2 580
مشترکین
+124 ساعت
+37 روز
-2330 روز
آرشیو پست ها
2 580
OMN: Sarbama Mirga Namoomaa Oromiyaa
Oromiyaa keessatti mirgi namoomaa marfamaa fi shororkaa humnoota nageenya mootummaa jala jiraachuu ragaaleen OMN dhaqqaban akeekan.
2 580
https://omn.today/biyyaa-baafamuu-omn/?lang=en
Ajjeefamuu Haacaaluu Hundeessaa fi Biyyaa baafamuu OMN
2 580
~ Mootummaa Kan qeequ Taayyee Danda’aa Hidhame
~Komishiini Marii Biyyaaleessaa fi hiree Federaalizimii
~ Tooftaa waraanaa mootummaa fi nagaa dhabuu biyyaa
Join this channel to get access to perks:
 / @oromiamedia
2 580
Namni Kun Gammachuu zeleqe jedhamaa jiraata godina gujii bulchinsaa magaala adoolaa woyyuuti
Gaafa guyyaa 12/08/2017 jechuun guyyaa ayyannaa galgala bulchinsaa magaala adoolaa woyyuuti galgala naannoo sa'atti 12:30 ti osoo inni maati ofii wojjiin bajaajin galuu jiruu achumaa bulchinsaa magaala adoolaa woyyuuti milishaan gandaa Gooroo xiloo karaa irratti dhabaachistee waan ayyannaa fidii jetteen mucaanis wommaa hin qabane jedheen sana booda dirqaama keennuu qabdaa jechuun feeroon mucaa caccaabsan amma du'aa fi jireenya gidduu Jira isinis yaaduma kana bu'uura godhaachun sagalee Akka Nuuf taatanu Jenna please 😭😭 wanti bulchinsaa magaala adoolaa woyyuuti achumma ganda Gooroo xiloo sana keessati yeroo baay'ee irraa deeddebi'amee ummatni keenyaa qamaa milishaa ofiin jedhaa Halkaan gurma'ee deemuun samaama Jira 😭😭
