cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Badeno wareda Education Office

نمایش بیشتر
فنلندة1 278زبان مشخص نشده استآموزش28 165
پست‌های تبلیغاتی
5 201
مشترکین
+4324 ساعت
+2797 روز
+59830 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Waxabajjii 30/2016 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐁𝐮'𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐟. 👉𝑫𝒖𝒓𝒂𝒂𝒏 𝒅𝒖𝒖𝒓𝒔𝒆𝒆 𝒉𝒐𝒋𝒊𝒊𝒍𝒆𝒆 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂 2016 𝒌𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒈𝒖𝒖𝒕𝒖𝒖 𝒇𝒊 𝒎𝒖𝒖𝒙𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝒒𝒂𝒃𝒖𝒖𝒏 𝒈𝒂𝒈𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒕𝒖𝒓𝒖𝒖𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒎𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏 𝒐𝒍 𝒏𝒖 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒔𝒆𝒆𝒅𝒉𝒂 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒂𝒉𝒆𝒆𝒇 𝒈𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒕𝒐𝒐𝒎𝒂𝒂 𝒋𝒆𝒏𝒏𝒂. 𝑯𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒉𝒖𝒖 𝒎𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒂𝒎𝒎𝒂𝒂𝒔 𝒎𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆𝒏 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒂𝒚'𝒆𝒆𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒎𝒂 𝒅𝒖𝒓𝒂𝒂𝒏 𝒉𝒐𝒋𝒊𝒊 𝒃𝒐𝒐𝒏𝒔𝒂𝒂 𝒉𝒐𝒋𝒋𝒂𝒄𝒉𝒂𝒂 𝒕𝒖𝒓𝒆𝒆𝒏 𝒔𝒊𝒓𝒏𝒂 𝒌𝒂𝒃𝒂𝒋𝒂 𝒎𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒕𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 𝒚𝒌𝒏 𝒄𝒖𝒇𝒊𝒏𝒔𝒂 𝒎𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊𝒔 𝒃𝒊𝒇𝒂 𝒉𝒂𝒘𝒘𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒉𝒆𝒆𝒏 𝒈𝒂𝒈𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒂. 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊𝒔 𝑴𝑩𝑩 𝑩𝒐𝒓𝒖𝒖𝒕𝒊𝒊𝒔 𝒃𝒊𝒇𝒂 𝒂𝒅𝒅𝒂 𝒕𝒂𝒉𝒆𝒆𝒏 𝒆𝒆𝒃𝒃𝒊𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒖. 𝑲𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆𝒏 𝒕𝒂𝒂'𝒆𝒆𝒕𝒖𝒎𝒂 𝒊𝒍𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒖𝒖𝒔 𝒏𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒖. Warreen taa'aa jiru yeroon akka xumuruu qabuu fi waantoota raawwachuu qabu akka raawwatuu fi kanaan alatti kallattii kaa'ame cabsuun kan itti gaafachiisu tahuu isaa beekuun dirqama. 👉Hojiileen ijoon yeroo kanatti barbaachisan kan teeleegiraama irra kaa'ame akkaatuma jiru saniin yeroon dalagamee galuu qaba. Akka adeemsa mis fi Hog manneen barnootaatti immoo 1. Madaalliin barsiisotaa kan seem.2ffaa 2. Kilaraansii barsiisotaa kan ji'a Adoolessaa. 3. Ragaa barsiisotaa gosa barnootaa isaan ittiin eebbifamaniin. 4. Barsiisoota Dow fi CPD Dalagan addaan baasuun gabaasa isaa 5. Barsiisoota Iddoo dhalootaa tajaajilaa jiran kanneen hojii barnootaa irratti rakkoo uumaa turan addaan baasuun qaboo yaa'ii GMB fi BBLG tiin mirkaneessuun galchuu. 7. Barsiisoota ragaalee barbaachisan osoo hin galchin gara maatii ofiitti galan ykn gara hojii dhunfaatti deeman yoo jiraate xalaayaan akka nu beeksiftan. 👉Walumaa galatti hojiilee armaan olitti tuqaman kana hanga Adoolessa 08/2016 tti akka galchuu qabdan irra deebiin isin beeksifna.
نمایش همه...
نمایش همه...
leenjii koompitara afaan oromoo kutaa 3ffaa

Leenjii kompitaraa Afaan Oromoo Kutaa 3ffaa, koorsii guutuu bitachuudhaaf: bilbila 0946392096, telegram link:

https://t.me/techservi

channel telegram keenya seenuudhaaf

https://t.me/techservervice

leenjii koompitaraa afaan oromoo kutaa 2ffaa :

https://youtu.be/PPLlLUzY2m4?si=UEUZiGAYMs6IVLeG

step dv itti guuttan viideo 1ffaa:

https://youtu.be/geEOlAl6f0o?si=ANPPZczv5tUmM459

step dv itti guuttan viidiyoo 2ffaa:

https://youtu.be/VEbMp275MaQ?si=0Nsx-7JUMDsbI0UV

online koorsii fudhacchuudhaaf: 0946392096 nu qunnamaa. Karaa mobile bankiitiinis nu jajjabeessaa. Viidiyoo keyboard short cut agarsiisan 1:

https://youtu.be/llWtoJF06RQ?si=ojwzj5mGOCv8tAn2

keyboad shortcut windows:

https://youtu.be/c8pnmy4BdRg?si=6kXMBAjY6Cat7pag

Welcome to our channel! In this video, we delve into the fascinating world of computer technology in the Oromo language. Join us as we explore the fundamentals of computing in the Oromo language, specifically focusing on the third grade level (kutaa 3ffaa). Whether you're a beginner or looking to expand your knowledge, this video aims to provide an accessible and educational resource for learning about computers in Afaan Oromoo. From basic terminology to practical applications, we aim to empower viewers with valuable insights into the world of technology. Don't miss out on this enriching experience - hit play and embark on this journey with us! Don't forget to like, share, and subscribe for more content in Afaan Oromoo!

نمایش همه...
Leenjii koompitara Afaan Oromoo kutaa 1ffaa-10ffaa

Leenjii bu'uura koompitaraa Afaan Oromoon kutaa 1ffaa-10ffaa Leenjii kompitaraa Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa, koorsii guutuu bitachuudhaaf: bilbila 0946392096, t...

👨‍💻👨‍💻👨‍💻Ganna kana koorsii koompitaraa fudhachuun dandeettii koompitaraa keessan ol guddifadhaa,karaa telegram,IMo, watsapp fi fb tiinis mb fi namoota barachuu barbaadaniif share godhaa👩‍💻👩‍💻
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Bedeno (Regular) School Code:04050102, Reg. No 3224596 IBSA ABRAHIM MUME Stream:Natural Sc. dhufee kan tahu qabu Social Sc
نمایش همه...
Waajjira Barnootaa Aanaa Baddannoo 🖌🖌🖌🖌🖌🖌🖌🖌🖌🖌🖌🖌🖌 🖊Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Fudhachuuf Qophaa'an Hundaaf Ni Fayyada! ----------------------- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaataa_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo_Ministeerri_Barnootaa_Bsaseen Hogganamuun Barattoota Keenya  Bu'a Qabeessa Taasisa. Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa qajeelfama naamusa qormaata biyyoolessaa dhaabbilee barnootaa olaanoo ittiin bulchu kan qabu yoo ta'u, kaayyoon walii galaatis barattoota marsariitiirratti(online) qoraman adeemsa qormaataa keessatti  seera kabajanii akka qoraman guchuun sirna haqa qabeessa, amanamaafi walsimaa ta'e diriirsuudha. Qajeelfama kana keessatti barattoota naamusa qormaataa cabsaniifi tarkaanfii fudhatamuu qaban #keewwata35 ta'an tarreffamaniiru. #Keewwata1- Barataan dhugaatii alkoolii dhugee machaa'e gara mooraa qormaataa galuu hin danda'u. Qormaata si'a san kennamaa jiru hin qoramu. #Keewwata2- Barataan ykn barattootni barsiisaa dirqama isaa bahaa jiru sodaachise/sodaachisan qormaata si'a san kennamaa jiru hin qoraman. #Keewwata3- Wiirtuu qormaataaf hin heyyamane, meeshaa qormaataaf hin heyyamamne keessa galanii argamuun dhoorkaadha. #Keewwata4- Barataan waraqaa eenyummaa gate hin qoramu, #Keewwata5- Barattootni qaama qormaata kennuufi bulchuun yeroo gaafataman waraqaa eenyummaa isaanii ibsu agarsiisuu, sakattaa'amuun dirqama ta'a. #Keewwata6- Dubartiin uffata fuulaatiin fuulli isaanii hin mul'anne yoo ta'e, dubartii/dhiirri qormaata kennitu/kennu, dubartiin/dhiirri balbal irratti sakattaatu/ttaa'u fuula irraa fudhattee akka agarsiiftuufi  eenyummaa adda baafachuu dirqama. Barattuun ajaja kana hin kabajne, gara qormaataa hin seentu, qaama nageenyaa achi jiruun to'annaa jala ooltee dhimmi ishee qoratama. #Keewwata7- Yeroo qormaataa kabajuun barbaachisaadha. Garuu, qormaatni kennamuu erga jalqabee daqiiqaa 20 booda  baratan dhufe qormaata si'a sanii qoramuu hin danda'u. #Keewwata8- Qormaata kennamaa jiru daqiiqaa 30 dursanii bahuun dhoorkaadha. Barataan didee bahu yoo jiraate qormaatni isaa/ishee ni haqama. #Keewwata9- Barataan mataa isaa uffataan, dhahannaa dabbasaatiin, maaskii fuulaatiifi  bifa namoota biroo goyyomsuufi rifachiisuun of dhoksuu yaale qormaata hin fudhatu. #Keewwata10-Barataan qormaata    erga dubbisee booda waan dhukbsate fakkaatee kutaa qormaataatii bahe/baate qormaata hin fudhatu/ttu. Qaama nageenya achi jiruun to'annaa jala oolee/ttee dhimmi qoratama. #Keewwata11- Barataan ta'e jedhee, qormaatni hatame jechuun barattoota jeequu yaale qormaata hin fudhatu, ni dhoorkama. #Keewwata12- Barataan qormaata fudhatu tokko kutaa itti ramadameen ala qoramuu hin danda'u. Kan yaalu yoo jiraate to'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata13- Yeroon qormaataaf kenname erga xumuramee booda barreessuun dhoorkaadha. Barreessuu yoo dhaabuu baate immoo, barsiisaan qormaata kennu  of eeggannoo afaanii kennuu qaba. kanaanis yoo dhaabuu baate, waraqaa deebii irratti mallattoo addaa gochuu ni danda'a. #Keewwata14- Gara kutaa qormaataa galamu sakattaa'amuu kan dide qormaata hin fudhatu. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata15 - Barataan barsiisaa qormaata kennuufi hojjattoota haala mijeessan arrabse, sodaachiseefi abaare qormaata si'a sanii hin fudhatu. Dhimmi isaas ni qoratama. #Keewwata16 - Bilbila qabatanii galuun dhoorkaadha. Kan qabatee argame qormaata irraa ari'ama. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata17- Waraqaa eenyummaa barataa biraa qabachuun, bakka bu'anii qoratamuuf  yaalun dhoorkadha. Kan yaalee argame qormaata sadi walitti aansee jiru hin fudhatu. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #keewwata18- Qormaatni qisaasame jechuun odeeffannoo dogoggoraa barataan kenne of eeggannoo afaaniittu kennamaaf. #Keewwata19- .Yeroo dhimmi yakkaa qoratamu yaadannoo qabachuun, kaalkuleetara, bilbila harkaa, meedhaalee sagalee waraabaniifi suuraa kaasan qabachuun dhoorkadha. #Keeweata20-Ta'e jedhamee ragaa sobaa kennuun qormaata si'a sanii akka hin fudhanne taasisa.
نمایش همه...
#Keewwata 26- Haala kamiiniyyuu qormaata hatuun qormaata irraa ariisisa; seeranis ni gaafachiisa. #Keewwata 27- Qindeessaan qormaataa tokko naamusa qormaataa kabajsiisuuf yeroo socho'u irratti ololuu yaalun qormaata irraa nama ariisisa. #Keewwata 28- Barattootni qormaata akka hin fudhanne kan kakaasu qormaata hin fudhatu, seeranis ni gaafatama. #Keewwata 29- Sanadoota, chaappaa, waraqaa eenyummaa sobaa qabatee kan argame qormaataa irraa ni ari'ama, dhimmi isaas ni qoratama. #Keewwata 30 - Qormaata akka hatamuufi qisaasamu matta'aa kennuu kan yaale qormaata hin fudhatu. #Keewwata 31 - Barataa biraatif gargaarsa barbaachisaa hin taane kennuu yaaluun, kennuun, qaamaan mallattoo adda addaa dabarsuu yaaluun barattoota lachuu qormaata irraa ariisisa. Seeranis ni gaafatamu. #Keewwata 32- .Waraqaa qormaataa hatuufi dhoksuun qormaata irraa ariisisa. Seeranis ni gaafatama. #Keewwata 33- Barataa birootiif 'passward' fi maqaa dabarsanii kennuun qormaata irraa ariisisa. Seeraanis ni gaafatamu. #Keewwata 34 - Waliin gurmaa'un qormaata hatuun, hatuuf kakaasuun qormaata hunda hin fudhatan, seeraanis ni gaafatamu. #Keewwata 35- Gareen qindoomuun barattootni biroo akka jeeqan, jeeqsisan, qormaata hatuufi hachisiisuu yaale qormaata kennamaa jiru irraa ni ari'amu. Seeranis ni gaafatamu. #HUBACHIISA:- Barattootni keenya seeraafi naamusa qormaataa kabajuun hojjachuu akka qabdan ergaa biiroo keenyaati #Tasgabbiin_yaadaafi_qalbiin_ofitti_amanamummaan,_olola_sobaatiin_otuu_hin _eeqamin_qormaata_keessan_qofa_irrsatti_yoo_xiyyeeffattan qabxii olaanaa galmeessisuu akka dandeessan dhaamsa keenya dabarsuu barbaadna. #CARRAA_GAARII_ISINIIF_HAWWINA!
نمایش همه...
#Keewwata21-  Barreeffamaan yaadannoo adda addaa harkarratti, waraqaa xixiqqaarratti, huccuu uffatan irratti, qaama isaanii kamirrattuufi waraqaa sooftii, teessoo irratti, keeyya kutaarratti(wall)  barreessuun  qormaata si'a san kennamaa jiru irraa ariisisa. #Keewwata22- Nama qormaata lennu qaamarratti miidhaa  geessisuun qormaatni hunduu akka haqamu taasisa. #Keewwata23- Qormaata hatuuf nama/namoota kan gurmeesse qormaata hin fudhatu, #Keewwata24- Meeshaalee kutaa qormaataa akka hin seenne dhoorkaman kamiyyuu, teeknikaafi elektirikaala ta'an, walitti suphuun itti fayyadamuufi yaaluun akka hin qoramne taasisa. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata25- Kompitara itti fayyadaman qormaataaf qofa waan ta'eef, faayiloota hin heyyamane keessa galuun, ragaa qaama biraatiif erguu yaaluun qormaata akka hin fudhanne taasisa. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama.
نمایش همه...
Geography Questions 1. What is the longest river in the world? - A) Amazon - B) Nile - C) Yangtze - D) Mississippi - Answer: B) Nile 2. Which is the largest desert in the world? - A) Sahara - B) Arabian - C) Gobi - D) Kalahari - Answer: A) Sahara 3. Which country has the largest population in the world? - A) India - B) United States - C) China - D) Indonesia - Answer: C) China 4. Which ocean is the largest by surface area? - A) Atlantic - B) Indian - C) Arctic - D) Pacific - Answer: D) Pacific 5. Which country is known as the Land of the Rising Sun? - A) China - B) Japan - C) South Korea - D) Thailand - Answer: B) Japan 6. The Great Barrier Reef is located in which country? - A) Indonesia - B) Philippines - C) Australia - D) Papua New Guinea - Answer: C) Australia 7. Which continent has the most countries? - A) Africa - B) Asia - C) Europe - D) South America - Answer: A) Africa 8. Which country is the largest by land area? - A) Canada - B) United States - C) China - D) Russia - Answer: D) Russia 9. Which river is the longest in Africa? - A) Congo River - B) Niger River - C) Nile River - D) Zambezi River - Answer: C) Nile River 10. Which is the most populous city in the world? - A) Tokyo - B) New York - C) Shanghai - D) Mexico City - Answer: A) Tokyo 11. What is the smallest continent by land area? - A) Europe - B) Antarctica - C) Australia - D) South America - Answer: C) Australia 12. Which ocean is the smallest by surface area? - A) Atlantic Ocean - B) Indian Ocean - C) Arctic Ocean - D) Southern Ocean - Answer: C) Arctic Ocean 13. Which U.S. state is known as the "Sunshine State"? - A) California - B) Texas - C) Florida - D) Arizona - Answer: C) Florida 14. Which desert is the largest hot desert in the world? - A) Gobi Desert - B) Arabian Desert - C) Kalahari Desert - D) Sahara Desert - Answer: D) Sahara Desert 15. Which climate zone is characterized by hot, dry summers and mild, wet winters?    - A) Tropical    - B) Mediterranean    - C) Arctic    - D) Continental    - Answer: B) Mediterranean 16. What is the primary cause of climate change?    - A) Deforestation    - B) Volcanic eruptions    - C) Greenhouse gas emissions    - D) Solar flares    - Answer: C) Greenhouse gas emissions 17. Which of the following countries has the highest population density?    - A) Australia    - B) Canada    - C) India    - D) Russia    - Answer: C) India 18. What term describes a climate with consistent, heavy rainfall and high temperatures throughout the year?    - A) Desert    - B) Tundra    - C) Tropical rainforest    - D) Steppe    - Answer: C) 19. Which climate type is found at the highest altitudes?    - A) Desert    - B) Polar    - C) Highland    - D) Temperate    - Answer: C) Highland 20. Which continent has the highest average population density?    - A) Europe    - B) Asia    - C) Africa    - D) South America    - Answer: B) Asia 21. What type of climate is characterized by cold, snowy winters and warm, humid summers?     - A) Tropical     - B) Desert     - C) Continental     - D) Polar     - Answer: C) Continental 22. Which country has the fastest-growing population?     - A) Japan     - B) Germany     - C) Nigeria     - D) Italy     - Answer: C) Nigeria 23. What is the term for the long-term average weather conditions in a particular region?     - A) Weather     - B) Climate     - C) Atmosphere     - D) Season     - Answer: B) Climate 24. Which region is known for having a monsoon climate?     - A) Amazon Basin     - B) Mediterranean     - C) Southeast Asia     - D) Sahara Desert     - Answer: C) Southeast Asia 25. What type of climate is characterized by very cold temperatures and low precipitation, primarily in the form of snow?     - A) Desert     - B) Tropical     - C) Tundra     - D) Mediterranean     - Answer: C) Tundra
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.