fa
Feedback
Gadaa Bank

Gadaa Bank

رفتن به کانال در Telegram

📈 تحلیل کانال تلگرام Gadaa Bank

کانال Gadaa Bank (@gadaabankofficial) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 29 569 مشترک است و جایگاه 4 142 را در دسته اقتصاد و امور مالی و رتبه 1 153 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 29 569 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 21 ژوئیه, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 645 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -31 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 17.02% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 8.86% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 5 033 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 2 620 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 23 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Gadaa Bank! New Generation's Bank. Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc/ instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc/ twitter:https://twitter.com/gadaabanksc

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 22 ژوئیه, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته اقتصاد و امور مالی تبدیل کرده‌اند.

29 569
مشترکین
-3124 ساعت
+4867 روز
+64530 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئیه '26
ژوئیه '26
+994
در 1 کانال‌ها
ژوئن '26
+113
در 3 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+92
در 1 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+100
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+44
در 1 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+78
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+23
در 2 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+668
در 3 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+344
در 2 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+701
در 7 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+1 966
در 4 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+1 626
در 4 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+555
در 5 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+12
در 2 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+48
در 2 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+237
در 2 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+268
در 2 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+318
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+26
در 4 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+22
در 2 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '240
در 6 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+5 464
در 14 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+2 706
در 5 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+15 597
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+1 113
در 3 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+4 941
در 4 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+4 868
در 11 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+772
در 3 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+643
در 3 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+713
در 6 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+384
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '23
+838
در 3 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '23
+339
در 2 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '23
+312
در 4 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '23
+298
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '23
+2 816
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '23
+1 103
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '23
+1 435
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '23
+722
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '23
+961
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '23
+336
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '23
+769
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+2 249
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+848
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+558
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+379
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+261
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '22
+911
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '22
+99
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '22
+887
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '22
+121
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '22
+999
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '22
+179
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '22
+46
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '22
+85
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '21
+42
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '21
+45
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '21
+270
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '21
+386
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '21
+180
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '21
+113
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '21
+139
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '21
+1 516
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
22 ژوئیه0
21 ژوئیه0
20 ژوئیه+12
19 ژوئیه+43
18 ژوئیه+146
17 ژوئیه+1
16 ژوئیه+13
15 ژوئیه+379
14 ژوئیه+315
13 ژوئیه+64
12 ژوئیه+2
11 ژوئیه+1
10 ژوئیه+6
09 ژوئیه+7
08 ژوئیه0
07 ژوئیه+1
06 ژوئیه0
05 ژوئیه0
04 ژوئیه0
03 ژوئیه0
02 ژوئیه+4
01 ژوئیه0
پست‌های کانال
Walitti qabaan Boordii Baankii Gadaa Dr. Hasan Huseen ergaa dabarsan Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa ዶ/ር ሀሰን ሁሴን ፤ የገዳ ባንክ ቦርድ ሰብሳቢ ያስተላለፉት መልዕክት #GadaaBank #NewGenerationsBank

2
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 15/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 15/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 15/11/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 22/7/2026
2 243
3
Carraa tilmaamaa badhaafamaa tapha waancaa Addunyaa xumuraa Arjentiinaa fi Ispeen taphataniin tilmaama sirrii kennuun warreen
Carraa tilmaamaa badhaafamaa tapha waancaa Addunyaa xumuraa Arjentiinaa fi Ispeen taphataniin tilmaama sirrii kennuun warreen abbaa carraa taatan baga gamaddan! በአለም ዋንጫ የፍጻሜ እሁድ ማታ ስፔን ከአርጀንቲና ጋር ባደረጉት ጨዋታ፣ የጨዋታውን ትክክለኛ ውጤት የገመታችሁ ተከታዮቻችን እንኳን ደስ አላችሁ! #GadaaBank #NewGenerationsBank
2 966
4
Baankiin Gadaa bara bajataa 2025/26 tti dameelee raawwii olaanaa galmeessisaniif beekamtii fi badhaasa yeroo kennu!! ገዳ ባንክ በ
Baankiin Gadaa bara bajataa 2025/26 tti dameelee raawwii olaanaa galmeessisaniif beekamtii fi badhaasa yeroo kennu!! ገዳ ባንክ በ2025/26 በጀት ዓመት የላቀ የሥራ አፈጻጸም ላስመዘገቡ ቅርንጫፎች ዕውቅና እና ሽልማት ሲሰጥ፤ #GadaaBank #NewGenerationsBank
3 268
5
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 14/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 14/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 14/11/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 21/7/2026
3 408
6
Yeroo yeroon sochii herreega qusannaa keessanii (baasii fi galii) hordofaa. በየጊዜው የቁጠባ ሂሳብዎን ወጪ እና ገቢ እንቅስቃሴ ዝርዝር ይቆጣጠሩ፡፡ #Ga
Yeroo yeroon sochii herreega qusannaa keessanii (baasii fi galii) hordofaa. በየጊዜው የቁጠባ ሂሳብዎን ወጪ እና ገቢ እንቅስቃሴ ዝርዝር ይቆጣጠሩ፡፡ #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc YouTube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank
3 684
7
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 13/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 13/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 13/11/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 20/7/2026
3 578
8
Tilmaamaa badhaafamaa! Tapha xumuraa Waancaa Addunyaa 2026 Ispeenii fi Arjentiinaan Dilbata halkan Sa’aatii 4:00tti taphatan
Tilmaamaa badhaafamaa! Tapha xumuraa Waancaa Addunyaa 2026 Ispeenii fi Arjentiinaan Dilbata halkan Sa’aatii 4:00tti taphatan Baankiin Gadaa hirmaattota dursanii tilmaama sirrii kennan shan (5) ni badhaasa. Ulaagaaleen: . Fuula 'Facebook' Baankii Gadaa 'Follow' tolchuu . Fuula Telegiraamii Baankii Gadaa 'Join' tolchuun namoota shaniif qooduu . Tilmaama keessan Telegiraamii jalaa iddoo 'comment' jedhu keessatti barreessaa, . Tilmaama barreessitan keessa deebitanii 'edit' gochuunii fi yeroo tokkoo ol tilmaamuun badhaasichaan ala isin taasisa. Carraa gaarii! ይገምቱ፤ ይሸለሙ እሁድ ምሽት 4፡00 ሰዓት ላይ ስፔን እና አርጀንቲና የሚያደርጉት የ2026 አለም ዋንጫ ፍፃሜ ጨዋታ፤ የውድድሩን ህግጋት አሟልተው በገዳ ባንክ የቴሌግራም ገፅ ላይ ትክክለኛውን ውጤት ቀድመው ለሚገምቱ አምስት (5) ሰዎች ገዳ ባንክ ይሸልማል። መስፈርቶች፡ . የገዳ ባንክን የፌስቡክ 'Facebook' ገፅን 'Follow' ማድረግ፣ . የገዳ ባንክን የቴሌግራም ቻናል 'Join' በማድረግ፣ ይህንን መረጃ ለጓደኞቻችሁ ማጋራት ወይም 'share' ማድረግ፣ . ግምቶቻችሁን በገዳ ባንክ ቴሌግራም ቻናል አስተያየት መስጫ ሳጥን 'comment' ውስጥ መጻፍ፣ የሰጡትን ግምት መልሶ 'edit' ማድረግ (ማስተካከል) እና ከአንድ ጊዜ በላይ መገመት ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም። መልካም ዕድል!
5 173
9
Gamaggamni Raawwii hojii bara bajataa 2025/26 fi Leenjiin Ijaarsa dandeettii Manaajimantii Baankii Gadaa, Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture xumurame. Waltajjii kanaan Leenjiin ogummaa cimsuu Ogeessota damee Teeknooloojii fi Biizinasii adda addaan hoggantoota Baankichaaf kennameera. Xumura waltajichaa irratti walitti qabaan Boordii Baankii Gadaa Dr Hasan Huseen fi miseensi boordichaa Obbo Hamdiinoo Miidhaksoo argamaniiru. Dr. Hasan Huseen ergaa dabarsaniin, milkaa’ina hanga ammaatti baankichaan galmaa’eef qooda fudhattoota hunda galateeffataniiru. Guddinni baankii Gadaa caalmaatti kan mirkanaa’u, saffisaa fi Teeknooloojii barbaachisuun maamiltoota tajaajiluu yoo dandeenyedhaa kan jedhan Dr. Hasan, hojjettoonnii fi Manaajimantiin Baankichaa kanaan ol hojjechuun mul’ata qabame milkeessuu akka danda’an amantaa guutuu qabaachuus himani. Hoji-raawwachiisaa Olaanaan Baankii Gadaa Obbo Waldee Bultoo, bara baajataa darbetti hojiiwwan hojjetamee fi bu’aa galmaa’eef hojjettoota Baankichaa, Manaajimantii fi Miseensota Boordii Baankichaa hunda galateeffataniiru. Kana boodas Hojiin baankichaan hojjetamu maamiltoota irratti kan xiyyeeffate (Customer based) fi Teeknooloojiin (Digital Banking) kan deeggarame ta'uu akka qabus Obbo Waldeen akeekaniiru. Xumura irrattis Dameelee Baankichaa raawwii waliigalaa fi tajaajiloota adda addaa irratti qabxii olaanaa galmeessisaniif badhaasnii fi waraqaan ragaa kennameera. Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa! የገዳ ባንክ የ2025/26 በጀት ዓመት የሥራ አፈጻጸም ግምገማ እና የአቅም ግንባታ ስልጠና በስኬት ተጠናቋል። በመድረኩም፤ በተለያዩ የቴክኖሎጂ ዘርፍ እና ቢዝነስ ባለሙያዎች አማካኝነት የአቅም ግንባታ ስልጠና የተሰጠ ሲሆን፤ የቀጣይ ሥራ አቅጣጫን በማስቀመጥ ጉባኤዉ ተጠናቋል፡፡ በማጠቃለያው ፕሮግራም ላይ የገዳ ባንክ ቦርድ ሰብሳቢ ዶ/ር ሀሰን ሁሴን እና የቦርዱ አባል አቶ ሃምዲኖ ሚደቅሶ ተገኝተዋል፡፡ የገዳ ባንክ ቦርድ ሰብሳቢ ዶ/ር ሀሰን ሁሴን ባደረጉት ንግግር፤ ባንኩ ስኬታማ እንዲሆን ሁሉም ባለድርሻ አካላት ላበረከቱት አስተዋፆ ምስጋና አቅርቧል፡፡ ባንካችን ከዚህም በላይ በሚፈለገው ፍጥነት እና ቴክኖሎጂ ማደግ ያስፈልጋል ያሉት ዶ/ር ሀሰን፤ የማኔጅመንት አባላትና መላዉ የባንኩ ሰራተኞች የተሻለ ዉጤት ማስመዝገብ እንደሚችሉ እርግጠኛ መሆናቸዉን ተናግሯል፡፡ የገዳ ባንክ ዋና ሥራ አስፈጻሚ አቶ ወልዴ ቡልቶ፤ ባለፈው በጀት ዓመት ለተገኘው ስኬት የባንኩን ሠራተኞች፣ ማኔጅመንት እና የቦርድ አባላትን በማመስገን የቀጣይ የሥራ አቅጣጫዎችንም አስቀምጠዋል። ዋና ሥራ አስፈጻሚዉ አክለውም፤ የምንሰራቸው ስራዎች ደንበኞችን ማዕከል ያደረጉ (Customer based) እና በዘመናዊ ቴክኖሎጂ (Digital Banking) የተደገፉ መሆን እንዳለባቸው በአጽንኦት ገልጸዋል። በመጨረሻም፤ በ2025/26 በጀት ዓመት ከፍተኛ ዉጤት ላስመዘገቡ ለባንኩ ቅርንጫፎች ማበረታቻ ሽልማት እና እዉቅና ተሰጥቷል፡፡ ገዳ ባንክ የአዲሱ ትውልድ ባንክ! #GadaaBank #NewGenerationsBank
4 445
10
+8
بدون متن...
4 925
11
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 11/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 11/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 11/11/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 18/7/2026
3 655
12
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 10/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 10/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 10/11/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 17/7/2026
4 268
13
Herrega Qusannaa Mudaarabah Gadaa AlRayyan kan Ijoollee/Daa'ima waggaa 18 gadi ta'aniif qophaa'ee fii bu’aa qooddachiisu "Atf
Herrega Qusannaa Mudaarabah Gadaa AlRayyan kan Ijoollee/Daa'ima waggaa 18 gadi ta'aniif qophaa'ee fii bu’aa qooddachiisu "Atfal Mudarabah Saving" fayyadamuun ijoollee keessaniif galaa abdii borii olkaa’aafii. የገዳ አልረያን ሙዳራባህ ቁጠባ እድሜያቸው ከ18 አመት በታች ለሆኑ ህፃናት የተዘጋጀውን እና ትርፍ የሚያጋራውን አትፈል ሙዳራባህ ሂሳብ ለልጆቻችሁ በመክፈት የነገ ተስፋ የሚሆን ጥሪትን ያኑሩላቸው። #GadaaBank #NewGenerationsBank #GadaaAlRayyan Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank
4 282
14
Carraa tilmaamaa badhaafamaa tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa kaleessa Arjentiinaan fi Ingilaand waliin taphataniin ti
Carraa tilmaamaa badhaafamaa tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa kaleessa Arjentiinaan fi Ingilaand waliin taphataniin tilmaama sirrii kennuun warreen abbaa carraa taatan baga gamaddan! በአለም ዋንጫ ግማሽ ፍጻሜ ትላንትና ማታ እንግሊዝ ከአርጀንቲና ጋር ባደረጉት ጨዋታ፣ የጨዋታውን ትክክለኛ ውጤት የገመታችሁ ተከታዮቻችን እንኳን ደስ አላችሁ!
4 604
15
Guyyaa 3ffaa - leenjii hubannoo cimsuu Gamaggamni Raawwii hojii  Baankii Gadaa 2025/26 fi leenjiin hubannoo cimsuu guyyaa 3ffaan itti fufeera. Oolmaa guyyaa 3ffaa isaatiin, Baankiin Gadaa dhaabbata Abbaa Taayitaa gabaa kaappitaalaa Itoophiyaatti galmaa'e waan ta'eef, seerota murteessoo hojiirra ooluu qaban irratti xiyyeeffachuun leenjiin hubannoo cimsu kennameera. Dabalataanis, adeemsa raawwii liqii fi " Furtuu Dijital Lending" irratti leenjiin ogeessotaan kennamaa jira. Leenjicha irrattis miseensonni  Boordii fi Manaajimantiin Baankichaa hundi hirmaachaa jiru. Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa! 3ኛ ቀን - ግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና የገዳ ባንክ የ2025/26 የሥራ አፈጻጸም ግምገማ እና የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና 3ኛ ቀን ቀጥሏል።    ገዳ ባንክ በኢትዮጵያ ካፒታል ገበያ ባለስልጣን ተመዝግቦ አክሲዮን ለመሸጥ ፈቃድ ያገኘ በመሆኑ፣ ተግባራዊ ሊደረጉ በሚገባቸው ወሳኝ ደንቦች ላይ ያተኮረ የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና ተሰጥቷል። በተጨማሪም በብድር አፈጻጸም ሂደት እና በፉርቱ ዲጂታል ብድር (Furtuu Digital Lending) ላይ ስልጠና እየተሰጠ ነው። ስልጠናዉ ላይ የባንኩ የቦርድ አባላት እና ሁሉም የማኔጅመንት አባላት እየተሳተፉ ይገኛሉ። ገዳ ባንክ የአዲሱ ትውልድ ባንክ! #GadaaBank #NewGenerationsBank
4 554
16
+9
بدون متن...
4 480
17
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 9/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገ
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 9/11/2018 የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 9/11/2018 Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 16/7/2026
4 225
18
Tilmaamuudhaan Badhaafamaa || ይገምቱ ፤ ይሸለሙ Tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa hardha galgala sa'aatii 4:00tti Inglaand fi
Tilmaamuudhaan Badhaafamaa || ይገምቱ ፤ ይሸለሙ Tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa hardha galgala sa'aatii 4:00tti Inglaand fi Arjentiinaan taasisan qabxii meeqaa fi meeqaan kan xumuramu sinitti fakkaata Hanga Sa'aatiin tapha kanaa gahutti Namoota dursanii tilmaama sirrii kennan shan (5) Baankiin Gadaa ni badhaasa. Ulaagaaleen:- 1. Fuula facebook Baankii Gadaa follow taasisuu, 2. Fuula Telegraamii Baankii Gadaa 'Join ' gochuun tilmaama keessan barreessaa. (https://t.me/GadaaBankOfficial) 3. Tilmaama keessan irra deebitanii edit taasisuun dhorkaadha. በአለም ዋንጫ ግማሽ ፍጻሜ ዛሬ 4:ዐዐ እንግሊዝ ከ አርጀንቲና ጋር የሚያደርጉትን ጨዋታ ስንት ለስንት የሚጠናቀቅ ይመስላችኋል? የጨዋታዉ ሰዓት እስከሚደርስ ቀድሞ በትክክል የገመቱ አምስት ሰዎች ተሸላሚ ይሆናሉ። የጨዋታው ህጎች 1. የገዳ ባንክ ፌስቡክ ገፅን follow ማድረግ 2. የገዳ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን "Join" በማድረግ መልሱን በቴሌግራም የሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://t.me/GadaaBankOfficial) ዉስጥ ይፃፉ፡፡ 3. የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ወይም ሁለት ጊዜ መገመት ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም። Carraa Gaarii መልካም ዕድል! Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial #GadaaBank #NewGenerationsBank
4 979
19
Carraa tilmaamaa badhaafamaa tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa kaleessa Faransaay fi Ispeen taphataniin tilmaama sirrii
Carraa tilmaamaa badhaafamaa tapha waancaa Addunyaa walakkaa xumuraa kaleessa Faransaay fi Ispeen taphataniin tilmaama sirrii kennuun warreen abbaa carraa taatan baga gammaddan! በአለም ዋንጫ ግማሽ ፍጻሜ ትላንትና ማታ ስፔን ከፈረንሳይ ጋር ባደረጉት ጨዋታ፣ የጨዋታውን ትክክለኛ ውጤት የገመታችሁ ተከታዮቻችን እንኳን ደስ አላችሁ!
3 987
20
Gamaggama Raawwii hojii waggaa Baankii Gadaa 2025/26 Magaalaa Finfinneetti taa'amaa jiru guyyaa 2ffaa suuraadhaan ሁለተኛ ቀኑን የያ+5
Gamaggama Raawwii hojii waggaa Baankii Gadaa 2025/26 Magaalaa Finfinneetti taa'amaa jiru guyyaa 2ffaa suuraadhaan ሁለተኛ ቀኑን የያዘው የገዳ ባንክ የ2025/26 በጀት ዓመት ስራ አፈፃፀም ግምገማ በፎቶ
4 773