cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

KULUBI SECONDARY SCHOOL

New generations

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
956
مشترکین
+624 ساعت
+177 روز
+3930 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

6🖕 3
Repost from CHERCHER ACADEMY
Repost from N/a
👍Best Physics short note 🤩 🌟From Grade 9-12 በቀራችሁ ጊዜ በፍጥነት cover ለማድረግ ይረዳችኋል Basic ኖቶች ተካተውበታል😍😍😍 Join👇👇👇 @Entranceprepare @Entranceprepare
نمایش همه...
Repost from N/a
Dictionary of Physics 👍Size: 708KB 🎚ለPhysics ኢንትራንስ ፈተና ዝግጅት የሚረዷችሁ 1000+ የ physics ቃላቶች ፣ እስከነ ማብራሪያቸው😊። join and share👇👇👇 https://t.me/Entranceprepare https://t.me/Entranceprepare
نمایش همه...
Barattoota kutaa 12ffaa bara 2016 Qormaata seensa Yunivaarsittii fudhachuuf qopha'aa jirtaan hundaaf, Guyyaa boruu 19/09/2016 Orientation walii galattii fi Leenjii wa'ee Qormaata kara Online irrattii waan isiniif kennamuuf, nama tokkoo akkaa M/B irraa hin hafnee Gamanumaan isiin beeksifnna. Ergaa kanaa waliif dhaama.
نمایش همه...
15👍 3👎 3🖕 3
#Xiyyeeffannoo_Kitaabilee_barattoota_kutaa_11ffaa_12ffaa ✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️ Kitaabilee #sirna_barnootaa_haaraa sad.2ffaa (new curriculem education) kitaaba barataa fi qajeelcha Barsiisaaf hangi gatii qophaa'e ministeerri barnootaa ifoomseera. #Hangi_gatii kitaabilee barnootaa kanaaf qophaa'e yoo #badee fi #manca'e ykn ciccitee argame kanfaltiin barataan ykn barsiisaan kanfaludha. #Kitaaba_barataa Kutaa 11ffaa fi 12ffaa 1.Ingiliiffa-qeenteetti qar.334 fi 313 2.Herreega-qeenteetti qar.478 fi 478 3.Baayooloojii-qeenteetti qar.339 fi 406 4.Keemistirii -qeenteetti qar.389 fi 343 5.Fiiziksii -qeenteetti qar.385 fi 224 6.Hawaasa-qeenteetti qar.296 fi 309 7.Ikonoomiksii-qeenteetti qar.241 fi 254 8.Seenaa -qeenteetti qar.313 fi 334 9.IT. -qeenteetti qar.207 fi 249 10.Qonna-qeenteetti qar.313 fi 347 duraa fi duubaan gatii kitaabilee kutaa 11ffaa fi 12ffaaf murtaa'e dha. Kanaafuu,barattootni qabinsa fi kunuunsa kitaabilee kanaaf of-eeggannoo jabaa taasisuun dirqama dha.Maatiin barattootaa fi barsiisotni xiyyeeffannoon hordoffii taasisuun tarkaanfii barbaachisu fudhachuu qabu. Sirnaan golgamee kunuunsuun barataa gara barataatti darbee tajaajila yeroo dheeraa kennuu qaba. Qabinsa seera Qabeessaa kan hin taasifne taanaan maxxansuuf baasii Cimaa waan gaafatuuf kitaabilee jiran kunuunsuun hanqina mudatu maqsuun barbaachisaa dha. #Kitaabni_qaroo_ijaa_dha. #Kitaabni_soorata_sammuuti. #Kitaabni_xurree_qaroominaati. #Kitaabni_dilbii_dhalootaat.
نمایش همه...
6🖕 2😁 1
Photo unavailableShow in Telegram
👍 4 3👎 1
Repost from CHERCHER ACADEMY
Repost from CHERCHER ACADEMY
👎 4
Repost from CHERCHER ACADEMY
2