JAMA'AA AL- FURQAAN (JAF)
الذهاب إلى القناة على Telegram
ISLAAMUMMAAF DALAGUUN MATAA OFIITIIF DALAGUUDHA Waan ta'eef 1- Islaamummaaf dalaguu 2- Oduu gaggabaaboo dhiheessuu 3- Da'awaafi nashiidaa gara garaa irratti xiyyeeffatuufi kkf fa'a. Iddoon Godina Baalee Magaalaa Gooroo Masjid Assaadiq
إظهار المزيد370
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام
أرشيف المشاركات
Repost from Fursaan Media
Finfinnee keessatti imaamni masjidaa shugguxiin dhahamanii ajjeefaman.
Sheek Abdii yaassiin Finfinnee Naannoo Asakootti salaata Ishaa'ii booda salatanii gara manaa isaanii galaa osoo jiranii nama yeroof eenyuumaan isaa hin beekkamneen shugguxiin rukutamanii Hospitaala gahanis yaala osoo godhamaafii jiruu Lubbuun isaanii dabarte.
Imaamaa fii kaxiiba masjida Badrii naannoo Askootti kan tahan Sheeik abdiin nama haala gaarii qabaniifii umrii isaanii guutuu Diin kaddamuun kitaaboya gara garaa barsiisuun nama jiraatanii dha, gara TV NASIIHAAtiin barumsa, Akka Tafsiiraaafii Fiqhiifi barsiisaa turaniiruu.
Poolisiin nama yakka kana raawwate qorataa jiraachuu ibsan.
Rabbiin rahmata isaaniif haa godhuuf.
@Fursaan_media
Https://t.me/Fursaan_media
Repost from Fursaan Media
Imaamni Masjid Muhammad, New York, USA keessatti argamu Hassan Sharif jedhaman, yeroo salaata Fajrii karra masjiida irraa miila kudhan fagaate bakka konkolaataa dhaabutti rasaasaan rukutamee ajjeefame.
Rabbiin warra jannataa irraa isa haa taasisu
©Harun Media
@Fursaan_media
Https://t.me/Fursaan_media
Dhumarratti Muudamas Bifa kanaan
AFAYAA'II
1.SH.SA'IID AMAAN:- D/Taa'aa
2.SH.AHMAD LEEYSI A/AZIIZ:- I/A/D/Taa'aa
KOREE ULAMAA'AA
1.SH.UMAR H/M/D:- D/Taa'aa
2. SH.MUZAYYAN AMAAN:- I/A/D/Taa'aa
3.SH.AWWAL H/AADAM:- Hajjiifi Umraa
4.SH.FAQIIH SH.AHMAD:- Galiiwwaniifi M/Diinagdee
5.Sh.Saafii Umar:- Nageenya Hawaasummaafi Diinagdee
HAYYOOTA
1.SHAMSUDDIIN M/D NUUR:- Barreessa
2.SH.M/D HUSEEN HAJJII:- Bulchiinsaafi Faaynaansii
3.AHMAD M/D BARAARTII:- Gurmaa'insa Caasaalee
4.QAASIM XAAHAA:- Leenjii, Barnoota, Qorannaa Bulchiinsaafi Hambaalee
Godhuun Muudamni Sagalee Guutuun Mirkanaa'ee jira;
Akkasumas Karoora waggaa 5niis karoorfatanii jiru.
Nutis Sagantaa kana akka Jama'aatti hirmaachuun hanga xumuraatti hordofnee jirra.
Bara Hojii Keeyrii Isaaniif Haa godhu
Nus warra jara waliin ta'ee Islaamummaaf dalagu nu haa godhu.
Guyyaa Har'aa
Muddee 14/2016
A/Gooroo
M/ Gooroo Masjid Assaadiq /Fooqii irratti
GABAASNI RAAWWII MAJLISA A/GOOROO KAN BARA 2015nii
Bifa Adda ta'een
Gaggeeffamee jira;
Hogganaa M/M/M/G/BAALEE Dabalatee Bulchitoonni Gandaafi Keessummoonnis Hirmaatanii jiru.
AS AL WR WB
QAQQAALIIN MUSLIMOOTAA HUNDI
RABBI KEEYRII ISINIIF HAA GODHU
JECHAA BARATTOONNI KUTAA 12FFAA
CONNECTIONIIN YOO ISIN DIDE
MANA KOPPII JAMA'AA DHUFAA FAYYADAMAA
WAAN TA'E HUNDAA JAALADHAA
