OMN Telegram News channel
📈 تحلیل کانال تلگرام OMN Telegram News channel
کانال OMN Telegram News channel (@omn28) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 11 834 مشترک است و جایگاه 16 503 را در دسته اخبار و رسانهها و رتبه 2 832 را در منطقه أثيوبيا دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 11 834 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 08 ژوئیه, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 155 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 2 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 8.01% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 4.72% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 948 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 558 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 3 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“OMN is an Independent media.”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 09 ژوئیه, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته اخبار و رسانهها تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 09 ژوئیه | +2 | |||
| 08 ژوئیه | +5 | |||
| 07 ژوئیه | +3 | |||
| 06 ژوئیه | +6 | |||
| 05 ژوئیه | +11 | |||
| 04 ژوئیه | +3 | |||
| 03 ژوئیه | +5 | |||
| 02 ژوئیه | +9 | |||
| 01 ژوئیه | +1 |
| 2 | https://youtu.be/TqKezZD7LhU?si=adCSa4tVZeklRexm | 350 |
| 3 | https://youtu.be/vigLracq7Eg | 586 |
| 4 | بدون متن... | 625 |
| 5 | Godinaalee Arsii fi Harargee Lixaa kan walqunnamsiisu daandiin Abboomsaa-Asakoo-Ancaar erga hojiin isaa dhaabbatee waggoota 9 ta'uu jiraattonni himan.
Jiraattonni waan jedhan, daandiin kun kiilomeetira 103 dheerata.
Daandiin kun hojjatamuu jalqabee akka ture eeranii, jalqabee otoo hojjatamaa jiruu dhaabbachuu himan.
Amma erga dhaabbatee waggootiin 9 lakkaa'amuu dubbataniiru.
Hojiin daandii rakkoo hawaas dinagdee hawaasa naannawaa sanaa ni fura jedhamee abdatame kun dhaabbachuu isaatiin hawaasni rakkoo hamaaf saaxilamuu dubbatan.
Dhimma kana qaamolee mootummaa sadarkaa sadarkaan jiranitti iyyatanii qaamni dhagahu dhabamuu ibsaniiru. | 515 |
| 6 | بدون متن... | 368 |
| 7 | Istaadiyeemiin Harar waggoota 10 dura ijaarsi isaa jalqabe hojiin isaa dhaabbachuun deebisee jijjigaa akka jiru jiraattonni himan.
Jiraattonni dhimma istaadiyeemii kanaa qaama itti himannu dhabne jedhu.
Istaadiyeemiin ijaaramuu jalqabee gidduutti hojiin isaa dhaabbate amma deebi'ee jijjigaa akka jiru dubbataniiru.
Qabeenyi hanga kanaa itti bahee haala kanaan karaatti hafuun kufaatii guddaa akka ta'e ibsaniiru. | 322 |
| 8 | بدون متن... | 277 |
| 9 | Godina Wallagga Lixaa aanaa Ganjiitti oomisha albuudaatiif uummanni gandoota garaagaraa buqqaafamaa akka jiru dhagahame.
Jiraattonni OMN'f yaada isaanii kennan Oomisha Albuudaa Tulluu Kappiif jecha qonnaan bultoonni qe'ee isaanii irraa buqqaafamaa jiraachuu himaniiru.
Gandoota baadiyyaa Kappii Gurraachoo, Biqiltuu Ankoorii fi Gudayyaa Gujii jedhamanii mootummaan uummata oomisha albuudaaf jecha kaasuuf sochiitti akka jiru ibsaniiru.
“Beenyaa ga'aa utuu nuuf hin kaffalin, mana jireenyaa ykn bakka qubannaa ga'aa utuu nuuf hin qopeessin mana keenya, jireenya keenya irraa dirqamaan nu buqisanii Magaalaa Ganjiitti Mana kiraayiitti nu galchuuf haala hundumaa ofii isaanii xumuranii nutti himanii nu dirqisiisaa jiru” jedhan.
Lafa qonnaa keenya nuti durii kaasnee irra jiraataa turreen kan wal madaalu ykn beenyaa otoo hin kennin dirqamaan marsaa 1ffaa 2ffaa jedhanii nu bittimsanii qe'ee keenya irraa nu buqisaa jiru jechuun jiraattonni himatu.
Kaampaaniin kun hoji dhabdoota naannoo hojii kanaa jiran dargaggoota baratanii hojii dhabanii mana ta'aa jiran hojii kaampaanii kana keessatti qacaree hojjechiisuu akka hin barbaadnes ibsaniiru.
“Lafti kan qaama sadiiti: kan dhaloota darbee, kan amma jiruu fi kan dhaloota boruuti” kan jedhan jiraattonni, lafti qonnaan bulaaf bu'uura wabii jireenya isaati malee meeshaa gurgurtaa miti jechuun komatu.
Beenyaan maallaqaa hin kennamne otuma kennameeyyuu yeroo gabaabaa booda dhumuun dhaloota itti fufu hiyyummaaf akka saaxilu dubbataniiru.
Piroojeektiin Albuuda Warqee Tullu Kappii hojjetamuuf deemu kun qonnaan bulaa qe'ee kanaa kan hirmaachisu ta'uu akka qabus himaniiru.
Kanaafuu beenyaa maallaqaa qofa osoo hin taane hawaasi lafa isaa dhabu "Abbaa Aksiyoona" (Share Holder) ta'ee bu'aa pirojeekttii kana irraa bara baraan argachuu qabaa jedhan.
Misoomni hojjetamu kamuu hirmaachisaa fi guddina waloof wabii ta'uu qaba malee lammiilee qe'ee dhalootaaf guddina isaanii irraa haala mariif waliigaltee gahaa tokko malee buqqisuun dhabamsiisuun seera biyyaatiinis ta'e seenaanis fudhatama hin qabu jedhan.
Dhaabbileen Faayinaansii Addunya, Baankiin Misoomaa Afrikaa fi qaamoleen Faayinaansii dhiyeessan pirojeektiin kun ulaagaalee mirga namoomaa idil-addunyaa kan guute ta'uu isaa mirkaneessuu akka qaban gaafataniiru jiraattonni.
Marii Qaama seera qabeessa waliin qaamni hawaasa naannoo bakka kaafamtoota Misooma Warqee Tullu Kappii bakka buufame, jaarmiyaalen hawaasaa fi ogeeyyiin seeraa bakka jiranitti taasifamuu akka qabus dhaamaniiru.
“Kaampaaniin Oomisha Albuudaa Tulluu Kappii jedhamu kun waggoota 15 ol nu rakkisee jira sababiin isaa karoora hojii dhuunfaa keenyaa karoorfannee akka itti jiruu fi jireenya keenya itti geggeeffannu nu danqee jira” kan jedhan jiraattonni, baruma baraan waqtii roobni roobee nuti hojii qonnaa eegaluuf qopoofnu hin buqaatu ykn hin kaafamtu jechuun karoora keenya nu arkatti jeeqee qe'ee keenya irratti jiruu fi jireenya keenya jeeqaa turee yeroo ammaa kanas itti fufee jira jedhan. | 309 |
| 10 | بدون متن... | 310 |
| 11 | Hawaasni Oromoo Kaanaadaa Toroontoo fi Kilabni Kubbaa Miilaa Toroontoo Oromiyaa taphataa dhalataa Oromoo ta'e tapha waancaa addunyaa bara kanaa irratti garee biyyaalessaa Kaanaadaaf hiriiree taphataa tureef simannaa taasisuuf jedhu.
Simannaan kun Adoolessa 18 bara 2026 3:00PM'tti akka adeemsifamu koreen qindeessituu beeksiseeti jira.
Bakki simannaa 1573 BLOOR ST W, TORONTO, ON M6P 1A6 ta'uu himeeti jira.
Taphataa kubbaa miilaa jalqabaa Oromoo tapha waancaa addunyaa irratti hirmaate Alii Ahmadiif simannaa gootaa taasifamu kana irratti hawaasni Oromoo biyya Kaanaadaa akka hirmaatu koreen qindeessituu yaamicha dhiheessee jira.
Waxabajjii 10 bara 2000 maatii hidda dhaloota Oromoo irraa Kaanaadatti kan dhalate Alii Ahmad, kilaba kubbaa miilaa Toroontoo Oromiyaa jedhamu keessatti taphataa kan guddate yemmuu ta'u, OSFNA keessatti kilaba isaa bakka bu'uun yeroo dheeraaf taphataa ture.
Aliin OSFNA booda kilaba Kaanaadaa Vancouver Whitecaps jedhamu MLS keessa taphachaa ture.
Achi booda Amajjii bara 2026 gara Awurooppaa cehuun garee Shaampiyoonship keessa taphatu Norwich Siitiif mallatteessee taphataa jira.
Norwich Siitiitti makamee gahumsa olaanaa agarsiiseen gareen biyyaalessaa Kaanaadaa waancaa addunyaa Kaanaadaa, Ameerikaa fi Meeksiikoon gamtaan qopheessan irratti akka hirmaatuuf yaamicha taasiseefii garee biyyaalessaa Kaanaadaaf hiriiree taphataa ture.
Taphoota irratti hirmaate irrattis gahumsa olaanaa agarsiisuun dinqisiifannaa gonfatee jira Alii Ahimad. | 461 |
| 12 | Roonaaldoo fi Waancaa Addunyaa | 755 |
| 13 | https://youtu.be/bDkh89TFQ2w | 752 |
| 14 | بدون متن... | 765 |
| 15 | Korri Hundeeffama Waldaa Kuraa Galaan waggaa 8ffaan Ameerikaa Minisootaa keessatti qophaa'aa akka jiru dura taa'aan waliigalaa Waldaa Kuraa Galaan obbo Huseen Qaasim OMNtti himan.
Korri hundeeffama Waldichaa Kaaba Ameerikaa magaalaa Minneapolis Minnesotaa keessatti Hagayya 6, 2026 kan adeemsifamu ta'u kan himan obbo Huseen Qaasim, Miseensota Waldichaa dabalatee hawaasni Oromoo kanneen Minneapolisi fi naannoo ishii jiraatan akka kora kanarraa qooda fudhatanif waamicha taasisani jiru.
Kora kana irratti Hooggantoota Waldaa Kuraa-Galaan, Dura Taa'aan Kuraa Galaan WaliiGalaa Obbo Husseen Qaasim, Hooggana Koree Boordii Kuraa Galaan, Obbo Gaaddisaa Badhaasoo, Barreessaa Kuraa-Galaan Gutama Mohamedsulxan, Abbaa Jarmaayya Kuraa-Galaan Abdi Ibrahim, dura taa'aa Afran Qalloo Shame Husseen, dura ta'aa Sikkoo mandoo Obbo Feeysal Usman, dura taa'aa Faawundeeshinii Idil-addunyaa Humbaannaa Eng. Arif Ali, fi dura taa’aa kuraa galaan damee Minnesota Hakim Hamza kan kora kana irratti argaman ta'uun obbo Huseen Qaasim yaada OMNf kennanin ibsani jiru.
Keessummoonni kabajaa biyyootaa fi magaalota garagaraa irraa kan hirmaatan yeroo tahu, Hayyuu Seenaa Obbo Naasir Kaliil Australia irraa koricharratti kan argama ta'u himani jiru.
Kaayyoon Korichaa: Waldaan Kuraa Galaan Imala Waggoota 8ffaa dabran keessatti hojiilee hojjataman gaggamuufi hojiilee fuul duraaf karoorfaman hojirra oolchuf, akkasuma Caaseffama Kuraa galaan waggoottan dabranii irratti miseensota waliin marii gaggeessuufi.
Kana males Koricha irratti qophiilee Bashannansiisoo kanneen akka Walaloo, fi Seenaan Sirna Gadaa dhiyaata.
Hawaasni dhimma Kora hundeeffama Waldaa Kuraa Galaan irratti pdeeffannoo dabalataa yoo barbaade akkoofsa Bilbilaa kanaan argachuu akka danda'u ibsame jira.
. +1 (503) 516-6583
+1 (612) 666-7083
+1 (763) 742-6358 | 607 |
| 16 | بدون متن... | 475 |
| 17 | Hawaasni Oromoo biyya Jarman Adoolessa 17-19 bara 2026tti feestivaalii ispoortii magaalaa Firaankifartitti qaba.
Feestivaalii ispoortii kana Hawaasa Oromoo Hiisintu qopheessaa jira.
Dhalattoonni Oromoo guutuu Jarman keessatti argaman akka hirmaatan yaamicha dhiheessaniiru miseensonni koree qindeessituu.
Feestivaalii ispoortii kana irratti gareewwan ispoortii hedduun hirmaachuuf galmaa'uu himaniiru.
Feestivaaliin ispoortii kun aadaa uummata Oromoo beeksisuuf akkasumas tokkummaa hawaasichaa cimsuuf gahee olaanaa akka qabu dubbataniiru. | 456 |
| 18 | بدون متن... | 452 |
| 19 | Feestivaalii Ispoortii Oromoo Kaaba Ameerikaa irratti dhalattoonni Oromoo dammaqinaan akka hirmaatan pirezidaantiin Federeeshinii Ispoortii Oromoo Kaaba Ameerikaa OSFNA Abdii Muudee yaamicha dhiheesse.
Feestivaaliin ispoortii OSFNA Hagayya 1 hanga 8 bara 2026tti Minisootaatti adeemsifama.
Feestivaalii ispoortii kanaf istaadiyeemii guddaan qabamee qophii jabaan taasifamaa jiraachuu Abdii Muudee himee jira.
Dhalattoonni Oromoo feestivaalicha irratti akka hirmaatanis yaamicha dhiheesseera. | 554 |
| 20 | بدون متن... | 570 |
