubaa qaamaa (#fever)
♦️Hoollachiisuu qaamaa (#chills & #rigor)
♦️Mataa bowwoo (#headache)
♦️Fedhii nyaataa dhabuu (#anorexia)
♦️Qaama caccabsuu (#arthralgia, #myalgia, #malaise)
♦️Sadarkaa hammaataa irra yoo gahe immoo:
✅Ofiin dhaabatanii deemuu dadhabuu (#prostration)
✅Of wallaaluu (#comatose)
✅Gaggabsoo (#convulsion)
✅Keelloo ta'uu gogaa qaamaa fi ijaa (#jaundice)
✅Fincaan diimachuu/xiqqaachuu ykn dhabamuu
(#oliguria/#anuria)
⭐Mallattoleen kun sadarkaa hammaataatti cehuu waan
agarsiisaniif hatattamaan gara mana yaalaa geessuu.
WAL'AANSA
🔥Dhukkubni busaa dhibee yaalaan fayyuu dandahu dha.
Kanaaf mallattooleen kunneen jiraannaan dhukkubichi
osoo hin hammaatiin qoratamuun qoricha ogeessi
kennu seeraan fayyadamuun fayyuun danda’ama.
🔥Hub: qoricha ajajame haala ajajameen hanga
xumuraatti fudhachuu, qoricha siniif kennames nama
biroof qooduu dhiisuun barbaachisaadha.
ITTISA
✅Dhibeee kana gara namaatti kan daddabarsitu bookee
busaa dhaltuu (#anopheles_mosquito) waan tateef
ittisni dhibee busaas bookee kana gidduugaleessa kan
godhatedha. Isaanis:
👌Agoobara farra bookee qabu fayyadamuu
👌Keemikaala farra bookee busaa biifsisuu
👌Yeroo halkanii uffata dheeraa qaama keenya
guututti haguuguun uffachuu.
✅Bakka bookeen busaa itti walhoruu dandeessu
dhabamsiisuu fkn, balfaf bishaan ciisan. Magaalota
keessatti naannoo ijaarsi jirutti bishaan faayidaa
biroof kuufamee dagatamuufi akkasumas meeshaale
caccaboo gatamanii bishaan qabatan dabalata.
✅Yeroo gara lafa dhukkubni busaa itti hedduummatu
dhaqan, dursanii ogeessa fayyaa mariisisuun ittisaaf
qoricha fudhachuu.
Dr. Tezera G.
@Fayyaa_egeree | 96 |
| 4 | Kaanserii fiixee gadameessaa (Cervical cancer)
----------------------------------::----------------------------
•Kaanseriin fiixee gadameessaa dhukkuba vaayiresii "Human papilloma virus" jedhamuun kan dhufuudha.
•Dhukkubni kun dafee adda ba’uun kan yaalamu taanan salphaatti fayyuu danda'a, yoo namarra turee sadarkaa kaanserii olaanaa irra gahe carraan fayyuu xiqqaataa deema.
Mallattoolee mul'atan
Mallattoleen kun yeroo dheeraa booda kan mul'atanidha. Isaanis:
•Dhangala'aan foolii badaa qaama walhormaata keessaa ba'uu
•Dhukkubbii yeroo wal-qunnamtii saalaa fi dhiigni dhangala’uu
•Dhangala'uu dhiigaa marsaa laguun duraa fi booda
•Dhukkubbii naannoo luqqeettuu
Karaalee dhukkubni kun ittin daddarbu
irra caalaan isaa wal qunnamtii saalaa daangaa hin qabnee.
Karaalee ittisaa
•Qorannoo fi yaalii yeroon taasisuu
•Talaalamuu(HPV)
•Kondomii fayyadamuu
•Hiriyaa jaalalaa/gaa’elaa tokkoon murtaa’uu
Via: BFO
@Fayyaa_egeree | 188 |
| 5 | Good morning!! May today bring you the joys of yesterday’s hopes!”
Ganama kee akkamitti jalqabda?
Qulqullinni guyyaa keenyaa haaloota guyyaa sana nu mudatan hammam akka dandamanne irratti hundaʼa. Guyyaa keenyaan walitti hidhamuudhaan sammuu keenya deebisnee kaasaa, tasgabbii fi yaada gaggaarii ishee keessatti uumaa dandeettii qaamaa fi sammuu keenya guddisuun waan layyoo miti.
Namoonni baay'een guyyaa isaanii qunnamtii elektirooniksiitiin jalqabu. Jeequmsi addunyaa sammuu jeequmsa, osoo ati guyyaa kee hin jalqabin sammuu kee jeequudha.
Jeequmsa addunyaa kanaan sammuun kee jeeqamnaan ni mufatta, ni gaddita, gammachuu hin argattu kuniis hariiroo namoota biroo wajjin qabdu irratti dhiibbaa qaba.
Guyyaa kee galateeffachuun jalqabi, jireenya guyyaa biraatiif galateeffadhu. Kadhannaa fi xiinxaluudhaan sammuu kee tasgabbeessi.
Deeminsa kee uumama waliin wal qunnamaa karoora guyyaa keetiif uumi. Guyyaan kee caalaatti bu’aa qabeessaa godhi
☆☆☆☆☆
sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Nu hordofaa 🔻
@galaa_dhalootaa
@galaa_dhalootaa
@galaa_dhalootaa | 142 |
| 6 | SABAABI GAMMACHUU KOO!!
~~
Bakka fedhiiko ga'uuf
Halkaniif guyyaa labaa!
Akkan kolfee qasa'uuf
Sababa danuun qabaa!
~~
Gurri koo nii dhaga'aa
Sagalee adda baasaa!
Afaan koo nii haasa'aa
Miilli lafaa na kaasaa!
~~
Qaroon kan koo argitee
Waan kamiifu ragaadha!
Harkis rakkoo darbitee
Qalbiin kiyyas nagaadha!
~~
Wanta hundaarra caalaa
Kanin kokkolfuuf biyyaa!
Sababni gammachuuko
Rabbiin qabaachu kiyyaa! 🔥👏
Integration of our body system is also achieved by only him!!
give thanks for Yahweh!!
waan dubbistanif✅✅Eebbifamaa! | 128 |
| 7 | Wantoota 7 har'a ofitti himi!
***
1.Ani qaaliidha.
2.Haala har'aa keessaa boru nan baha.
3.Ani miidhagaa/miidhagduu dha.
4.Jaalatamuun naaf mala.
5.Nagaafi gammachuun barbaada.
6.Ani dandeettii gahaa nan qaba.
7.Isa hundumaa qabu Waaqas qaba.
☆☆☆☆☆
sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Nu hordofaa 🔻
@galaa_dhalootaa
@galaa_dhalootaa
@galaa_dhalootaa | 123 |
| 8 | SAFUU DINQII ISAA
ADDAA OOLMAAN ISAA
~~
karaa hamaaf hamaataa
dhaloota hin dabrsine!
dachee abarsi guutee
moo'ichaaf hin mijanne!
~~
moo'ichaaf karaa saqee
dinqidhaan na dabarse!
Eebbi fi nageenyi isaa
godoo Koo jigdu marse!
gatamaa lafaa kaasee
Fayyina na badhaase!
~~
OOLMAA isaaf jechan dhaba
haa ulfaatu maqaa isaa!
Na baatee na kununsee
natti hin bannee karaa isaa!
Abbaan akka isaa hin jiru
dinqidha oolmaan isaa!
gargaraa iyyeessoota
Iyesuus maqaan isaa!
~~
galataan fi weeduu malee
kana bira maalan baasaa?
baraan isaan jajjadhaa
guddummaa isaa ol kaasa!
ulfina koo illee gateen
maqaa isaan eebbisa!
~~
seenaa dubbiseen miti
argeen hima oolchuu isaa!
lubbuu koos du'a oolchee
anaaf ADDA OOLMAAN ISAA!
~~
Waan dubbistanif GALATOOMAA!! | 123 |
| 9 | Galaanni dukkanichaa!😭😭
~~
bara sobni lafa dhaale
dhugaanis awwalame!
godoon dhugaa dhigaame
gamoon soba ijarame!
~~
Jal'aan quufee jiraatee
qulqullun dararame!
furmaatni barbaadamu
dhigaan illee dhabamee!
~~
kan dhugaa keenya hiiku
nama tokkollee dhabne
hidhii xuxaa jiranna
boquu keenyallee cabne!
~~
barii lafaa arguudhaaf
karaa eegaas jiranna!
boruf darbuuf jira jenne
firfaari ormaa nyaanna!
~~
tari barufi jira laataa
kanaaf akkas nu raasaa?
qilleensi isaas hammaatee
gurra keenyatti hasaasa!
~~
nu raasee nu qoraase
akka waan dhadhaa baasuu!
kiyyoo isaas tarressee
jiruu keenyaas rarraasu!
~~
obsaan eegne ilaalla
waan bariin dhaluuf jiru!
galaanni dhukkanichaa
sin fudhatin yaa tiru!
Waloo Gemechu
Channel kana add gochuuf na jajjabeessaa!
https://t.me/Lammikof | 442 |
| 10 | بدون متن... | 189 |
| 11 | MOOTII SEENAA GEEDARU!
❤❤❤
Oli figuuf gad figuun
Jiruun biyya lafaa!
eessumaayyu hin ga'u
asummarrattii hafa!
~~
yoo gowwaas si godhe
fakkattees akka hoolaa!
guyyaan kee dukkanaa'us
Tarii galgallii Kee ni tola!
~~
abdis yoo si kutachise
gidiraan sitti fe'ame!
gad jedhi baadhu
hanga siif dandaa'ame!
~~
Tarii ni bari'aa ta'aa
hireen kee siif qajeele!
fullii kees ni ifa ta'a
jiruun Kee illee tolee!
~~
gammachuu kee ibsi
yoo akkamille tahe!
gaaf tokko barbaadamta
fooliin Kee urgaa'e!
~~
EEGAA
sesseqii jiraadhuu
hin gadiin yaa tiruu!
guyyaa isa siif dhufa
mootiin seenaa geedaru!
Dannoo,Oromia , East Africa!
Waloo Gemechis | 205 |
| 12 | @Nama barri miite Mitikkuu!
Dhugaan ijoollummaatti onnee qulqulluu qabate foon namaa fixeetu lafee nama nyaata! Eenyuyyuu sin huubatu. Dhugaa barbaaddee hin dhabini haadhooko. Yoo dhugaa barbaaddee dhabde bifa ijoollummaa fixatta. Toora namaati of-baasuutu utuu hin jaalatin sitti dhufa. Hiixattee waan qabattu dhabda. Yaaddee, yaaddoftee furmaati dhiba. Gaaffii ati deebisuu hin dandeenyetu dhufee qullaa si buusisa. Utuu namni siif hin barin qalbii si buusa. Namoonni sitti qoosuu jalqabu. Firrikee si gatuu jalqaba. Namatu dhimmakee dhaba, atis dhimma namaa dhabdeetu bakka siif hin malle kosii keessa rafuu jalqabda. Kuniif kan kana fakkaatan jireenya kee irratti erga raawwateen booda maqaa ati dhalootaan qabdu siif jijjiiranii "Maraataa/tuu" jedhu.
warri Aanaa Daalle Sadii keessumattuu magaalaa Haroo Sabbuu jiraattan nama #Mitikkuu gargaaruu barbaadutu jira maatii ykn firoottan isaa waliin wal nu quunamsiisaa. nama gargaaruuf nama ta'u qofti gahaadha. Nama gargaaruun ilaalcha, kutaa/gandaan hin daangeffamu. Ilmi namaa kun akka namaatti yaalamuutu irra jira. "Adaraa Firoottan isaas haa ta'u, namuma itti hiiqus haa ta'u hamma humnaa keenyaa gargaarrati wal nu quunamsiisa" namoota jedhantu jira.
Qalbii hin badinaa!
From fenet wallagaa | 173 |
| 13 | بدون متن... | 166 |
| 14 | Irbuu cimsadhee waadaa
Dhugaakee himee labsee
Hin taa'u sin barbaadaa
Finfinnee keessa marsee
~
Si dhabnaan ani damee
Eessa kootiin argadhaa
Bakka kee siif miidhamee
Kufee cabuun filadhaa
~
Roorroo narra dhorkitee
Dandeesse qorraaf aduu
Rakkoo keef sirraa citee
Kanaafan hin gammaduu
~
Gullalleedhas si dhabuu
Hunduu jijjiiree tooraa
Haamileen koo nan cabuu
Si arguuf jedheen jooraa...
Amena Tefari | 155 |
| 15 | بدون متن... | 200 |
| 16 | Anaf kan hin galle
herregee waa'ee kee
fagoos seehen ture
dhihoodha deemsi kee!
~~
Eega erga deemte
dhaqi sitti haa tolu!
guyyaa isaa naaf dhufa
anaafis kan malu!
~~
kophummaa koos yaadee
Hir'uu koo hin ilaaluu!
rabbiin qabachuudha
Angafti hunda caaalu!
previous year post🤔🤔🤔
Waloo Gemechis
Add waloo Tokkummaa | 207 |
| 17 | بدون متن... | 167 |
| 18 | بدون متن... | 164 |
| 19 | Waa'ee ULFAA fi DA'UMSAA kana beektuu laata?
********
1. Dubartiin tokko yeroo ulfaa ulfaatinni ishii kan duraa irratti Kg 8-12 ni dabala.
2. Qabiyyeen (volume) dhiiga ishii kan duraa irra dhibbeentaa 40 - 50 (40% - 50%) ni dabala.
3. Dha'annaan onnee ishii haga duraa irra daqiiqaatti 10 - 15 ni dabala.
4. Sochiin mucaa gadameessa keessaa erga ulfaa'amee ji'a 4 - 5 tti eegala.
5. Mucaan garaa keessa jiru/tu guyyaatti yoo xiqqaate si'a 12 socho'a/ti.
6. Ulfaatinni obbaatii (placenta) 1/6 ffaa ulfaatina mucaati.
7. Dubartiin tokko erga deessee, madaan qaama hormaata isheerra hin jiru tanaan yeroo kamittuu walqunnamtii saalaa rawwachuu dandeessi (gama fayyaatiin).
8. Dubartiin tokko erga desseen ykn erga irraa baheen booda yoo harma hoosisuu baatte, torban 3 - 4 keessatti ulfa'uu dandeessi.
9. Harma hossisuun ulfa itti aanu ittisuuf ni gargaara (Garuu ulfa ittisuuf ga'aa ta'uuf sirriitti hoosisuu qabdi).
******
Fayyaan Faaya
Dr. Gurmeessaa H. | 151 |
| 20 | بدون متن... | 95 |
