cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

BARNOOTA DIINAL ISLAAM

Chaanaalii Kana Irratti Barnoota Diinii Islimnaa Garaa-Garaatu Mashaayikhotaa Fii Ustaazota Sunnaa(Salafiyyootaa) Garaa-Garaatiin Barsiifama. G.jimmaa, Magaalaa Asandaaboo irraa Chaanaalii keenya YouTube hordofuuf:- https://youtube.com/@bditube5897

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
1 874
المشتركون
+224 ساعات
+67 أيام
-130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

📌 خطبة الجمعة التى ألقيت في مسجد بلال ب- أسندابو 📌 khuxbaa jumu'aa kan Masjida Bilaal M/Asandaabootti godhame 📍 الموضوع:- يوم عاشوراء 📍MATA-DUREE:- Guyyaa Aashuuraa 🗒 يوم الجمعة، ٠٦ المحرم ،١٤٤٦ هجري 🗒Guyyaa Jumu'aa, 05/11/2016 E.C 🎙 الشيخ نظيف بن جهاد (أبو أسيد) حفظه الله ورعاه 🎙 Shaykh Naziif Jihaad (Abuu Usayd) 🌐 t.me/barnootadiinalislaam
إظهار الكل...
Khuxbaa_jumua'aa_Sooma_Aashuuraa_Sheikh_Naziif_Jihaadiin_1.mp37.00 MB
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Waan Hatame (Hattuu irraa) Waa bituun hin danda'amaa?? Deebiin:- "Namani wanti inni bituuf deemu kun waan hatame ta'uu isaa bare, waan kana bituun isarratti haraama ta'a, nama kana dalage irrattis mormuun diqaama ta'a, akkasumas akkanni waan hate kana gara abbaatti deebisu gorsuuniis qaba, yoo gorsa kan hin fudhanne ta'e mootiidhaan of gargaarsisee akkanni deebisu gochuu qaba". Jedhan Muftii addunyaa kanaa kan turan Sheikh ibnu baaz -rahimahullaah- 📚【Majmuu'ul-Fataawaa 19/91】 ©Ibnu Idrees t.me/barnootadiinalislaam
إظهار الكل...
👍 7
Waan Hatame (Hattuu irraa) Waa bituun hin danda'amaa?? Deebiin:- "Namani wanti inni bituuf deemu kun waan hatame ta'uu isaa bare, waan kana bituun isarratti haraama ta'a, nama kana dalage irrattis mormuun diqaama ta'a, akkasumas akkanni waan hate kana gara abbaatti deebisu gorsuuniis qaba, yoo gorsa kan hin fudhanne ta'e mootiidhaan of gargaarsisee akkanni deebisu gochuu qaba". Jedhan Muftii addunyaa kanaa kan turan Sheikh ibnu baaz -rahimahullaah- 📚【Majmuu'ul-Fataawaa 19/91】 ©Ibnu Idrees t.me/barnootadiinalislaam
إظهار الكل...
Waan Hatame (Hattuu irraa) Waa bituun hin danda'amaa?? Deebiin:- "Namani wanti inni bituuf deemu kun waan hatame ta'uu isaa bare, waan kana bituun isarratti haraama ta'a, nama kana dalage irrattis mormuun diqaama ta'a, akkasumas akkanni waan hate kana gara abbaatti deebisu gorsuuniis qaba, yoo gorsa kan hin fudhanne ta'e mootiidhaan of gargaarsisee akkanni deebisu gochuu qaba". Jedhan Muftii addunyaa kanaa kan turan Sheikh ibnu baaz -rahimahullaah- 📚【Majmuu'ul-Fataawaa 19/91】 ©Ibnu Idrees
إظهار الكل...
Da'awaan Waahee Salafiyyaa fi Ikwaanaa Kutaa 6n xumuramee jira. Alhamdulillaah!! Nama haqa barbaaduuf sagaleen kun ibsa bal'aa of keessaa qaba. Salafiyyaan maal akka ta'e, Ikwaanni maal akka ta'e nama baruu fedhuuf deebii quubsaa of keessaa qaba. Rabbiin nama irraa fayyadamu nuhaa godhu!! Waahee Salafiyyaa:- Kutaa 1 https://t.me/barnootadiinalislaam/3890 Kutaa 2 https://t.me/barnootadiinalislaam/3900 Kutaa 3 https://t.me/barnootadiinalislaam/3902 Waahee ikwaanaa:- Kutaa 1 https://t.me/barnootadiinalislaam/3904 Kutaa 2 https://t.me/barnootadiinalislaam/3908 Kutaa 3 https://t.me/barnootadiinalislaam/3923
إظهار الكل...
BARNOOTA DIINAL ISLAAM

📣DA'AWAA HAARA📣 📌السلفية 📌Salafiyyaa 📍الحلقة الأولى 📍Kutaa 1ffaa Qabxiilee;- –ibsa Salafiyyaa –Sadarkaa Salafiyyummaa qabachuun qabu –Murtii 'salafiyyaa'dhaan of-waamuu –imaamonni(Dura bu'oonni) salafiyyaa eenyu akka ta'an kaafamanii jiru. 🗓M/Asandaaboo Masjida Fathii'tti Halkan ramadaana 13/1445 H.C (13/07/2016 E.C) kenname 🎙الشيخ علي ذناب (أبوالحسن) حفظه الله ورعاه 🎙Sheikh Alii Zinaab (Abul Hasan)

https://t.me/barnootadiinalislaam/3890

👍 7
Da'awaa Waahee Salafiyyaa fi Ikwaanaa Kutaa 6n xumuramee jira. Nama haqa barbaaduuf sagaleen kun baayyee ibsa bal'aa qaba. Rabbiin nama irraa fayyadamu nuhaagodhu!! Waahee Salafiyyaa:- Kutaa 1 https://t.me/barnootadiinalislaam/3890 Kutaa 2 https://t.me/barnootadiinalislaam/3900 Kutaa 3 https://t.me/barnootadiinalislaam/3902 Waahee ikwaanaa:- Kutaa 1 https://t.me/barnootadiinalislaam/3904 Kutaa 2 https://t.me/barnootadiinalislaam/3908 Kutaa 3 https://t.me/barnootadiinalislaam/3923
إظهار الكل...
BARNOOTA DIINAL ISLAAM

📣DA'AWAA HAARA📣 📌السلفية 📌Salafiyyaa 📍الحلقة الأولى 📍Kutaa 1ffaa Qabxiilee;- –ibsa Salafiyyaa –Sadarkaa Salafiyyummaa qabachuun qabu –Murtii 'salafiyyaa'dhaan of-waamuu –imaamonni(Dura bu'oonni) salafiyyaa eenyu akka ta'an kaafamanii jiru. 🗓M/Asandaaboo Masjida Fathii'tti Halkan ramadaana 13/1445 H.C (13/07/2016 E.C) kenname 🎙الشيخ علي ذناب (أبوالحسن) حفظه الله ورعاه 🎙Sheikh Alii Zinaab (Abul Hasan)

https://t.me/barnootadiinalislaam/3890

📣DA'AWAA HAARAA 📣 📌من هم الإخوان المسلمون؟؟ 📌Ikwaanal_muslimiin Eenyu?? 📍الحلقة الثالثة 📍Kutaa 3ffaa waahee ikwaanaa irraa Qabxiilee:- —hidhannoon Firqaa Ikwaanaa fi dura bu'ee jaraa tokko akka ta'e —Murtii ulamaa'iin sunnaa ikwaana irratti kennan:- 1.Ibnu baaz:- "ikwaanni Firqaa 72 kan ergamaan rabbii warra ibiddaati jedhan keessa seenti" jedhan 2.Koree fatwaa Sa'udii:- "muslimoonni garee fi paartii garaa garaatti qoodamuun(Akka ikwaanni paartii uuman sana) waan Rabbii dhowwe irraayyi" jedhan 3.Sheikh Al_Albanii:- "ikwaanni warra Ahlussunnaa irraa miti, sababni isaas sunnaadhaan lolu waan ta'aniif" jedhan 4.Sheikh Muhammad amaan al_jaamii fi 5.Sheikh Ahmad Annajmiinellee dubbii jabaa jara irratti dubbatan. —Mirga amantii waan jedhamu leellisuu jaraa —Kanaa fi Qabxiilee biroo 🗓M/Asandaaboo Masjiida Fathiitti Halkan Ramadaana 24/ 1445 H.C (24/07/2016 E.C) kenname 🎙الشيخ علي بن ذناب (أبو الحسن) حفظه الله 🎙Sheikh Alii Zinaab (Abul Hasan) https://t.me/barnootadiinalislaam
إظهار الكل...
03_IKWAANAL_MUSLIMIIN_EENYU_Kutaa_3ffaa_Sheikh_Alii_Zinaabiin.mp314.78 MB
👍 4
إظهار الكل...
Ikwaanul_Muslimiin Eenyu?? من هم الإخوان المسلمين؟؟ Kutaa 2 بالشيخ علي ذناب Sheikh Alii Zinaabiin

📣DA'AWAA HAARAA 📣 📌من هم الإخوان المسلمون؟؟ 📌Ikwaanal_muslimiin Eenyu?? 📍الحلقة الثالثة 📍Kutaa 3ffaa waahee ikwaanaa irraa Qabxiilee:- —hidhannoon Firqaa Ikwaanaa fi dura bu'ee jaraa tokko akka ta'e —Murtii ulamaa'iin sunnaa ikwaana irratti kennan:- 1.Ibnu baaz:- "ikwaanni Firqaa 72 kan ergamaan rabbii warra ibiddaati jedhan keessa seenti" jedhan 2.Koree fatwaa Sa'udii:- "muslimoonni garee fi paartii garaa garaatti qoodamuun(Akka ikwaanni paartii uuman sana) waan Rabbii dhowwe irraayyi" jedhan 3.Sheikh Al_Albanii:- "ikwaanni warra Ahlussunnaa irraa miti, sababni isaas sunnaadhaan lolu waan ta'aniif" jedhan 4.Sheikh Muhammad amaan al_jaamii fi 5.Sheikh Ahmad Annajmiinellee dubbii jabaa jara irratti dubbatan. —Mirga amantii waan jedhamu leellisuu jaraa —Kanaa fi Qabxiileen biroo hedduun kaafamaniiru. 🗓M/Asandaaboo Masjiida Fathiitti Halkan Ramadaana 24/ 1445 H.C (24/07/2016 E.C) kenname 🎙الشيخ علي بن ذناب (أبو الحسن) حفظه الله ورعاه 🎙Sheikh Alii Zinaab (Abul Hasan) 👉Karaa chaanaalota keenya Armaan gadiitiin nu eegaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 YouTube

https://youtube.com/@bditube5897

Facebook

https://www.facebook.com/profile.php?id=100084217456974

Whatsap

https://chat.whatsapp.com/JBgFeJs9TCUAQ1BV5p3cVM

Telegram

https://t.me/barnootadiinalislaam

https://t.me/barnootadiinalislaam

https://t.me/barnootadiinalislaam

👍 2
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.