cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

مشاركات الإعلانات
24 767
المشتركون
-34024 ساعات
+4 0067 أيام
+4 40530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

00:07
Video unavailable
Abjuu keessan dhugoomsuuf tarkaanfii isin fudhattan hunda irratti Baankiin Gadaa  yoomiyyuu  isin cina jira. We support your dream throughout every step and will ensure that it  becomes a reality. ህልምዎን እውን ለማድረግ በሚወስዱት  በእያንዳንዱ እርዎ ገዳ ባንክ ከጎንዎ ነው። #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial twitter: https://twitter.com/gadaabanksc
إظهار الكل...
👍 34💔 1
Photo unavailable
Isinis  yaalaa.  Guyyaa boqonnaa  keessan tapha xiqqoo kanaan bohaaraa! Sanbata Gaarii! Add some fun to your weekend with this trivia challenge! Happy weekend ! እርስዎም ይሞክሩት! መልካም ሰንበት! መልስዎን በቴሌግራም ቻናላችን ኮሜንት ሴክሽን ላይ ያሳውቁን። Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial #GadaaBank #NewGenerationsBank #WeekendFun #GadaaTrivia Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc twitter: https://twitter.com/gadaabanksc
إظهار الكل...
👍 27👏 5
ገዳ ባንክ የንግድ ትብብርን ለማበረታታት፣ኢኮኖሚያዊ እድገት ለማምጣት እና ለጋራ ስኬት እድሎችን ለመፍጠር እንዲሁም ጥምር አቅም በመጠቀም የጋራ አላማ እና ግብ ለማሳካት ከበርካታ የሀገር ውስጥ እና አለም አቀፍ ድርጅቶች ጋር ግንኙነት በመፍጠር እየሰራ ያለው ሲሆን ባንኩ በዛሬው ቀን ግንቦት 10 ቀን 2016 ዓ.ም ከፍሪልየን አፍሪካ ሶላር ኢነርጂ እና ቴክኖሎጂ ኃ/የተ/ማህበር የባንኩ የደንበኞች አገልግሎት ቺፍ ኦፊሴር አቶ እሸቱ ዴሬሣ እና የድርጅቱ ዋና ስራ አስኪያጅ አቶ ያሬድ ተስፋዬ እንዲሁም የባንኩ ማኔጅመንት አባላት በተገኙበት በሁለትየዎሽ ጉዳዮች ላይ በጋራ ለመስራት የመግባቢያ ሰነድ ተፈራርሟል። Gadaa Bank has established partnerships with various domestic and international organizations to foster business collaboration, drive economic growth, and create opportunities for mutual success, as well as to leverage combined strengths to achieve shared goals and objectives. And today, May 18, 2024, the bank signed a memorandum of understanding with FreeLion Africa Solar Energies And Technologies Ltd in the presence of the bank's Chief Customer Experience Officer, Obbo Eshetu Deressa, the company's General Manager Ato Yared Tesfaye ., and bank management to collaborate for mutual benefit. #GadaaBank #NewGenerationsBank
إظهار الكل...
👍 28👏 4
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Baankiin Gadaa walta’iinsa daldalaa jajjabeessuuf, guddina diinagdee fiduu fi carraa waliin milkaa’uu uumuuf, akkasumas kaayyoo fi galma waloo galmaan ga’uuf jecha Dhaabbilee biyya keessaa fi Idil-addunyaa hedduu waliin hariiroo uumuun hojjechuu irratti kan argamu yoo taú, Baankichi guyyaa haráa Caamsaa 10 bara 2016 Dhaabbata Solaar Inarjii fi Teekinoloojii Firiilayin Afriikaa W.D.I.M waliin bakka Hoogganaa olaanaa Tajaajila Maamiltootaa Baankichaa Obbo Isheetu Dheeressaa fi Hoji Gaggeessaan Dhaabbatichaa Obbo Yaareed Tasfaayee akkasumas Miseensotni Maneejimantii Baankichaa argamanitti dhimmoota waloo irratti waliin hojjechuuf Waliigaltee walhubannoo mallateesseera
إظهار الكل...
👍 21🥰 4👏 4
Photo unavailable
Dameelee Baankii Gadaa isinitti dhihoo jiranitti goruun tajaajila guutuu dhala irraa bilisaa Gadaa AlRayyaan argadhaa. በአቅራቢያዎ ወደሚገኙ የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች ጎራ በማለት የተማላ የገዳ አልረያን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ያግኙ፡፡ Visit Gadaa Bank branches nearby you for Gadaa AlRayyan Interest Free Banking Service.
إظهار الكل...
👍 29
Candidates
إظهار الكل...
👍 7
Photo unavailable
Call for Interview for 2nd round Trainee Banker and IT Trainee position.
إظهار الكل...
👍 25
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Baankiin Gadaa  Tajaajila Baankii hunda galeessaa fi Fedhii Maamiltoota isaa bu'uureffate kennuun cinatti yeroo adda addaa kutaalee Hawaasaa garagaraaf leenjii hubannoo Baankii Hawaasaa fi Ogummaa daldalaa kan kennu yoo ta'u,  Baankiin keenya Dhaabbata Misooma  Intarpirinarshiippii  Itoophiyaa fi   Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa  waliin ta'uun  Caamsaa 5 fi 6 bara 2016  Qonnaan Bultootaa fi Kaafamtoota Misoomaa Naannoo Magaalaa Mojoof leenjii  Intarpirinarshippii  fi ogummaa daldalaa kennee jira. ገዳ ባንክ  ሁሉን አቀፍ እና የደንበኞችን ፍላጎት ያማከለ ፈጣን እና ምቹ የባንክ አገልግሎት ከመስጠት ባሻገር  ለተለያዩ ማህበረሰብ ክፍል የኮሚኒቲ ባንኪንግ እና  የንግድ  ክህሎት ግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና የሚሰጥ ሲሆን  ባንካችን ከኢትዮጵያ ኢንተርፕርነርሽፕ ልማት ኢንስቲቲዩት  እና ከገዳ ልዩ የኢኮኖሚ ዞን  ጋር በመተባበር ለሞጆ ከተማ አከባቢ አርሶ አደሮች እና የልማት ተነሺዎች  ግንቦት 5-6 ቀን 2016 ዓ.ም የስራ ፈጠራ እና የንግድ ክህሎት ስልጠና   ሰጥቷል፡፡ #GadaaBank #NewGenerationsBank
إظهار الكل...
👏 13👍 7💔 5🥰 2
Photo unavailable
hirmaatoota keenya gaaffii sanbata dura gaafannee sirritti deebisaniif baga gammaddan! ቅዳሜ ፖስት አድርገን የነበረውን ጥያቄ በተቀመጠው መስፈርት መሠረት በትክክል የመለሱ ተከታዮቻችን እንኳን ደስ አላችሁ! #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial twitter: https://twitter.com/gadaabanksc
إظهار الكل...
👍 21👏 4
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Baankiin Gadaa Milkaaína galma isaa mirkaneessuf dhaabbilee biyya keessaas taé biyya alaa waliin hojjechaa kan jiru yoo taú, Baankichi Guyyaa haráa Caamsaa 5 bara 2016 Dhaabbata Miidiyaa OBN waliin Bakka Hogganaa olaanaa Tajaajila Maamiltoota Baankii Gadaa Obbo Isheetuu Dheeressaa fi Daayirekteera olaanaa OBN, Obbo Gizaachoo Gabbisaa akkasumas Miseensotni Maneejimantii Baankichaa argamanitti dhimmoota waloo irratti waliin hojjechuuf Waliigaltee walhubannoo mallateesseera. Dabalataaniis Miseensotni Manaajimentii baankichaa Waajjira Mummee Midiyichaa daawwataniiru. ገዳ ባንክ የተቋቋመበትን አላማ ለማሳካት ከሀገር ውስጥም ሆነ ከአለም አቀፍ ተቋማት ጋር እየሰራ ሚገኝ ሲሆን ባንኩ በዛሬው ቀን ግንቦት 5 ቀን 2016 ዓ.ም ከኦ.ቢ.ኤን (OBN) ሚዲያ ጋር የባንኩ የደንበኞች አገልግሎት ቺፍ ኦፊሴር እና የኦ.ቢ.ኤን ዋና ዳይሬክተር አቶ ግዛቸው ገቢሣ እንዲሁም የባንኩ ማኔጅመንት አባላት በተገኙበት በሁለትየዎሽ ጉዳዮች ላይ በጋራ ለመስራት የመግባቢያ ሰነድ ተፈራርሟል። በተጨማሪም የባንኩ ማኔጅመንት አባላት የሚዲያው ዋና መስራያ ቤት ጎብኝተል፡፡ #GadaaBank #NewGenerationsBank
إظهار الكل...
👍 43👏 29💔 7