cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Galmo kormoso 👈

Oromia Shall be Free

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
399
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+47 روز
+830 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Media files
390Loading...
02
Seenaa Gabaabduu Qilee Gaara Inxooxxoo... Suuraa kana Gaara Inxooxxoo keessatti kaane. Guyyaan sambata xiqqaa ganamaan dhufee Haceen mana kiyyaa na fuudhee naan bahe. Konkolaataa isaa keessa na kaayatee gara Masqal Flower saffisaan konkolaachise. Mana ciree itti nyaannu geenye, ciree nyaannee gara Magganaanyaa qajeelle. Haceen hardha akka duraan ani isa beekutti hin jiru, baayee 'serious' tahee saffisaan konkolaachisa. Yaadaan fagaateera. Sirba English tokko banee caluma jedhee konkolaataa ari'a. Amalasaa waan beekuuf caljedheen dhageeffadha. Osoo hin turin Magganaanyaa geenye. Taasgabbaayee konkolaachisuu eegale: "Waan Wayyaaneen na goote sitti agarsiisuuf as si fide koottu caluma jedhii" naan jedhe. Miirri rifaatuu natti dhagahameera amma. Keessa keessa olnubaasee "Gamoo San ilaali" jedhe. Arge, maaliif jedheen. "Caluma jedhii koottu" naan jedhe. Daandii qaldhoo tokko keessaan gaara Inxooxxoo nu seensise. Naannoo 1.5km keessa seenne #Qileetu jira. Qileen kun daandiin biyyeedha. Qajeelaan digrii 90 gubbaa gadi seensisa. Isa: "Kana sitti agarsiisuuf as si fide. Wayyaaneen waan nu goote salphaa hin turre. Piyaassatti kadhattuu ani qarshii kenneefitu Jara Nageenyaa natti waame. Jarri Nageenyaa jalqabuma na hordofaa turan.Afaan isaanii irraa akka Tigree tahan hubadheera. Piyaassaa na qabanii fuudhanii konkolaataa isaaniitiin as na fidan. Inni tokko konkolaataa oofa, inni 2ffaa Kilaashii AK47 fi Boombii fi Shugguxiis qaba. Ana Shufeera bira na teessise duubaan meeshaa guutuudhaan na eegaa as na fidan. Piayaassaa irraa na fidanii Mana amma sitti agarsiise sana natti agarsiisan. Manni gamoo sitti agarsiise sana keessa konkolaataan ture. Gamoo sana fudhadhuu, tapha ummata kakaaftu kana keessaa bahi jireenya dhuunfaa kee jiraachu. Konkolaataanis keeti, mannis keeti fudhadhuu caljedhii jiraadhu naan jedhan. Tasuma kun tahuu hin danda'u, ani faayidaa dhuunfaa barbaadee Artistii hin taane ummata kiyyaaf sagalee tahuu malee jedheen. Kan meeshaa qabu sun dafee mufatee konkolaachisaadhaan #Nidaa jedheen. Achii na baasanii #qilee kana na buusan. Qileen kun gadi fagoodha. Laga guddaatu jira, lagichi isa guddaa yoo finfinnee keessaa bahu lagachuu Haqaaqii tahu sanaadha. Qilee kana na buusanii lagicha biratti konkolaataa keessaa na buusan. Osoo konkolaataa keessaa hin bu'in dhaabbatanii lamaanuu #passport fi tikkeettii xayyaaraa natti agarsiisan. Si galaafannee laga kanatti si darbinee asii oldeebinee buufata xayyaaraa seennee biyyaa baana waan dhufu hin jiru waan taheef gadi buunee waan sigaafannu itti yaaddee akka deebii kennitu barbaadna. Anis Tole jedheen. Konkolaataa keessaa gadi na buusanii 'Gamoo jireenyaa sana fudhattee yoo gadi bahuu barbaadde konkolaataa V8 achi keessa jirtu sana fayyadamteee jireenya dhuunfaa kee oofachuu filatta moo Artistii tahee Ummata kakaasa jechuu barbaadda? Ammas sirnaan itti yaadii deebisi....' Ani nama sagalee guddaa qabuu miti osoo danda'ee kana caalaa sagalee taheefii anuu carra qabeessa. Kan sagalee tahuufii filadhe sooromuuu barbaadee miti waan taheef manaafi konkolaataa jettan hin fedhu waan fiddan fidaa jedheen.... Inni konkolaachisaa akka aaruu tahee fuula kiyya gara bishaanii akka naannessee qarqara bishaanitti siqu na ajaje. Ummata kiyyaaf aarsaa kamuu nan kafala natti dhukaasi jedheen isa Kilaashii baateen.... Hamilee Hacaaluu ajjeessuun hin qabu jedhee meeshaa deebifatee konkolaatatti deebi'e. Konkolaachisaan dafii asii na baasi jedheen. Qilee kanaa olbaasanii kunoo sitti na gatanii deeman. Miila kiyyaan hanga Magganaanyaa deemee taaksii qabadhee bakka konkolaataa kiyya itti gatanitti deebi'e.... koottu amma piyaassaa bakka konkolaataa kiyya itti gatanii na ukkaamsan deemna. Achumaan dhimma keenyas dubbanna." Dhimma kana irra deebiidhaanis ofiitis himee hin beeku Anaaf Haceen Fakkeenya gootummaati. Hacee hangam tokko waan beekuuf waa'ee isa yoo dubbadhu imimmaan kiyyatu dursa. Waxaxeen akka keenyaa osoo lafa guuttee jirtu Hacee Wayyaaneen tuquu sodaatte gadheen nyaatte. Maal qaba osoo sibeekuu baadhee #Siyaadachuun kabajaadha Haceekoo😭
360Loading...
03
Af-gaaffii: 'Haqa dagachuun gaaga’ama amma keessa jirru kanatti akka kufnu nu taasise' - Maammoo Gadaa Naannoo #Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa #Boosatitti kan dhalatan gameessi qabsoo Oromoo fi Artisti Maammoo Gadaa, sirboota fi walaloowwan isaanii ergaawwan jajjaboo qabaniin ala qooda siyaasa uummata Oromoo keessatti bahachaa turaniin beekamu. Keessuumaa sirna #Gadaa qorachuunifi amantaan #Waaqefannaa deebisee lubbuu akka horatu taasisuu keessatti gahee guddaa qabu. Gameessi umrii 76 kuni tibbana faawundeeshinii duudhaalee sirna haqaa Oromoo ganamaa dagaagsu irratti hojjetu ‘Faana Haqaa’ jedhamu hundeessaniiru. “Namni dhugaa dubbatu ni miidhaga, ni guddata. Haqni waa hunda of keessaa qabdi. Haqa eenyummaa namaa taate tana deebifnee namni haqaan akka jiraatu taasisuun rakkoolee siyaas-dinagdee amma mul’atan kanaaf furmaata kennuu dandeenya,” jedhu. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4041
420Loading...
04
Sirba qeenxee ‘Ammamee’ jedhu keessatti, “Hibboon si gaafadha gaaffii, Amma naa deebisii dafii” jedhee gaaffii kan gaafate Guutuun, ammammoo albamasaa jalqabaa qabatee dhufaa jiru ‘Gaaffiikoo’ jechuun moggaaseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zjRwiIt
450Loading...
05
አንገት ቆራጭ ፋኖ እስከዛሬ ድረስ በሽብርተኝነት በፖርላማ አለመፈረጁ ብቻ ነው ሚያጠያይቀው
370Loading...
06
ይደመጥ
470Loading...
07
https://youtu.be/wO_gt_M4WoM?si=SljBXpdibbDrIW4F
1452Loading...
08
በአርባዎቹ አመተ ምህረት ውስጥ አንድ የአሜሪካ ዜግነት ያለው የቀዳማዊ ሀይለስላሴ የዩኒቨርስቲ ግምባር ቀደም ፕሮፌሰር ወደ ሀገሩ ለእረፍት በሄደበት ወቅት ሞጣ በተናገረው መልኩ የሚገልጽ አንድ መጽሀፍ አሳትሞ ነበር።ቁጥሩን ብዘነጋውም ዩኒቨርስቲው የተመሰረተበትን ልደት ለማክበር ዩኒቨርስቲው የክቡር እንግዳ አድርጎት መድረክ ላይ በቆመበት የቁንጅና ተወዳዳሪ የሚመስሉ ሴቶች እና ወንዶች በሁለት ረድፍ ከፊቱ ተሰልፈው እንደቆሙ " ከውስጣችን ኦሮሞ ያልሆነ አውጣ" የሚል ፈታኝ ጥያቄ አቀረቡለት። ሁሉም ኦሮሞዎች ነበሩ። የፕሮፈሰሩ ምላሽ "እነሱ እንደዚያ ብለው አሳሳቱኝ ይቅርታ" በማለት ጥፋቱን ተናዘዘ። "እነሱ እነማን ናቸው" የጠየቀ የለም። የሚታወቅ ነበርና።
581Loading...
09
Oduu: Haleellaan Aanaa #Noonnoo “golgaa Raayyaan Ittisa Biyyaa kenneefiin” hidhattoota Faannootin raawwatame: #ABO Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) haleellaa boombii torban darbe godina #Shawaa_Lixaa aanaa Noonnootti mana cidhaarratti raawwatame balaaleffate. Paartichi haleellaa kanaan “yakka waraanaa ulfaataafi hammaataa ummata meeshaa maleeyyii irratti raawwate” jechuun ibseera. Ummata sirna fuudhaa fi heerumaa gaggeeffatu cidharra jiru manatti itti cufuun boombii itti darbatamee lubbuu namoota 24 akka darbu taasifamuu kan eere ABOn, “yakki namoomaa kun golgaa Raayyaan Ittisa Biyyaa kenneefiin hidhattoonni #Faannoo akka ummata keenya jumlaan fixaniif daandii saaqe,” jedhe. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4152
510Loading...
10
Mootummaan Itoophiyaa gartuulee mirga namoomaa biyya keessa jiran irratti haacuuccaa raawwata jira jechuun atattamaan akka dhaabu jaarmiyaaleen mirga namoomaa idil-addunyaa gaafatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dBR98Mr
550Loading...
11
https://www.youtube.com/live/gL4Mo5L1p0c?si=C5RmJtHC4s-aE2UL
600Loading...
12
Oduu: #Shawaa_Kaabaa Aanaa Darraatti “haleellaa hidhattoonni #Faannoo raawwataniin” lubbuun namoota 4 darbe Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa #Darraatti haleellaa torban darbe raawwatameen yoo xiqqaate lubbuun namoota afur darbe. Jiraattota fi aanga’oonni haleellaa kana “hidhattoota Faannoo” raawwachuu himan. Jiraattonni Addis Standard dubbise akka jedhanitti, haleellichi Waxabajjii 15, 2024 gandoota Jirruu Dadaa fi Warreen Gabrootti raawwatame. Jiraataan ganda Jirruu Dadaa maqaan isaa akka eeramu hin barbaanne tokko Addis Standarditti akka himetti, haleellaa kanaan namoonni afur; Taaddasaa Jobir, Tasfaayee Damissee, Tammee Abarraa, fi Tashooma Kibrat jedhaman ajjeefamaniiru. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4150
480Loading...
13
Itoophiyaatti bara 2023 keessa sarbamni mirgoota namoomaa galmaahe kan bara isa dura turerraa caalmaa dhibbeentaa 60 qaba jedhe Dhaabbatni Biyyoota Gamtoomanii. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sWgIryV
390Loading...
14
#Shawaa_Lixaatti 'finxaaleyyiin #Amaaraa' mana cidhaa boombiin haleeluun namoota 20 ol ajjeesuu himame Godina Shawaa Lixaa aanaa #Noonnootti Sanbata darbe haleellaa mana cidhaarratti raawwatameen yoo xiqqaate namoota 24 ajjeefamuu Komaand Postiin Aanichaa Obbo Tashoomaa Sobboqaa BBCtti himan. Haleellaa kana 'finxaaleyyii Amaaraa' raawwachuu kan himan Obbo Tashoomaan, mana cidhaa keessa duubaan itti cufamee boombiidhaan haleelamuu himan. "Warra birmannaa dhufan ammoo alatti rasaasaan haleelaa turan. Manicha keessaa namni bahe tokkoyyuu hin jiru. Misirroota dabalatee achuma keessatti gubatan. Homtuu hin hafne," jechuun waan mudate ibsu. Dabalataan manneen jireenyaa 22 ol tahanitti abidda qabsiisanii gubuu himan. Ergasii humni ittisaafi komaandoo naannicha galuu kan himan Obbo Tashoomaan, "ammayyuu naannoo laga Gibee qabatanii akka jiran odeeffannoo qabna. Garuu teessumni lafasaa mijataa waan hin taaneef oppireshinii gaggeessuufis rakkisaadha," jedhan. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c511z0l3rplo
540Loading...
15
Oduu: Godinaalee #Gujii lamaanitti gudeeddii, ajjeechaa seeraan alaa dabalatee sarbiinsi mirga namoomaa hamaa raawwatameera: Qorannoo Dhaabbatni miti mootummaa Giddugala Guddina Mirgaa fi Dimokraasii (#CARD) jedhamu haala qabiinsa mirga namoomaa godinaalee Gujii fi Gujii Lixaa keessa jiru ilaalchisee qorannoo gaggeesseen, sarbiinsi mirga namoomaa olaanaa raawwatamuu akka mirkaneesse ibseera. Humnoonni nageenyaa mootummaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo (#WBO) gudeeddii, ajjeechaa seeraan alaa, hidhaa jumlaa, fi namoota nagaa humnaan hiraarsuu dabalatee dhiittaa mirgoota namoomaa godinaalee lamaanitti bal’inaan raawwataman keessa hirmaachuu qorannoon kun ibseera. Qorataan mirga namoomaa fi paanaalistii qorannichaa kan ta’an Margaa Fiqaaduu yaada Addis Standard’tti laataniin, godinaalee lamaan keessatti waldhabdeen jiruun walqabatee namoonni baay’ee “WBO waliin hidhata qabdu” jedhamanii jumlaan hidhamanii dhiittaa mirga namoomaaf saaxilamuu himan. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4142
530Loading...
16
Waa'ee Keenya Yoo itti Dhiisan Silaa Nama Hin Dhiisu Dubbii Keenya Takka Hin Taanee Otoo Jiruu Nutii Akka Hin Jirree Maal Godhu Akka Hin Jirree Jiruu Faana Gargar Baanee itti Dhiisnee Silaa Gad Hin Teenyee Walii Galee yookaan Alaa Hin Galee Ofittan Hima Asaasee Asaaseen Asaasee Dubbii Hundaa Dhibdee tti Anaas Dhibdee Kanaafan Gad Qabee Gad Qabeen Ofitti Asaasee Mee Beekaamoo Wallaalaa Kam Komannaa...??? Nuuf Hin Galee Rakkanne Akkam Taanaa...???. Wal Guddunfuuf Sakaaluun Dantaa Taatee Walii Gamne Rakkoonis Keenya Taatee Mee Goota Moo Dabeessa Kam Komannaa...??? Nuuf Hin Galee Rakkanne Akkam Taanaa...??? Mee Yaa Rabbii Yaa Goofta Koo Tokkichaa Koo Mootii Hundaa Walii Galchii Nuu Lolii Nii Dandeessa Harkaa Qabdaa Jiruu Jechuuf Jiruu Mitti Nutii Akka Jirruutti Jiraa Nuu gamteetti Nuu Qaqqabii Sitti iyyannaa Jiruu Jechuuf Jiruu Mitti Yaa Rabbii Nutii Akka Jirruutti Jiraa. Mee Baramoo Dhaloota Kaam Komannaa...??? Nuu Rakkanne Gubbanne Akka Taanaa...??? Ormaaf Darbaa Maal Goone Maaf Nuu Darbinee...??? Nurra Turee Hin Bubbulee Akkuma Salphaa Mee Yaa Rabbii Yaa Goofta Koo Allaallchaa Mootii Hundaa Walii Galchii Nuu Lolii Nii Dandeessa Harkaa Qabdaa Jiruu Jechuuf Jiruu Mitti Nutii Akka Jirruutti Jiraa Nuu gamteetti Nuu Qaqqabii Sitti iyyannaa #Hachalu_Hundessa #Reminder
701Loading...
17
Nama Abjuusaa Hin Dhugoomsine Taatee Jireenya itti Fufuu Dandeessa, Nama Abjuusaa isaa Hin Beekne Taatees Akkasumas, Garuu Nama Abjuu Hin Qabnee Taanaan Ati Du'aa dha Jiraachuu Dhaabdeetta By Hachalu Hundessa
600Loading...
18
Dhiignii Fi lafeen oromoo guyyaadha guyyaatti kan cabaa jiruuf oromiyaa biyyaa Walabaa Ijaaruuf malee Itoophiyaa suphuuf miti.
891Loading...
19
#The_Hijacked_Revolution Book Qabsoon_Uummata_Oromoo_Eessaa ka’ee Garam Deemaa Jira? Uummanni oromoo waraana Minikiin weeraramee, biyyaa fi bilisummaa isaa erga dhabee jalqabee haa baayyatu haa xiqqaatu waggoota dhibbaa ool, haa dhiphatu haa bal‟atu malee dhuunfaanis ta‟e karaa gurmaa‟een bilisummaa dhabee fi biyya isaa deebifachuuf qabsoo hin lakkaa‟amne geggeessaa har‟a gaheera. Kanaafuu qabsoon bilisumaa oromoo eessaa akka ka‟ee ykn ammoo akkamitti akka jalqabe bal‟inaan ibsuun barbaachisaa hin ta‟u.Sadarkaa qabsoon kun irra gahee fi har‟a maal irratti akka argamu firaafis ta‟e diinaaf ifa waan ta‟eef,waa‟ee kanas gad fageenyaan ibsuun barbaachisaa miti. Garuu gad fageenyaan ilaalamuu kan qabuu fi anis dhimma uummata koo ibsuu kanan barbaadu, qabsoon kun garam deemaa jira? Gaaffii jedhu ilaaluu fi akkasumas qabsoo bilisummaa kana keessa kan turan, amma kan jiranii fi qormaata gara fuulduraatti jiraachuu danda‟an bal‟inaan ilaaluudha.Haa turu haa ariifatu,haa dheeratu gabaabbatu malee qabsoon kun gara xumuraa akka gahe shakkiin hin jiru. Haata‟u malee gara kamitti akka deemuu fi galma isa kam akka gahu amma beekuun rakkisaadha. Maaliif yoo jedhame kaayyoo qabsoo kanaaf hiikni kennamuu fi galmi qabsoo dhumaa maal ta‟uu akka qabu falmisiisaa waan ta‟eefi. As irratti jechuu kanan barbaabe akka itti aanutti ibsuun yaala. Namni dursaa kaayyoo qabsoo ture sirna wayyaanee jiru kuffisee, lola sanyii balleessuu uummata keenya irratti baname dhaabuu ture. Inni milkaa‟eera. wayyaaneenis Tigiraayitti dhokatteetti. Kan oromoo ykn mootummaa jijjiiramaati kan ofiin jedhu mootummaan muummicha ministeeraa Dr. Abiy Ahmed Ali gara aangootti dhufus duuti uummattoota keenyaa dhaabachuu hin dandeenye. Uummanni keenya har‟aas akkuma bara ABUT bilisummaa fi nageenya akka dheebotetti jira. Baay‟ee beela‟eera. Kan mul‟atu hundi sobadha. Kan fakkeessummaati. Siyaasa suura ka‟uuti. Kan ta‟e ta‟ee uummanni oromoo bal‟aa kan barbaaduu fi hawwu kan murteessuu fi abbaa qabsoo galmaan gahuu beekamaa uummata guddaa ta‟edha. Dhaabni ykn gareen kamiyyuu kana murteessuufii hin danda‟u. Gabaabumatti carraa isaa murteessuu kan qabu uummata bal‟aa kana jechuudha. Humni kamillee kana murteessuufii hin danda‟u.Fedhiin nama dhuunfaas ta‟e hawwiin, fedhiis ta‟e hawwii uummata bal‟aa kanaa ta‟uu hin danda‟u.Dhugaan kun ifa ta‟uu qaba. Egaa galma dhumaa qabsoo ilaalchisee hanga kana ergan jedhee booda,qormaata qabsichaa ilaalchisee waan tokko tokko kaasuun yaala. Qormaatota qabsoo bilisummaa bakka saditti qoodnee ilaaluu dandeenya. Isaanis qormaatota kaleessa turan,har‟as jiranii fi borus mul‟achuu danda‟anidha. Qormaatota kaleessa turan as irratti bal‟inaan kaasuun barbaachisaa ta‟uu baatus,haata‟u malee kan darbe irraa barachuuf akka gargaaruuf jecha isaan kanas xiyyeeffannoo keessa galchuun barbaachisaa ta‟a. Kitaaba #Qabsoo_Butame.
1902Loading...
20
Badhaasni Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaatiin waggaa waggaan qophaa’u, dameelee 11 irratti A L I Waxabajji 22 bara 2016 gaggeeffama.Faawondeeshiniin kun weellisicha yaadachuun cinatti hojiilee aartii guddisuu kan kaayyeeffatedha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BJxp2DV
581Loading...
21
Oduu: #Itoophiyaatti bara 2023 keessa sarbiinsi mirga namooomaa dabaluu UN ibse; 70% kan ta’u humnoota mootummaatiin raawwatame jedhe Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti waajjirri Komishinara Olaanaa Mirgoota Namoomaa (OHCHR) gabaasa haaraa baaseen, Naannoolee #Oromiyaa fi #Amaaraa keessatti sarbiinsi mirga namoomaa dabaluun yaaddeessaadha jedheera. Waliigaltee Piriitooriyaa hordofee naaannoo #Tigraay keessatti jiijjiiramni gaarii mul’achuu ibseera. Bara 2023 keessa taatewwan sarbiinsa mirga namoomaa 594 mudachuu eeruun lammiileen 8235 hubamaniiru jedhe. Kan bara darbeerra 55.9% dabaluu gabaasichi addeesseera. Sarbiinsa mirga namoomaa mudatan keessaa 70% kan ta’an humnoota mootummaatiin raawwataman namoota 7,103 irra miidhaa qaqqabsiiseera jedhe. Gabaasa guutuu https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4113
560Loading...
22
Uganda, its name👉Ankole
1140Loading...
23
https://youtu.be/3ajjKfeL5l8
1180Loading...
24
https://youtu.be/wO_gt_M4WoM?si=xE3ZG-vS_gsudMMS
2181Loading...
25
አንተም ወደቀልብህ በዚሁ ብትመለስ ጥሩ ነው
910Loading...
26
Haleellaan jalqabaa hogganaa waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Kaaba Walloo safara Mugaad jedhamuufi mana kireeffatanii jiraatanirratti darbatame jedhan jiraattonni. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IAB83CN
1090Loading...
27
ፋኖ የሚባል ባንዳ ሀገር ሻጭ ቡድን የውጪና የውስጥ ጠላቶችን ተልኮ በመውስድ ኢትዮጵያን የመበተን ሥራ በመስራት ላይ ነው ሻቢያ ግብፅ አሁን የሱዳን ጀነራሉች በጋራ የሰጡትን ተልኮ እያስፈፀመ እንደሆነ ግልፅ እየወጣ ይገኛል።
810Loading...
28
የወለጋ ወጣት ብዕር ሲጨብጥ እንደዚህ አይነት ታአምር ይሰራል
730Loading...
29
ልደቱ አያሌው ስሞኑን የሽግግር መንግሥት ይመስረት እያለ State Department ተንበርክኮ እየለመነ እንደሆነ ይታወቃል ከ DC በአውሮፕላን መጥቶ ለመጀመርያም ለመጨረሻም ሥልጣን ያገኘው ብርሃኑ ነጋ ብቻ ነው ልደቱ አሁን ሙድ መያዣ ሄኗል
790Loading...
30
ትክክል ነህ ከዚህ በኃላ ወጣቱ መታገል ያለበት ድህነት እና ኃላ ቀርነት ብቻ ነው
880Loading...
31
https://youtu.be/heDICqLPdKI?si=6LFgZtEi67YTjSWD
1901Loading...
32
Media files
910Loading...
33
Sabboonummaan Itoophiyaa keessatti waggoota shanan darban mula'te kan wal-diinomse akka ta'e barreessaan kitaaba haaraa mata dureensaa ''SAB-BOONUMMAA'' jedhuu Dr Birhaanuu Leenjisuu himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aLxyVke
800Loading...
34
Komishiniin Marii Biyyaalessaa hirmaachisummaa fi walabummaa isaa, akkasumas adeemsa filannoo hirmaattota marii biyyaalessaa ilaalchisee qeeqa jabaa irratti ka’aa jiruus boqonnaa marii ajandaa walitti qabuu jalqabaa Finfinneetti gaggeessaa jira. Komishinichi, walgahiin ajandaa walitti qabuu kun konfiraansii marii biyyaalessaa waliigalaa dhufuuf qabxiilee marii adda baasuuf kan akeeke ta'uu beeksiseera. Haata’u malee, Adda Bilisummaa Oromoo (#ABO), Kongiresii Federaalawaa Oromoo (#KFO) dabalatee dhaabbileen siyaasaa ijoo biyyattii adeemsa hundeeffama komishinichaa fi hirmaachisummaa marii kanaa "haqa qabeessa miti" jechuun adeemsa marii kanarratti hirmaachurraa of qusataniiru. Dhimma kana ilaalchisee miseensa koree hojii raawwachiiftuu KFO kan ta’an Sulxaan Qaasim baatii tokkoon dura turtii Addis Standard waliin taasisaniin, paartiin isaanii sababoota garagaraan bu’aa qabeessummaa marii kanarratti akka hin amanne himan. Obbo Sulxaan, "mariin biyyaalessaa mootummaan itti fiigaa jiru kuni furmaata hin fidu," jedhan. Turtii waliin goone daawwadhaa👇 https://www.youtube.com/watch?v=lvtMOMPtvFU
540Loading...
35
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa xalayaa A.L.I Caamsaa 19, bara 2016 koree dhaabbii dhaabbilee Dimokiraasiitiif barreesseen, erga qondaalli dhaaba ABO Battee Urgeessaa Ajjeefamee haala angaa’ota dhaabichaa mana hidhaa jiranii irratti boordichatti irra deddeebiin iyyachaa turuu eere. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rxOBEWz
720Loading...
36
Komishiniin Marii Biyyaaleessaa #Finfinneetti marii ajandaa walitti qabuu guyyaa 2ffaa gaggeessaa jira; adeemsichi qeeqa isa mudateera Boqonnaan marii ajandaa walitti qabuu Komishiniin Marii Biyaaleessaa Itoophiyaa Finfinneetti gaggeessaa jiru oolmaa isaa guyyaa lammaffaan itti fufeera. Hirmaattonni marichaa kutaalee hawaasaa garagaraa irraa walitti babbahan, gareen qoodamuun yaada ajandaa walitti qabuurratti marii taasisaa jiru. Adeemsichaan kutaaleen hawaasaa hundi yaada ajandaa itti waliigalan caalmaatti cimsuun qaboo yaa’iin komishinichaaf akka dhiyeessan komishinichi beeksiseera. Akkasumas sagantaa har’a gaggeeffamuun kutaaleen hawaasaa mariirratti argaman bakka buutoota marii boqonnaa itti aanurratti hirmaatan 121 ni filatu jedhameera. Mariin kun sadarkaa Finfinneetti Roobii darbe yeroo eegalu miidiyaa hawaasaa irratti qeeqni cimaan isa mudateera. Adeemsicha keessatti hammatamummaa fi walabummaa dhabamuu, akkasumas adeemsa filannoo hirmaattotaa fi hojiin komishinichaa yeroo qeeqamu mul’ateera. Kana malees, komishinichi paartilee siyaasaa ijoorraa mormiin isa mudateera. Kongirasii Federaalawaa Oromoo (#KFO) fi Adda Bilisummaa Oromoo (#ABO) dabalatee paartilee ijoo 11 of keessa hammate Kokasiin Paartilee Mormitootaa ibsa torbe darbe baaseen, komishinichi marii “hunda hammatu” mijeessuuf kaayyoo qabate galmaan gahuu dhiisee “kaayyoo siyaasaa paartii biyya bulchu raawwachiisaa jira” jechuun himate ture. Addis Standard gulaallii baatii Bitootessa keessa maxxanseen, mariin kun bu’a qabeessa akka ta’uuf hirmaannaan qaamolee hidhatanii fi hidhannoo hin qabne hunda barbaachisaa ta’uu hubachiiseera. Gareewwan hidhatan kan akka Waraana Bilisummaa Oromoo (#WBO) marii kanarraa ala taasisuun, marichi jeequmsa biyyattiif furmaata akka hin taane akka taasisu ibseera. Akkasumas mariin kun naannoo #Oromiyaa keessatti amanamummaa argachuuf paartileen mormitoota gurguddoon kan akka ABO fi KFO hirmaachuu akka qabanis ibseera. Komishinichi kutaalee hawaasaa adda addaa irraa hirmaattota adda baasuu ibsuus, gulaalliin Addis Standard kun waldhabdeen naannolee hedduu keessatti gaggeeffamaa jiru adeemsa kanarratti danqaa uumuu eereera. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=3273
930Loading...
37
Media files
2291Loading...
38
Waliiti bu’insa deeggartoota mootummaa Eertiraa fi mormitoota gidduutti Israa’el magaalaa Teel Aviivitti mudateen dubartiin tokko albeen waraanamuun lubbuun ishee darbe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mriPRO3
820Loading...
39
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoopihyaa kutaalee biyyattii adda addaa keessatti waraanaa fi waraanaan alatti sarbama mirgaoota namoomaa raawwatamaa jiran keessaa murtee seeraa malee ajjeesuufi hidhaan akkasumas ajjeechaan namoota nagaa akkaan dabalaa jiraachuu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qPOLVhU
700Loading...
40
#Injjifannoo Kaaba Oromiyaa Walloo. Konkolaata sagalin kaleessa kan godina irraa gara aanaa harxummaa bakka lafa hijiraa jedhamu  dhaqanii turan  ganamaan WBO itti marsee daaraa godheera. amma Konkolaata shaniin humni dabalataa dirmate jirti . Ummanni keenya of eeggannoo godhaa. #መረጃ፦ትላንት ለሊት ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ኦሮሞ ዞን በዘጠኝ መኪና ከዞን ላይ ወደ ሀርጡሜ ስጓዝ የነበረ የጠላት ኃይል ልዩ ስሙ ሂጂራ በተባለ ቦታ ላይ ጧት ከቦ አድሮ ዶግ አመድ ሲያደርጋቸው ተጨማሪ አምስት መኪና አሁን ተንቀሳቅሷል ህዝባችን አስፈላጊውን ጥንቃቄ እንዲያደርግ እንመክራለን....
750Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Seenaa Gabaabduu Qilee Gaara Inxooxxoo... Suuraa kana Gaara Inxooxxoo keessatti kaane. Guyyaan sambata xiqqaa ganamaan dhufee Haceen mana kiyyaa na fuudhee naan bahe. Konkolaataa isaa keessa na kaayatee gara Masqal Flower saffisaan konkolaachise. Mana ciree itti nyaannu geenye, ciree nyaannee gara Magganaanyaa qajeelle. Haceen hardha akka duraan ani isa beekutti hin jiru, baayee 'serious' tahee saffisaan konkolaachisa. Yaadaan fagaateera. Sirba English tokko banee caluma jedhee konkolaataa ari'a. Amalasaa waan beekuuf caljedheen dhageeffadha. Osoo hin turin Magganaanyaa geenye. Taasgabbaayee konkolaachisuu eegale: "Waan Wayyaaneen na goote sitti agarsiisuuf as si fide koottu caluma jedhii" naan jedhe. Miirri rifaatuu natti dhagahameera amma. Keessa keessa olnubaasee "Gamoo San ilaali" jedhe. Arge, maaliif jedheen. "Caluma jedhii koottu" naan jedhe. Daandii qaldhoo tokko keessaan gaara Inxooxxoo nu seensise. Naannoo 1.5km keessa seenne #Qileetu jira. Qileen kun daandiin biyyeedha. Qajeelaan digrii 90 gubbaa gadi seensisa. Isa: "Kana sitti agarsiisuuf as si fide. Wayyaaneen waan nu goote salphaa hin turre. Piyaassatti kadhattuu ani qarshii kenneefitu Jara Nageenyaa natti waame. Jarri Nageenyaa jalqabuma na hordofaa turan.Afaan isaanii irraa akka Tigree tahan hubadheera. Piyaassaa na qabanii fuudhanii konkolaataa isaaniitiin as na fidan. Inni tokko konkolaataa oofa, inni 2ffaa Kilaashii AK47 fi Boombii fi Shugguxiis qaba. Ana Shufeera bira na teessise duubaan meeshaa guutuudhaan na eegaa as na fidan. Piayaassaa irraa na fidanii Mana amma sitti agarsiise sana natti agarsiisan. Manni gamoo sitti agarsiise sana keessa konkolaataan ture. Gamoo sana fudhadhuu, tapha ummata kakaaftu kana keessaa bahi jireenya dhuunfaa kee jiraachu. Konkolaataanis keeti, mannis keeti fudhadhuu caljedhii jiraadhu naan jedhan. Tasuma kun tahuu hin danda'u, ani faayidaa dhuunfaa barbaadee Artistii hin taane ummata kiyyaaf sagalee tahuu malee jedheen. Kan meeshaa qabu sun dafee mufatee konkolaachisaadhaan #Nidaa jedheen. Achii na baasanii #qilee kana na buusan. Qileen kun gadi fagoodha. Laga guddaatu jira, lagichi isa guddaa yoo finfinnee keessaa bahu lagachuu Haqaaqii tahu sanaadha. Qilee kana na buusanii lagicha biratti konkolaataa keessaa na buusan. Osoo konkolaataa keessaa hin bu'in dhaabbatanii lamaanuu #passport fi tikkeettii xayyaaraa natti agarsiisan. Si galaafannee laga kanatti si darbinee asii oldeebinee buufata xayyaaraa seennee biyyaa baana waan dhufu hin jiru waan taheef gadi buunee waan sigaafannu itti yaaddee akka deebii kennitu barbaadna. Anis Tole jedheen. Konkolaataa keessaa gadi na buusanii 'Gamoo jireenyaa sana fudhattee yoo gadi bahuu barbaadde konkolaataa V8 achi keessa jirtu sana fayyadamteee jireenya dhuunfaa kee oofachuu filatta moo Artistii tahee Ummata kakaasa jechuu barbaadda? Ammas sirnaan itti yaadii deebisi....' Ani nama sagalee guddaa qabuu miti osoo danda'ee kana caalaa sagalee taheefii anuu carra qabeessa. Kan sagalee tahuufii filadhe sooromuuu barbaadee miti waan taheef manaafi konkolaataa jettan hin fedhu waan fiddan fidaa jedheen.... Inni konkolaachisaa akka aaruu tahee fuula kiyya gara bishaanii akka naannessee qarqara bishaanitti siqu na ajaje. Ummata kiyyaaf aarsaa kamuu nan kafala natti dhukaasi jedheen isa Kilaashii baateen.... Hamilee Hacaaluu ajjeessuun hin qabu jedhee meeshaa deebifatee konkolaatatti deebi'e. Konkolaachisaan dafii asii na baasi jedheen. Qilee kanaa olbaasanii kunoo sitti na gatanii deeman. Miila kiyyaan hanga Magganaanyaa deemee taaksii qabadhee bakka konkolaataa kiyya itti gatanitti deebi'e.... koottu amma piyaassaa bakka konkolaataa kiyya itti gatanii na ukkaamsan deemna. Achumaan dhimma keenyas dubbanna." Dhimma kana irra deebiidhaanis ofiitis himee hin beeku Anaaf Haceen Fakkeenya gootummaati. Hacee hangam tokko waan beekuuf waa'ee isa yoo dubbadhu imimmaan kiyyatu dursa. Waxaxeen akka keenyaa osoo lafa guuttee jirtu Hacee Wayyaaneen tuquu sodaatte gadheen nyaatte. Maal qaba osoo sibeekuu baadhee #Siyaadachuun kabajaadha Haceekoo😭
نمایش همه...
Af-gaaffii: 'Haqa dagachuun gaaga’ama amma keessa jirru kanatti akka kufnu nu taasise' - Maammoo Gadaa Naannoo #Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa #Boosatitti kan dhalatan gameessi qabsoo Oromoo fi Artisti Maammoo Gadaa, sirboota fi walaloowwan isaanii ergaawwan jajjaboo qabaniin ala qooda siyaasa uummata Oromoo keessatti bahachaa turaniin beekamu. Keessuumaa sirna #Gadaa qorachuunifi amantaan #Waaqefannaa deebisee lubbuu akka horatu taasisuu keessatti gahee guddaa qabu. Gameessi umrii 76 kuni tibbana faawundeeshinii duudhaalee sirna haqaa Oromoo ganamaa dagaagsu irratti hojjetu ‘Faana Haqaa’ jedhamu hundeessaniiru. “Namni dhugaa dubbatu ni miidhaga, ni guddata. Haqni waa hunda of keessaa qabdi. Haqa eenyummaa namaa taate tana deebifnee namni haqaan akka jiraatu taasisuun rakkoolee siyaas-dinagdee amma mul’atan kanaaf furmaata kennuu dandeenya,” jedhu. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4041
نمایش همه...
'Haqa dagachuun gaaga’ama amma keessa jirru kanatti akka kufnu nu taasise' - Maammoo Gadaa - Addis Standard

Geetahun Laggasaa @Birmaduu2 Finfinnee, Waxabajjii 03/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa Boosatitti bara 1940 kan dhalatan gameessi qabsoo Oromoo fi Artisti Maammoo Gadaa, sirboota fi walaloowwan isaanii ergaawwan jajjaboo qabaniin ala qooda siyaasa uummata Oromoo fi Itoophiyaa keessatti bahachaa turaniin beekamu.  Kanaan durallee, miseensa mana maree bakka bu’oota uummataa turan. Keessuumaa sirna Gadaa …

Sirba qeenxee ‘Ammamee’ jedhu keessatti, “Hibboon si gaafadha gaaffii, Amma naa deebisii dafii” jedhee gaaffii kan gaafate Guutuun, ammammoo albamasaa jalqabaa qabatee dhufaa jiru ‘Gaaffiikoo’ jechuun moggaaseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zjRwiIt
نمایش همه...
Albamiin 'Gaaffiikoo' jedhu waa'ee abjuufi gaaffii dhuunfaakoo qofa miti - Guutuu

Sirba qeenxee ‘Ammamee’ jedhu keessatti, “Hibboon si gaafadha gaaffii, Amma naa deebisii dafii” jedhee gaaffii kan gaafate Guutuun, ammammoo albamasaa jalqabaa qabatee dhufaa jiru ‘Gaaffiikoo’ jechuun moggaaseera.

03:57
Video unavailableShow in Telegram
አንገት ቆራጭ ፋኖ እስከዛሬ ድረስ በሽብርተኝነት በፖርላማ አለመፈረጁ ብቻ ነው ሚያጠያይቀው
نمایش همه...
9.99 MB
03:15
Video unavailableShow in Telegram
ይደመጥ
نمایش همه...
20.27 MB
Repost from Gumaa Saaqqataa
04:52
Video unavailableShow in Telegram
በአርባዎቹ አመተ ምህረት ውስጥ አንድ የአሜሪካ ዜግነት ያለው የቀዳማዊ ሀይለስላሴ የዩኒቨርስቲ ግምባር ቀደም ፕሮፌሰር ወደ ሀገሩ ለእረፍት በሄደበት ወቅት ሞጣ በተናገረው መልኩ የሚገልጽ አንድ መጽሀፍ አሳትሞ ነበር።ቁጥሩን ብዘነጋውም ዩኒቨርስቲው የተመሰረተበትን ልደት ለማክበር ዩኒቨርስቲው የክቡር እንግዳ አድርጎት መድረክ ላይ በቆመበት የቁንጅና ተወዳዳሪ የሚመስሉ ሴቶች እና ወንዶች በሁለት ረድፍ ከፊቱ ተሰልፈው እንደቆሙ " ከውስጣችን ኦሮሞ ያልሆነ አውጣ" የሚል ፈታኝ ጥያቄ አቀረቡለት። ሁሉም ኦሮሞዎች ነበሩ። የፕሮፈሰሩ ምላሽ "እነሱ እንደዚያ ብለው አሳሳቱኝ ይቅርታ" በማለት ጥፋቱን ተናዘዘ። "እነሱ እነማን ናቸው" የጠየቀ የለም። የሚታወቅ ነበርና።
نمایش همه...
19.07 MB
Oduu: Haleellaan Aanaa #Noonnoo “golgaa Raayyaan Ittisa Biyyaa kenneefiin” hidhattoota Faannootin raawwatame: #ABO Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) haleellaa boombii torban darbe godina #Shawaa_Lixaa aanaa Noonnootti mana cidhaarratti raawwatame balaaleffate. Paartichi haleellaa kanaan “yakka waraanaa ulfaataafi hammaataa ummata meeshaa maleeyyii irratti raawwate” jechuun ibseera. Ummata sirna fuudhaa fi heerumaa gaggeeffatu cidharra jiru manatti itti cufuun boombii itti darbatamee lubbuu namoota 24 akka darbu taasifamuu kan eere ABOn, “yakki namoomaa kun golgaa Raayyaan Ittisa Biyyaa kenneefiin hidhattoonni #Faannoo akka ummata keenya jumlaan fixaniif daandii saaqe,” jedhe. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4152
نمایش همه...
Haleellaan Aanaa Noonnoo “golgaa Raayyaan Ittisa Biyyaa kenneefiin” hidhattoota Faannootin raawwatame: ABO - Addis Standard

 Finfinnee, Waxabajjii 19/2024 – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) haleellaa boombii torban darbe godina Shawaa Lixaa aanaa Noonnootti mana cidhaarratti raawwatame balaaleffate. Paartichi haleellaa kanaan “yakka waraanaa ulfaataafi hammaataa ummata meeshaa maleeyyii irratti raawwate” jechuun ibseera.  ABOn haleellaa lubbuu namoota 24 ol galaafate kana ilaalchisee ibsa kaleessa Waxabajjii 18 baaseen, haleellaa kanaan hidhattoota Faannoo fi Raayyaan …

Mootummaan Itoophiyaa gartuulee mirga namoomaa biyya keessa jiran irratti haacuuccaa raawwata jira jechuun atattamaan akka dhaabu jaarmiyaaleen mirga namoomaa idil-addunyaa gaafatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dBR98Mr
نمایش همه...
'Mootummaan Itoophiyaa garee mirga namoomaa biyya keessaa haacuucaa jira'

Mootummaan Itoophiyaa gartuulee mirga namoomaa biyya keessa jiran irratti haacuuccaa raawwata jira jechuun atattamaan akka dhaabu jaarmiyaaleen mirga namoomaa idil-addunyaa gaafatan.

وارد شوید و به اطلاعات مفصل دسترسی پیدا کنید

ما این گنجینه ها را پس از تأیید هویت به شما نشان خواهیم داد. ما وعده می‌دهیم که سریع است!