cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Jemal Sheikh Bakri

Wel Come to Jemal's Official Channel. Stay With Me You can get some experience from me! @Na4Je

نمایش بیشتر
فنلندة1 270زبان مشخص نشده استدین و مذهبی19 579
پست‌های تبلیغاتی
4 777
مشترکین
+124 ساعت
+147 روز
+4730 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Qilleensi, namaa fi bineensi Biyya ofii kan bakka biraa caala. Biyya ifii maaltu gaya.
نمایش همه...
12
G a l a t a Obboleeyyan kiyya kan toora miidiyaa hawaasaatiin wal beeynu fi kan qaamaanis wal beeynu, warreen na dhukkubuun kiyyya isin yaachisee naaf bilbilaa turtan akkasumatti naaf barreessaa turtan hedduu naaf galatoomaa. #Alhamdulillaah Fayyeetimln jira. Ammallee Qoricha fudhachuttin jira. Rabbiin kiyya fayyaa gaarii naaf kannaa jira. Du'aa'ii naaf gootaniif galatoomaa. Ammaan booda boqonnaan qaba. Karaa telegram fi facebookiin baay'ee wal argina. Waan haarawa hedduus wal agrsiisna. In Shaa Allah du'aa'ii naaf godhaa @JemalSheikhBakri1
نمایش همه...
25👍 6😢 4🙏 1
"Onneen kiyya xiqqishoo qoma keessa jirtu ta'uu beekullee, Akka addunyaatti akka bal'oo fi guddoo taate Namoota keessa seenaniitu beekaa" jedhe. #Heart
نمایش همه...
3
Wanni takkalleen fedhii Rabbiitiin malee galma hin geessu. Rabbiin nu haa milkeessu 🤲 #Aaaaaamiiin
نمایش همه...
10👍 2
Qormaanni nutti haa dhuftullee jechuu baatan, qormaata namatti dhufeef obsuun dhiirummaadha. Yaa Rabbi Qormaata ati nu qorte warra dabru nu godhi Yaa #Qaadir
نمایش همه...
29👍 3
Coraa bareedaa dubartii hedduu duubaan Make Up baay'eetu jira jedhu mitii ree. Dhiirti dubartii hin geenyeyyuu waan baay'ataa jirtu fakkaatti😅
نمایش همه...
😁 12👍 2👏 1
Yeroo hedduu wanni na dhibu namoonni hedduu dandeettii tee dhoysuuf yeroo yaalan arguu hin ooltu. Garuu maaliif...? Maaliif..? #Maaliif..!
نمایش همه...
24👍 5👏 1😁 1
Tarii bakkaan barbaadu gahuu dhabuun mala, garuu bakkaan hin barbaanne na geessuu dhabuu keetiif sin galatoomfadha yaa #Rabb☝️
نمایش همه...
🥰 16 8👍 7🔥 4
Rabbiin yoo hedduu si eeysise, hanga eeydee ol tu dhufaa jiraa qophaayi #Rabb☝️
نمایش همه...
👍 14 6🥰 3👏 1