BARNOOTA DIINAL ISLAAM
رفتن به کانال در Telegram
Chaanaalii Kana Irratti Barnoota Diinii Islimnaa Garaa-Garaatu barruudhaa fi Sagaleen Mashaayikhotaa Fii Ustaazota Sunnaa(Salafiyyootaa) Garaa-Garaatiin Barsiifama. Teessoon:- Godina jimmaa, Magaalaa Asandaaboo irraa
نمایش بیشتر3 010
مشترکین
-124 ساعت
+217 روز
+6730 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اکتبر '26اکتبر '26
اکتبر '26
+60
در 2 کانالها
سپتامبر '26
+91
در 2 کانالها
Get PRO
اوت '26
+65
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئیه '26
+83
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '26
+104
در 4 کانالها
Get PRO
مه '26
+113
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+66
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '26
+149
در 1 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+110
در 3 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+50
در 2 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+60
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+71
در 4 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+44
در 7 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+43
در 9 کانالها
Get PRO
اوت '25
+89
در 5 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+34
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+39
در 3 کانالها
Get PRO
مه '25
+38
در 1 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+83
در 9 کانالها
Get PRO
مارس '25
+135
در 1 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+111
در 6 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+102
در 1 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+133
در 4 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+136
در 1 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+101
در 3 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+197
در 9 کانالها
Get PRO
اوت '24
+83
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+75
در 4 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+37
در 3 کانالها
Get PRO
مه '24
+48
در 4 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+100
در 4 کانالها
Get PRO
مارس '24
+313
در 10 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+138
در 4 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+107
در 3 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+85
در 4 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+35
در 4 کانالها
Get PRO
اکتبر '23
+53
در 5 کانالها
Get PRO
سپتامبر '23
+63
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '23
+45
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '23
+108
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '23
+67
در 0 کانالها
Get PRO
مه '23
+26
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '23
+38
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '23
+25
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '23
+11
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '23
+44
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '22
+103
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '22
+40
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '22
+31
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '22
+46
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '22
+40
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '22
+88
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '22
+85
در 0 کانالها
Get PRO
مه '22
+72
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '22
+34
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '22
+19
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '22
+15
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '22
+37
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '21
+12
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '21
+14
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '21
+45
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '21
+52
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '21
+27
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '21
+22
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '21
+74
در 0 کانالها
Get PRO
مه '21
+53
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '21
+55
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '21
+45
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '21
+26
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '21
+46
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '20
+1 065
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 14 اکتبر | +2 | |||
| 13 اکتبر | +2 | |||
| 12 اکتبر | +5 | |||
| 11 اکتبر | +9 | |||
| 10 اکتبر | +7 | |||
| 09 اکتبر | +2 | |||
| 08 اکتبر | +4 | |||
| 07 اکتبر | +3 | |||
| 06 اکتبر | +7 | |||
| 05 اکتبر | +5 | |||
| 04 اکتبر | +3 | |||
| 03 اکتبر | +6 | |||
| 02 اکتبر | +3 | |||
| 01 اکتبر | +2 |
پستهای کانال
| 2 | 4_5931271070370766591 (1).mp3 | 211 |
| 3 | th0405 الدروس المهمة لعامة الأمة.pdf | 230 |
| 4 | https://youtu.be/GYKpblh5GMY?si=R6ncRD8nkbilPmlB
https://www.facebook.com/reel/1091106316867827/?app=fbl | 251 |
| 5 | السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Kabajamtoota Hordooftoota Chaanaalii 'Barnoota Diinal Islaam' Darsiin kitaaba Usuul-Assalaasaa kan Sheikh Ismaa'iil Umariin baratamaa ture waan xumurameef, kitaaba Haaraa 'Adduruusul-muhimmaa Li'aammatil-ummah' jedhamu kan Sheikh Abdulaziiz Ibnu baaz -Rahimahullaah- kan eegallu ta'a. Darsii kana tartiibaan kan isiniif gadhiifnu ta'a inshaa Allaah!
Hordofaa Irraa fayyadamaa, namoota biroofillee dabarsuu hin dagatinaa!!
BARNOOTA DIINAL ISLAAM
t.me/barnootadiinalislaam | 286 |
| 6 | Darsii kitaaba Usuul-Assalaasaa Kan Sheikh Ismaa'iil Umar barsiisaan guutuu kutaa 1 - 8 liinkii Armaan Gadii Irraa Argachuu dandeessu.
Kutaa 1
https://t.me/barnootadiinalislaam/4269
Kutaa 2
https://t.me/barnootadiinalislaam/4273
Kutaa 3
https://t.me/barnootadiinalislaam/4285
Kutaa 4
https://t.me/barnootadiinalislaam/4287
Kutaa 5
https://t.me/barnootadiinalislaam/4298
Kutaa 6
https://t.me/barnootadiinalislaam/4305
Kutaa 7
https://t.me/barnootadiinalislaam/4307
Kutaa 8
https://t.me/barnootadiinalislaam/4310 | 390 |
| 7 | SHURUUXA(ULAAGAA) LAA'ILAAHA ILLALLAAH!!
=========================
Kutaa 3ffaa
Kutaa 2ffaa argachuuf liinkii kanaan argattu
https://t.me/barnootadiinalislaam/4308
6.Fudhachuudha(Al-Qabuul):- Laa'ilaaha illallah kana fudhachuu/qeebaluu.
Fudhachuun kunis waalamaan argama:
1.waan Rabbii fi Ergamaan Isaa ﷺ dubbatan dhugoomsuudha .
2.Murtiiwwan Rabbii fi Ergamaa Isaa ﷺ ittiin buluudhaan simachuudha.
Namni tokko keessa garaa isaa irraa dhugaadhaan waan Kitaaba Rabbii fi Sunnaa Ergamaa Isaa ﷺ keessatti dhufe hundatti hanga guutumaan guututti fudhatutti/qeebalutti, jecha "Laa ilaaha illallaah" jedhu kanaan hin fayyadamu.
Egaa namni tokko ajajni Rabbii fi Ergamaa Isaa ﷺ dirqama itti ta'uusaatti amanuudha, akkasumas waan Rabbii fi Ergamaan Isaa ﷺ ajajan raawwachuun akka isarra jiru amanuudha;
hojiitti hiikuu keessatti hanqinni otuma jiraate. Wanti murteessaan ittii buluu (al-iltizam) dha. Namni tokko ajajamaa ta'uusaa, akkasumas ajaja Rabbii fi Ergamaa Isaa ﷺ faallessuun akka isaaf hin eeyyamamne amanuun isarrarratti dirqama.
Kanaafuu, namni tokko waan Ergamaan Rabbii ﷺ ajajan keessaa dhimma tokkoon illee haata'uu dirqamamaa miti jedhee yaada taanaan ulaagaan "Fudhatamaa" (Al-Qabuul) biratti digameera; dabalataanis jechi "Laa ilaaha illallaah" isa biratti digameera.
7.Ulaagaa Torffaa fi Isa Dhumaa: Hojii irra oolchuu fi Ajajamuu (Inqiyaad):-
Ajajamuun ( inqiyaadni) bu'aa fudhachuu (Qabuul) ti , fudhachuunis (qabuullis) bu'uura (inqiyaadati). ajajamuu fi hojii irra oolchuu (inqiyaada) irraa wanni yaadame waan lama:
1ffaa: Rabbii (Subhaanahuu wa Ta'aalaa) qofa gabbaruu fi shirkii (Rabbitti dabaluu) irraa fagaachuudha. Yoo "Laa ilaaha illallaah" jedhee, achii booda Rabbii wajjin waan biraa qixxeesse, jechi inni "Laa ilaaha illallaah" jedhe sun diigameera, sababni isaas ajajamuun (inqiyaad) waan hin argaminiifi.
Namni "Laa ilaaha illallaah" gaafa jedhu ajajamuu fi faallaa isii hojjechuu dhiisuun ulaagaadha.
Yoo waan faallaa isii hojjete,( inqiyaad) malee dhufe, kanarraa kan ka'es "Laa ilaaha illallaah" jedheen hin fayyadamu.
2ffaa: Waan Rabbi fi Ergamaan Isaa ﷺ dirqama godhan dalagaan raawwachuudha.
Namni waan Rabbii fi Ergamaan Isaa ﷺ ajajan takkallee hojjechuu dhiise, namni kun ulaagaan inqiyaadaa isa biratti diigameera.
sababni isaas amantiin ajajamuu dha. Rabbiin (Jalla wa 'Alaa) akkana jedhe: "Ergamaa kamiyyuu ajaja Rabbiitiin akka isaan ajajamuuf malee hin ergine" [An-Nisaa: 64].
Namni "qalbii koo keessaa amantiin ni jira" jedhee, miira/qaama isaa irraa mallattoon isaa argamuu qaba.
Hubadhaa;Dubbiin keenya kaninni ilaallatu nama guutummaatti Kitaba Rabbii fi Sunnaa Ergamaa Isaa ﷺ hojii irra oolchuu dhiise qofa irratti.
Namni akkasii ulaagaan inqiyaadaa isa biratti diigameera, kanaafuu "Laa ilaaha illallaah" isaas ni diigama.
Xumurame.
©️Sheikh Naziif Jihaad (Abuu Usayd) Hafizahullaah | 503 |
| 8 | Usuul-Assalaasaa 08 Sheikh Ismaa'iil Umariin .mp3 | 337 |
| 9 | https://youtu.be/J1ZRXzwlkjY?si=AKXME4E0tZLTwjpT | 348 |
| 10 | SHURUUXA(ULAAGAA) LAA'ILAAHA ILLALLAAH!!
======================
Kutaa 2ffaa
Kutaa 1ffaa Argachuuf liinkii kanaan argattu
https://t.me/barnootadiinalislaam/4303
4.Assidq(Dhugaadhumaan(Laa'ilaahaillallah) kana jechuudha:- (Dhugaa)jechuunis akki inni itti ibsamu (مواطأة القلب اللسان)Akkana jechuunis: arrabni niif qalbiin wal simachuu jechuudha. Yoo inni arraba isaa qofaan "Laa ilaaha illallaah" jedhe, qalbiin isaa immoo kan sobsiisu ta'e, akka munafiqootaa sana ita'a "(Laa ilaaha illallaah)" kanaan fayyadamaa hin ta'u.
Rabbiin (Jalla wa 'Alaa) munafiqoonni sobduu ta'uu isaanii ragaa ba'ee jira:
﴿وَاللَّهُ يَشْهَدُ إِنَّ الْمُنَافِقِينَ لَكَاذبونMunafiquun:l ].
Otuma jarri afaaniin "Laa ilaaha illallaah, Muhammadun rasuulullaah jedhaa ljiranuu irraa fayyadamuu hin dandeenye, sababnis arrabnii fi qalbiin wal hingaxxamneefi.
HUBADHAA:jechi (Yaqiina) (Ikhlaasa) fi (Sidq) jechootni kuni hiikaan isaanii walitti dhihoo dha, Garuu isaan gidduttii garaagarummaa xiqqoo xiyyeeffannoo barbaadutu jira.
Ikhlaasa (Qulqullina) kan faallessu: Shirkiidha .
Dhugoomsuu (sidqi) kan faallessu immoo: Kijiba (kaziba).
Mirkanaa'ina (yaqiina) kan faallessu immoo: (shakki)dha.
Kanaafuu, (Ikhlaasni) haala mushrikootaa nifaallessa ( Dhugaan) fi (Yaqiinni) immoo haala munafiqootaa nifaallessa. Saden isaanii gidduttis yeroo baay'ee walitti hidhamiinsa guddaatu jira.
5.Jaalala (المحبة):- "Laa ilaaha illallaah" jaallachuun, akkasumas waan inni irratti qajeelchu jaallachuun dirqama. hundeen kanaa immoo Rabbii (Subhaanahu wa Ta’aalaa) jaallachuudha.
Saniifuu, nama Rabbiin hin jaallanneef iimaana fi tawhiida maaliitu jiraaf?!
Rabbiin (Jalla wa 'Alaa) akkana jedha:
﴿ وَالَّذِينَ آمَنُوا أَشَدُّ حُبًّا لِلَّهِ﴾ [البقرة: ١٦٥]
( Warri amanan Rabbiif jaalala guddaa qabu).
Jaalalli kun – akkuma beektanu – hundee fi damee qaba.
Hundeen isaas Rabbiin jaallachuudha.
Dameen isaas mu'minoota jaallachuu fi isaan tumsuudha).
Akkasumas jaalala kana keessatti kan barbaachisu: mushrikoota jibbuudha.
Rabbiin (Jalla wa 'Alaa) nabiyyullaah Ibraahim عليه وعلى نبينا أفضل الصلاة والسلامakka fakkeenya godhannuun nuuf dhaameera.
﴿قَدْ كَانَتْ لَكُمْ أُسْوَةٌ حَسَنَةٌ فِي إِبْرَاهِيمَ وَالَّذِينَ مَعَهُ إِذْ قَالُوا لِقَوْمِهِمْ إِنَّا بُرَآءُ مِنكُمْ وَمِمَّا تَعْبُدُونَ مِن دُونِ اللهِ كَفَرْنَا بِكُمْ وَبَدَا بَيْنَنَا وَبَيْنَكُمُ الْعَدَاوَةُ وَالْبَغْضَاءُ أَبَدًا حَتَّىٰ تُؤْمِنُوا بِاللهِ وَحْدَهُ﴾ [الممتحنة: ٤]
(Ibraahim fi warra isa waliin turan keessati hidhannoon (hordoffìn) gaarii ta'e isiniif ta'era; yeroo isaan ummata isaaniitiin jedhanuunkeessatti: "Nuti isin irraahis ta'e waan isin Rabbii gaditti gabbartan sanas ta'e irraa qulqullaahaadha, isinitti kafarra, hamma Rabbii tokkichatti amantanutti gidduu keenyaa fi gidduu keessaniitti diinummaa fi jibbiinsi bara baraa mul'ateera" jedhan).
Itti fufa... | 711 |
| 11 | Audio from Ibnu Idrees | 435 |
| 12 | https://youtu.be/y7NmVzudxr8?si=d78r5-Xc996eAAiV | 570 |
| 13 | Usuul-Assalaasaa 06 Sheikh Ismaa'iil Umariin .mp3 | 635 |
| 14 | https://youtu.be/0WQab1Dr3Xk?si=ECqaIOtyo8jifVqX | 645 |
| 15 | SHURUUXA(ULAAGAA) LAA'ILAAHA ILLALLAAH!!
======================
1.Beekumsa (Al-ilm):- Hiika isii beekuun waan dirqamaa fi itti fufiinsa qabuudha Rabbinis (Jalla wa A'alaa) akka jedhe:
﴿فَاعْلَمُوا أَنَّمَا أُنزِلَ بِعِلْمِ اللَّهِ وَأَن لَّا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ﴾ [Hudu: 14],
"...Beekaa dhugaan gabbaramaan «Allaah» malee kan biraa akka hin jirre."
akkasumas akkana jedhe
: ﴿فَاعْلَمْ أَنَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ﴾ [Muhammad: 19].
Kanaafuu kana beekuun dirqama,
namni hiika kana beeku malees «Laa ilaaha illallaah» irraa faayidaa hin argatu.
Nabiyyiin (SAW) hadiisa sahiiha ta'e keessatti dubbataniiru:
«Namni du'e, dhugaan gabbaramaan allaahi malee hin jiru jechu beekaa haala ta'een Jannata gala». Kanaafuu beekumsi barbaachisaadha. namni beekumsaan qabatee «Laa ilaaha illallaah» jechuu qaba, kanaanis irraa fayyadama.
2.Yaqiina:- Faallaan isaa Shakkii ta'e.
Namni "Laa ilaaha illallaah" jedhu kun akka shakkii fi mamii tokkollee of keessaa hin qabne ta'uu .
Innis Allah qofatu dhugaan gabbaramaa ta'uu isaa fi hiriyaa akka hin qabne, akkasumas wanti Isa malee gabbaramu hundi baaxila(fashalaa) akka ta'e dhugaadhaan mirkaneessuu.
Dhimma kana irratti namni tokko yaqiina guutuu qabaachuu qaba, kana malee jecha "Laa ilaaha illallaah" tiin faayidaa hin argatu.
Akkasumas Allahiin munafiqoota kan ibidda keessatti sadarkaa gad-aanaa keessatti argaman ilaalchisee yaada shakkii fi mamii keessa akka turan ibseera.
Akka inni (SWT) jedhetti: «Onneen isaanii shakkite, isaan shakkii isaanii keessatti deddeebi'oodha.» [At-Tawbah: 45].
Isaan dhugaadhaan amanan (Mu'minoonni) garuu warra yaqiina guutuu qabaniidha.
Kan jaraa keessatti kunoo Rabbiin akkana jedha:
«Mu'minoonni warra Allah fi Ergamaa Isaatti amananiidha, sana boodas kan hin shakkinedha» [Al-Hujuraat: 15].
Kanaafuu, yaqiina shakkii hin qabneen amanuun dirqama.
3.Ikhlaasa:- yeroo Laa'ilaaha illallah jedhanu kana Rabbuma qofaaf qulqulleessuu kana keessatti Shirkii dhabamsiisu.
Namni'Laa ilaaha illallaah' jedhu sana dubbachuu isaatiinimmoo fuula Allaah qofa kan fedhu ta'uu fi niyyaa isaas qulqulleessuu qaba;
waan biraa fedhaa dubbachuu hin qabu. Yoo ishee jedhee garuu dubbii isaa sana keessatti sirrii hin ta'iin (shirkii hojjete), akkasumas kaayyoo fi fedhii faayidaa biraa kan qabu ta'e malee jaalala Allaah Subhaanahu wa Ta'aalaa qofa kan hin fedhiin ta'e, inni sun waan sanaan hin fayyadamu."
قال النبي ﷺ لأبي هريرة رضي الله عنه: «اذْهَبْ فَمَنْ لَقِيتَ وَرَاءَ هَذَا الحَائِطِ يَشْهَدُ أَنْ لَا إِلَهَ إِلَّا اللهُ خَالِصًا مِنْ قَلْبِهِ فَبَشِّرْهُ بِالجَنَّةِ». إذن لابد من الإخلاص في نطق (لا إله إلا الله) وإلا فإنّه متى ما أشرك في ذلك مع الله فإنّه لا ينتفع بـ (لا إله إلا الله).
Nabiyyiin (SAW) Abu Hurayraadhaan(R.A) akkana jedhan:
«Deemiitii, nama dallaa kana dudduubbatti walgeesseen innimmoo kan ragaa bahu dhugaan gabbaramaan allaah malee hin jiru jedhee garaa isaa guutuudhaan (qulqullinaan) nama akkasii yoo argite, Jannataan isa gammachiisi».
Kanaafuu, 'Laa ilaaha illallaah' dubbachuu keessatti ikhlaasni (qulqullinni ) dirqama.
yoommoo kana keessatti Allaah'tti sharraksiise , inni 'Laa ilaaha illallaah' sanaan hin fayyadamne.
Itti fufa...
©️Sheikh Naziif Jihaad (Abuu Usayd) | 923 |
| 16 | 📍محاضرة بعنوان:- أهمية التوحيد وثمرته
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📍Barbaachisummaa Tawuhidaa fi firee isaa
🎙الشيخ قاسم عبدالله حفظه الله
🎙Sheikh Qaasim Abdallaah -Hafizahullaah-
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 28ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 21/04/1448 A.L.H (22/01/2019 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegalee kan kenname
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa | 606 |
| 17 | Sagantaan keenya eegalee seena senaa
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa?videochat | 1 |
| 18 | Sagantaan keenya eegaluuf daqiiqaa muraasatu hafa...
Seenaa Seenaa Baarakallaahu fiikum
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa?videochat | 1 |
| 19 | 💥ODUU GAMMACHIISAA💥
📍إعلان عن محاضرة بعنوان:- أهمية التوحيد وثمرته
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📍Barbaachisummaa Tawuhidaa fi firee isaa
🎙الشيخ قاسم عبدالله حفظه الله
🎙Sheikh Qaasim Abdallaah -Hafizahullaah-
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 28ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 21/04/1448 A.L.H (22/01/2019 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegalee
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa | 629 |
| 20 | 4_5902036086980355391.mp3 | 814 |
