FOCUS WALLAGGA UNIVERSITY 👇👉0913483010 📞
رفتن به کانال در Telegram
Welcome! 🤗 This is Focus Wallaggaa University Official Telegram Channel! Channel kana jalatti 🎚️Wangeela 🎤 FAARFANNAA 📚 Kitaabota Hafuuraa 📋Beeksisa Focus Focuseducstionalgroupteam📚
نمایش بیشتر3 156
مشترکین
-324 ساعت
-37 روز
-430 روز
در حال بارگذاری دادهها
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
نوامبر '26نوامبر '26
نوامبر '26
+30
در 0 کانالها
اکتبر '26
+194
در 2 کانالها
Get PRO
سپتامبر '26
+58
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '26
+63
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '26
+80
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '26
+101
در 0 کانالها
Get PRO
مه '26
+62
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+58
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '26
+42
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+24
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+43
در 1 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+89
در 2 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+81
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+72
در 1 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+38
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '25
+20
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+28
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+55
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+46
در 1 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+76
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '25
+82
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+107
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+93
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+140
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+109
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+78
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+127
در 1 کانالها
Get PRO
اوت '24
+110
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+207
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+247
در 0 کانالها
Get PRO
مه '24
+225
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+195
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '24
+158
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+205
در 1 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+206
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+169
در 2 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+86
در 2 کانالها
Get PRO
اکتبر '23
+44
در 1 کانالها
Get PRO
سپتامبر '23
+14
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '23
+36
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '23
+45
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '23
+21
در 0 کانالها
Get PRO
مه '23
+153
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '23
+106
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '23
+7
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '23
+5
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '23
+28
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '22
+15
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '22
+17
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '22
+20
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '22
+8
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '22
+25
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '22
+131
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '22
+374
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 24 نوامبر | 0 | |||
| 23 نوامبر | +1 | |||
| 22 نوامبر | +2 | |||
| 21 نوامبر | 0 | |||
| 20 نوامبر | +1 | |||
| 19 نوامبر | +1 | |||
| 18 نوامبر | +3 | |||
| 17 نوامبر | +1 | |||
| 16 نوامبر | 0 | |||
| 15 نوامبر | +1 | |||
| 14 نوامبر | +1 | |||
| 13 نوامبر | +2 | |||
| 12 نوامبر | +3 | |||
| 11 نوامبر | 0 | |||
| 10 نوامبر | +1 | |||
| 09 نوامبر | +1 | |||
| 08 نوامبر | +1 | |||
| 07 نوامبر | 0 | |||
| 06 نوامبر | 0 | |||
| 05 نوامبر | +1 | |||
| 04 نوامبر | 0 | |||
| 03 نوامبر | +6 | |||
| 02 نوامبر | +2 | |||
| 01 نوامبر | +2 |
پستهای کانال
| 2 | Ayyaannii fi Araarri Waaqayyoo hundumaa keessaniif haa baay'atu obboloota jaallatamoo Focus Wallaggaa University hundumaaf Sagantaan keenya idilee kan guyyaa boruu, facaasaa ykn kibxata akkuma itti fufetti jira.
Mata duree KADHANNAA (PRAYING) jedhu baranna.
Yeroo
kadhannaa
Worship
Barsiisaa
Waan qabnuuf sa'aatii 11:30 tti haa argamnu!
Ammasitti caqasoota Macaafa Qulqulluu kanneen armaan gadii haa dubbisnu!
Mat. 6
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵ Yesus itti fufee, "Yeroodhuma kadhattanis akka warra of argisiisanii hin ta'inaa! Isaan namootatti mul'achuudhaaf manneen sagadaa keessaa fi walga'ii karaa gurguddaa irra dhaabatanii kadhachuu in jaallatu; ani dhugum an isinitti hima, isaan gatii isanii fudhataniiru.
⁶ Ati garuu yeroodhuma kadhattu mana keetti ol gali, balbala cufadhu, abbaa kee isa iddoo dhoksaa sana jiru kadhadhu! Abbaan kee inni dhoksaatti argus gatii kee siif in kenna.
⁷ "Yeroo kadhattanis akka warra saba Waaqayyoo hin ta'inii, dubbii waa'ee hin baafne keessa hin deddeebi'inaa! Baay'ina dubbii isaaniitiif waan isaaniif dhaga'amu isaanitti fakkaata.
⁸ Akka isaanii hin ta'inaa! Abbaan keessan, utuudhuma isin hin himatin iyyuu waan isiniif barbaachisu in beeka.
⁹ "Egaa yommuu kadhattan, 'Yaa isa waaqa irra jirtu abbaa keenyaa! Maqaan kee qulqulluu ta'ee haa eegamu;
¹⁰ mootummaan kee haa dhufu, jaalalli kee waaqa irratti akka ta'u, akkasuma immoo lafa irratti haa ta'u!
¹¹ Soora har'aa bor nu barbaachisu "har'a nuuf kenni!
¹² Akkuma nuyi warra nu yakkaniif dhiifne, yakka keenyas nuuf dhiisi!
¹³ Qoramattis nu hin galchin, hamaa nu oolchi malee; [mootummaan, humni, ulfinnis baruma baraan kan kee ti.Ameen!] jedhaa! ¹⁴ "Namootaaf irra-daddarbaa isaanii yoo dhiiftaniif, abbaan keessan inni waaqa irraa immoo isiniif in dhiisa.
¹⁵ Garuu isin namootaaf yoo dhiisuufii baattan, abbaan keessan immoo irra daddarbaa keessan isiniif hin dhiisu" jedhe.
“Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti is in barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa!”
— Filp. 4:6
“Kadhataa fi himata keessan hundumaa keessatti yeroo hundumaa hafuuraan geggeeffamaatii kadhadhaa! Egaa kadhachuutti dammaqaa, obsaanis itti jabaadhaa, warra Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaafis kadhadhaa!”
— Efe. 6:18
1Yoh. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
² Waaqayyoon yommuu jaallannu, abboommii isaas, yommuu goonu, ijoollee Waaqayyoo jaallachuu keenya in hubanna.
…
⁴ Sababii namni mucaa Waaqayyoo ta'e hundinuu biyya lafaa mo'uuf, ba'aa ulfaatoo itti hin ta'an; humni ittiin biyyi lafaa mo' amu kunis amantii keenya.
…
¹⁴ Akka fedha isaatti yoo isa kadhanne inni nuuf in dhaga'a; akka kanatti isa in amananna.
¹⁵ Kadhata keenya akka inni nuuf dhaga'u yoo beekne, waan kadhanne akka isa biraa argannus in beekna.
Mat. 7
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁷ Yesus itti fufee, "Kadhadhaa isiniif in kennamaa, barbaadaa in argattuu, balbala rukutaa isiniif in banama.
⁸ Kan kadhatu hundinuu in fudhata kan barbaadus in argata, balbala kan rukutuufis in banama.
Maatii Focus Wallaggaa irraa! | 376 |
| 3 | Ayyaanni fi nagaan isiniif ha ta'u
Boru ganama kadhannaan keenya sa'aatii 11:30-1 akkuma itti fufetti jira walii bilbiluun wal kaafne waliin wajjin waaqayyoon haa kadhannu
Iddoon mana focus tti | 575 |
| 4 | Sanbata dhufu waldaa hallelujah tti!
Hin hafinaa | 564 |
| 5 | Ayyaanni fi nagaan Waaqayyo isiniif haa baay'atu boru Ganama kadhannaan keenya sa'a 11:30 irraa eegalee waan jiruuf obboloota affeeruudhaan waliin haa kadhannu!
Bakki lafa mana Focus
Maatii Focus Wallaggaa university irraa! | 1 047 |
| 6 | 🙌Nagaaf ayyaanni Waaqayyo hunduma keessaniif haa baayyatu. Obboolooti keenya maatiin focus Wallaggaa.
#Facaasaa/ Kibxata dhufu sa'a 11:30 irraa eegalee sagantaa keenya,
#Mata duree "WAAQEFFANNAA "jedhus waliin kan barannu ta'a.
✍️Macaafa Qulqulluu fi Yaadannoon akka hin dagatamne. | 1 434 |
| 7 | Short Notice
Obboloota keenya video keenya ilaalaa jirtuu? Moo isinis buufattanii dhaggeeffachuutti jirtu?
Please YouTube channel keenya monetize gochuudhaaf seerri YouTube inni haaraan utuu hojiirra hin ooliin ji'a lama waan hin guunne qabna. Seerichi hojiirra oollaan garuu double nu gaafata watch hour barbaachisu. So amma 4000 barbaachisa isa keessaa ⅛ isaa qofa nuu lakkaa'e view hamma ammaatto qabnuun seerri haaraan dhufnaan ammoo gara hour 8000 tti ol dabalaa jechuudha.
Kanaafiyyu hadaraa keessan yoo xiqqaate guyyaate yeroo Shan online ilaalaa yoo dandeessan ammoo VPN fayyadamuudhaan deddeebi'aatii ilaalaa hadaraa keessan!
Isin jaallatamoodha! | 1 348 |
| 8 | Ayyaanni fi nagaan Waaqayyo isiniif haa baay'atu boru Ganama kadhannaan keenya sa'a 11:30 irraa eegalee waan jiruuf obboloota affeeruudhaan waliin haa kadhannu!
Bakki lafa mana Focus
Maatii Focus Wallaggaa university irraa! | 1 309 |
| 9 | بدون متن... | 1 433 |
| 10 | https://vt.tiktok.com/ZSpFGfC5Q/ | 1 205 |
| 11 | Ayyaannii fi Araarri Waaqayyoo hundumaa keessaniif haa baay'atu akkuma beekamu boru ganama barii sa'a 11:30 tti yeroo waliin kadhannu waan ta'eef obboloota keessaniif share gochuudhaan argamaa!
Bakki: mana lafa Focus!
Maatii Focus Wallaggaa irraa! | 1 660 |
| 12 | FOCUS WALLAGA UNIVERSITY
━━━━━━━━▣✦▣━━━━━━━━
Tuesday Program
▒▓ 📸 Kali
🌐 Join our telegram @focusour
🌐join our Facebook @https://www.facebook.com
📍 Waldaa Hallelujah ( Dirree Tokkummaa )
✍️ Focus Wallaggaa Yuunivarsiitii irra.
♡ ❍ㅤ ⎙ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ | 1 863 |
| 13 | FOCUS WALLAGA UNIVERSITY
━━━━━━━━▣✦▣━━━━━━━━
Tuesday Program
▒▓ 📸 Kali
🌐 Join our telegram @focusour
🌐join our Facebook @https://www.facebook.com
📍 Waldaa Hallelujah ( Dirree Tokkummaa )
✍️ Focus Wallaggaa Yuunivarsiitii irra.
♡ ❍ㅤ ⎙ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ | 886 |
| 14 | FOCUS WALLAGA UNIVERSITY
━━━━━━━━▣✦▣━━━━━━━━
Tuesday Program
▒▓ 📸 Kali
🌐 Join our telegram @focusour
🌐join our Facebook @https://www.facebook.com
📍 Waldaa Hallelujah ( Dirree Tokkummaa )
✍️ Focus Wallaggaa Yuunivarsiitii irra.
♡ ❍ㅤ ⎙ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ | 697 |
| 15 | بدون متن... | 1 123 |
| 16 | 3Yoh. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Ana isa maanguddicha biraa, haa ga'u gara Gaayos jaallatamaa isa ani dhugaadhaan jaalladhuu!
² Yaa michuu ko! Akkuma karaa lubbuu sitti tole, karaa hundumaan akka sitti tolu, akka ati fayyaa taatus nan kadhadha.
³ Obboloonni tokko dhufanii, dhugaatti qabamtee akka jiraattu, dhugaadhaaf amanamuu kee mul'isanii yommuu dubbatan, guddaan gammade⁴ Ijoolleen koo dhugaatti qabamanii jiraachuu isaanii dhaga'uun gammachuu koo ti; gammachuu kana irra caalus hin qabu.
Galanni guddaan Waaqayyo keenyaaf haa ta'u, akkuma beekamu torbee kana Faarfannaa dinqii YESUUS EENYUMMAAN KEE jedhu dhaggeeffachaa, itti eebbifamaa turre. Waa'ee faarfannaa kanaaf, waa'ee dubbicha isa dinqii kanaaf amma illee Waaqayyoon haa galateeffannu. Dabalatan ji'a (baatiin) amma keessa jirru ji'a Reformation jedhamee beekama. Kana irra dhaabbanne illee Waldaan Kristaana bara hundeeffamtee eegaltee baroota keessatti barumsoota sobaa gurguddoo of irraa lolaa kan turte, Waaqayyos karaa dubbii isaa ulfina isaaf jedhee Waldaa isaa yeroodhaa gara yerootti haaressaa, dubbii isaatiin miicaa, qulqulleessaa, abbootaatti, namootatti fayyadamaa turuu isaa ni hubanna.
Waaqayyoon keenya Waaqa hojii, Waaqa dhugaa, Waaqa seenaatis. Kanaafuu Waldaa Kristaanaa ishee har'aafis haaromsi dhugaan ni barbaachisa waan ta'eef gara maddichaatti haa deebinu; seenaa Waldaa ishee durii haa yaadannu, haa dubbisnu!.
Haaromsi si'uma Waldaan dhugaa irraa sigiggaattu kamitti iyyuu ni ishee barbaachisa!
Akkasumas torban kana kutaawwan armaan gadii haa dubbifannu.
#Amaloota_Waaqayyoo
Er. 23
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²³ Dhugumaan ani Waaqayyo isa dhi'oo duwwaa dhaa ree? Isa fagoo tis mitii ree?
²⁴ Bantii waaqaa keessatti, lafa irratti, iddoo hundumaattis waanan argamuuf namni suqaa keessa yoo dhokate ani isa hin arguu ree?
“Waaqayyo guddaa dha, guddisee kan jajamuu dha; guddinni isaas qoramee bira hin ga'amu.”
— Far. 145:3
“"Yaa Waaqayyo gooftaa! Ati humna kee isa guddaadhaa fi irree keetiin waaqaa fi lafa uumteetta; wanti siif hin danda'amnes tokko illee hin jiru.”
— Er. 32:17
“Itti fufees, "Ani Waaqayyo waanan ta'eef, hin geddaramu; kanaaf yaa ilmaan Yaaqoob isin raawwattanii hin badne.”
— Mil. 3:6
“Tulloonni utuu iddoo isaaniitti hin dhalatin lafti, guutummaan biyya lafaas utuu hin argamin, bara baraa jalqabee hamma bara baraatti ati Waaqayyoo dha.”
— Far. 90:2
“walitti lallabaniis, "Qulqulluu! Qulqulluu! Qulqulluu dha Waaqayyo gooftaan maccaa; guutummaan lafaas ulfina isaatiin guutuu dha" in jedhu turan.”
— Isa. 6:3
“Waaqayyo qajeelaa dha, inni hojii qajeelaa in jaallata; warri waan qajeelaa hojjetan fuula isaa arguuf jiru.”
— Far. 11:7
“Waaqayyo nama hundumaafuu adda addaan akkuma hojii isaatti gatii in kennaaf.”
— Rom. 2:6
Bau. 34
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁶ Gooftichi achumaan Musee dura darbee sagalee isaa dhageessisee, "Ani Waaqayyo gooftichi, Waaqayyo isa oo'a-qabeessaa fi araara-qabeessa; aariitti suuta-jedhaa dha; gaarummaan koo fi amanamummaan koo guddaa dha.
⁷ Ani gaarummaa koo dhaloota kumaatamaaf jabeessee kanan eeguu dha; yakka, irra-daddarbaa, cubbuus namaaf nan dhiisa; haa ta'u iyyuu malee, isa yakkaa utuun hin adabin hin dhiisu; yakka abbootaa immoo hamma dhaloota sadiitti, hamma afuriittis harka ijoollee fi ijoollee ijoollee isaanii keessaa barbaadee nan adaba" jedhe. | 1 086 |
| 17 | https://youtu.be/LlmF7KCJgDQ?is=1sKsyWuK9YlhdYdr | 1 |
| 18 | Gad dhiifameera
https://youtu.be/LlmF7KCJgDQ?is=5DQCfRIjZcSNtNvc | 1 205 |
| 19 | https://youtu.be/LlmF7KCJgDQ?si=JeslkAL7IiKxDNKA | 1 090 |
| 20 | https://youtu.be/LlmF7KCJgDQ?si=99jSjuJMxUHjRpfR | 1 086 |
