JECHOOTA KAKA’UMSAA 🪙
𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗸𝘂𝗳𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮𝗱𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗱𝘂𝘂 𝗸𝘂𝗳𝘂𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝗮𝗺𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗺𝗼'𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝘂𝘂𝗳 𝘁𝗮𝘁𝘁𝗮𝗮𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂𝘂.
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام JECHOOTA KAKA’UMSAA 🪙
کانال JECHOOTA KAKA’UMSAA 🪙 (@jechoota_kakaumsaa1) در بخش زبانی جاوهای بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 27 030 مشترک است و جایگاه را در دسته متفرقه و رتبه 181 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 27 030 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 26 ژوئیه, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -147 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -6 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 15.00% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً N/A% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 0 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 0 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 0 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗸𝘂𝗳𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮𝗱𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗱𝘂𝘂 𝗸𝘂𝗳𝘂𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝗮𝗺𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗺𝗼'𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝘂𝘂𝗳 𝘁𝗮𝘁𝘁𝗮𝗮𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂𝘂.”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 27 ژوئیه, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته متفرقه تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 27 ژوئیه | 0 | |||
| 26 ژوئیه | +5 | |||
| 25 ژوئیه | 0 | |||
| 24 ژوئیه | +2 | |||
| 23 ژوئیه | +4 | |||
| 22 ژوئیه | +4 | |||
| 21 ژوئیه | 0 | |||
| 20 ژوئیه | 0 | |||
| 19 ژوئیه | +3 | |||
| 18 ژوئیه | 0 | |||
| 17 ژوئیه | +4 | |||
| 16 ژوئیه | +4 | |||
| 15 ژوئیه | 0 | |||
| 14 ژوئیه | +2 | |||
| 13 ژوئیه | 0 | |||
| 12 ژوئیه | 0 | |||
| 11 ژوئیه | 0 | |||
| 10 ژوئیه | +2 | |||
| 09 ژوئیه | +2 | |||
| 08 ژوئیه | 0 | |||
| 07 ژوئیه | 0 | |||
| 06 ژوئیه | 0 | |||
| 05 ژوئیه | +2 | |||
| 04 ژوئیه | +4 | |||
| 03 ژوئیه | +20 | |||
| 02 ژوئیه | +2 | |||
| 01 ژوئیه | +2 |
| 2 | Dubbiilee Hayyoota Addunyaa 16:
▬▬▬▬▬▬▬
1. "Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa. "
— (Thomas Takias)
2. "Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i!"
— (Jecha warra Ingilizii)
3. "Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama."
— (Wiiliyaam Sheekispir)
4. "Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha."
— (Maaksim Troobey)
5. "Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu."
— (William Shekispir)
6. "Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru."
— (Jecha warra Morookoo)
7. "Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha."
— (Jecha warra Arabaa)
8. "Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha."
— (Jecha warra Chaayinaa)
9. "Daandii bakka yaadde si geessitu utuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin!"
— (Jecha warra Ingilizii)
10. "Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha. Namni waan argachuu danda’u qofaa hawwu immoo nama ogeessadha."
— (Jecha warra Aayilaandii)
11. "Namni dogoggora isaa mul’isee himatu akka nama kosii manaa haruuti."
— (Maataammaa Gaandii)
12. "Nama tokko dogoggora isaa irraa deebisuun hojii guddaadha."
— (Abrahan Liinkan)
13. "Namoonni hammuma gammachuuf of qopheessan gammadu."
— (Abraham Liinkan)
14. "Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane, wanta namaaf gochuufii dandeenyu yoo dhiifne burqaa gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna."
— (Rey Liiman Wiilber)
15. "Gammachuu fi shittoon walfakkaatu. Utuu namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu."
— (Maaliif Waaltoo Imarsan)
16. "Maallaqni:
√ Nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu!
√ Qoricha malee fayyaa hin bitu!
√ Hordoftoota malee hiriyaa hin bitu!
√ Hojjettoota malee Amanamtoota hin bitu."
— (Heenriik Ibsan)
@Jechoota_Kakaumsaa1 | 4 605 |
| 3 | 𝕁𝔼ℂℍ𝔸 ℕ𝔸𝕄𝕆𝕆𝕋𝔸 𝕂𝔸ℕ𝔸 𝕊𝔸𝔻𝔼𝔼ℕ𝕀 𝔹𝔼𝔼𝕂𝕋𝕌?
👉1. Wanti tokko hamma hojjatamutti waan hin danda’amne sitti fakkaata.
Yeroo baay’ee wanti tokko yeroo jalqabaaf si mudatu akka hin danda’amneetti sitti mul’ata. Sababni isaas, sodaa fi shakkii keessa keenyatti uumamuudha. Garuu yeroo ati itti seentee hojjachuu jalqabdu, wanti sun suuta suuta salphachaa dhufa. Muuxannoo argachuu fi yaalii irra deddeebi’uun waan ati dura akka hin danda’amneetti yaadde sana gara waan danda’amuutti jijjiira. Kanaaf, wanti ati yaadde akka hin danda’amne, yeroo baay’ee yaada kee qofa; hojiin garuu dhugaa isaa si agarsiisa.
👉 2.Yeroon kee gabaabaa dha; jireenya nama biraa jiraachuun hin qisaasessin.
Jireenyi namaa yeroo gabaabaa keessatti darbaa waan ta’eef, yeroo kee waan ati hin jaallanne irratti fixuun bu’aa hin qabu. Namoonni biro maal jedhu, akkamitti si ilaalu jedhee yaaduun yeroo kee hedduu si jalaa balleessa. Garuu yoo ati of taatee, kaayyoo fi fedhii kee irratti xiyyeeffatte, jireenya hiika qabu jiraachuu dandeessa. Kanaafuu, yeroo kee bakka hin barbaachisne irratti hin gubin; jireenya kee akka fedhii keetti ijaarrachuun murteessaadha.
👉3. Balali’uu yoo dadhabde fiigi; fiiguu yoo dadhabde deemi; garuu yeroo hundaa gara fuulduraatti socho’i.
Jireenya keessatti yeroo hundaa saffisaan milkaa’uun hin danda’amu. Yeroo tokko tokko rakkoon si quunnama, si dadhabsiisa, ykn si dhaaba. Garuu wanti barbaachisaan dhaabbachuu dhiisuu dha. Yoo ati balali’uu (saffisaan milkaa’uu) dadhabde, fiigi; yoo fiiguu dadhabde, tarkaanfii xiqqaa fudhadhu. Sochiin xiqqaan iyyuu gara fuulduraatti si geessa. Kanaaf, osoo hin dhaabbatin, sadarkaa kamiyyuu irratti gara kaayyoo keetti socho’uun milkaa’inaaf furtuudha.
@Jechoota_Kakaumsaa1 | 3 731 |
