cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Bahar kaa

Dhugaan ni qallatti malee hin cittu! Caayaa Mooraa Fugug Man-bultii 4n Qalloo! Of tahuun nama ta'udha! Nama of taheetu namaaf ta'a.! Adeeroo of tahii!

نمایش بیشتر
فنلندة2 282زبان مشخص نشده استشوخی و سرگرمی12 957
پست‌های تبلیغاتی
198
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni Gatii Gaarii Ofiif kennan yeroo hundaa addunyaa mataa isaanii keessa jiraatu. Waan isaan biratti fudhatama argate jajanii jaallachuun, Wanta isaan biratti kiiloo hin kaafne tuffatanii dhiisu. Tuutni wahii Gurmaa'ee waan harka irratti reebeef yaadota isaanii hin keessummeessan; Gumiin hundaa'ee yaadota kuffiseefis waliin yaadatti dugda hin galan. Koreen ajandaa isaas, miseensi gurmii isaas of mataa isaaniiti. Kanaaf Gatii gaarii ofii kennuun adunyaa mataa keessanii keessa jiraadhaa. 👌 Yeroo Gaarii Qabaadhaa...‼️
نمایش همه...
Miidhamtu malee, hin mootu! https://t.me/Baharkaa1
نمایش همه...
"Gammachuu qabaachuu jechuun; rakkina qabaachuu dhabuu osoo hin taane, rakkina keessa dabraa kofluu jechuudha." Birraa Inspire https://t.me/Baharkaa1
نمایش همه...

Repost from Jemal Sheikh Bakri
Yeroo garii ni yaaddoyta, yeroo garii ni dallanta, yeroo garii ni sodaatta, yeroo garii Abdii dhabda. Eeyyen bar kanumaatu jireenya ilma namaatii. Kee qofa sitti hin fakkaatin. Aannan dhagala'eef teessee booyaa oolurra kaatee aannan biraa barbaaddachuu irra hin wayyuu? Ka'i #StandUp
نمایش همه...
Repost from Ethio telecom
Photo unavailableShow in Telegram
ወርሃዊ የድምጽ እና ዳታ ጥቅሎች አዳዲስ የጥቅል አማራጮችን ጨምረውና ተሻሽለው ቀረቡ! ወርሃዊ የድምጽ እና ዳታ ጥቅሎችን በመግዛትዎ ከሚያገኙት ከፍተኛ ቅናሽ በተጨማሪ ወሩ ሳይጠናቀቅ የዳታ ጥቅሉን ተጠቅመው ከጨረሱ ከመደበኛው የኢንተርኔት ታሪፍ በ55% ቅናሽ 1 ሜ.ባ በ9 ሳንቲም ብቻ አገልግሎት ያገኛሉ። ጥቅሎቹን በቴሌብር ሱፐርአፕ http://onelink.to/fpgu4m ከተጨማሪ 10% ስጦታ ጋር እንዲሁም በማይ ኢትዮቴል እና *999# ያገኟቸዋል
نمایش همه...
Repost from Adem Laws Channel
نمایش همه...
Repost from FBC Afanoromo
Photo unavailableShow in Telegram
Haala gahaafi bu'a-qabeessa ta'een bakkatti fayyadamuun sona uumuuf barbaachisaadha-MM Abiy Ahimad Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)-Haala gahaafi bu'a-qabeessa ta'een bakkatti fayyadamuun sona uumuuf barbaachisaadha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, Giddugala Biqilootaa Paarkii Tokkummaa, Arkaayivii Parkii Tokkummaa fi Giddugala Wal'aansaa Waajjira Ministira Muummee eebbisaniiru. Giddugalli Biqilootaa bakka faayidaarra oolee hin beeknetti kan hojjetame ta'uu, Arkaayivii Tokkummaa fi Giddugala Wal'aansichaatiif hojiin ammayyoomsuu bal'aan kan hojjetamee fi sadarkaasanii kan eeggatan taasifamuu ibsaniiru.
نمایش همه...
ቦታን በበቂ እና ውጤታማ በሆነ መንገድ መጠቀም እሴት ለመፍጠር አስፈላጊ ነው። ዛሬ የአንድነት ፓርክ የዕጽዋት ማዕከልን የአንድነት ቤተ መዛግብትን እና የጠቅላይ ሚኒስትር ጽ/ቤት የሕክምና ማዕከልን አስመርቀናል:: የዕጽዋት ማዕከሉ ጥቅም ላይ ውሎ በማያውቅ ቦታ ላይ የተሠራ ሲሆን ለአንድነት ቤተ መዛግብት እና ለሕክምና ማዕከሉ ደግሞ ሰፋፊ የማዘመን ሥራዎችን በማከናወን ደረጃቸውን የጠበቁ እንዲሆኑ ተደርጓል። Adequate and productive use of spaces is essential in value creation. Today we inaugurate the Unity Park Botanical Center; the Unity Archive and the PMO Medical Center. The Unity Park Botanical Center has been developed from scratch in a none utilized space while Unity Archive and the Medical Center have undergone extensive renovation and restoration works to bring them up to standard.
نمایش همه...
نمایش همه...