fa
Feedback
QAROO JAALALA ❤️

QAROO JAALALA ❤️

رفتن به کانال در Telegram

Chan @QAROOJAALALA ❤️jaalati wantoota argaman kessa hanga muraasa argatan👇 ✅ Gorsa jaalala fi oduu jaalala ✅Jechoota jaalala ✅Walaloo jaalala fi sirba ✅Seenaa jaalala ✅Wantoota jaalala wajjin wal qabate 📥 Yaadaf 👇 📥 @Ruhiiko 💕 📥 @Ruhiikoo 💙

نمایش بیشتر
4 868
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-227 روز
-8130 روز
آرشیو پست ها
Jaalalleen / Niitin Kee Nama Biraa Jaalattee Akka Jirtu Beektaa ? ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ . ◉ " Ishiin anaaf amanamtuudha, onneedhuma ishiirraa na jaalatti, dhiira kamiyyuu goonkumaa hin yaaddu, intala amantiitti jabduu taatedha, lubbuu ishiiyyuu dabarsitee naaf laatti " jettee mudhii kee jabeeffattee ishiidhaf ragaa ba'uu dandeessa. Intalumti ati akkana godhattuuf tun osoo dhoksaatti jaalallee akka qabdu irraa geessee amanuuf si rakkisa. Akkuma dhiiroonni jaalallee/haadha warraa isaanitiif hin amanamne dubartoonni tokko tokkoos akkuma dhiiraa kan biraa waliin buburraaqun ni mul'ata. Siin ala kan biraa yoo qabaatte mallattoo tokko tokko sitti agarsiisuu dandeessi. . ➲ Amala jijjiirratti. Yeruma ati jalqaba ishiin wal bartu yookin fuutu walitti dhufeenya dhiirota baay'ee kan qabdu yoo taate rakkoo hin qabu. Garuu dhiyeenya kana hiriyoota dhiiraa yoo baay'iste shakkuu qabda. Oduu yoo dhageesse yookin ishiniyyuu hiriyaa dhiiraa akka qabdu sitti himnaan hordofuun bayeessa. . ➲ Gargaarsa kee hagas mara hin barbaaddu. Wantoota adda addaa dur si faana kan taasiftu amma garuu kophaa dhuma ishii dalaguu dandeessi. Qofa daandidhuma qaxxaamuruuf sitti rarraati. Amma dhaabuu dandeessi. Yookin nama biraatu bakka kee bu'ee daandii ceesisaa jira ta'a. . ➲ Aaruu ni dhaabdi. Waan feete yoo balleessite omaa itti hin fakkaatu. Dur yoo ati bilbiluma daftee daftee bilbiluufii baatte ni aarti. Amma garuu alaa yoo bultee galte dhimma ishii miti. Jaalala kee fixatteera jechuudha. . ➲ Icciitii eeguu baay'isti. Akka qofaa oolmaa ishii baay'ee sitti hin odeessitu. Qofa lafumaa kaatee waan hunda sitti odeessitee si nuffisiistu sun har'a atiyyuu yoo gaafatte deebii quubsaa argachuu dhiisuu dandeessa. Sababni isaas waan ati akka hin barre tokkotu jira yookin tokko faana haasoftee dadhabdeera ta'a. Bilbila ishii sin tuqsiiftu. Sitti kennituyyuu password walxaxaadhan kan cufameedha. . ➲ Humnaa ol gaarii siif taati. Yoo ati balleessite siin hin loltu. Yoo ati waan ishii miitu dalagdeyyuu kolfiteetuma bira siif dabarti. Garaa si roraasti gaarummaan ishiin siif taasistu. Osuma dubartii biraa biratti si agartee yookin dhageesseyyuu callistee si ilaaluu dandeessi. . ➲ Jaalalli ishiin siif qabdu ni dabala. Qofa hojii malee waa'ee jaalala siif qabduu sitti kaasuu dhiisuu dandeessi. Amma garuu guyyuma guyyaan sin jaaladha siin jetti. Bilbilaan si cinqiti. Siree irrattis jaalala ishii siif ibsiti. . ➲ ◉ Mallattoo akkanaa omaayyuu waan irratti hin argineef guutummatti amanuun sirra hin jiraatu. Akkasumas mallattoo kana hunda waan agarsiiftef nama biraa jaalattee jirti jettee tokkichaan hin murteessin. Waanuma dhageessef, agarteef waa murteessuf hin ariifatin. Hinaaffaa keettiirraayis madduu danda'a. Waan ofii keetii akkas gootuf ishiis akkasitti hin yaadin. . ◉ Osumayyuu mallattoo kana hunda sitti agarsiiftee, otuma dhageessee, osuma agartee, osoo jaalallee biraayyuu qabaattee rakkoon keeti malee kan ishii miti. Sababiin isaas waan sirraa dhabde tokkotu jira. Wantoota ishiitti hir'iste hundayyuu gaafadhuu guutif dadhabdu sirreessaa deemi. Rakkoo kee garuu ishuma qofatu beeka. ➦ Gαℓαтσσмαα!!! Halkan gaarii 💕 @QAROOJAALALA 💕 @QAROOJAALALA @QAROOJAALALA💕 @QAROOJAALALA #join #share #share waliif godha

💚💜💕 Heddu ana dhibde addee jaalalti tee Irraahin wallaale akkam akka taate Nallee waa hin jibbitu, jaalalas hin mullistu Tantee tun maaluma adda nama hin baatu Akkaan si jaaladhu Ni beeyta hin shekkitu Yeroniin si yaame na jala hin owwaattu🤐 Yoonin callisees🤐 akkasis waan feetu Yeroon si dhihaadhe haalaan nan simattu Akkan sirra fagaadhu kuno hin hayyamtuu Duuba maaliin godha, akkami akki feetu? Naaf himi nin godhaa Akka naas amantu @Qaroojaalala 💚 #join✅ #share✅

#Sittitolaa? Jaalalli kan tolu Muddefi ammajji Qabbana naaf obsi Nan jira siwajji. Imoo yeroon seenu Gurupi bay,ataa Gurupii san keysaa Meeqaa si jaalata Normal nan bilbilin Jaartii ko na arkaa Photuma naaf ergi Ijaanin si arkaa. Kardi keysan qabuu Nan fixe kaleessa Ati yoon ergines Naaf laali duressa. Sidhabun dandayu Ija kiyya duraa Yoon sibiratti gale Naaf barbaaddaa Dubra? Bareedduu Too Lokoo Ani siiniin boonaaa Kaleessa Naan jadhan Ishee siif kanninaa @Qaroojaalala

kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee bakka get jedhuu tuqee join godheef
kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee bakka get jedhuu tuqee join godheef👇🏻👇🏻

✅ yeroo amma Data internet Bilisaa fayadamuun itti fufeera Qarshii 1 male 0.00 birr dhaan internet fayyadamuuf bakka Fast int
✅ yeroo amma Data internet Bilisaa fayadamuun itti fufeera Qarshii 1 male 0.00 birr dhaan internet fayyadamuuf bakka Fast internet jedhuu tuqaa seenaa 👇👇

Premier league keessaa eenyuun deggertaa?

Warroota amma online irra jirtan maraaf!! 🔥🔥 Sagantaa gaaffii fi deebii baadhaasa qabu jalqabuuf jennaa!! 👉1ffaa kan baheef 250birr 👉2ffaa kan baheef 150birr 👉3ffaa kan baheef 100birr Chaanalota armaan gadii join gochuun irrattii hirmaadha!! 👇👇

✅Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera channel kenyaatti dabalaam
✅Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera channel kenyaatti dabalaamuf bakka LIVE jedhu tuqa amma daddafa daqiiqaa 2 boddaa hin baddaa👇

Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

✅Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera channel kenyaatti dabalaam
✅Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera channel kenyaatti dabalaamuf bakka LIVE jedhu tuqa amma daddafa daqiiqaa 2 boddaa hin baddaa👇

Gadhiifamera........... HIREE JAALALAA kutaa 30ffaan gadhiifamera.
Gadhiifamera........... HIREE JAALALAA kutaa 30ffaan gadhiifamera.

The Oromo text is a beautiful poem expressing deep love and devotion. Here's a breakdown of its meaning, line by line, along with the English translation you provided: Oromo Text: • Onneen si jaalattii • (My) heart loves you. • Qalbiin siif bilbiltii • (My) mind/heart calls to you. (Here, "qalbiin" can mean mind or heart, and "bilbiltii" implies a strong calling or yearning.) • Fadhiin jaalala koo • The feeling/desire of my love. • Lubbuu dha siif laattii • (Is) my soul, I give it to you. (This means the speaker is willing to give their very soul for the beloved.) • Ijji yoo si laaltuus • Even if (my) eyes look at you. • Suma qofa gartii • It sees only you. • Anuu suma qofaaf • I am only for you. • Qoodamni koo marti • All of my share/destiny/being. (This implies that everything that belongs to the speaker is dedicated to the beloved.) English Translation provided: • My heart loves you 💝 • My mind calls you 💕 • My feeling loves you 💗 • My soul wants you 💚 • My eyes looks you 💜 • My arms need you 💛 • I am only for you👈 Overall Meaning: The poem is a heartfelt declaration of love. The speaker expresses how their entire being – heart, mind, feelings, soul, and even their gaze – is consumed by love for the beloved. They emphasize a singular devotion, stating that they are completely and exclusively for the person they love. The English translation captures the essence of this intense and devoted love very well. The "@QAROOJAALALA" at the end likely refers to a social media handle or a name associated with love or romance.

Gadhiifamera........... HIREE JAALALAA kutaa 30ffaan gadhiifamera.
Gadhiifamera........... HIREE JAALALAA kutaa 30ffaan gadhiifamera.

Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Warroota amma online irra jirtan maraaf!! 🔥🔥 Sagantaa gaaffii fi deebii baadhaasa qabu jalqabuuf jennaa!! 👉1ffaa kan baheef 250birr 👉2ffaa kan baheef 150birr 👉3ffaa kan baheef 100birr Chaanalota armaan gadii join gochuun irrattii hirmaadha!! 👇👇

Repost from Premier League Et
DIRAAMAA BAREEDAA FI JAALLATAMA TA'E. #DIRMAMMUU_JAALALAA HORDOFAA JIRTUU? KANNEN HORDOFAA JIRTANIS TA'E KANNEN HIN JIRRE AMM
DIRAAMAA BAREEDAA FI JAALLATAMA TA'E. #DIRMAMMUU_JAALALAA HORDOFAA JIRTUU? KANNEN HORDOFAA JIRTANIS TA'E KANNEN HIN JIRRE AMMUMA HORDOFUU JALQABAA. LINK GADIIN SEENAA HORDOFAA CHANNEL SANA JOIN GODHADHA. JALQABAA KAASUUN ILAALAA. 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 https://t.me/+15n84BNglVAwNmVk https://t.me/+15n84BNglVAwNmVk https://t.me/+15n84BNglVAwNmVk 👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾

Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Amma irraa kaasee badhaasa kaardii 200 namoota 10f qophaa'ee jira. Join bakka jedhu tuquun irratti hirmaadhaa 👇🏻👇🏻

Gooooooooooooooooooooooooooool Liiiiiiiiiveeeeeerpoooooooooool Riyoooooooooon galchii ajaayibaa kiyyootti direera

Badhaasa qarshii meeqaa irratti hirmaachuu barbaaddu?