fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

JAMA'AA AL- FURQAAN (JAF)

JAMA'AA AL- FURQAAN (JAF)

رفتن به کانال در Telegram

ISLAAMUMMAAF DALAGUUN MATAA OFIITIIF DALAGUUDHA Waan ta'eef 1- Islaamummaaf dalaguu 2- Oduu gaggabaaboo dhiheessuu 3- Da'awaafi nashiidaa gara garaa irratti xiyyeeffatuufi kkf fa'a. Iddoon Godina Baalee Magaalaa Gooroo Masjid Assaadiq

نمایش بیشتر
370
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
آرشیو پست ها
Repost from Fursaan Media
Finfinnee keessatti imaamni masjidaa shugguxiin dhahamanii ajjeefaman. Sheek Abdii yaassiin Finfinnee Naannoo Asakootti salaata Ishaa'ii booda salatanii gara manaa isaanii galaa osoo jiranii nama yeroof eenyuumaan isaa hin beekkamneen shugguxiin rukutamanii Hospitaala gahanis yaala osoo godhamaafii jiruu Lubbuun isaanii dabarte. Imaamaa fii kaxiiba masjida Badrii naannoo Askootti kan tahan Sheeik abdiin nama haala gaarii qabaniifii umrii isaanii guutuu Diin kaddamuun kitaaboya gara garaa barsiisuun nama jiraatanii dha, gara TV NASIIHAAtiin barumsa, Akka Tafsiiraaafii Fiqhiifi barsiisaa turaniiruu. Poolisiin nama yakka kana raawwate qorataa jiraachuu ibsan. Rabbiin rahmata isaaniif haa godhuuf. @Fursaan_media Https://t.me/Fursaan_media

Repost from Fursaan Media
Imaamni Masjid Muhammad, New York, USA keessatti argamu Hassan Sharif jedhaman, yeroo salaata Fajrii karra masjiida irraa miila kudhan fagaate bakka konkolaataa dhaabutti rasaasaan rukutamee ajjeefame. Rabbiin warra jannataa irraa isa haa taasisu ©Harun Media @Fursaan_media Https://t.me/Fursaan_media

Dhumarratti Muudamas Bifa kanaan AFAYAA'II 1.SH.SA'IID AMAAN:- D/Taa'aa 2.SH.AHMAD LEEYSI A/AZIIZ:- I/A/D/Taa'aa KOREE ULAMAA'AA 1.SH.UMAR H/M/D:- D/Taa'aa 2. SH.MUZAYYAN AMAAN:- I/A/D/Taa'aa 3.SH.AWWAL H/AADAM:- Hajjiifi Umraa 4.SH.FAQIIH SH.AHMAD:- Galiiwwaniifi M/Diinagdee 5.Sh.Saafii Umar:- Nageenya Hawaasummaafi Diinagdee HAYYOOTA 1.SHAMSUDDIIN M/D NUUR:- Barreessa 2.SH.M/D HUSEEN HAJJII:- Bulchiinsaafi Faaynaansii 3.AHMAD M/D BARAARTII:- Gurmaa'insa Caasaalee 4.QAASIM XAAHAA:- Leenjii, Barnoota, Qorannaa Bulchiinsaafi Hambaalee Godhuun Muudamni Sagalee Guutuun Mirkanaa'ee jira; Akkasumas Karoora waggaa 5niis karoorfatanii jiru. Nutis Sagantaa kana akka Jama'aatti hirmaachuun hanga xumuraatti hordofnee jirra. Bara Hojii Keeyrii Isaaniif Haa godhu Nus warra jara waliin ta'ee Islaamummaaf dalagu nu haa godhu.

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content
+1

photo content
+1

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content
+3

photo content

Guyyaa Har'aa Muddee 14/2016 A/Gooroo M/ Gooroo Masjid Assaadiq /Fooqii irratti GABAASNI RAAWWII MAJLISA A/GOOROO KAN BARA 2015nii Bifa Adda ta'een Gaggeeffamee jira; Hogganaa M/M/M/G/BAALEE Dabalatee Bulchitoonni Gandaafi Keessummoonnis Hirmaatanii jiru.

photo content

AS AL WR WB QAQQAALIIN MUSLIMOOTAA HUNDI RABBI KEEYRII ISINIIF HAA GODHU JECHAA BARATTOONNI KUTAA 12FFAA CONNECTIONIIN YOO ISIN DIDE MANA KOPPII JAMA'AA DHUFAA FAYYADAMAA WAAN TA'E HUNDAA JAALADHAA