fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

رفتن به کانال در Telegram

Technology Channel

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام BOLE COMPLEX

کانال BOLE COMPLEX (@bole_complex) در بخش زبانی انگلیسی بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 10 074 مشترک است و جایگاه 11 144 را در دسته فناوری و برنامه‌ها و رتبه 2 608 را در منطقه ايطاليا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 10 074 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 21 اکتبر, 2025، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -193 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 0 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 0% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً N/A% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 0 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 0 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 0 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“Technology Channel”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 22 اکتبر, 2025)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته فناوری و برنامه‌ها تبدیل کرده‌اند.

10 074
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-307 روز
-19330 روز
آرشیو پست ها
“Atis dhuftee adeeroo? Guddaa angafa koo Qooree jiraa laata Imimmaan saba koo? Qeerroofi qarreen biyyaa Maal sitti dhaamanii?
“Atis dhuftee adeeroo? Guddaa angafa koo Qooree jiraa laata Imimmaan saba koo? Qeerroofi qarreen biyyaa Maal sitti dhaamanii? Gumaa koo baasanii? Siidaa koo dhaabanii? Gaaffiin Oromoo koo Inni waggaa dheeraa Erga ani deemee Deebii argateeraa?”  #Share @Walaloon_Jaalala

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Yoo ofii aannan dhugde Eenyuuf dhama kuusta? Yoo ofii tabba baate Eenyuun laga buusta? Otuu harki ofii Dhoqqeefi kosii haruu
Yoo ofii aannan dhugde Eenyuuf dhama kuusta? Yoo ofii tabba baate Eenyuun laga buusta? Otuu harki ofii Dhoqqeefi kosii haruu Bar-meeqa foon nyaachuuf Taa'anii ilkaan qaruu? Namni farda yaabe Maaf abaara lafa? Yoo fardarraa kufe Qilleensarratti hafaa!? #Share @Waloo_Leta

Dhiiga qulqullootaa Dhiiga uummata nagaa Dacheerra lolaastan Akka bishaan lagaa… Dhalataa ol adeemaa Kan bor biyya dhaalu Laf
Dhiiga qulqullootaa Dhiiga uummata nagaa Dacheerra lolaastan Akka bishaan lagaa… Dhalataa ol adeemaa Kan bor biyya dhaalu Lafeen faffacaanaan ollaafi firri yaa’ee Dhabe waan awwaalu! Harka isin nyaachise Biyyoo nyaachiftani Gadameessa isin baate Gadda baachiftani! Gatiin dhiiga nagaa Dirree gubbaa iyyu Ni hafa hin se’iinaa Hin hafu yoomiyyuu… Lubbuu cicciramtee Dabaan boolla galtu Lafarrattis, Waaqarrattis Inuma kaffaltu! #Stopbombingcivilians #Cobii #NuunnuuQumbaa #Oromoo #Oromia

Repost from Walaloon Jaalala
Badhaasa Og-walaloo Oduu gammachiisaa waloowwan walaloo barreessitan hundaaf! Wal dorgommii walaloo garee "Walaloon Jaalala"t
Badhaasa Og-walaloo Oduu gammachiisaa waloowwan walaloo barreessitan hundaaf! Wal dorgommii walaloo garee "Walaloon Jaalala"tin siniif qophaa'e irratti hirmaadhaa. Ulaagaalee 1. Seeran qubeessuu 2. #WalaloonJaalala fayyadamuu 3. Siyaasa, arrabsoo fi Amantiin kan barreeffame 4. Walaloo haaraa kan mataa keessanii ta'uu qaba. 5. Suuraa qulqullina qaban waliin dhoobuu Badhaasa 1ffaa kan ba'eef paakeejii intarneetaa 4G fi Kitaaba mata durren isaa "Galfata Seenaa" jedhu 2ffaa kan ba'eef kitaaba mata dureen isaa "Atis Akka Kee" jedhu 3ffaa kan ba'eeef ammoo hongansi garee "Walaloon Jaalala" ni kennamaaf Sagalee 1. Like fi share'n argattan 70% keessaa qabama 2. Yaadni gaggeessitoota garichaa ammoo 30% walitti ida'amuun kan beeksifamu ta'a. Guyyaan itti jalqabu Onk, 15, 2015 /Oct, 25, 2022 Galgala Sa'aatii 3:00 Guyyaan itti dhumatu Onk, 20, 2015 /Oct, 30, 2022 Galgala Sa'aatii 3:00 Join Fb:- https://facebook.com/groups/walaloonjaalala/

Yartuun haafa cortee Har'a buluu feetu Gaafa lafti dhihu Ni bari'a hin seetu! #share @Waloo_Leta
Yartuun haafa cortee Har'a buluu feetu Gaafa lafti dhihu Ni bari'a hin seetu! #share @Waloo_Leta

Kan safaraan qophaa'e Lakkoofsi kee utuu jiruu Qophee sitti hin taanetti Maaf dhaqxe miila diruu? Humni kee amma taakkuu Haww
Kan safaraan qophaa'e Lakkoofsi kee utuu jiruu Qophee sitti hin taanetti Maaf dhaqxe miila diruu? Humni kee amma taakkuu Hawwiin keemmoo dhumdhuma 'Kun kan koo miti' hin jettu Dhuunfachuu feeta hundumaa! Akkasiin fagoo hin geessu Rakkattee nus rakkista Sababnisaa, isa siif ta'u dhiistee Isa sii hin taane harkista! #share @Waloo_leta

Amma feete beeki Waan feetes qabaadhu Yoo feete akaayii Feetes cooma nyaadhu Aangoo feetes yaabii Akka feete ta’i Daangaa feete darbi Bakka feetes ga’i… Boodawoo dachee seentee Foon kee rirmi nyaataa Maaliif akka nama Du’aa mo’uu taataa? Boodawoo “abujadii” uffatta Suufii dhibba meeqa utuu qabduu golaa Maaliif gaarii jibbitee Hamaan sitti tolaa? #share @Waloo_leta

#Leta Warrumti kaleessa Wal wajjin meelate Haqasaa sarbamee Mar’umaan eelate, Warrumti kaleessa Karaa tokkoon fiige “Adda hin baanu” jedhee Maqaa tokkoon dhiige, Warrumti kaleessa Caba walii hokkolu Irree tokkummaatiin Xiyya diinaa qolu, Warrumti kaleessa Xiiqiin lafa jiisu Ofii wal kabajee Orma of kabachiisu… . . Michuun afaan tokkoo Firri gaafa golfaa Har’a mana taa’ee Du’a walii kolfa! #share @Waloo_leta

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Repost from Walaloon Jaalala
Godaannisa Fiilmii Afaan Oromoo Ajaa'ibaafi Sadarkaa isaa eeggate kanaan bohaaraa. Subscribe gochuun maatii keenya kabajaa fi jaalalaa ta'aa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/OSGAsiaUTbc

Repost from Walaloon Jaalala
Yoom Ka'a Qof dubbii ajaa'ibaa Haftee Baqqalaatin. Daawwadha, Itti bohaaraa, Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/2uXR3dVb_5E

Repost from Walaloon Jaalala
Ifaajjii Fiilmii Afaan Oromoo Baayyee Garaa Nama Nyaatu kana daawwadhaa. Hiriyoota keessanis Affeeraa. Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/PhYk_TIGP_I

Repost from Walaloon Jaalala
Fakkiiwwan Ajaa'ibsiisoo akka kanaa hedduu nu biraa argattu. Ajajaanis kaasifachuu dandeessu. Koottaa nu daawwadhaa.
Fakkiiwwan Ajaa'ibsiisoo akka kanaa hedduu nu biraa argattu. Ajajaanis kaasifachuu dandeessu. Koottaa nu daawwadhaa.