en
Feedback
Gutema I

Gutema I

Open in Telegram
2 580
Subscribers
No data24 hours
+37 days
-2230 days
Posts Archive
photo content

photo content

photo content

photo content

OMN: Sarbama Mirga Namoomaa Oromiyaa Oromiyaa keessatti mirgi namoomaa marfamaa fi shororkaa humnoota nageenya mootummaa jala
OMN: Sarbama Mirga Namoomaa Oromiyaa Oromiyaa keessatti mirgi namoomaa marfamaa fi shororkaa humnoota nageenya mootummaa jala jiraachuu ragaaleen OMN dhaqqaban akeekan.

Cinaaksan
Cinaaksan

photo content

https://omn.today/biyyaa-baafamuu-omn/?lang=en Ajjeefamuu Haacaaluu Hundeessaa fi Biyyaa baafamuu OMN

~ Mootummaa Kan qeequ Taayyee Danda’aa Hidhame ~Komishiini Marii Biyyaaleessaa fi hiree Federaalizimii ~ Tooftaa waraanaa mootummaa fi nagaa dhabuu biyyaa Join this channel to get access to perks:    / @oromiamedia  

photo content
+3

photo content

Namni Kun Gammachuu zeleqe jedhamaa jiraata godina gujii bulchinsaa magaala adoolaa woyyuuti Gaafa guyyaa 12/08/2017 jechuun guyyaa ayyannaa galgala bulchinsaa magaala adoolaa woyyuuti galgala naannoo sa'atti 12:30 ti osoo inni maati ofii wojjiin bajaajin galuu jiruu achumaa bulchinsaa magaala adoolaa woyyuuti milishaan gandaa Gooroo xiloo karaa irratti dhabaachistee waan ayyannaa fidii jetteen mucaanis wommaa hin qabane jedheen sana booda dirqaama keennuu qabdaa jechuun feeroon mucaa caccaabsan amma du'aa fi jireenya gidduu Jira isinis yaaduma kana bu'uura godhaachun sagalee Akka Nuuf taatanu Jenna please 😭😭 wanti bulchinsaa magaala adoolaa woyyuuti achumma ganda Gooroo xiloo sana keessati yeroo baay'ee irraa deeddebi'amee ummatni keenyaa qamaa milishaa ofiin jedhaa Halkaan gurma'ee deemuun samaama Jira 😭😭