cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ሀላል ፍቅር

Hello HALAL LOVE family’s in this channel we will provide for you guys a sweet and love story’s and quotes. May Allah give us a halal love to all of us, Stay tuned our beloved Members !!! https://t.me/t2min

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
206
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+17 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Repost from TIKVAH AFAAN OROMOO
Photo unavailableShow in Telegram
Bulchaan Magaala Kamisee hidhattootaan ajjeefame. Naannoo Amaaraatti, bulchaan Godina Saba Oromoo fi miseensa koree giddu galeessaa paartii Badhaadhinaa Naannoo Amaaraa kan ta'an Obbo Ahimad Ali Ibree guyyaa har'a rasaasa hidhattootaan ajjeefaman. Bulchaan kun yeroo salaata jum'aa salatanii masjiida gara mana isaanii osoo deebi'aa jiranii itti dhukaafamee ajjeefaman. Bulchiinsi godinichaa haleellaan kun "garee hidhattoota Shaneetin raawwatame" jedhe.  Obbo Ahimad Aliin umrii waggaa 39tti lubbuun isaanii darbuu kan eere bulchiinsi godinichaa, "bara 1998 ALI irraa eegalee bulchiinsa Godina saba Oromoo keessatti iddoowwan itti gaafatamummaa adda addaa irratti hojjetaa turaniiru," jedhe. Bulchiinsi godina saba Oromoo ajjeefamuu bulchaa godinichaan gadda ittti dhaga'amee ibsuun, "hojii isaan jalqaban itti fufsiisuu fi  kaayyoo isaanii fiixa geessisuuf cimnee ni hojjenna" jedheera. @tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
በአዳማ ከተማ በዛሬው እለት በአሮሬቲ እና ቶርበን ኦቦ ቀበሌዎች በነዋሪዎች ከተቀሰቀሰ ተቃውሞ ጋር ተያይዞ ከመንግሥት ኃይሎች በተተኮሰ ጥይት የ 7 ሰዎች ሕይወት ማለፉ ተሰምቷል ተቃውሞው በነዋሪዎቹ የተቀሰቀሰው የከተማ አሥተዳደሩ በቀበሌዎቹ የሚገኙ 1,500 ደገማ ቤቶችን ሕገ ወጥ ብሎ የማፍረስ ሥራ ሲጀምር መሆኑን ዋዜማ ዘግቧል። ነዋሪዎቹ መሬቱን በአካባቢው ካሉ አርሶ አደሮች የገዙ መሆናቸውና ከ 2005 ዓ.ም አንስቶ እስከ አሁን ድረስ ላለፉት 11 ዓመታት በሕጋዊ መንገድ ለአዳማ ከተማ መሥተዳድር ግብር ሲገብሩበት መቆየታቸውን ተናግረዋል። ሆኖም ቀደም ብሎ ይፈርሳሉ የተባሉትን ቤቶች እየዞሩ ቀለም ሲቀቡ መቆየታቸውንና ዛሬ ጠዋት ላይ ዶዘርና ሌሎች ማፍረሻ ማሽኖችን ይዘው ወደ ስፍራው መምጣታቸውን ተከትሎ አመጹ መቀስቀሱን ተናግረዋል። በዚህም ሳቢያ የሰባት ሰዎች ሕይወት ወዲያው ማለፉን፣ ቀጥራቸው በውል ያልታወቁ ሰዎች መቁሰላቸውንና ከሟቾች መካከልም አንዲት ነፍሰጡር ሴት እንደምትገኝበት ገልጸዋል። ነዋሪዎቹ ባለፉት ጊዜያት ለጠቅላይ ሚንስትር ጽ/ቤት ጭምር ቤቶቹ እንዳይፈርሱባቸው ግብር የከፈሉበትን ሕጋዊ ደረሰኝ በማቅረብ መጠየቃቸውንና ጽ/ቤቱም ቤቱ እንዳይፈርስና ጉዳያቸው በይደር እንዲታይ ወስኖ እንደነበር ታውቋል። ይህ ዘገባ እየተጠናቀረ እስካለበት ሰዓት ድረስ ተቃውሞው መቀጠሉንና ድባቡም አስፈሪ መሆኑን ዋዜማ የዘገበ ሲሆን፣ በጉዳዩ ላይ የፌዴራል ፖሊስ፣ የኦሮሚያ ፖሊስ እና የኦሮሚያ ሚሊሻ ተሳታፊዎች መሆናቸውን ነዋሪዎች ገልጸዋል። Via Wazema Radio Photo: File @EliasMeseret
نمایش همه...
🤬 1
Biyya Lubbuun Namaa Itti Rakaste Rabbi Nasrii Nuu Haa fidu
نمایش همه...
Repost from TIKVAH AFAAN OROMOO
Photo unavailableShow in Telegram
Hiriira mormii magaalaa Adaamaatti geggeeffameen lubbuun nama darbu beekkame. Naannoo Oromiyaa godina shawaa bahaa magaalaa Adaamaa, Kutaa magaalaa Bokkuu Shanan, aanaa Harooreetii fi aanaa Torban Obboo keessatti mormii jiraattonni kaasaniin walqabatee lubbuun namootaa darbuu fi namoonni madaa’uu dhageenyeerra. Sababni jiraattonni mormii kaasaniif bulchiinsi magaalichaa manneen godinaalee keessa jiran seeraan ala jechuun yeroo diiguuf dhufetti ta'uu jirattoonni naannichaa himaniiru. Kanaan dura manneen ni diigaman jedhan irratti qalama diimaan "X" dibaa akka turanii fi har'a diiguuf yommuu dhufanitti jiraattonni mormii dhageessisaa akka turanii fi gidduu kanatti humnoonni tika mootummaa dhukaasa banuu isaanii namni ijaan arge tokko ibseera. Jiraatan yaada isaa Tikvah Itiyoophiyaaf hime akka jedhanitti "Walitti bu'iinsa uumameen ani ijaan kan arge namni 3 akka du'ee fi namoonni miidhamanis ni jiru.  Waaree booda sochiin hin turre. Namuu mana manatti cufatee ture. Waan boodarra ture beekuun hin danda'amne" jechuun ibsaniiru. Viidiyoon miidiyaa hawaasaa irraa arganne akka agarsiisutti namoonni hedduun mormii dhageessisaa akka turan, daandii cufuunii fi dhaadannoo diiggaan nurraa haa dhaabatu jedhu dhageessisa akka turan agarsiisa. Dabalataanis hiriirtonni alaaba Itoophiyaa fi Oromiyaa qabachuun, ulee fi dhakaan daandii cufaa akka turani fi yeroo dhukaasni eegalutti hiriirri bittinnaa'uu mul’isa. Kana keessatti Tikvah Itoophiyaan lubbuun namoota darbuu namoota ijaan argan irraa kan dhagahe ta'us,  garuu lubbuun namoota meeqa akka darbe mirkaneessuu hin dandeenye. Hooggansa magaalichaa fi qaamolee nageenyaa irraa dhimma kana qulqulleessuf tattaaffiin taasifne yeroof milkaa'uu hin dandeenye. @tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
👆
نمایش همه...
Kooriyaa Kaabaatti roobiitiin sababa hojiin itti baay'ateef of ajje*esee ~~~ Kooriyaa Kaabaatiin roobiitiin hojjatame sababa dhiphinaa irraa kan ka’e gamoo irraa of darbachuun of ajje-eseera jechuun maddi oduu ‘Washingot Examiner’ gabaaseera Roobotiin kun gamoo dheerina meetira lamaaf walakkaa irraa lafatti of darbuun erga of ajje-esee booda manni mare magaalaa Gumii qorannoo eegalee jira. Roobotiin kun bara faranjootaa 2023 ji’a Hagayyaa keessatti mana maree magaalaa Gumii keessatti ofiisera ta’uun tajaajila garaa garaa kennaa ture. Akkasumas sa’aatiiwwan kudhanii oliif hojii irra kan oolu roobotiin kun turtii waggaa tokkoo booda dhiphina keessa erga seenee booda of adabbii kana of irratti fudhachuu akka danda’etu gabaafame. Itti gaafatamaan mana maree magaalaa Gumii akka jedhanitti Roobotiin nam tolchee kun of ajj-eesuu isaatiin dura mallattoowwan hin baratamne tokko tokko agarsiisaa ture jechuun madda oduu AFP tti himani. Caccabni qaama Roobotii kanaas gara waarshaa itti oomishameetti geeffamuun qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu aangawaan kun ibsu. Oduun of ajj-eesuu Roobotii kanaas maddeen miidiyaalee biyyattii irratti tamsa’aa jiraachuun kan himame yoo ta’u, ka’umsi of ajje-esuu Roobotii kanaa baay'ina hojii akka ta’edha kan himame. Roobotiin kun kanaan dura waraqaa fi sanadoota biiroo tokkoo gara biiroo biraatti geessaa akka tureefi magaalaaf beeksisa addaa addaa hojjachaa turee jira jechuun qondaaltonni magaalaa Gumii kan himan. Washingot Examiner wabeeffachuun kan gabaase Waliif TV dha. © Amar Temam Spider Media
نمایش همه...
#Gurbaan Kuni Jabaa Dhugaa ummataa Baasaa Jiru Vote godhaa Gaz Anwaar Jamaal Gaazexeessitoota Afaan Oromoo keessaa Gaazexeessaa jabaa bara kanaa keessatti dorgommiif dhiyaateera. Badhaasa damee filannoo Uummataa jedhamee baname kana jala 1ffaarra jira. Damee kanaaf sagalee uummanni kennu qofatu madaala kaasa jedhameera. Kanaaf geessituu(link) kanaan seenaatii Anwaar Jamaaliif sagalee kennaa 👇 https://ethio-mediaaward.com/%e1%8b%a8%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%a5-%e1%8c%8b%e1%8b%9c%e1%8c%a0%e1%8a%9e%e1%89%bd-%e1%8b%98%e1%88%ad%e1%8d%8d-%e1%8b%a8%e1%88%85%e1%8b%9d%e1%89%a5-%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%ab-%e1%89%a5%e1%89%bb/
نمایش همه...
የምርጥ ጋዜጠኞች ዘርፍ (የህዝብ ምርጫ ብቻ) - Ethio-Media Awards

Halaala hojjataa jiraachuu kee laali malee,galiin kee hanga fedhe yoo xinnaate,Rabbitu barakaa keessa sii kaahaa hubadhu. Eeeee Hanga sirraa barbaadamu hojjachuu keetiifi hujii xurii hin qabne hojjachuu kee hubadhu malee,kan walitti sii qabu Rabbii beeki,hujii gadi jedhii hojjadhu,deega balaaleffadhu,kan sanirraa hafeef immoo Rabbirratti erkadhu. Jaaloo Biyya hiyyeettii keessatti durummaan faayaa beeki, maa hojjachuu dhabde jechuu irraa,eessaa fuute jechutu irra itti dhihaataa beeki,kan harki muduudaa kan taa’ee gaafa namni waa argate sakaaluuf karaa irra jirutu jiraa,hujii kee waa hundarraa qulqulleeffataa deemi. Obbolaa Rakkoo biyyaa,rakkoo kee hin godhinii dhiisi,biyya osoo bishaan lafa jalaa itti burqee mana jalaa gonbisu namni biratti dheebuun du’u keessa jirtaa beeki,biyya bishaan lagaa kumaatamaan keessa yaa’u,kan ufii beelaan dhukkeen irraa kaatu keessa jirtaa xiinxalli, rakkoo biyyi furachuu qabdu rakkoo dhuunfaa keetii gootee mataa kee hin garagalchinii dhiisii,gahee kee qofa bahi. Namana Hiyyeessa sammuu qurcuu tahuu irra,sosochootee gahee kee bahuu wayyaa socho’i,bishaan lafaatuu yoo bakka tokko taa’e hafuura godhataa gulufuu dadhabdu akkaabi,akkaabbii dadhabdu sosocho’i, hanga biyyi tee meeshaa dhiistee nama kabajuu jalqabdutti eeguuf harka marattee hin taa’inii,hujii kee humna qabdu hundaan hojjadhuu sammuu kee gabrummaa namaa jalaa bilisa baasi. Hey Dureessi hiyyeessa sagal keessatti gale kurnaffoon isa tahaa uf eegi,hiyyeessi dureessa kudhan keessatti gales,kurnaffo isa tahaa hubadhu,kanaafuu oolmaa kee filadhu,siyaasni nama isaan malu qabaa,siyaasa diinagdee kan namuu sirraa bakka bu’ee durummaa sii hin fidne sana,atumti oofadhu. Ekaa Hatuu,kijibuu,butuu,cubbuun walitti funaanuun,ija duniyaa teetii keessaa balleessaa,duniyaa karaa Rabbiin haraama godheen irraan argamturraa uf qusadhu,haqa hojjannaan,dhugaa dubbannaan barakattee beeki,ija bishaanii dhuguufi qarruu qabanii dhuguunuu ifaajeen isaa wal-addaa,mi’aan isiitis akkasii hubadhu. Yes Waan sababa sitti hin taane hin sababatinii dhiisi,biyyi badde jechuu dhiisii,akka wajji baddee dhukkeen sirraa hin kaane,akka hiyyummaan daaraa gootee galaa biyyee si hin taasisne,osoo durfamtee deegaan hingalaafatamne,hiyyummaa tee hujiidhaan ufirraa galaafadhu.
نمایش همه...
sticker.webp0.51 KB
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.