fa
Feedback
AL-IHSAAN

AL-IHSAAN

رفتن به کانال در Telegram

Channel kanarratti ✅Hadiisa sahiiha ✅ Nasiihatul-Yawum ✅jecha salafoota islaamaa ✅wolaloo mi'ooftuu argachuu dandeessuu yaada qabdan @Ibn_Daawud_bot nuun ga'uu dandeessu ✅👉#muslimni_obboleessa_muslimaati

نمایش بیشتر
2 015
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-47 روز
-1430 روز
آرشیو پست ها
ODUU GAMMACHIISAA 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 ✍️Dhaabbannii INP Namoota hojii kana hojjetaa jiraniif carraawwan gurguddoo kennaa jiraa. Akkasumas gatii kaffaltii dabalee jiraa. Yeroo amma ethiopia keessaattii namoota 500,000 (kuma dhibba shanii ) oltuu hojjetaa jiraa. ✍️ Qarshii 550 recharge godhee jalqabee ✍️guyyattii  qarshii 22 guyyaa 47ti 1034 ol Linkii keetiin yoo nama 1 affeerte qarshii 150 ✍️Namnii 2500 recharge godhee jalqabee guyyattii bonus qarshii 112 guyyaa 47ti qarshii 5300 ol Linkii keetiin yoo nama 1 affeerte qarshii 3000🤗 ✍️Namni qarshii 7800 recharge godhee jalqabee guyyaattii bonus Qarshii 400 guyaa 47ti qarshii 18,800 ol 🤗 ✍️Linkii keetiin yoo nama 1 affeerte qarshii 500 ✍️Namni qarahii 32,000 recharge godhee jalqabee guyyaattii bonus qarshii 1760 guyyaa 47ti qarshi 82,700 ol Linkii keetiin yoo nama 1 affeerte qashii 900 🥰🥰🥰🥰🥰🥰 ✍️Namni hojii kana hojechuu barbaadu  na qunnamaa👇👇 @Library_Islaamaabot @Library_Islaamaabot Hubachiisa Hojiin kun 100% dhugaadhaa   yoo shaakkiitan nun qunnaminaa

Wooow Amazing 😄😄😄 Kinoo akkuma suuraa olii irraa laaltan catizen kino dolara 10-20$kennaa jiraa seenaa spain godhaa ✍️Huba
+1
Wooow Amazing 😄😄😄 Kinoo akkuma suuraa olii irraa laaltan catizen kino dolara 10-20$kennaa jiraa seenaa spain godhaa ✍️Hubadhaa kun kanan hojjadheedha seenaa iddoo qubaa san tuqaa nanna'ee xumuree hamma jedhutti eegda ✍️✍️✍️✍️ Kinoo seenaaaa 👇👇👇👇 https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=r_3132_2491226

🍀🍀🍀🍀🍀🍀😘 ODUU SIMBIRTUU 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 ✅Hojii baayyee bareedaa ta'e kan dhugaa isaa adda baafne kan guyyaatti qarshii 50 hanga 500 irratti hojjechuu dandeessan akkasumas kan qarshii 100 yeroo geessan baafachuu dandeessan kan yeroo nama tokko galmeessitan qarshii 100 argachuu dandeessan isinii fidnee jirra hojjechuuf qophiidhaa??? 👍 kanaan nu agarsiisaa

Jireenya kee keessatti akka mukaa namoonnii dhagaadhaan dhahanuu muktimmoo firiidhaan isaan dhahuu tahi. https://t.me/Ehsan_t
Jireenya kee keessatti akka mukaa namoonnii dhagaadhaan dhahanuu muktimmoo firiidhaan isaan dhahuu tahi. https://t.me/Ehsan_tube https://t.me/Ehsan_tube

#Oduu-Gammachiisaa😁😁😁😁😁😁 ✍️Hordoftoota keenya kan #Online-Mallaqa hojjachuuf fedha qabdan maraaf✍️✍️ ✍️seentanii#Registere yeroo gootan dollara 25 si badhaasa kunimoo birri keenyatti (25*56)ta'a😊 ✍️Dhugaan siin jedha hedduu dansaa,salphaa saatii 4 keessatti 10000EBR hojjachuu dandeessa an hojjataan jira😊 ✍️kaffaltii homaa hin qabu #Video daqiiqaa 10 daawwattee dolara $15 argatta 👌 BANACHUUF KINOO👇👇👇👇 1⃣ linki gadii seenuun#Registration kan jedhu tuqxa 2⃣Maqaa kee,Email kee,paswrd Email kee guutta xumurame amma seenuun video laaluu jalqabda✍️ 3⃣Video bante laaltee fixxu male addan kutin amma secondin sun lakkaa'ee fixu eegi. 4⃣ Erga laaltee fixxee #Add to account godhatta $15 xumurame KINOO SEENII AMMA 👇👇👇👇👇👇👇 https://moneyeasilyjpq.buzz/85660230356402 https://moneyeasilyjpq.buzz/85660230356402

Repost from Fursaan Media
#Oduu_Ammee #Odeeffannoo... Duniyaa tana akka itti bahan malee Akka Itti galan hin beekan #Pirizdaantii #Iraan #Ibraahimi_ ra
#Oduu_Ammee #Odeeffannoo... Duniyaa tana akka itti bahan malee Akka Itti galan hin beekan #Pirizdaantii #Iraan #Ibraahimi_ ra'iisiifi Itti Gaafatamaan Dhimma Alaa #Iiraan #Huseen_Amiir #Abdullahyaan Qondaalota Gurguddoo biyyattii Dabalaee Osoo Kutaa biyyattii #Azrabijaan Irraa Helekobtaraan Balali'aa jiran Helekobtarri Isaanii Kufuun Hanga Ammaatti As buuteen Isaanii Dhabame Barbaacha Irra Jiran @Fursaan_media

☝️☝️☝️☝️☝️ #HUBACHIISA ✅Namoota #tapswap hin hubatiniif✍️ ✍️Link gadii kanaan seentanii #Screen-bilbila keessanii #tap-tap gochuun coin kuma hedduu wallitti qabattu🤙✍️Kunis guyyaa muraasa booda gara maallaqaatti jijjirama akkuma notcoin yeroo darbetti ✍️Tapswap kun kan inni tilmaamamu $#dolarani kunnimmoo birri Ethiopian birri 12000 olitti waan tilmaamamu hojjachuu dandeessu jechuudha😊✍️Ammuma seenaa tursitanii bulchitanii biran bulinaa😁😍😍👏🤝 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1067731066 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1067731066 🤌🤌🤌🤌🤌🤌🤌🤌 🍀🍀Ol Seenaa🍀🍀

Namichi tokko saalihoota keessaa tokkotti odeessa (namiimaa) qabate dhufe Saalihtichis akkana jedheen: Namimaan Yakka cimaa sadii natti fidde: 1- Obboleessa koo irraa na fageessite 2- Qalbii koo duwwaa immoo dhuunfatte 3- Lubbuu koo keessattis bakka lubbuu keetii balleessite Yahya Ibnu Kathir Rabbi rahmata haa godhu akkana jedhe: “Namni maqaa waan saahireen ji’a tokko keessatti hin balleessin sa'aatii tokko keessatti balleessa.”jedhan yaa obboleeyyan of haa yaadannu bakka kaane,bakka jirruufi bakka itti deemnu. @Ehsan_tube

Gurbaan tokko akkana jedhe: Sufyaan bin Uyaynaan waliin deemaa osoon jiruu kadhataan tokko itti dhuftee waan kennu dhabee booye, kanaaf anis akkana jedhe: Yaa Abuu Muhammad maaltu si boochise? Innis akkana jedhe: Namni waan gaarii sirraa abdatee isa hin arganne caalaa balaan maali? Jedhee. @Ehsan_tube

#Oduu_Gammachiisaa😁 Fayyadamtoota #Hulepay hundaaf🙏🙏🙏 ✍Hulepay galmee  eegaleera🤙🤙🤙🤙 ✍ Hordoftoota keenya Hulepay.com amma banaadha #maallaqa argachuu ammuma eegalaa✍ ✍️#Hub👌Rabbittin siniif kakadha kijiba miti 100%dhugaadha jiatti 1000-120000 ittiin hojjachuu dandeessu👌. ✍ Galmeef step gadii kinoo laali👇👇👇 1⃣Hulepay seentani #Registration kan jedhu gubbaa harka mirgaa kan jiru tuqxu. 2⃣ Form sasalphaa inni sin gaafatu guuttu 3⃣ (KYC) Kan jedhamu nageenya account keef dhaabbatichaaf waan barbaachisuuf #mattaawqiyaa gandaa keessan keessaf duuba isaa suuraa kaasuun itti guutaa 4⃣VIP filachuun jalqabduu Jechuudha✍️ ✅👍👍👍👍👍👍👍🍀 ✍️✍️Linkii kanaan seenaa 👇👇👇👇👇👇 https://www.hulepay.com?reference=rahimudin https://www.hulepay.com?reference=rahimudin https://www.hulepay.com?reference=rahimudin

Aliin bin Abii Xaalib Rabbiin irraa haa jaalatuu akkana jedhe: “Addunyaan dhumtee aakhira dhufte, kanaaf ijoollee aakhiraa keessa ta’i ijoollee adunyaa keessa hin ta’iin.” @Ehsan_tube

Anas bin Maalik (Ergamaan Rabbii Rabbi isa haa qananiisu, nagaa akka isaaf haa kennu, akkana jedhe: (Jibriil akka daawwitii adii tuqaa gurraacha irra jiru kana natti dhufe. Anis akkana jedheen: Yaa Jibriil, kun maali? Innis akkana jedhe: Jimaata kana Rabbiin isinis ta'e ummata keessaniif ayyaana haa godhu, isin Yihudootaa fi Kiristaanota dura waan jirtaniif, sa'aatii hojjetaan tokko illee itti walii hin galle keessa jira.) Rabbiin waan gaarii kadhata, garuu ni kenna isa Jedhe: Qoosaan kun maali? Guyyaa Al-Mazid? raajotaa fi teessoo wareegamtootaaf luqqisii irraa tolfame, houris bareedoon immoo golee keessaa gadi bu’ee Rabbiin galateeffatee ulfina isaaf kenne akkana jedhe: Ergasii rabbiin akkana jedha: Gabroota koo uffadhaa, isaanis uffataniiru. isaanis ni soorata. Yaa Gooftaan keenya sitti gammadne akkana jedhe: Ani sitti quufeera. ) [Hadiisa Saahiiha Al-Qudsiya kan Sheek Mustafaa Al-Adawy barreessan]. @Ehsan_tube

✅Oduu gammachiisaa🙏 Tuqi seeni👇👇 👉 HIRIYOOTA KEESSANIIF SHARE GODHAA ✍Jia tokkotti birr 1000 haga 6000ittin hojjaachuu dandeessu #share godhaa👌👌 ✍️Hubachiisa nam tokko invite yoo goota qarshii 3 ni argattu ammuma dafaa seena ✅ Bot 100% kaffalu kan ani hojjedhee mirkaneessedha. Link isaa "Hulepaybot" dha.👇 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07510468510 👆👆👆👆👆👆 ✍Erga seentanii booda #Channel lamaan sinii dhufu join godha #linkii keessaan namaaf ergaa✍️ Linkii kana seenaa AMMUMA seenaa ✅ ዛሬውኑ ጀምሮ ገንዘብ ያካማቹ እና በቴሌብር ይቀበሉ ።

Omar Ibnu Al-Khattab, Rabbiin irraa haa jaalatu, akkana jedhe: (Sooma ykn Salaata nama kamiiyyuu hin laalin, garuu yeroo inni odeesse dhugaa dubbii isaa, yeroo imaanaa itti kenname amanamummaa isaa, yeroo inni quuqama isaa ilaalaa malee ni fayya) [((Hilyat Al-Awliya') Abuu Nu'aym (3/27) tiin.] @Ehsan_tube

✅Oduu gammachiisaa🙏 Tuqi seeni👇👇 👉 HIRIYOOTA KEESSANIIF SHARE GODHAA ✍Jia tokkotti birr 1000 haga 6000ittin hojjaachuu dandeessu #share godhaa👌👌 ✅ Bot 100% kaffalu kan ani hojjedhee mirkaneessedha. Link isaa "Hulepaybot" dha.👇 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07510468510 👆👆👆👆👆👆 ✍Erga seentanii booda #Channel lamaan sinii dhufu join godha #linkii keessaan namaaf ergaa✍️ Linkii kana seenaa AMMUMA seenaa ✅ ዛሬውኑ ጀምሮ ገንዘብ ያካማቹ እና በቴሌብር ይቀበሉ ።

እንኳን ለ1445ኛው የኢድ አልፈጥር በዓል አደረሳችሁ፡፡ Baga Ayyaana Iid Alfaxir 1445ffaan Isin Gahe
+1
እንኳን ለ1445ኛው የኢድ አልፈጥር በዓል አደረሳችሁ፡፡ Baga Ayyaana Iid Alfaxir 1445ffaan Isin Gahe

Baatiin Ramadaanaa 1445 guyyaa boruu 30 kan xumuramu yoo ta'u, shawwaal 1ffaa ykn Eid Alfaxr 1445 Roobii Ebla, 10 Ebla 2024 d
Baatiin Ramadaanaa 1445 guyyaa boruu 30 kan xumuramu yoo ta'u, shawwaal 1ffaa ykn Eid Alfaxr 1445 Roobii Ebla, 10 Ebla 2024 dha

Zakaa fixriis hin dagatinaa. Safarri Saa'ii Madiinaa dhufee kan armaan gadiiti: 1. Daakuuu 2.5 KG 2. Xaafii 2.85 KG 3. Ruuza
Zakaa fixriis hin dagatinaa. Safarri Saa'ii Madiinaa dhufee kan armaan gadiiti: 1. Daakuuu 2.5 KG 2. Xaafii 2.85 KG 3. Ruuza 2.75 KG 4. Qamadii 2.5 KG 5. Garbuu 2 KG 6. Bishingaa 2.63 KG 7. Boqqolloo 2.5 KG Kanatu hiyyeessaaf kennama. @Ehsan_tube

Omar bin Al-Khattab Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe: Gabrichaa fi rizqii isaa jidduu golgaatu jira yoo quufe fi itti gammade rizqiin gara isaatti dhufti, yoo tuffate golgaa cabse immoo ni rizqii isaa hin caalu.

⛔️Attention~ ቪዲዮ አለማየት አይቻልም አንድ ሰው ሲቀበር በአማካይ 28 ብሎኬቶች ያስፈልጋሉ። ጉድጓዱ ውስጥ ለህዱን ለመሸፈን 14፤ ከላይ የቀብሩ ዙሪያ ላይ ደሞ 14 ብሎኬቶች ያስፈልጋሉ። እንግዲህ ይሄን ያህል ብሎኬት ግዥ እየተደረገ ነው እስከዛሬ ድረስ ሥርዓተ ቀብር ይፈፀም የነበረው። በዚህም የተነሳ አስተዳደሩ ለከፍተኛ ውጭ ተዳርጎ ቆይቷል።ለዚህም መፍትሄ ይህን ዘንድ ዘመናዊ የብሎኬት ማሽን መግዛት አስፈላጊ ሆኖ ተገኝቷል። ማሽኑን ለመግዛት ወደ 20 ሚሊየን ብር የተጠየቀ ሲሆን፤ ይህንን ገንዘብ ለማሟላት የሁላችንም ርብርብ አስፈላጊ ሆኖ በመገኘቱ ሁላችንም የአቅማችንን ከታች ባሉት አካውንቶች እንድናበረክት ጥሪ አቀርባለው። 📌ንግድ ባንክ 1000615556638 📌ዘምዘም ባንክ 0039579120101 📌አቢሲኒያ ባንክ 182273333 📌ሂጅራ ባንክ 1004444480001 📌አዋሽ ባንክ 014221321497500 🔴አ/አ ቀብር አስተዳደር ኮሚቴ