cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

QAROO JAALALA ❤️

Chan @QAROOJAALALA ❤️jaalati wantoota argaman kessa hanga muraasa argatan👇 ✅ Gorsa jaalala fi oduu jaalala ✅Jechoota jaalala ✅Walaloo jaalala fi sirba ✅Seenaa jaalala ✅Wantoota jaalala wajjin wal qabate 📥 Yaadaf 👇 📥 @Ruhiiko 💕 📥 @Ruhiikoo 💙

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
5 137
مشترکین
-424 ساعت
-217 روز
-6230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

❤️💚❤️💚❤️💚❤️ Silaa nan bararaa Goflaa ofirraa hin qabu Lubbuuntoo hin feetu If biraa sidhabuu Yeroonin siyaadu Suuraa teetin laala Wayi jaalalli teetis Daran natti caala Yaa dawaa qaama kootii Akkamtu naaf mala? ❣❣❣❣❣❣❣   #walaloo babbareedduu argachuuf chan     @QAROOJAALALA 💙            #join godhi !
نمایش همه...
4💔 4👍 2
🎤Namoota passport barbaadaan hunaaf! ✅ Tajaajila saffisaafii ammayaa'atti fayyadamaa. ✴️ Fayyadamtoota tajaajila keenyaa ta'uudhaaf: ❶. Maqaa fi laakkofsa bilbilaa keessan nuu ergaa. ❷. Tajaajila barbaaddan nuu barreessaa(Sagaleenis nuu kaayuu dandeessu) ▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂ 🔹Passport haaraya baasuuf ✔️ Woraqaa dhalootaa fi woraqaa eenyummaa kan gandaa haala gaariin suuraa kaasuun ykn scan gochuudhaan nuu ergaa. 🔹Kan yeroon isaa xumurame ykn Expired ✔️ Fuula jalqabaa kan odeeffannoon irra jiru (kan suuraafii maqaa ofirraa qabu) haala gaariin suura kaasaa nuu ergaa. Kan biraa immoo suuraa size passport kaatanii soft copy isaa bilbila keessan iratti fudhattanii nuu ergitu. 🔹 Daa'imman ganna 18 gadiif / Under 18 ⇶Woraqaa dhalootaa daa'imattii fi woraqaa eenyummaa abbaa yookiin haadhaa suura kaastanii nuu ergitu. 🔹 Kan isin jalaa bade deebifachuuf ✔️ woraqaa eenyummaa gandaa. akka carraa yoo suura isaa qabaattan fuula jalqabaa nuu ergitu ykn laakkofsa isaa fi woraqaa mirkaneessituu waajjira poolisaa irraa (police evidence letter)baastanii suura isaa nuuf ergitu. ✅Odeeffannoo dabalataaf 🔸 +251929423494 ▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂ ☞❶ @ruhiiko ☞❷ @ruhiikoo ⚠️ Odeefannoo guutuu argatuuf(All information) @ruhikoo
نمایش همه...
🇪🇹PASSPORT HAARAYA BAASSUUF 🇪🇹
🇪🇹PASSPORT KAN YERROO ISAA XUMUREE🇪🇹
🇪🇹PASSPORT BAADEEF 🇪🇹
🇪🇹 PASSPORT HATAMEEF 🇪🇹
🇪🇹PASSPORT GALMAA'UUF 🇪🇹
Photo unavailableShow in Telegram
Nama walin jirtu jaalachurra Nama wal malee jiraachu hin dandeenye jaalatutu caala👌 @Qaroojaalala 🩸
نمایش همه...
Yaa simbirroo kiyya caffee qooxii gubbaa intala Abbaa Biyyaa shaggee mootii durbaa An hamaakee hinfedhu giiftii malli cimaa, Mee na dhaggeeffadhu waan xiqqoon sitti himaa. "Siif gatii kaffaluuf, eelaaf jirma baataa; Lafti fagoon iyyuu siif natti dhiyaata. Kan daguudhaan lufu, akka biilaa garbuu; hamaan sitti dhufu, natti siif haa darbu. Ati kuttee hindabin, ani kutee ha dabuu; ati kuftee hincabin, ani kufee ha cabuu. Hamaanke hin margin, kiyya hirkoon ha gu'u; ati du'a hin argin, ani iddookee ha du*u. miidhama keen iyya, laal gidiraa keeti; Ati Saaraa kiyya, An Chaandiraa keeti. Gameen kee gameekoo, rakkina  keen iyya; lafeen kee lafee koo, salphinakeet* kiyya" Jedhee sitti himuukoo, Erga tahee faallaa; nagaatti tiruukoo, gargar banee ilaallaa! 💔 🖊Facebook
نمایش همه...
👍 12
Jalaala kee💞 Rafe hiribaa hin qabu Ta'ee boqqonaa hin qabu Ejaanon koo sumaa xinxaala Malumatu naf falaa ~ Ana baradhee ebbifameen jiraa Si kunnusudhaf masteri dhan Si faana turuf phd dhan Si buharsuf digiri dhan Si kofalchisudhaf profesaruman Yaa jalaale kiyaa Sartfiket hundaa qaba Maloo na rammadii Onnee kee kessatii Bakkaa hojii Banaa ilaliii Dukkana manati jalaa galani Jalaala hamtu kee kanaa Onnee kee kessaatiin jalaa galaa Mee balbaala naf banii ~ Robati hucuu hin balisaani Gabaa dhiteeti hin demaani Leencaa bellaati jiruu itti hin demanii Jalaale kiyaati namuu harka hin lataani 🤔🤔🤔🤔🤔🤔♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💓💓💓💓💞💞💞💞💞👇👇👇👇👇👇 @QAROOJAALALA❤ namni chan kan hin qabne 👉 @qaroojaalala ❤ yoo yaada fi qeeqa yoo qabatan kan linki kanan na argatu  @Ruhiiko ❤ galatooma warri chan kanaatti dabalamu fedhii qabatan karaa linki kanan argaatu 👉  @Ruhiiko ❤argaatu Galatoomaa
نمایش همه...
👍 7 4
Bareedni kee addaa Nama rifaasisaa Osoo jimaan qama'in Nama mirqaansisaa Onnee jala seenee Tuttuqee qirqirsaa ......... Iji fuula kee arge Kokkolfee taphataa Guyyaa bareessitaaf Gammachuudhan guutaa Ana qofa mitii Hunduu si jaalataa Kan koo garuu addaa Hundaa ni moo'ataa ........ Erguman si argee Nagaa dhabe shaggee @Qaroojaalala yaadaaf @Ruhiiko
نمایش همه...
👍 14
Kan kabajaa qabu Suuta wajji deemta Kan kabajaa dhabes Akka beekutti oftaa Kabajamuun abbaafii Yoo dantaan jiraatee Funyaan lafa riguudha kan nama tuffatee
نمایش همه...
👍 14
❤️💚❤️💚❤️💚❤️ Silaa nan bararaa Goflaa ofirraa hin qabu Lubbuuntoo hin feetu If biraa sidhabuu Yeroonin siyaadu Suuraa teetin laala Wayi jaalalli teetis Daran natti caala Yaa dawaa qaama kootii Akkamtu naaf mala? ❣❣❣❣❣❣❣   #walaloo babbareedduu argachuuf chan     @QAROOJAALALA 💙            #join godhi !
نمایش همه...
12👍 4
Maal barbaadduu? Fedhii keessan eeguuf chaaneloota babbareedoo qabannee isiniif dhiyaanneerra! Maarree itti dabalamaa👇👇
نمایش همه...
❇️Beeksisa Qacarrii❇️
❇️Karaa Milkaa'inaa❇️
❇️Gorsa Beektotaa❇️
❇️Barnoota Xiinsammuu❇️
Oduu Araaraa
❇️Dhaloota Qubee❇️
❇️ Karoora qabaachuu❇️
❇️ Gaa'elaa❇️
❇️ JOIN JOIN JOIN❇️
❇️Share Share Share❇️
Repost from Duudhaaf Safuu
Artiatii Oromoo beekamaan, 'Sabni seenaa hin qabne bishaan gabatee irraati, gara argetti garagala' jedhe eenyu?Anonymous voting
  • Artisti Hacaaluu Hundeessaa
  • Artisti Eebbisaa Addunyaa
  • Artisti Usmaayyoo Muusaa
  • Artisti Alii Birraa
0 votes
👍 6😁 1
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.